Ayyiiii waaqayyoo isaaniif haa dhiisuu mucaan miskinni kun maal isaan godhe kan akkasitti reebani Kun hunduu sababa ayyuu jedhan sanatti ayyuun ishee haa badu 😢😰😭
Yaa Allaah uuuufff rabbin si haa fayisu 😭😭😭😭😭tana taa gala sagal ta safu beyne rabbin simlkesin ayuu tun jala hafan male lubbu namtu nyachuf demtiiwyyyyyy
Rabbiin guyyaa cidha isii boolla haa taasisu insha alla 😥
Rabbiin ittiin isii hin gahiin gaillaa sanan inshallaa hankakatuu
😢😢Wabii miskiina uuffff Ayyuu jinnii qabdi intalli sun.Mucaa bareedaa akkasii dhiistee abbaa ijoolleetti rakkatti
Dhugaa jetee mucabareeda dhiftee jarsaa mataa moolu filatee bultii nama dhiigdee wabii alkkas gootee isheenis milkooftee hin jiraatu
@@Gudisee jalala dhugaa setee birriif jalatee wobii ganttee balagen
@@Gudiseenama mata moolu kanatuu bulu fi bulchuu beeka sanifi dhiisii
Argaa Ayuu isheen ganaa lubbuu nama basisuuf demtii waqayoon nagaa haa busuu maale
Garuu dhugumayuu
Ayuuu seexana wayii rabiin guyyaa gilaa kee awalaa kee haa ta'uuu waqaanii siin milkeesiin rabbiin sii gubuu gubadhu
Wolayii dhugaa jete
Hin Abarina
@@Jannat-ke2wc Balagee gudisaa badii dhaa tuun barbaree hundutii ishii naqudhaa tanaa sababaa ishitii mucaan du,ee ole maal hin abarinaa jetaa dhigaa mucaa raa yauu ijii kee hin argaa mitii 😢😢
@@Jannat-ke2wc maalif wabii rukkutani ayuu ishee lablaba sanatu afaan ishee qabachu dadhabe rukkuchisee miti namani pranki namarti hojete yoo dhifama jedhe hin dhaganii maatin ishees hareedha
@@shawayee6573 nagubdee dhugaa waqayoo wabiin miskina waan inii baleese tookole hin argine
Waaqaayyo isaa haa fayyiissuu
Uuuufff 😭😭😭😭😭😭Rabbiin sihaa fayyisu mucaa miskiina Akkana gootanii Ayyuu dhugigaa dhiigasaa haqa mucaa kanaa Rabbi isin hin dhiisin ☝️😭😭😭😭😭
Rabbiin sihaa fayyisu 😢
Ayuu bulitti kee kaani du'aa sifi haa taahu rabbin musibaa sitti haa busuu rabbin dhibbe yaala hin qabne sitti haa fiduu rabbin balaa Ati hin seene sitti haa busuu insha Allah yaa rabbi yaa Allah 🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭
Amini inshallah 😢😢😢
Akasumaa jadhaa ittii kadhaa kan jaras nuhagarasiisu inshallaa kansiimoo duhan hadhabadu
Yaa Rabbii koo gailaa isii hankakasii nuagarasiisii
😢😢😢😢😢😢😢😢
Wabbii koo miskinaa garamii namaa😭😭 Rabbii siihaa fayyisuu inshaallaa 🤲🤲🤲intaala isaanii gudisaa balleessanii mucaa miskinaa ajesuu warraa samuu dhufee walituu Rabbii bakkaa tokkottii siihaa fixuu inshaallaa 🙏🙏🙏
Rabiin si haa fayisuu ishaalaa 🤲 itala san Rabiin kanaa olii isi haa azabuu ishaalaa ya Allah ya Rabii 😭😭😭😭☝️☝️☝️
Rabin gafa cidha ishe gada atasisuf rabishe ajesu intala sare tana abshir obilesako rabi sia fayisu 😢😢
Uuuuuufffffi yaarabbii mubee raabbiin sii haa fayisuu dhigaa kee raabbiin siif haa basuu😢😢😢😢😢😢
Yaa saido wly raabbiin siin milkesiin inshallaa
Rabbiin guyyaa ciidhaa ishii sanaa kaan hawwalaa ishii yaa godhuu nagaan hin ofkalchiinii rabbiin dhabamaa ishii yaa godhuu
Ayuu rabbiin dhabama si ha gadhuu isaa rabbiin ha fayyisuu
rabbii sihafayisuu mubee abshiir inallah min asbirin rabbii sicinaa hadhabatuu 😢😢😢😢
Sa'idoon fuudhu hin qabu Ayyuu😊
Laaa ilahaa illah😢😢😢😢😢 intala galaa ibbiddii dubarrttii irraa ka'e hin dhamuu woy miskina Rabbiin sibira hadhabatuu
Yes
intaloo Ayyuu jefhanin tanaa Diqalaa Baalgee intaloo gaalaa sagalii Sharmuxaa
Gaati isaani Waaqayyoo isaanif haa Kaafaluu💔💔🥹🥹
Rabbii sii haa fayyisuu obolesa koo mubii
Mucaayoo kun nu lubbu ijoollee waali Ajeesifti waaqi maali nama dhibba Ayii oromoo keenyaa dhuga😭😭😭
yaa. Abaarramatuu. inashalahuu. Atii. Hiinamiilakootuu. yaa wabii
Waqqayyoon si haa fayyisuu ishii wabii ofii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️
Wayiii misikina ko 🤲🤲😢😢😢😢🥹🖤 Aboo kana gowa balage Rabin dhabama ha godhuu inshallah ☝️🤲😭😭w ko obsii 😢
ittali sareen tun Nama walitti natte rabi sii haa ballessu wabi rabbi sii haa fayyisu 🙏🙏😢😢😢😢
Hintaliitii shallee santuu ijollee wal nyaachiisee ayiii😢😢😢😢😢
Uuuuuff 😭😭😭😭😭rabbin saa fayisuu wabii kooo Ayuuu sharmuxa rabbin sii milkesiiin inshalah gal’ilaa sanan sin gahiin
Mucatidhuma martu sanha rabini bala toko itini hagau inshallah abshiri wabi 😢😢😢
Isinti bagaa woli galtani Hadhaa ilmani kophatii hambiftani inshallhaa sumeyalee ima jiratii👍👍👍
baga rabbiin sii basee ashamri rabbiimuu jira hin fayata lnsha allah yaa rabbii 😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲☝️
Ayuu dhabama siihagodhu insha'Allah bada sharamuxaa wabiko rabii siihafyiisuu insha'Allah 😢😢😢
Ayyiiii waaqayyoo isaaniif haa dhiisuu mucaan miskinni kun maal isaan godhe kan akkasitti reebani
Kun hunduu sababa ayyuu jedhan sanatti ayyuun ishee haa badu 😢😰😭
Rabbii hojii ishee haa kenuufi sareen tuun ishiin maal shafadhii mee mucaa sababaa ishitii du,ee ole 😢😢😢
Saidiinis intaala maraatu sanaas rabbiin gadaa jaraa nuhaa dhageesisuu
Ashirii rabii sii halafisuu tunii shamuxaa umataa walii ficisistee jitii uuuuuuuuf
Wabii ko inshaallha si ha fayisu
Uuuuuuuufffffffff tunii martunii malnii rabii shaa darbuu. Wanii hini yadnee sitii yaa busuu rabnii wabii misknaa koo rabii shaa faysuu
intallaa hayuu Rabbii isii hakkakasuu gaiillaa sanaa
Akaa hadhaa Rifadhee hin rifanee aboo balaa tasaa rabii itii Haa galchuu woraa sii dhahee obolesaa koo qalii😢😢😢😢😢😢😢
Yaa Allaah uuuufff rabbin si haa fayisu 😭😭😭😭😭tana taa gala sagal ta safu beyne rabbin simlkesin ayuu tun jala hafan male lubbu namtu nyachuf demtiiwyyyyyy
Amshirii qalii SI wajjiin ji,raa
😭wly mucatini Ayuu jedhani tuni jinii gudadhaa irraa fagadhaa mucaa misakina malifi jiruu isaa balesitii balage italaa 😭😭😭😭😭☝️☝️ rabi sii haa fayisuu amshiraa 😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️
Rabbiin waan hojii ketii siif haa kennuu intaloo shallee tanaa Qabriin si haa nyattuu Yaa Balagee
Wolhii biilhii rabii balaa woyii isatii haa basuu inshallah 😢😢😢😢😢😢😢😢 abshri garaa ko
Sübhaan Allah 😭😭😭 Ayyii namaa intloon faaraa guddaa qabdii
Wabii Rabbinii si hafayyisuu😢😢😢😢😢 Amoo namitii sanii balanii Rabbii isitii ha bu.uu saree ganaa
Rabbii sii haa fayyisu yaa rabbii dhugaa mucaa kana basii uufii miskina kiyya 😢😢😢
Ayyuu gailumaa atii dulachaa malaxaa Sana wajjiin dhabatuu sunii dhigaa siitii haa ta'uu takkaa. Jirenyaa nama digdaa takkaa obbelsaa kee isaa abaramaa wajiin mucaa miskinaa rebduu😢..atii fi obbollesii kee samunii kesaanii duwadhumaa.qafoo wanii..sarootaa kana
Rabbiin si haa fayyisuu inshaa Allah😢😢😢😢😢😢😢
Rabbiin sii ha fayyiisu gara nama nyaata wallahi
Aboo harkii jaraa Haa cabuu dhaltufii jedhanii miskinaa rabii nyatanii sidoo italumaa sanuu ufiraa dhisii😢😢😢😢😢😢
Yaa subahan Allaah garaa jaben namaa😢😢😢😢😢😢uuuuf😢😢Rabbiin sihafayisuu inshaa Allaah😢😢
Wobiye misikina ayu hitqlo jedani shana bulutinati shaido wojinini ijarachu demetu sifi himilikayini ishalha kani gada sifi hatu kani gamachu sifi hitayini silayu mala gamadamiti buluti nama dide gamade jirata kafhatu maratu muca oboleti jara hiqabatanu kani dirani nafudijede kadata olu shafu cabashe malifi wobi misikina rukutani ulene rabi ishana hadayu😢😢😢
Waaqayyoo saa faayisuu mucaa miskinaa naana ayyiii😢😢😢😢😢😢😢😢sayidoo atti intalaa dhigaa namaa dhagalstuu yoo futee attuu dhirraa mitti dhugaa
Warrottan as jalatti argamtan hundi gammachun mana keessan haa seentuu maati naa tahaa❤❤nabira hin tarinaa❤❤
Wolahi dhira bara hamakesah hin jirtu ati wobi koo obsah guda qabda Raabiin sahafayisu abshir 😭😭😭💔💔💔💔sharamuxa gadati jete midhamte dhiri duru midhama duru hidhama duru tumama oke moti koo❤❤
ይች እብድ አተን እድህ ያስደረገች ያንመላጣ እሷውናት😢😢 እምዘረግፈው እልህ ያሽርህ
Amshiri obollesa ko rabbini si ha fayishuu
😭😭Ayyuun jedhan ummata wal nyaachifte subhaanallah😢😢😢😡😠😠😠
Uufff Rabbiin si ha fayyisu wabii 😢
Inatala baalage santu kana hinda dalage😢😢😢
rabbi si haa faayyisu rabbi wani akkana namara haa qabu 😢😢 amishiri
Ayii Rabbiin siiha faayisu gaaru obboolesiikee kaan dubai jiiru dhugaa siinjeedhe bayyee namaa Arsa duubi maati muucati😢😢😢😢😢❤❤❤❤
Rabbiin sii ha afiiyyuu amshirii sanyii wabii miskiin nyaataanii woyii ayyuu jiinii 😭😭😭😭💔💔💔💔
Ayyuu rabbii bultii du'aa si haa godhuu inshallaah😢😢😢
Miskiin kiyya wallahi bayyee garaa nanyaate yene abbat abshiirr rabbiin sihaafayyisu
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢ya allha wabi rabini afiaa siha gouu
Rabbiin sii haa fayiisuu inshaa Alhaa
Rabiini sii fayisu misqina
😢😢😢 rabbi si fayisiu wabi
Dubii dhalaraa katee hii qabanotuu Ahiiii ya mucaa rabii si yafa yiisuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Wabi rabii sah fayisuu hitala sanmo rabii gailaa isi du,aan hajijiruf erumtee aragalftin mucaa miskin tumsiftee bira siha dabrsuu hitala sheyxan kan
Rabbi sii haa fayisuu miskinaa koo uuuuuuf
Rabii sii haa fayisuu mubee 💞😭😭
Ayyuu sare bultii te taa ibidaa haa taatuu😢😢
Saudio Ayuu gafaa ga,elaa kesanii rabiin addaga hin jiree isinitii yaa faraduu sharmuxaa intalaa rabii ga,elaa garii isinii hin godhin sexanaa sharmuxaa hadharahuu saidoo atis rabii bakaa tesee sii hin kasin kunii hundii balaa kesanuu najisodhaa hadharahuu rabii dhirsafii nitii isin hin godhinii mubaraki rabii saa gargaruu dhigaa ketilen lafatii hin gatin 😭😭😭😭😭
Rabbii si haa fayyiisu inshaa allah 😢😢😢
Waqayoo sii haa fayisuu balageen tuni waqayoo kaan hojii ishee haa kenufii
Mucaa jaara hiinidhatanu jaari fayyaa hiqabanu maalif muuca miiskina mucaa gaarami kaana Rukkutu anaani saanyikoo😢😢😢😢😢
Ayuu rabinii sii haa ajesuu cidhaa kee sanii Duaa sifii haa godhuu inshallah
Rabbiin isa haa fayisuu ❤❤❤
Wabi misikina malifi jibitu isini rabi siha fayisu wabi 😭😭😭
Rabbiin si haa fayyisuu inshaa Allah 😢
Rabbiin sii haa fayyisuu 😢😢😢😢 habibii
Rabii sii haa maruu dhugaa bayyee nama gaddisaa garuu😢😢😢😢😢😢😢
Miciyo sani rabbii jirreenya isii haa balesu 😢😢😢😢
Abo waqayyo ishe yamarchu dhuga muca miskin ajaeissa jirti intali kuni sayiddos jalall isa hin qabdu qabenya isa samufi malee mati ishe walin
Maloo adara kesaan maloo maloo maloo Lkf .. wabii naa ergaa adaraa rabii hin gara gara maloo maloo
@@Gadoo-d4s 0931443870
Rabbin isaa haa faayisuu
Yaa Dubara Dubaruma Kana Waqaayyoo Lafa Kanara Haa Fixu Dhugaa Mucaa Miskina Kana Galafate Hintali Maratun Abshir Mubeko Waqaayyoo Guma Kee Haa Basuu😢😢😢😢😢😢😢
Obbolleessi ishiis akkumaa ishii gowwadha dhugaa osoo gaafasi sirritti rukkubee jiraate ayyuu sanii
😢😢😢😢😢😢anaa nyatuu misikinaa koo uuuu rabini balaa isiti haa ajajuu ishalaa fayaa galafatee fayi sii haa dhibu ayyuu fi obolesaa ayuu
Intaala sharmuxaa sagaxee Rabbii adunyaa kanarraa haa fudhuu radaa egee dhigaa Rabbii siin milkesinii
Miskina kiyya rabbii sii haa fayisu amshiri ❤❤❤❤😢😢
Uuufff rabbii sii haa fayisu ishalaa😭😭😭🤲🤲🤲🤲☝️☝️☝️☝️
Ayy garra waa jallatee RABBIN siif haa araramuu bro❤
anaan saree koo waaqayyoo siyaa oolchu hoomaa miti ni fayyita balaa intala saree kana si fidate haadhoo koo😢😢😢😢😢😢
Uuufff abshiir sanyii Nama maltaatee obbolesa ko maal jechuudha 😭😭my family
Sharmxaa mucatis raabbiin inshallah sargii isisna du,a isti ha jijiruuu shexan tuni azubillah
Wllahii intalla jini sanii rabbin guya gamachu ishii dukkana ittii maru😢😢😢😢😢😢😢😢
Wallahii hintaltii kun ji.a kan moo sayido akkas goti
Wabii rabbiin sii haa fayiisuu malii balaani akanaa
Inalillaah 😭 💔 intallaa sa'ree dhiraa wollii nyachifitee