Uuuuffff Waaqayyoof yaa galatuu anii fuulii koo nagaa qaba amma yonnaa galataa gooftaa ko Dr atiis galatoomi bayyee si gaalateefadhaa gorsaa kee bayyeen hordooffaa jiraa Thank you so much best Dr
Dr ani dhugaa fulaako mekaapi siriyu hin dibadhu Finisni garuu yeroo tokko tokko humna ol nati baay'ata ani waan Dr kenyaa gorsitan kessa dhiphina nan dhisaa jedhen dadhabe sanatu nati fide nati fakkate amma galatoma
Dr nuuf jiradhuu Dr dhugaa Anii isumaa dadhabee😭 Akkasumaa fuli koo guraacha Guraachaa naa godhatee Nara baduu dide Dr mee raabumaa jedhee Ykn lakkofsaa keessan naaf ergaa mee gaafii biraas qaba🙏
*Galatomi Dr keenyaa gaffin qabaa anaammoo gatittii irraati naa ya'aa manaa qorichaas demmen turee nyaata ati jete kana dhisi nan jedhan garuu jijjiramaa hin qabuu*
Akkam jirtu nagaadhaa
Gaaffiin koo finniisaaf qoricha hedduu fayyadameen Jira garuu furmaata hin argganne
Dr anii kitaroti qabaa garuu dhukubii nati hin dhagahmu garuu ergaa narati wagaa 3 taha gafii kiyaa namni kitarotii qabuu ulfa,uu hin dandaha gafii lamaf yeroo dheraa nara turusati rakoo nati fiduu dandaha naaf debisaa hadara waqaa galatomaa Dr isan jalanaa 🥰🥰🥰
Nufu jiradhaa Dr❤❤❤❤❤❤
welcome Dr barumsaa ani eegaa turee bayyee ittii gammaaddee ittii nuuf fufaa ❤
Uuuuffff Waaqayyoof yaa galatuu anii fuulii koo nagaa qaba amma yonnaa galataa gooftaa ko Dr atiis galatoomi bayyee si gaalateefadhaa gorsaa kee bayyeen hordooffaa jiraa
Thank you so much best Dr
Yaa Dr Nadya anii ijolumaa kiyaanii qabaa turee mana yalaa demees nara bahuu didee namaa tokoo tokoo herumii siraa badaa na jedhanii herumees naraa baduu didee bayee fulii koo na badee jiraa maltuu naf wayadha ##Dr Nadya
Wawoo anii fullaa koraa waa hin qabuun turee garuu ammaa bayyee nattii yaee jirraa anii chokila bayyee nyadhaa bayee galatomii
Dr akkamiti of irraa balesuu dandenyaa manaa yalla tilee demeen naraa baduu didee yaroo bayye na rakkisaa manaa yallaatilee bayye demee na didee .
Gadaa galatomii Dr Akamit refensa qama Kenya irati bahu hala kamin dhabamsisu dandeny Dr
Galatomi Dr gafi qaba mee fuli koo bokko irratti na gurachatee uuuffff mali godha gafa biyya bayuu foli koo bayye baredaa amma garu na badee jira 😭😭
Mati nafi tayi sanyii
Sii.qofa.miti.anas.nabade.jira
Mal.gonuu.yaa.ilman.oromo
Mee rabbi jedha warri Qorichaa fulli Gubate beyyettan naf hima
Barsiisaa tsaggaayeen jedhama fuula koo irratti akka bugujjitti natti baha yeroo badu ni gurraachata.
Dr baayyee baayyee galatoomi barumsa kana akkanumatti itti fufsiisaa 💙💚
Maloo Dr / fulaa irratti kormamu xixiqo guraatti akkamitti baduu danda'a naaf deebisa haadara 🥺🥺🥺🥺🥺😭🥰🙏🏻🙏🏻🙏🏻
Dr .hedduu tokko galatomii .dr maloo fuunyaa koorra na guraachee mee faalaa isaa si gaafadha dhiifamma waaliin
Dr.dhibee.nuu.fixaru.jiruu.isa.kan❤❤❤
Galatomaa Dr gafi ani qabu kan bira rifeensa keenya guddinna Isa dhabbu danda'a akkamitti guddichafuu dandeenya
Tnks duraa fulikoo badera amma hojii kan nahordofa
Ana umurii koo waggaa 14 irrati nati yaa,ee ammaa yoonaa naraa baduu didee uuuuuuufffff
Galatoma Dr keena Wly Anaa Fuli koo na Baderaa❤
Uuuuf ananii baayee naa rakkisaa akkamtii of iraa baleesiinaa br
Welcome dr nafiyee qashixi kenyaa ati nuuf jiradhuu♥️♥️♥️💋💋💋💋❤️❤️💯💯💯💯💯💯👌👌👌👌
❤ dhiifaam adaraa sonoo maaltuu baallaese naa baaleseraa
Dr.nafiyad guuddaa galatomii❤❤
Waan. Gaari. Kaaftee. Yaa. Dr. Gaalaatomi
Fulaako kermii fayyadamaa najaalaa balleessee yoon maal faaayyadaamee nàaf debi'a hadaraa namattii himi dr
galatomi dr keenya ❤❤❤❤
Gallatomii Dr Kenaa ♥️
Nuuf jiraadha Dr !!!!
D R Galatomiii nufii jiradhuu
Wel come Dr keenya
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉Dr Galatomii
Welcome dr🎉🎉😊
Dr ergaa gogooriin badee bodaa fulaa gar malee Guraachaatee Akkamitii Yaalamaan Mee Baldhiinaan Naaf Ibsii😍
Plese Docktor gaaffin koo koomentii kanan walfakaata.maaloo balinaan nuuf ibsi.galatoomi❤❤❤❤
Galatomaa ulfadhaa Dr
Mee dawwa barilee nafii himaa😢
Galatoomi.dr.ani.bayye.rakkadhe..Finnisa.kanan
Dr qorichaa baariileef kan tahuf palesss viidiiyoo nuf hojjachuu Dr galatoomaa.
Well come Dr.❤❤❤💯✍🙏
Uuuff dhugaadha galaatomaa dr
Dr qorichaa isaa mee wollahii fulikoo dudaakootif gaatetii Koti jiraa
Doctor bayee galatomi Garuu mala itin of irra ballesan isinif dhiyeesa jete turee sii gaa jiraa deebi,i kootu please
Dr.Anii Meekaaphiillee fuula koo xuqsiisee hin beeku garuu bugurii hedduutu jira fuula kiyyarra mana yaalaas deemeera Amma dura jechuu kooti Qorichi isaan naaf kennaan kan garaatti Liqimsanuu ture garuu yeroodhaaf Narraa badee Ture Ji’a jaha Eega xumuree booda natti Deebi’e Dr please mee Wa’ee Miidhagina shamarraa kanas yeroo Tokko Tokko nuuf maxxansaa qorichi bugurii mana yaalaa yoo jirates Akka butanuuf Maqaa isaatiis picture isaa nuuf maxxansaa Galatoomaa 🙏
anis akkasumati rakkadhe fulli koo bugurin narati yaee wanuma isa nara balesuu dhabe
Aniisiiakassi dhugaa
Anis wly dawaa isaa dhabe fedhii jechuuf akka bishaani keesa gala garuu dawaa isa dhabe😢
Galatomii dr jabadhuu ittii nuf fufiii nun nufiiiin adaraa barumsaa garii irraa argachaa jirraa 👍💔❤️💚
Galatomi dr kenyaa dhugaa mana yaala lama demen ture homa tokko nan hin jenne
Guddaa galatomaa Dr❤! Lakofsaa bilbilaa kessaan akkamin argaachuu dandenyaa please Dr?
Dhukkuba Arrabaaf hoo Dr mee furmaata nuuf himi adaraa
urachuu fuulaa
baayyee galatoomi.barumsa kana
😊😊😊
Dr ani dhugaa fulaako mekaapi siriyu hin dibadhu Finisni garuu yeroo tokko tokko humna ol nati baay'ata ani waan Dr kenyaa gorsitan kessa dhiphina nan dhisaa jedhen dadhabe sanatu nati fide nati fakkate amma galatoma
Dr Anaa huudduu fuulii naa badee
Dr. Bayyee galatoomi ♥︎
Dr akkamitti finnisa ballessu dandenya
Welcome dr 💞
Qoricha roobbii nuuf himaamee
Dr mee rabbii jedhii fullii kiyyaa asasiya ykn shifinin dimaa naa yase biyyaa ani jiru hin ho.aa
Dr Mee bayye rakkacha jiraa fulaa gubaa naa rakkasii jiraa malaa akkamii ofiraa balesaa naaf ibisaa
Mee lakkofsaa bilbilaa kessa naaf ladhuu bilbilee sii gafadha dr
Galatoomi dr
Dr nurraa
Dr nuuf jiradhuu
Dr dhugaa Anii isumaa dadhabee😭
Akkasumaa fuli koo guraacha
Guraachaa naa godhatee
Nara baduu dide
Dr mee raabumaa jedhee
Ykn lakkofsaa keessan naaf ergaa mee gaafii biraas qaba🙏
Galatoma Dr keenyaa
Mati n afi tayi mee
Lakkofsaa bilbilaa nuuf kennamee Dr
Galatoomii bayee
Gafiiqaba
🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤🥰🥰
❤
Kaa gurachate akami balesiina please Dr
Nuuf jiraadhu dr
Ok
Dr galatomaa
Very nice
Dr galatooma ❤️💚❤️💚❤️
I like it keep it up
Bayyee galatomaa Dr
Galatoomaa Dr.
Wel come Dr Nafyaad
Dr galatomaa barnonii keesaa irraa waan bayee baranee jiraa thank
BayegalaatoomaaDr
Galatom dr🥰🥰🥰🥰🥰
Barumsa baayee bareeda Dr galatomi
THANKS DR
Galtomii 👌
Dr please gafii qabaa fulaa koo irraa gondisaa ykn madati qaba akamin balesu daddaa Dr malo hagaa bekatuu naaf himi
Me aanaan gaalgaluu yoo fayadamtee maal nama godhaa takkaa fayidaa maali qabaa pelis dr nafyad getu 🙏
Doctor finnisni Akka malee fuula kiyyarratti yaa,a maaltu qoricha
Dr bayyee nuuf Galatooma
Welcome 😘
Gudaa galatomi maaloo baayee naa rakkisee finisnii biyya Arbaatan jira yeroo hundaa nyaataan hojedhaa baayee ho aa mataa kooti shashiin hidhadha kanafii dhifamaa naaf ibsii mee
Ana finasa gurguuda osoo hin tanee fuulli koo bayyee shif jedhaa yero bayyee kunis finisa jedhamamo dr
*Galatomi Dr keenyaa gaffin qabaa anaammoo gatittii irraati naa ya'aa manaa qorichaas demmen turee nyaata ati jete kana dhisi nan jedhan garuu jijjiramaa hin qabuu*
Dr Aduu kessa bainaan deemun miidha murran ni gessisa
Galatoomaa
Galatomii Dr ❣
Dr gogaa fularatii wanti akkaa magalaa boqoo irrati nati bahee Nan hoksisaa . Zayitii tuu nati facaee sanirahi gorichi isa mali
Ani yeroo dheeradhaf rakko kanan qaba ture bifa xixxiqqattin qorichaa diclo fudhaadhen ture garuu fayyu dandeenye akkam gochuu wayya?
Dr gaafi qaba mee akkata ittin niqisata ofirra ballessan nu barsisa
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Galtooma dr barumsa garii nuf kenitan
Dr waani gugurati malin balesu daha
DR ergaan biyyaa hormaa demeen kanaaf saxilaamee chocolate chips........ kaneen hundaa hin fayyadamuu garuu fulii kotii yemuu naa ya.uu naa hokasisaa naa gubbaa gurachaa.ee natii hafaa manaa yalaa demee jijiramaa qilensaatii nan jedhaan dawaa hin arganee maloo dr malii furamani😭😭😭😭
❤❤❤💯👍
Dr gaafi qaba! mee akkata ittin niqisata ofirra ballessan nu barsisa
Hedduu galatooma
Dr yeroo yeroti natii ya.aa bugurin inis gisen burtukana nadhuu fi yeroo matan naa dhubee farastamoli yon liqimsuu gurgudatee natii ya.aa fulaa kofi laphekora fi gatitikoo dubaarat