Wabii ati baga fayyite garuu balleessaan si bira jira innis situ pirankii godhe isheedhaf karaa bannte kanaafuu amma dhisii rabbii waan si ka'ee qaba jabaadhu❤❤❤❤❤
Abshiir hadhoko rabbiin sihaaa fayyiisuu kana callatii mucaa qashitii kana like fi sabskirayibi godha ijollee fataaa na jedhii mubekoo homamiti sabona kenyaa
Mubee koo ❤️🥰Ayuun adabaa fi namusaa hin qabdu bagaa Rabbiin sirraa dhamsisee mubee attii nama garii fi nama baredadha Rabbiin tani ishii caltuu siif haa kenu ok
Namni ullee jalalatti dhanamee dafee fayyuu rabbii sii haa gargaruu obboolleessa koo qallii ani nama akka kee miidhamee namni jalalani miidhamee fayyaan isa rabbii n bira male hin argamuu rabbiin furmata sii haa keenuu ❤❤❤❤❤
Dhuga ketii walahi mube ko qali kenya Rabin ka aka ketii sif kenu Rabin inshallah Atii jabadha obsii walahi ❤❤🎉 Masha Allah isitu si dhabe male atii isi hin dhabane😢
Abshirii habibi😢😢😢 kani jalate beka wani jalala rabbii wani ati jalatu yoo si dhabasise hin gadin malifi jenani wani si tanefi si dhabasise male osso sifi qode si dhabasise wly tahefi kani ishe calitu baga sifi busa kani si jalatu kani si kabaju tani isalamuma qabdu rabbii sifi ha kenu inshaallah abshirii dura situ jalate male isan si jalalane si dhisite kani biro jalatu ture garu bode issa na gamachisin
Uuuuuuuuuuu Subhan Allah,Abshiir Rabbii Suraa ishee sii jalaa haa Dhoysuu Ati Sura isii hunda Gubii maalif yoo yette ati ilma islamati Obsa sii Barbachisa Wobi koo Rabbii taa Halkani Guyyaa Rabbiin Gabaratu ta'ii sii jalatuu Rabbii sii haa Basuu Jabadhuu Duraa sittuu jalata male isiin siin jalatuu Osoo sii jalate sii hin Gatu😭😭😭😭😭
Wabii ati baga fayyite garuu balleessaan si bira jira innis situ pirankii godhe isheedhaf karaa bannte kanaafuu amma dhisii rabbii waan si ka'ee qaba jabaadhu❤❤❤❤❤
walahii rabii intala muslima tan halaf amala qabduu sif ha kenuu Abshir rabin baga sii fayisee ❤❤❤❤❤❤❤
mucaa Bareduu ilmaa Ormoo sabona kanaa laki itii robsaa ❤❤❤Bagaa fayitee wabi 😢❤❤
Galatoomii hanniichoo
🎉🎉 hannichoo
@@Wabii-j4r❤🎉
As wr wb anisi senaa akkaa ketii kanaa wani qabufii walyii heduu natii dhagayama amshiur❤❤❤
.
Abshiir hadhoko rabbiin sihaaa fayyiisuu kana callatii mucaa qashitii kana like fi sabskirayibi godha ijollee fataaa na jedhii mubekoo homamiti sabona kenyaa
Ati du'aahi godhadhu salaata jabeessi istiqaara salaati rabbin keetin mari'adhu inni karaa si qajeelcha rabbin waan godheef beeka
Mubee koo ❤️🥰Ayuun adabaa fi namusaa hin qabdu bagaa Rabbiin sirraa dhamsisee mubee attii nama garii fi nama baredadha Rabbiin tani ishii caltuu siif haa kenu ok
Dhugaa kee jetee qaalii koo rabbii umuurii kee nuuf yaa dhereesuu Leecaa oromiyaa koo ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Namni ullee jalalatti dhanamee dafee fayyuu rabbii sii haa gargaruu obboolleessa koo qallii ani nama akka kee miidhamee namni jalalani miidhamee fayyaan isa rabbii n bira male hin argamuu rabbiin furmata sii haa keenuu ❤❤❤❤❤
@@KuwaitKuwait-n2f amiiiinnnn
wabii dhisi baqaa hirreen qadaa Rabtii jedhani silaa
Osoo si jalatee dursitee
Sado hin jalatuu turee eshen
Jalala sif hin qabduu dhisi jirenyaa kee eegali atis❤️🩹🥰🥰
Garaa na nyatee walhii mubee Abshiir Rabiin wan siif ithuu sii ha kenuu hanga nama jalatuu malee hanga namii sii jalatuu hin bekamuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤
Amshir rabbi obsa siif haa kenu isheni keti miti rabbi sif hin qone kee ka rabbi sif qode sif haa fidu wolahi intaloni suni hin cubifamti muca qashiti kana kani akkanati ishe jalatu dhifte abba ilmaniti rarati atti waye ishe dagadhu shamisis burcoqo sanis wana sura issi jedhame ofi birra balesi nama bira wolin hariro umi wolahi hin dagata balesi shamisi sanis gati jalati akkana hin jirti garu yero kana😢😢😢❤❤❤❤
Ufaataan san gubii kubayaa saanis of duraa gaatii😢😢😢Akasitii malee hin dagatuu Aniis mudanoo Akkasii qabaa garuu waan hundaa ofiraa balesee dagadhee Alhemdulillah Amaa daantaa isaan qabuu
Raabii si haa laafisu inshaala garu wantootaa isii si yaadaachiisan hundaa ofiiraa faageesii kaayii hangaa yeroo darbuuti garu obbosii yaa obboleesaa kiyya😢😢😢😢😢😢 waly baay ee gaadee amshiir
Jabaadhu waaqayyo Kan siif qopheesse qaba waan ta'eef hin yaadda'in
Yaaa miskina ati Rabbiin sabrriif sabataa sif hakennuuu😢😢😢😢 intallii tun garuu cubbuu kee kesaa hin batuu
Amshirii mubee rabbii taa isii olii sitii haa qabuu inshaallaah sifii rabbii fayya gutuu sifii haa kenuu❤❤❤
Uuuuuuffffiii yaa Ayuu Rabbii qalbii tee haa caabsuu insha allaah qalibii cabsitee mucaa qacaalee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Atii Obsaa qabachuu qabdaa yoon obsitee Rabbiin waan ishee caaluu bakka maddaa keeti saan bakka siif busaa ❤❤❤
Wollah shamaranii namaa isii jalatee dhiftee kaa biraa mafii filatii😢 anii mucaa woyii osoo naa jalatee maratuu isaa dhisee kaa ofii jaladhee herumee
Mubarak ati ammaa miti duraan dogongorte. Dogongorri keetiis pirankii san gootee ishiif karaa banuudha.
Rabbiin yeroo waa'ee waan nuti jaalannu dubbatu Akkas nuun ja'a.
Isin waan tokko ni jalattan (Garuu isiniif Sharriidha)
Isin waan tokko ni jibbitan (Garuu keeyrii isiniif qaba) Isin hin beeytan garuu rabbiin ni beekha nuun je'e dhugaadha jechi rabbii. Wanti nuti dhabne hundi qoodaa keenyaa miti nutiifiis gaarii akka hin taane waan beekhuuf Rabbiin nurraa hambise.
Si qofaa miti wallahi namaan jaaladhu kan wal fuudhuuf beellama qabanne akkan hin yaadinii fi bakkaan hin yaadinitti inni bultii jaaratte torbee tokkoon dhukkubsadhe. Umrii kiyya guutuun jaalachuu dadhabe😢😢
Irraanfachuuf waan isii ittiin yaadattu ofirraa fageeysi bakka isii itti argituus yeroof hin deemin!
Kan ganama waaqni sii lalabee lafa jirti kanaaf waa'ee ishee onee kee kessa baasuf yaali gooftaan sii haa gargaruu bro koo ❤❤❤❤❤❤
Ayzoo wabiiq😢😢 ayzoo kan imana qabduu rabbi sifa keenu jalajalllii Malawian hin bitamuu
Uuuuuuuuuuuuffffffffff 😭 wallahii billahii jaalalii gowwaa walala nama gotii rabbiin jaalalaa kessattuu nama sin jaalanne namara haa qabuu obbolessa koo anis akka ken tayee abshirii nii darbaa!💔💔💔💔😢😢😢😢
Abashir biro wani hundumafu rabii jirra wani ta efi ❤❤😢😢😢😢😢😢
baga rabbin sii fayyissee obboleessa kiyyaa qali ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ati kan carraakee hin dhabdu Abshir qaaliikoo si isa bareedaa dhiistee abbaa ijoolleetti boossii ❤❤❤
Isii dagachuu iddoo isii jirtuu irraa fagadhuu meshaa isii ufii biraa gatii rabbii taa ufii jalatee sii haa qabuu😢😢😢❤❤❤
Atii dhisii isnuu namaa biraa filatee dhisi kaa atilee tee lafumaa jitii inumaa kanaa tobadhuyuu yoo muslimaa tatee eshii namaa namaa jalanee wojinii figunii babachisyu hadhaa takkoo jalaa sagalii hafii biraa wanii biraa hijiraa kajetuu sanii asumaraa yuu fidinii wanii biraa baredaa fidii likii sifii gonaa eshii 👍
Dhuga ketii walahi mube ko qali kenya Rabin ka aka ketii sif kenu Rabin inshallah Atii jabadha obsii walahi ❤❤🎉 Masha Allah isitu si dhabe male atii isi hin dhabane😢
Jabadhuu atii namaa cimadhaa bagaa fayyitee jalatani dhabun Bay.ee ulfataa garuu onee kee madofte kani walanu sif haa kenuu rabii
Tana intala kaballadhan namatti figdu jaalalli ishi na midhe jette oduu Kee odeessitee yaa Abboo tun intalli balagedha Abboo baga sirra adda bate
wabbii obsii dhugaan jedhee keyrii dhumaafi wal hafuudhaanii garuu jirenyii jaraa itti hin fufuu haqaa dabdee jirtii wantahef .sif rabbii habusuu kan isii caaluu🎉🎉
Dhisii rabii homafii siraa qabee italtii hamtudhaa abshirii obolesaa koo taa ufii jalatuu rabii sitii haa qabuu ishalhaa ❤❤❤❤❤
Bagaa rabbiin si base maashaallaah jabbadhu hojadhu abba fette caaltaa
Bagaa Raabbii si fayyisee Obolleesaa kiyaa Mubarak ❤❤❤❤
Abshir hadhoo kerumaafi waan jallatanitti hin hafani
Bagaa fayyite,
Garuu ati bay'ee nama hubatadha!
Wanta hunduma bilcheessite dubbata jabbadhu .
Attii Jalalee Tananttee Mafii Peranki Akkasi Gosiftee Ofii Dhabsifte 😢😢😢Amma Irranafadhuu Baqa Iesheni Jalala Kee Hin Qabduu Atisii Dhissii Ofiraa😢😢
Abshir duberti gote intelti suni baga sithafte atimo mochi bereda kenbra beredu isicala argacho nidandeta❤❤❤❤❤
Rabi garage hakutu jaladhukabira iti irafata yojalate watota sibira jirumo gesikenifi akaiyadane basimanaketi
😭😭😭 dhuga keti walhi Anu muca toko kan walin gudane jladhee wagota bayeee midhma ture ergasii biya gadii dhise deme gafa biiya galu mucicha San. sif jedhe of ajesu kotii jedhe jaalllala ko iti ibsadhe. Nara qeybale waga dhera boda alllhmdulilh jallalaii ibidaa walhii 😭 amshiir bro kiiya kan si jlatu gutee
Jalalaa falaa namaa demaa kaa atii jalatuu sii jibbaa kaa sii jalatuu situu jalanee dhugaa anii akkaa obbolessaa kiyyaa baay'ee sii jaladhaa midhamuu kee hedduu naa dhagama
Ayiii jalala wlhi wan jalaalaii wanini nama godhu namaa jalalan midhameetu bekaa😢😢😢😢😢
Wowowo wowowo masha Allaha masha Allaha tabarakallah ijara hafaa umrii waalin isiin haa dheresu 😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘
Sihii bareda kanaa dhifitee saidoo molaxaa ABBA ilimani malaqa jechaa jalatee dhisii atii ta.aa keyirii qabuduu Rabbii sitii haa qabuu
😢😢😢😢😢
Anii Gorsaa sii qabuu anuu akumaa kee cabee😢😢😢
Amshirr amshirr biirro koo bagaa raabbii si fayyiissee kaa waann fayyuu keetti jalalaa jechu kaa jalatteuu beekaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Uuuuufii namaa gadisaa abashir kan raabbiin jedhee malee kan ofii jedhaan hin ta'uu😢
wabii walahii Taa isii Caalatuu. Aragata isii ifiirra dhiisii ❤❤❤
Ayyuun garuu kana abbaa ijollee maal itti gooti siwayaafi silaa
haqiikee rabbiin hin dhisiinif hagaanaamtuu rabbiin isii hagaanu hin milkahiin hayuufi saidon
😘Abshiri mubee boden kee baredada dubii jalala abuba qafatu beka💔💔💔💔💔💔💔💘💘💘💘💘💘💘💘😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Abshiru qalii nama dhabunis argachuunis homa jiruu
Uufff Garaa Na Nyatee Dhugaa Abshir Qali koo Rabbin Obsaa Sif Haa Keenuu sanyii koo ❤❤
Dhugaa keti gaaru waqaayo jajaabiina siif haa kennu jalalali baayee ulfaata dha
Rabbiin keeriimaafi Godhaa 😢Osoo Park Sannuu Dalaguu Batee Wly😢
Waallahi namnii gafa jalatee dhabee san bodaa waan namaa argatu namati fakkatu abshiir qali ko😢
Abshir mubee waan Rabbi jedhe malee Kan namaa hin ta'u kanafuu
Yeroo tokko tokko jireenyii ilma namaa Akka nu feenuu utuun taane Akka ufii feedhetti nu deemsisuu danda'a kanafuu ati jajjabaadhu
Hiwot yiqaxilal Abdiin kutin ishenis jireenya ishii jiraachaa jirti Atii immoo yaadafii jaalalaa isheen of dhabdeeta Kan ati jirtuu kanafuu fageesii ilaalii fageesii yaadi ofitti deebi'i please please of hin miidhin bro😭 Nama dhukkuba Ugaa rabbii
Yeroon yaadu jaalalli dhugaa wanta na qofa biratti arkamtu se'aa
Jaalala dhugaa jechuun uuuuuufffff ka jaalatee arke qofatu beeka kan hin arkin dammoo Akka ati safuu cabsitee durriyyee wahiitti Si tilmaama abshir wabii Koo guyyaa gammachuun Kee daran dhufu arkuuf jirta inshallah ❤❤❤❤
Waqqayyo kaa ishee caltuu siif haa keenuu bro ❤❤❤❤
Wl wr wb akam ngy abshir bro rab taa isn tatu rab isn haa fiduu asha aallh baga fayite bro koo
Rabbiin waan gaarii sif ha keennuu
baga fayyite baga rabbiin sii fayyise obbolee ❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Abishiirii wabbiii kooo Rabbiii Kani midhammaa kee ittii dagatu sifi haa keennuuu bayyee gaddee dhugadhaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Abshir rabiin kan ishee caaltu sif kenni danda'a😢😢
Obsi siLaalu dadhabne siwaalin bunullee furmaan hinjiru isinqooda keeti mitti mube dhisi rabbiin waan isn sif hintanef sira hambise rabbiin gara kee sihajabeesu
Mashaa alaa bagaa fayitee wobii bayee garaa naa nyataa😢😢😢😢😢😢
Dhugaa keejetee qaalii koorabbiiumuuriikee❤❤ nuufyaa dhereeseuu Leecaa oromiyaakoo❤❤😢😢
Abshirii habibi😢😢😢 kani jalate beka wani jalala rabbii wani ati jalatu yoo si dhabasise hin gadin malifi jenani wani si tanefi si dhabasise male osso sifi qode si dhabasise wly tahefi kani ishe calitu baga sifi busa kani si jalatu kani si kabaju tani isalamuma qabdu rabbii sifi ha kenu inshaallah abshirii dura situ jalate male isan si jalalane si dhisite kani biro jalatu ture garu bode issa na gamachisin
Waqayyoo kaan of jalatee bakka ishii sif haa busuu abshiir wabbii koo 😢😢
Tisheetii gubii kuyaa cabasii dubaraa biraa jaladhuu sirraa badaa
Abshiiruuma Guuyyanii hin daraba❤❤❤❤❤❤❤❤ maaaaaashaa Aaaallllllh baga naganii deebiite
Abshiir dhuga ketii ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉bagaa rabiin sifayisee
Homa mitii waaqaayyoo kani ishee caaltuu siif haa Latuu bayee nama dhukkuubaa jalataani dhabuun ulfaataadha Dhugaa 😢😢
Abshiiiiiiir Rabbiin kan isii caltuu kan isii calatii jallatuu kan sii jallatuu sif hakenuu wan hamaa ofduraa qabdee cinqamatuu hundaa of duraa dabsii surasiilee hin laliin
Gafaa kanaa gotee errafataa dhuftaa
Hayyii Jalaalaa tanaa 😢😢😢
Abshiir Wabii kenyaa rabbii taa sii jalaattuu siif haa baasuu
Amshiir qaalii rabbii umurii si haa dhersuu ❤❤❤❤❤❤❤❤
abshiri rabituu jiraa wubii kenyaa Rabin baga sii fayisee ❤❤❤lakii naa godhafii 😢😢
Woyyoo waqayyoo obsaa sii haa kennuu dhugaa bayyee namatii dhagamaa😂😂😂😂
Abshiiir biroooo rabbin kan kayrii sitti haaqabuu jabadhuu
Abshirumaa obboleessaa koo 😭😭😭 bayeen sif gadee Rabiin koo kan isi caaltuu
Rabbi kerfi dalgaa waa maraa ykn kerii siif hin qabduufi sira dabrsee dhisiii garuu yadanoo gara gara ufi biraa fagesii hadraa jabdhuu atuu nucaa xiqaa qaxalee kanaa fuldurii kee ifaa abshiir numaa dabraa martuu halkaan dhertefi barhuu hin oluu ayzoooo wobiii
Uuuuuffffffffff waan hundaa dhiisi Baga waaqayyo SI maaree intaluma kana irra fagaadhu lakkofsa Kee as Jala kaa'i mee
Wlh wabii butii tariin Akka hin jenne Si ajjeesti, uuuuuufffff homa jedhu dhabee bar 😢😢😢
Hattiikee hinuma badhafate shaaaaaa allaa haintal sun wa afanii sibasufdhuttee yadda'an turewan badadubbata jedhe gadanya ayyui
Amiiiiiin yaa rabi 🤲💔💔💔💔🥹🥹😥😥😥😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭anis akuma kanke kanan taha turee walahi jiru namati dukanesaa halkani kuyaa adan si walalsisti jalali💔🥹😥😭😭😭😭😭😭😭😭😭jirachu nama jiibisisaa ani sifin bekaa argen jiraa wanin taheef 💔🥹😥😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭wae jalalaa namuma jalate dhabetu midhaa isaa bekaa walahi 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Amshirii ta isii olii argataa wabii obsaa si ha kenuu❤️❤️
Mashaallaah Bagaa rabbin si fayise❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wobii ❤ ee dhuga keti jaalala jechun bufaa wan iti faakestu hin jiruu gaaru wan hudaa jalatef argachu hin dadesuu 😢😢😢 gaaruu ati wan isii wolin gotee kanen akka suraa bilbilaa ishee ofiraa baalesii wly hin daagataa yeerodhaf midhamta màlee hata'u garu duraan dursaa amirin hhudumtu akka hrkaa raabbi ta'ee yadadhu raabbin wan fidhasa nama godha obsii obsan tarkafadhuu ❤❤❤
wabbi rabbin jalala isi sikesa kaye sikesa habasu
Way wabii Koo osoo hunduu akkuma Kee kanatti jaalalli dhugaa galee fii nama hubatee😢😢
Ifdura dhoksi waan hundayyu wabii 😢😢
As wr wb laakkii yoobolesakoo Akan hin tiin duubarti basyeedha iittiifafar goodhii❤❤❤❤❤❤
Bayyee garaa namaa chata obboleesa koo 😭😭😭😭😭😭sabbirii siifi hakeenu
Jalala ayyuu kesaa bayuu intala balagee tanq
Dhugaa ketii wlh amshir sanyii koo uuuuuffff 😢😢😢😢😢😢😢
Uuuffi rabbini intalaa isini caltuu tan imanaa qabduu siif ha kennu akka onnee kee sii fayyituu wallah Ani sirritti sii beeke wan akka kee na mudatee Jira wan ta'ee abshiri rabbini sii gatu jalalaa jechuu wallah ija qabu 😢
Jabaa koo jabaadhu yaada keessa bahii jireedha kee jiraadhu yoo hadhaa qabatee harmee kee laalii
Amishirii wobi ko rabinbti isi oli sifi hakenu ishalhaa❤❤❤❤❤❤❤❤