Abshir habibi ani duranu sodadhen jiraa yo wa taka tahe sihuma jedhani oso sargi demu dhabatehis nama ergee fusisee jedhamun isaa wa hin oluu yo demtes yo haftes maqaa ke dhahun wa hin oluu wa taka tahamanan sihumaa jedhanii malif garuu 💔🥹😢abshir wa hundafuu abshi habibi 💔💔🥹🥹😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Abshiir wobi adufi oduu haga yero nama gubiidii baka takalee hin dhaqiin ma hin maraatee issuma ira fagadhuu jiruu kee jiraadhuu kuniisii ni darba obsii atii nama garii rabbii fala siif ha laluu abshiir ayzo siit hin dhagaymiin rabumatii tawklldhuu
Wabii bagaa fayitee ilmaa Ormoo qalii kenyaa nu jiradhuu si jalanaa warii Wabii jalatin lakii itii robsaa ilmaa kesanii gudisaa ❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa keetii
Rabbii abbaa dhugaa sii wojiin haa jiratuu inshaa allaah bakkumaa jirtuttii ngh ta.ii Rabbii sii biraa haa jiratuu 😢😢😢😢❤❤❤❤
dhifamalle Naa godhi sargi saan dhaqu hin qabdu ture. durayyu kuni Akka dhufu shaku qabda ture. hundafuu Abshir😥😥💔💔💔♥️♥️♥️🙏🙏🙏
oso hafelee keesaan haafuu rako qaba hafee jedhanii😢😢
Baga bade dhugaa rabbii baga bade saido eyuu calaleti
ws wr wb ❤❤❤❤bagaa rabbii sii fayisee🎉🎉❤❤Maatii naaf taha oboleyaan koo❤🎉 keyirin isin hin darbinii hamtun isin hin arginii mana keessan keyirin Haa gortuu harkii keessan fayyaa Haa argatuu 🎉🎉❤qaliwaan
Atisi rabbii qadaa Akkasii hin jedhin Pele's 😢😢 Walhalla garaa naa nyatta Attii❤😢
Rabbin si Haa egu Amala qabesa nama😢
Irraa gorii jiraadhu ati qulqulluu tahi san booda rabbitti himadhu sirraa ittisaa rabbi humnni tan rabbiit intalaaf ufirraa sishakkaa irraa fagaadhu
❤❤❤❤❤❤❤❤dhugaa ani sii kabajjaa sii jaladhaa atii namaa dhugaa jajallaa bekuudhaa
Waan kadhattan rabbirra hin dhabinaa❤warri asjala jirtan hunda ❤rabbi waan yaaddan isinii haa tahu❤🎉maatii naa tahaa 😢❤oliin rabbi isin haa deemu🎉❤Aamiin❤
Amshiir qallii nama inni qarashii abdatee atii immo rabbiin qabdaa jabbaa hundaa olii
Rabbi sii haa tiksuu immoo nama sin fennee irraa maa hin fagaane Obboolleeysa koo
Bagaa nagaan dhuftee qalii oromo waqayyoo jiraa dhugaa kee siif basaa abshir hadhoo koo
As wr wb 😢😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Wl wr wb baga rabbi si fayyise Hunduu hin daraba yeroo murassaf Ajanda godhame darba ati qulqulu ta,ii malee🥰🥰🥰🥰
Sumayaa 😢😢 bayyee Nama Gadisissitti biyyaa Abbaa sargi tti ijollee Isaa dhisee
Abshiri wobii rabii jiraa hin yadini ati ❤️❤️❤️❤️♥️♥️♥️♥️♥️😘😘😘😘😘
Abshir habibi ani duranu sodadhen jiraa yo wa taka tahe sihuma jedhani oso sargi demu dhabatehis nama ergee fusisee jedhamun isaa wa hin oluu yo demtes yo haftes maqaa ke dhahun wa hin oluu wa taka tahamanan sihumaa jedhanii malif garuu 💔🥹😢abshir wa hundafuu abshi habibi 💔💔🥹🥹😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
𝙬𝙖𝙗𝙞𝙞 𝙙𝙝𝙪𝙜𝙖𝙖 𝙝𝙚𝙙𝙪𝙪 𝙨𝙞𝙞 𝙟𝙖𝙖𝙡𝙡𝙖𝙣 𝙙𝙝𝙪𝙜𝙖𝙖 𝘼𝙗𝙨𝙝𝙞𝙧😢😢❤❤
seerii hin jiruu biyya keenyaa mirga namuma qabdam atis kanafuu of egadhu
Wabbii waqayyoo sii yaa bassuu ❤❤❤❤❤❤❤
Wabi Ati Ummata kaana irra fagaadhu duraa itti deebi'u balleesite dhugaa rabbi kaana booda irra fagaadhu 😢😢😢😢
Wabii sumatu pirank Akka tasissee dhisii baqaa
Wolaahi kijjibba dhisaa umata burjajesuu dhisaa
Yaa wabi rabbii sibiraa haa jratuu obolessaa koo qalii
Wabbiiko isaa attii waliti fiddee artee naftenya hadhashedhaa
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢abshiir hojii raabii hin bekkaani waan sif mijessaan ofii ittii diraamu yoo rabii jedhee😢😢😢😢
Abshir jabadhu jecha Nama dhiisi jireenya kee jiradhu🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰
Waqayyoo jiraa obsi akasuma nama gari yoo godhan namni wanta bada debise si qabessa rabira egadhu namni ulfina beku ☝️☝️🥰🥰
Wobi wlh hnn demni garri wolli fudhte hnn demtu male att hnn demni issnu dema jedhni farra kanini Birri yii qabte rabbn see lata jasbn kunni😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Amshir saanyii ofii odduu namattif bakaa hin kenin ❤❤🎉🎉
Nama Tokkoo Hin Sodattini Ofirraa Dhoggii Serrani biyyii motumma Qabdi😢😢
Rabbii isaanumatti haa deebisu shira isaan sittii yaadan hundaa abshiir
Sargi sani dhagu balesite uuuuuuuffffffiiii nami fayalesi jirata hin jiru zabana kana rabbi sii haa lafisu hundafu atti offi egi mali nimorini yoo bade nabse namatu bade mo
Wabi seera himaadhu malee garuu tokko hin deemin isini Eenyu Eenyu olii
Saido eyuu calaleti yoo nama qabate rabbii hoo maal jedhudha baga bade baga bade
Ati wabii wahee issani kessaa maa banee dhugaa bayyee garaa naa nyataa ati misikina wahee issani kessa bahii ati shababa bareda kanaa dhisi wahee Ayuu fi jaraa maraa
Wabbii Koo Abshiir Waaqayyoo Si haa Gargaruu dhugaa ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Waallahi mimorii mitii dhimaa biraa qaba saidon umar akkas nafxanyaa caman fulaa irra ejjachise😢😢😢 osso wan fedhe tahe akas gochuu qabuu😢😢😢😢 yeroo jarii umata saalale akkana godha jiran keessati😢😢
Obsi dhugaan yoomiyyuu hin dhukatu dhugaa kee Rabbiin sifhaabasu
Abshiri mubee rabbii siyaa eguu wly garaa nanyaatee
Abshiir sanyiikoo ♥️♥❤💖😍😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Wabbii ati isaan irraa fagachuu qabda yoos malee dubbiin sirraa hin fagatuu ❤
sababa ketii bultii nama dagame rabbii si haa diguu balge
Digaamii attii inii mal sii godhee jazbaa
Bagaa badee maalitu si gahee attiii dhimaa isanittii mube abshiirii seid birii qaba jaalatame kanafii
Wabbii summaya irraa gadii bua
😢😢😢😢😮😮😮😮😮😢😢😢አላህ እጣብቅይ😊
Wabii asok yene wandiime
Amshiir sanyii koo Rabii jiraa 😢
Waqayyoo sihaa eegu abshiir qaalii❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wabbii koo dhuga rabbi heddu tokko sijaladhaaa
Baga fayitee wabii koo qali nama
𝐖𝐚𝐛𝐢𝐢 𝐀𝐦𝐚𝐥𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐚𝐭𝐢 𝐰𝐚𝐲𝐞𝐞 𝐣𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐛𝐚𝐡𝐢𝐢 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐬𝐢 𝐡𝐚𝐚 𝐞𝐠𝐮𝐮 😥😥
Atii misikinaa wobii Abshir
Abshir mubarak😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
Wabiiko ati bakakuma jeerii jiiranu hin dhahanii aragii siidoni niisii hadhamanasa siiradhouyu dhadhabe gaa kesa bihii akafedhanii hajeedhanu watiijerii siigutanusii watiinijerii siihidhisanu hin jiiru😢😢😢
Yaa umataa karaa Nabbii saw iraa jirtanii hadaraa kijibaa ofiraa dhisaa duniyaa dhuftee luftufii jetanii umataa burjajesinaa hadaraa itii gallaa kesantuu naa desaraa umata miskinaa kanii wanii isinii jetanii hundaa dhugaa jedhee comment rabbinii hini jalalanee dubaatuu kanaa isintuu iraaa gafatamaa yoo balesee dhifamaa rabbinii sinii haa qajelchuu
Yaa Mube Dubi Isani Kesa Taa ii Mimorin Yoo Badee Wantii Si Galchuu Hin Jiruu Attii Ofi Egadhu Wabii
Dhugaa namatu nama Baasa Abshir yoo Amantii qabatan Amanti isaan qabanin kakadhuuf
Amaaraa wajin hin asa'in dhimma isheeti maltuu si galchee bagaa badee kan miroori fusisii sumayaadha yemen teesse afaan bantii
Amshiirii qalii yoo.rabbirkkaa.dhufe maleeq.wanii tokko hin tatuu rabbitii afii ishii qalii
Waqaayyoo sii haa eguu😢misiki nama 😢❤
situu ufii godhee akaa dubatii jelaa detee si bagaa oso dhisii irraa hafii sini jedhani
Wani 👍👍👍👍atii ofifu midhatet malifi jecha bira sini jedhaa ani
Hiiii yaa rabbi
Akkuma gaafa kaana duraa Akka si gonee Seera ofii beesisi yoo waale si godhani hin caalisin😢
Waabii koo waqayoo gudan sii wajiin haa dhabatuu
Wl wr wb Rabin hamatuu isiraa haa qabuu inshaa allaah Abshir 😢😢❤
Amashirii sumayaa jedhan hinafatu akkasi godhaa
Abshiir raabii siwajiin jirraa
Hin.demii.mee.sii.haa.tuqaani.hin.sodatini.rabbii.jira
Mal lubbu issa balesan nama nama hin qabne moo mal jechu 😢rabbin si Haa egu abshir
Wabii dhugaa rabbii bayyee tokkoo natii toltaa
Abshir wobiye rabiin sii fanna jira habibi kiya
Sumayyaan balagee dha dhisii atii ofirraa kanaa bodaa akkaa isiin wayee kan kee hin hasofnee ittii himii saidon immoo dhugaa qabaa gammachuun isaa gaddattii jijiramee isaa mitii anii akkaa mataa kiyyatitii hedduu takkaa gaddee kanaa yoo jedhu situu hachisiisee jechuu kiyyaa mitii ok namnii hachisisee umarii dha sumayyaan bittee jirtii isaa misxiraa saidof Ayyuu namnii sumayyattii umarii
Welcome 🙏 be strong for everything
isii maaltu xulxul godha sumayyaa jettanu
Wabbii dubyi demii attii obboolesake bira
Wobi❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤my kingi❤❤❤❤❤
Abshiir wobi adufi oduu haga yero nama gubiidii baka takalee hin dhaqiin ma hin maraatee issuma ira fagadhuu jiruu kee jiraadhuu kuniisii ni darba obsii atii nama garii rabbii fala siif ha laluu abshiir ayzo siit hin dhagaymiin rabumatii tawklldhuu
abisher rabiin kee si walin jiraa isaani qarshii qabaatani namaa qabataani ati rabii qabdaa ok
Abshiirii hadhoo koo 😢😢😢😢
Nama tolta dhugaa 😂😂😂😂
Wabii kiya wanuma bar badanii hafidanii
Intloo fokotuu ufanaa hin beyynee sanif jatanii Rakatanii isiin dubaratiin Ayyuu caala bareduu meqa jiraa
Kuni dhuga miti 😮😮
Atii dhugaa raabii gaaranam
Ati duranuu shakkamaa turtee cidha san dhaquu hin qabdu
Ashrii sanyii ❤❤❤❤
Essallee miilaa kee hin kaasii wabii ugaa rabbii
Kun dhimma biraa sirraa qaban Yoo ta'e malee sababa mimoriis mitii yaa mubee please please of egii dhimma kana keessaa bahi irraas fagaadhu
Guya toko insha allh numa mulata haqqinke
Waqqayyo sii haa eguu bro ( bagaa jalaa badee )
Maasaran saidollee Yoo badee gara wobii bilbilama qalabatiins Yoo badee lukkunis Yoo badee killenis Yoo bade............ Woyo garaa koo wabii hojii kee nyaadhu🤣🤣🤣🤣🙆
Wabii ko yadin kalasi rabi jira
Sayidii.qarshii.qabaa.wabii.atii.rabini.qabidaa.rabii.waniti.hini.dhabee.hini.jiruu.wanii.siyadani.sabini.hisaniti.debisee.siyaa.aragisisu.du.ayii.godhii.hini.sodatini.hitoo.sii.ajesu.demanu.du.uu.dada.u.rabii.bekadhaa😢😢😢😢
sagale sumaya Yoo akesitu baye sira deme
Abshiir ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Mashaallaa Mashaallaa garaa love ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ji'aa 2 bodaa Ayyunu mimori tatee badii naa amanaa😂😂😂😂