Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Warri farffannaa Deva hundasa dhageeffattani quufu dhabdan akka ko like godha comment kana
qaaliidha ati, ammayyuu jechii korojoo kee keessaa hin dhumin sagaleef yeedaloo akkasumas dandeettii walaloo akkasii kana kan siif kenne yesuus haa ulfatu sirratti haa irraanfatu.
Davo Ayyaani dachaa siif haabaay'atuuchi jecha biraa hin qabnu
Sin galateeffadha👏👏👏
Davee koo Eebbifamtetta ❤😮 Ammallee dachaan ayyaannichi siif haa baay'atu ❤
Deva guddaa waaqayyoo si haa ebbisu dhugaa ayyaanna sirraa jiruu waaqayyoo haa dabaluu.what amezing album
"jararaa, daamessaa'uu, diraa'uu(2:15), kolbaa, kunaana'uu" These words are so uncommon in my upbringing that I have not heard them before.
Faarfannaa kun dhuguma adda. Misooma Afaan Oromoofillee gumaacha guddaa qaba! Mucaan kun dhuguma dibaamaadha.Eebbifami Daawweekoo!!!
Maalumaa jedhuu beqqaaa....🥰🥰🥰Devo tokkicha akka kumaa Rabbi sabasaaf kaase🥰🥰🥰🥰❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥
❤❤❤❤❤ eebbifami. Qaaqayyoo qooqaan si eebbise. Ati abbaa qooqaa guddaati.
😊😊Devo, Ayyaanni isaa ammaallee Dachaa sirratti haa ta'u
thank you brother, May God bless you more and more!
Waaqayyoo gooftaan ko sii haa ebisu eebifami
Jararaa keenya❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuff devaakoo maaluma siif godhuu abbaa kennichaaf galaanni haa ta'u naaf eebbifami ati nuuf kennaadha
Kiristos sii haa ebbisu ati nama ebbati farfanan sii harka hin dhumin
Devo ko dawit morkan oboleesa koti kanaaf too obbolesa Akka keti him qabu tae Nan araa bayyee sittan eebifame SI jaalla dha❤❤❤❤
❤❤❤Eebbifamu Daawwee keenya,faarfannaan kee baay'ee jaallatameera!!!!
Maqaan waaqayyoo barabaraan haa eebbifamu atimmoo kanuma irra ayyanni siif haa bayyatu deevookoooooo
Uuuuufffff Dv koo Eebbifaamii dachaa dachaa maqaa yesuusin Waaqayyo gooftaan maccaa Kanuuma Calaa ayyanna saa sif haa Dabaallu Eebbifaamii Eebbifaamii Ulfadhuu Yesuus koo🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Waaqni sagalee kanaan si eebbise maqaansaa haa ulfaatu.
Faarfataa Jabaa!Waaqayyo si haa eebbisu!
Harka hin laatiin ammayyuu daawweekoo biyya lafaaf eebbifami jagna❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyo bara kee hundumaa bara eebbaa siif haa godhu!
Qaxalee Abbaakeetii.... Maaluma akkan siin jedhu hin beeku. Gooftaan si haa eebbisu
Dev!great man
Jechaa hin qabuu goftaan Sii yaa ebbisuu
Barri kee haa ebbifamu jechiif farsaan kiristoos isaa yeroo osoo hin taane hangaa dhummati sifaa kennamu❤❤❤❤️🔥
Isuma dhugaa Eebbifami!❤
❤❤❤❤Uuuumpppppp Dawe
Jabiina keenya yeuus siitu kan keenya waw dhugaadha Deva
Wawauu ebifamii ayani waqayoo kanuma calaa sif ya bayatuu qaxalee mucaa waqayoo 🎉🎉🎉
Dear brzr God bless you and with you👏
Ameeen ebifaamii namaa waqayyoo gofttaankooo siyyaa ebisuu❤
Gobez ኮ 💛💛faarfannaan kana......
Waqayyoo bara kee haa ebbissuu 🎉🎉🎉
Ebifamii qalii nama waqayoo kanuma calti ayanii sif haa bayatuu ❤❤❤❤❤❤
Eebbifamteetta, Dave! kanarra homaa jechuu hindanda'u!
Ameeeeeen 🙏🙏 nuuf jiraadhu ebbifamaa mucaa waaqayoo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Maqaa Waaqayyoo haa eebbifamu Waa'ee keef
Jabaa nama waaqaa maaltu dhaabaa jabadhuu itti fufi gootaa wangelaa daawwe koo
Qaalii keenyaa Ayyanni siif haa baayatuu amalee dachaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nuf jiraadhuu namaa waaqayyoo🥰🥰👍
Woow dhuga bayyee namaa ebbisaa ebbifamii 🙏🙏🙏🙏💐
What an amazing words and grace
amazing!
Maaloo warri akka koo itti ebbifamtan like robsa❤❤❤❤
Jabaakoo nuuf jiraadhu. Waaqayyo ammas dabalee daddabalee eebbasaa siif haa baay'isu. Gaaddisa manasaa jalatti si haa tifkatu!
Baraa baraani hafii jiradhuu davee kenyaaa
Si malee Mootummaan Nuun na'u🙏🙏🙏🙏
Deev waaqayyo barakee, jireenyakee haa eebbisu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ati dhuguma Eebbifamteetta dev koo❤
Woow Deeeevaaaakoo
Ebifamii
Ameen Ameen Ameen Dv Eebbifaami dachaa dachaa Eebbifamtetta Ammalle ayyaannichi dachaa siif haa dabaalamu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo Sii Ha Eebbisuu Deva❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Deeva eebbifami❤❤❤❤❤❤
Dawee koo waaqayyoo kana caalaa ayyanna siif haa baayisuu malee maalan jedha❤❤❤❤
❤❤❤❤eebbifami Dev keenyaa! Keessa kootu qabbaneeffate faarffannaa keetiin
Eebbifamii qalii koo devo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameeen ebbifamii qaaliikoo ayyaanni siif bayyateraa
Waa'ee keef waaqayyoo haa Ebbifamuu❤❤❤❤❤
Hayye jabadhu Dave.❤❤❤❤
Ameeeen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Dave 🎉🎉🎉ebifamii nafi.jiradhuu ❤❤❤
Ammmmmmmm🎉🎉❤❤❤ammmmm ebbifami
Waaqayyo baraa kee haa eebbisuu❤❤❤
Uuuuff Qufu dadhabe Faarfannaa kee Ebifami sanyi ko ❤❤
Eebbifamaa keenya kana caala ayyaanni siif haa baayyatu.
qaali muca waqayyoo eebbifami devi
Ebbifamii ebbifamii ebbifamii❤❤
Ebbiffami dachaan wqyo ayyanasa sif haa daabalamu ❤❤🎉🎉🎉
Wawa ebbifaami ❤❤❤❤❤
Ebbifamii 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Devooo koo eebbifamiii
Wuuu Qalii jabadhuu Ebifamii❤❤❤
😍Qaxalee koo
Wow ❤❤❤
Jabina keenya×3 Yesuus qabeenya keenya
Deevittii eebbifamaama hafi ❤
You are blessed ❤❤❤
Eebbifami ammayyuu DEVA Koo
Deva❤❤
Ajaaiba😮😮😮
❤❤❤❤❤Qaaliiiiiiii😊
Eebbiffaammii dave ❤
Waaaw❤
❤❤❤❤❤eebbifaami jabaa
🎉🎉🎉🎉❤❤❤gooftaan si haa eebbisu
erga gadhiifamee irra deeddibi'ee dhaggeeffadhee quufuun dadhabee!
Qaxalee!!!!💯💯
Wow ebbifami
❤❤❤❤❤❤❤❤ @ Amazing
Shakashaki aabbee!!❤❤❤❤
Wow❤❤❤❤
❤❤❤❤ wow!
Deva waaqayyo Eebba isaa siif haa dhangalaasu🙏
Woww❤❤❤❤❤❤❤❤❤
EBBIFAMMII ❤❤
Ammeni Guddo nu f Ebbifami ❤
Eebbifamteetta devakoo
Warri farffannaa Deva hundasa dhageeffattani quufu dhabdan akka ko like godha comment kana
qaaliidha ati, ammayyuu jechii korojoo kee keessaa hin dhumin sagaleef yeedaloo akkasumas dandeettii walaloo akkasii kana kan siif kenne yesuus haa ulfatu sirratti haa irraanfatu.
Davo Ayyaani dachaa siif haabaay'atuuchi jecha biraa hin qabnu
Sin galateeffadha👏👏👏
Davee koo Eebbifamtetta ❤😮
Ammallee dachaan ayyaannichi siif haa baay'atu ❤
Deva guddaa waaqayyoo si haa ebbisu dhugaa ayyaanna sirraa jiruu waaqayyoo haa dabaluu.what amezing album
"jararaa, daamessaa'uu, diraa'uu(2:15), kolbaa, kunaana'uu" These words are so uncommon in my upbringing that I have not heard them before.
Faarfannaa kun dhuguma adda. Misooma Afaan Oromoofillee gumaacha guddaa qaba! Mucaan kun dhuguma dibaamaadha.Eebbifami Daawweekoo!!!
Maalumaa jedhuu beqqaaa....🥰🥰🥰
Devo tokkicha akka kumaa Rabbi sabasaaf kaase🥰🥰🥰🥰❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥
❤❤❤❤❤ eebbifami. Qaaqayyoo qooqaan si eebbise. Ati abbaa qooqaa guddaati.
😊😊Devo, Ayyaanni isaa ammaallee Dachaa sirratti haa ta'u
thank you brother, May God bless you more and more!
Waaqayyoo gooftaan ko sii haa ebisu eebifami
Jararaa keenya❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuff devaakoo maaluma siif godhuu abbaa kennichaaf galaanni haa ta'u naaf eebbifami ati nuuf kennaadha
Kiristos sii haa ebbisu ati nama ebbati farfanan sii harka hin dhumin
Devo ko dawit morkan oboleesa koti kanaaf too obbolesa Akka keti him qabu tae Nan araa bayyee sittan eebifame SI jaalla dha❤❤❤❤
❤❤❤Eebbifamu Daawwee keenya,faarfannaan kee baay'ee jaallatameera!!!!
Maqaan waaqayyoo barabaraan haa eebbifamu atimmoo kanuma irra ayyanni siif haa bayyatu deevookoooooo
Uuuuufffff Dv koo Eebbifaamii dachaa dachaa maqaa yesuusin Waaqayyo gooftaan maccaa Kanuuma Calaa ayyanna saa sif haa Dabaallu Eebbifaamii Eebbifaamii Ulfadhuu Yesuus koo🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Waaqni sagalee kanaan si eebbise maqaansaa haa ulfaatu.
Faarfataa Jabaa!Waaqayyo si haa eebbisu!
Harka hin laatiin ammayyuu daawweekoo biyya lafaaf eebbifami jagna❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyo bara kee hundumaa bara eebbaa siif haa godhu!
Qaxalee Abbaakeetii.... Maaluma akkan siin jedhu hin beeku. Gooftaan si haa eebbisu
Dev!great man
Jechaa hin qabuu goftaan Sii yaa ebbisuu
Barri kee haa ebbifamu jechiif farsaan kiristoos isaa yeroo osoo hin taane hangaa dhummati sifaa kennamu❤❤❤❤️🔥
Isuma dhugaa Eebbifami!❤
❤❤❤❤Uuuumpppppp Dawe
Jabiina keenya yeuus siitu kan keenya waw dhugaadha Deva
Wawauu ebifamii ayani waqayoo kanuma calaa sif ya bayatuu qaxalee mucaa waqayoo 🎉🎉🎉
Dear brzr God bless you and with you👏
Ameeen ebifaamii namaa waqayyoo gofttaankooo siyyaa ebisuu❤
Gobez ኮ 💛💛faarfannaan kana......
Waqayyoo bara kee haa ebbissuu 🎉🎉🎉
Ebifamii qalii nama waqayoo kanuma calti ayanii sif haa bayatuu ❤❤❤❤❤❤
Eebbifamteetta, Dave! kanarra homaa jechuu hindanda'u!
Ameeeeeen 🙏🙏 nuuf jiraadhu ebbifamaa mucaa waaqayoo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Maqaa Waaqayyoo haa eebbifamu
Waa'ee keef