Dhugaa jechii esaa keesaa bawuu mali kun waqumatuu keenefi ani ammatani koo benxee mittii garuu dhagefadhee qufuu dhadhabee ani si dhufumi koo hin oluu farfanani kun na bojjiye dhufee baqaa. Ansi ❤❤❤❤❤❤
Mali na dhibbaa bee an jechechi esaa kesaa bawuu jechi isaa hin maddaluu dhugaa davee farfatotaa komuu hin calaa nani diqisisadhaa.!!!!!! Ani betee mitti dhugaa yeroo maraa nani dhagefadhaa dawiti farafana isaa Fi kan sol alamuu bayyee jaladhaa ijolee kana lamaani bayyee na mararani na jiradhaa tiruwwani Koo ???? Ebbifammi ❤❤❤❤❤❤
Kutattuu onnee abiddaa kan dhugaan keessaa finiinu baga garaa haadha keetti hin hafiin ati ilma waaqayyoo isa si jaallatee hojjetaasaa si godhateef bara baraan galanni guddaan haa baay'atuuf dhumni kee haa bareedu devo keenyaa💯💯💯
Namni akka koo Ayyana dawit irra jiruu dinqifattan like❤❤❤
ajaa'ibaam! abbaa gur'uu jechootaa!
❤❤❤❤❤❤
@@peacemantube378waaqayyoo obboleessa kana qooqaan eebbiseera. He is a dictionary.
Dhugaa jechii esaa keesaa bawuu mali kun waqumatuu keenefi ani ammatani koo benxee mittii garuu dhagefadhee qufuu dhadhabee ani si dhufumi koo hin oluu farfanani kun na bojjiye dhufee baqaa. Ansi ❤❤❤❤❤❤
𝙛𝙤𝙡𝙞𝙣 𝙠𝙞𝙧𝙨𝙩𝙤𝙨 𝙪𝙧𝙜𝙖𝙙𝙝𝙖 𝙗𝙖𝙡𝙗𝙖𝙡𝙞 𝙮𝙚𝙨𝙪𝙨 𝙗𝙖𝙣𝙖𝙙𝙝𝙖 𝙠𝙤𝙩𝙪 𝙬𝙖𝙦𝙖𝙮𝙮𝙤 𝙨𝙞 𝙜𝙖𝙧𝙜𝙖𝙧𝙧𝙖
𝐊𝐨𝐭𝐮𝐮. 𝐈𝐬𝐚𝐚. 𝐀𝐥𝐚𝐚𝐧. 𝐀𝐫𝐠𝐢𝐢𝐭𝐞. 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚. 𝐂𝐚𝐥𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚. 𝐇𝐨. 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚. 𝐈𝐬𝐚𝐚. 𝐖𝐚𝐦𝐚𝐚𝐭𝐮𝐮. 𝐀𝐧𝐚𝐚. 𝐅𝐚𝐫.. 𝐒𝐚𝐥𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐭𝐮. 𝐍𝐚𝐚. 𝐅𝐢𝐢𝐝𝐞𝐞. 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚. 𝐌𝐮𝐜𝐚𝐚. 𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬. 𝐓𝐚, 𝐞𝐞. 𝐆𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚. 𝐈𝐬𝐚𝐚. 𝐇𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐚. 𝐊𝐨𝐭𝐢𝐢. 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐚𝐝𝐡𝐞𝐞. 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚. 𝐁𝐚𝐡𝐞𝐞. ❤❤❤💒💒💒😘😘😘😘
❤❤❤❤❤❤❤
Welcome!! Jireenya argadhu kottuu
Si simanna ijoolleen Kiristoos ❤❤❤🙌
❤ Kristopsiin ifatti kan muli'san keessa dawit isa tokko an ayyaana sirra jiru jaalladheera ergaa sirrii qabattee jirta jabaadhu dawit
Daawweee koo abbaan ayyaana kanaa afuurri qulqulluun ulfina isaaf haa ta'u ,siif eebbisa dachaan sirratti haa baayyatu
Maalii Dhaggeeffadhee Quufuun dhadhabeem❤😊
Mali na dhibbaa bee an jechechi esaa kesaa bawuu jechi isaa hin maddaluu dhugaa davee farfatotaa komuu hin calaa nani diqisisadhaa.!!!!!! Ani betee mitti dhugaa yeroo maraa nani dhagefadhaa dawiti farafana isaa Fi kan sol alamuu bayyee jaladhaa ijolee kana lamaani bayyee na mararani na jiradhaa tiruwwani Koo ???? Ebbifammi ❤❤❤❤❤❤
Kutattuu onnee abiddaa kan dhugaan keessaa finiinu baga garaa haadha keetti hin hafiin ati ilma waaqayyoo isa si jaallatee hojjetaasaa si godhateef bara baraan galanni guddaan haa baay'atuuf dhumni kee haa bareedu devo keenyaa💯💯💯
Waqayyoo waqaraa si haa ebisuu devee Ebifamii maqaa yesuusin ameeeeen. ❤❤❤❤ Abbaa koo dhugaati goftaan ❤❤❤❤❤
Michuu yesus!
..................
Miichuu yesuus!
Si irra jira hafuuriisa.
Isumatu Sira dubbataa.
Dhagaa'ee dura
Hubaadhee Amma.
Kan sii mormmuu
Qanaa'ee salphaate.
Sinoo yesustu mararfatte.
Ni jirataa ati boontee.
Inno si wajin jira ati mal rakkatte??
Dawit Girma, sif dhugumatti yesustu jirmmaa.
Taate jirataa damee isa.
Sif jirataa Innis dulmnnii hin beeku isa.
Ganamaa carra toltee.
Baga yesusutti koluu galtee.❤❤❤❤
Ebifaamaa ebifaamaa ebifaamaa 🅰️ 💯 ❤ 💞 ♥ congratulations 🎉 Congratulations 🎉obbolesa kenyaa ebifaamaa Congratulations 🎉 Congratulations
Nam jabduudha gurbaan kun ❤eebbifami Dave koo🎉
jabaadha jedhi ree badi ati.
Jechuman Dbabbe Ani Baruma Baraan Ebbifami❤❤❤
Wow ebbifamii ebbifamii ebbifamaa kenyaa ini sigargaree waqaayyoo haulfatuu ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Abaa koo dhuugaa yeesuus koo ameen❤❤❤❤❤ ebifaami ayaano daachaa sifaa daalmu daawi❤❤❤
Kan Abbaa koo isa waaqaratu sitti Hime jedhe yesus Daweeeeeeeeee ❤❤❤❤❤❤❤
Atumti baga jiraatte
Bara Faarfannaa jedhaa waanua ta'e walitti funaanani gurra nudhukkubsa kanatti Farfannaan kee Laphee nama qabbaneessa. Eebbifami Dachaa Dachaa
Ameeeeeeeeen Ebbifamii Waqayyoo Ayyaanni kanaraa caaluu dachaan sif haa dabalamu Dv❤❤❤❤
Uuuyyyeeee waqayyoobaraa ke haa ebbisu dachaa❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Daawweeko sagalee Kee keekii kana❤️🙏 thanks dawe ko Yesuus ayyaana Isaa siif haa dabalu🤗♥️
❤ waaqayyo barii siif bariisise kana hamma dhumaatti si jalaa hin dukkaneessiin Devaye❤
Waaqayyoo barraa fi jireenyakee ha eebisuu ebifamii ebifamii
Ishoo eebbifami dawe jabaa nama waaqayyo Baga si gargaare baga itti dhangalaafte namni waaqa akkasi jecha nama in dhaga'uu
Jabaa koo ayyani waqayyo dacha dachs sif haa dabalamu ebbifami dave koo ❤❤❤❤❤❤
"Abbaa koo dhugaati ati"
Eebbifami my brother
eebifami dawwaa Ayyaana kana sirratti haa iraanfatuu
Daawwee ko, qaxalee Yesus jabaadhu. Namni cina kee dhaabbatu yoo dhibe iyyuu, inni altokkoof si cinaa dhabamee hin beekne gooftaan ati jajattu guyyaa hundumaa si jira. Ayyaanni sirraa immoo addunyaa ga'a.
Nama waaqayyoo Dave nuuf jiraadha dhiirakoo👍👍👍👍❤
bagaa dhalatee dhugaa hedduun sii jaladhaa ani phenxee mitii garuu jechii arabaa kee keessaa bahuu dhugaa onnee koo boji,ee jabadhuu ebbifamk
Wow baay’ee baay’ee hafuuraa Nama boqochiisaa ebbifamii dev koo. Sirrattii ha bay’atuu ayyannii goftaakoo ebbbifamii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊
Ulfinnichii Abbaa keennaa Ayyaanichaatif haa ta'uu
Daweekoo eebbifamii ammallee nama dibataa dhugaa dibatii kankee nama ajaa'iibaa bayee sif hadabaaluu ammallee dabalee gooftaan
Obboleessa koo Dave nagaan waaqayyoo siif haa ta'u.homaa siin hin jedhu baay'ee eebbifami.si jajuuf waan baay'eetu sirraa mul'ata.Kunimmoo isa ati amantettu akkas akka ta'u godhe waan ta'eef baay'ee waaqayyoo haa galateeffamu.ani baay'ee nama waa ibsachuu danda'u miti.garuu kanan siin jechuu danda'u akka yohaannis cuuphaadhaan masihiin si'i jennaan lakki ana miti jedhee ifatti ulfina biyyi lafaa itti agarsiiste dhiisee kaayyoo dhalateef jiraate.atis akkas ta'uu akka dandeessu waan waaqayyo si gargaareef galanni kansaa haa ta'u.siinimmoo dachaa si haa eebbisu
Uuuffeeka jabaa koo waaqayyoo ayyaana isaa daddabalee siif haa baay'isu amma iyyuu waan guddaatu durakee jira devako❤
uffffffee namatti tola dhugaa waaqayyooo hammas waaqayyo si haa eebbisu
Bari jirenya kee haa ebbifamu kanuma callati farfaradhu ❤❤❤❤
Uffee kaa DG warrii kufuu kee haawwaa turaani kana dhaggeeffatanii haa gammaadanii ykn haa boqotaani DG koo waqayyoo siif haa eebbisu baraa kee fi yeroo kee hundaa ogummaa fi beekumsan kan guutee Farfaanna kee kun hundii isaa osoo dhageeffatani hin qufaamu.
Dawee koo bayyee si jaladhaa sin kabajaa maloo naaf jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
wow gooftaan bara kee haa Eebbisuu🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
Wow, What A song !!! Good bless you Dave !!!
Gooftaan sii haa ebbisuu ayyaana isaa siif haa baayisuu hamma dhumaati jabeesse sii haa dhaabu xumura kee haa bareechuu❤
Baabba dhugaati uuyyii waan siin jennu hin qabnu eebbifamibboo ammayyuu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Maal kun 😊 jechaan jira hafuura keecha galeen...amezing song
Jabaa dhuu Bayee Namatti tola 🎉
ebiffaam dawwee kooo wa@ayyoo haffuraa isaa sif haa dabalu dachaa dachaa basiii farfaannaa
Uuuuffffffeeee akkumaa attii jechamoota qinddesite yesus kan jajatuu naa dinqee dhugaa Eebbifamii dachaa❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Hin faarsiteereee Daawwee koo
Dawee koo waaqayyoo bara keef jireenya kee haa eebbisuu ♥️♥️♥️♥️
Dhugaa nama cimaa dandeettii cimaa qabudha ati daawweeko waaqayyo si haa eebbisu😘😘😘😘😘😘😍😍😍😍🥰🥰🥰🥰
Baayyeen si jaaladha Devo waaqayyoo barakee hafe haa eebbisu jecha hin hin qabu
Babbako dhugaadha ati Yesus❤❤❤❤
Baabbaako kan baayyeen Jaalladhe ❤Deevo Ayyaanni sii haa baayyatu
Dhugaa ketti Dv God bless you ❤
Ebifaamii Ebifaamii devo🙏🙏🙏🔥🔥🔥♥️♥️♥️
Daawwit Ayyaanni Waaqayyoo ammayyuu caalaatti siif habaayyatu.
Bara baraan naf eebbifamii dhugaa waaqayyoo dhageeffadheen qufuu dadhabee❤❤❤❤❤❤❤❤Dave koo
Wow goofta yeesson si eebbisu Devo ko 🥰❤️❤️❤️🙏
Woww waqayyoo baraa kee undumaa yaa ebisuu ebbifamii Dawit 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Devoko❤ #VPN bannee dhaggeeffachaa jirra.
Eebbifamaa koo jabaa namaa bara kee guutuu Eebbifamii❤❤❤❤
Dawekoo Ayyaanii sirraa jiruu isaa caaludhaa
my great hero! I appreciate you Dave keep it up 🎉🎉🎉
wow! what a song? bless u bro
Waqqaayyoo sii haa ebbisuu saanyikoo
Waanan Jedhu hin qabu bara baraaaaaan faarsaa Hafi. Dave
Eebbifami waqayyo sihaa eebbisu dave ayyanni isaa dacha siif haa dabalamu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wajiirrii jecha jiramoo eessaa fidaati dawwee na ajaa'ibaa dhugaa
Ani sif jechaa hin qabu Dawe
Waqayyoo inii aban kena kana ha ebifamu
Atimo jabadhu
Nama humni jabaan irra jiru jecha jabaa dubbatu dave ayyaanni siif haa baay'atun ala jecha hin qabu
Ammayyuu kan caalaa waaqayyo si keessaa haa burqisisuu. Eebbifaami jabdu nama.
Kana calatiii siraattii haa dhagaal.uuu Dibbattchii
4hama dhumatiiiii
baba koo dhugati atii This man always makes me laugh when I listen to his songs! The lyrics are unusual but beautiful.
Ufffffeeeeeeeee kanafaa akkan dhagahee keessikoo haara'u beekaaf nahambbise naanuu
Dave baayyeema baayyeema eebbifami .Yoomuu waaqayyo jecha sin dhowwatuum ,baayyeema na dhiba.
Ayyanna sirr jiruuf galanni kan isaa farfaatamu kan yesootti❤❤❤❤❤❤ kutaattudham ati yesuusif❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😮😮😮😮😮
Waqayyo Baga Ayan saa sii bayyisee
Eebbifamii eebbifamaa mucaa waaqayyoo ❤
Woooow🎉 sin ala maan kumaa lalaa hundumtishi hamma baalaa.. safuudha boo🎉🎉🎉🎉
❤Wow wow ebbifamii iyesusi baraa kee ha ebbissuu
Babbaa koo dhugaati ati Ameen God bless you Dave
waaqayyo inni ayyaana kana siif kenne ammallee dachaa siif haa godhu.si keessan kan argamu kiristoosidha.ati jaalalicha hubattetta.heddu garaan koo boqote,barri jireenya kee hafe haa eebbifamu
Ameeeen eebbifamii darbi tajajili abba jeechota dilbii🎉❤
Mirgisaa yeedaloo waaqarraa...mirga abbaa jiraataakoo... Nuuf jiraadhu❤❤❤
Eebbifami obboleessaa! Caalaatti ayyaanni siif haa dabalamu!
Baay'eema tokkon si dinqisiifadha Daawweekoo! waaqayyo ammayyuu kanarra ayyaana isaa siif haa baay'isu.
waa`ee ilma Eebbifamaa kana jechan ittiin ibsun dhaba. abbaankoo Eeyyeesusumtti siyaa Eebbisu. ammas irmijjaankee gara fulduraatti
Yoo namaaf gale akkas
Eebbifamteetta!
Ayyaanni siif haa baayatuu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifamii Waqayyo baraakee gutuu eebbaaf ha godhuu❤❤❤
Faarfannaa addaati eebbifami deva koo
❤❤🎉🎉Ayyanii waqayoo kanumaa Calaaa sinifi abbayyatuuu qaxalemucaa kakuu❤❤❤❤
Waaqayyo ammayyuu ayyaana siif habaayisu
Ebifamii ayyaan waaqayyoo kanuma calaa sif haa bayatuu
Ammayyuu Ayyaanni waaqayoo siif haa baayyatu
Ameen Ameen Ameen Eebbifami nama waaqayyoo darbii deemi❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Fraarsii haabbee ati eebbifamii Dhiiroo dhugaa
Ati farfadhu❤Ayyana sirra jiru kanaaf waqayyo ha ulfaatu
Deevaa warqii namaa nuuf jiraadhu dhugaa.
Jechota isa hubadha me lape nama baqsa dhuga waqa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baayee naa ajaa,ibeee dhugaa❤❤❤❤❤❤
Ebbifami obboleeko!
Bayyeen si jaalladha !
Dave ebifaamii