Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Maashaa Allah baayyee galatoomaa Dr.isin jaalanna fayyaa keessatti nuuf jiraadhaa💓🙏
Welcome
Dhuga keeti yaa dr keennaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Galatommaa guddaa Dr Keenyaa 🙏🥰
Baagaa naagaan dhuftee! 👍😍🙋♀️
Welcome abba cabsaaNuf jiradhuu beekaa kenyaa
Dr Gaawonii uffattee osoo dhiyaatteemmoo baayyee namatti tola ture
Mucaan keen yaa tokkoo tuu Gizeen dhalaa wajjiin hasawweeQaamaniii issin salahaa fadhiin irraa bu’aa gizeen baree fama Wajjiin hasawaa jiruulee qabaa chuu hin daa duu Maaliin rakkoo yaa doctor Keen yaa mee naaf ibsii 🙏
Bayyee kolfee Dr aniree yeroo jetuu galatoomii
jabadhuu Dr Kenyaa
Yooyaa doctor keena galtoomii bayyee isiin galtoofadha 💕🎧👍👍👍👍
Qibati ykn oil rifeensa ehiopia dhreessan nuuf himiii Dr dhifama waan itti amantu
Galatoomi Dr.nafyad
Galaatomii Dr Jabaadhuu 💪💪💪👍👍👍👍👍👍❣❣❣❣
maatii natii lubbuu
Galatomii DrQalii 🥰🥰
Bagaa nagadhan dhuftaani Dr keenyaa
Anis itti isiniidabaluu obboletti tiyya wanni guddaan numiidhu Shampoo 🧴 filachu hinbeeknu kanaaf yaroo shampoo bottan Salphate free Paraben free Petroleum free .... kan jadhuu filadhaa bitaa bishaan ho’aadhaan hindhiqatinaa qibaatii guyyaa guyyaan hindibatininaa yeroo dhiqattan yaroo hundda dursaati maaski or Deep-treatment dibadhaa shampoo booda must conditioner fayyadamaa.🥰🤩☕️Umi ati Oromoo dhaa naan hin jadhinaa Ee Oromoo dha 🤩
Wwwww baga Tenaa tatee❤️💚❤️
Wooooooooow mashalla tabarakahlla
Me baredu to ani rifensa ko baye kunusa garu fundurani inuma dhuma me shapoo akami faydamu????👈
matii natii lubbuu
Anaa dhufuu Dr Nafyadi ❤❤❤❤❤👍👍👍👍💯💯💯💯💯💯
maatii natii luubbu
maatii natii luubbuu
Thanks u dr atii doctor garidhaa galtomii barumsaa guddaa siraa argachaa jiraa akksusii immoo kitabaa kee ijoollee Dubai kessaa jiruu ittii faydamaa jiraa guddaa galtoomii ❤
Dr koo galtomii garuu esaa jiraa nafii himii🙏🥰🥰😔😒🥰🥰
Galatomii Dr rifenssaa Bakaa Bakan namara Buqa'ee moluu ta'uf malatuu furamataa Gafii kanaa akaa naf Debisatanan barabadaa
👍
Baga nagaan nuuf dhuftan dr galatoomaa
Dr tnxs four your advice
Dr akkamiin furddiina hir'iisuu dandeenya
Gafii qabaa Dr gafii koo Adii kiyaa bay.ee rifensaa hni qabuu dubatee temeee dhumee naraa
Galatomii Dr Nafyad kanko ofumaa issatii naraa bubuqaa Maloo qoricii isaa yo jirate nutii immii
Thanks Dr /// n
Gaalatomii Dr. Kenyaa ❤💚💙
Bagaa nagan dhufte dr
Naaf deebisaa
Galatomii baay.ee lokkoo Nuuf jiradhuu
galatoomii Dr keenyaa !!
Galatommaa Dr
Tnx Dr. Kan koo haphachuu keessaa darbee firee lamatu narra jiraa
Qalamiin innii gurrachii rifeensaa dibannu suun midhaa akkamii namarran gaha
Galatoomi Dr.finiinsaa bayyee naa rakkisa Sababni maalii.
nuuf jiraadha Dr keenyaa
Galatoomi dr 💕🙏🏼💕
Dr Welcome ❤💚❤
😢😢😢😢😢😢dhugaa rabbii nraa buqaa akanumaa. Dr Nafii umri ko 24 😢
Thanku you my doctor
Galatomii Doctor .
Bayyee galatoomii Dr
Gr /Galatooma kiyya bayyee nara yaa'a hin cicitaale.
Galatoomi kaa Dr
jabaadha bayye namati tola
ulfaadhuuu Dr keenyaa sii jalaana garuu rifeensii koo funduraa baayyee naa dhumee sii haachii biqilaa
Dr nafyad kiyya dawammaan FOORFOORII maali
Gaalaatoom Drtoori waani gaarinubaressee
Galatomii Dr
Galatomaa Dr keenyaa bagaa nagaa nuu dhuftaan kiyyaa barnootaa kee baayyee namati tolaa💚❤
Gobez doc.! Jabaadhu..amma kee kanarratti maaliif demonstrate nu hin goone, anillee akkuma keeti. Anillee egaa Junior scientist dha, keetu naa hin galle?!!
Doctor qorichaa barilee nuf himaa mee morimafi lapheni kiyyaa naa badaa jiraa 😭😭
Galatoomi Dr.
Gaaffiin qaba yaa Dr maatan kiyya qibbatii hin fudhatu Mal naf wayya qosa mitti dhuga deebbiin barbada Mali 🥺🥺
Thank you very much doctor get through meaning
Dr Nagaa keessani
Alhamdulillah Ankkoo hundaa irra billusaa hhhhhh
Galatomaa dr
Galatomii anuu akasumaa
Uy garu matan kiyya jidhasatii malle naan fillamuu uuffff
Dr addarani dhumuu rifeenas dawaa qaba
Anaa dhuffuu Dr naaffi yaddii 💛💛
Dr galatomaa
Dr kenyaa galatoma 🌹🙏
Galatomi Dr❤️
Dr fulduran rifensi Koo dubbati dhessera maaliidhan debbisuu danda,aa
Galatoomi🥰🥰won ofii koo❤❤❤🥰🥰🥰👍
Waaw bayee galatomaa Dr kenyaa
yaada keessaniif galatoomaa Dr. garuu gaaffii tokko yoon kaase yeroo dibata rifeensa ykn buqqee mataatti dibatamee irra yoo turee, achin booda qaawwii rifeensa keenyaa duudee dhibee alerjikii yoo fide fi haphachuun rifeensaa yoo dhufe , garuu molachuu sanyiidhan yoo hin jirre. 1. akkamitti qawwa rifeensa duude tokko deebisanii banuun danda'ama? 2. treatmentii akkamii gochuu qabna?
Umrii nuf dheradhuu
THANKS ILAMA ABBA GADAA
Galatomaa Dr
Gallatomii dr jalalaa😍😍😍😍😍🙏
Thank you DR
matii natii lubbuuu
Woow galatoma dr
Dr Nafyadi Getu Galatoma jecha Ani Gosan jedhama magala bishoftun jiradha Matanko Najalaa hapaxe jiraa yondhabadhee miidhaa qaba ?
Bayyee galatomi dokatara kenyaaGafii qaba yaroo heduu mata tuu nadhukuba sababa maliif nama dhukubaa rakkon inni narra fiduu ho jira
Dhugaa ❤❤❤❤
*hayyee harak funee akami jirata obolesa kenaa qalii nama Nafiyad Heduuni Galatomi*
DR Gaafii wani fulaa namaangurachesuu maali dhaa
Dr kan keetuu fulaa Duran dhumaa jiraa duraa of irrattii yaltee jirta?
Dhugaadha
Heddu galatoomi fb irratti sigaafadhee ture akka gama UA-cam dhuftu Baga dhufte wal haajabeessinu 🙏☕️Fayyaan Faaya ✅
Anii uffinna qaba kiyya killo 94 malin qanna sa.a
Anii Bayye Dhiphaa garuu Fixuu gahee jira
Dr gaffi tokkon qaba? ,rifensa jidhinan filun ni buqisa kan jedhu irratti,jidhinan yoo filaame gaaridha dhumni isa hin ciccitu jedhu yoo goge gaaru amala cicitufi filan( comb) kukutu danda'a jedhu keessatu rifensa dhalaf,asi irratti ibsa gaha barbaden?
Welcome Dr kenya guda galatomi ♥️💚♥️
Galatoomaa DR 🤙🤙🤙🤙🤙🙏🙏🙏🙏
Thank you
doktar nisaa ykn hair remove miidha qaba??
Dr gafii qabaa egaa daima dhalan bodaa borcii garaa akkamitii uf irraa balesan mee naf debisii ples
Galatomi Dr
Yaada baay'ee barumsa namaf latuu kastee ebbiffamii dr
Dr mataa naa dhukubaa samuu qixxee akkaa ibidaa naa bobayaa hadaraa furmataa naffii himaa rabumaa jedhaa
Well come bro
Dokr galatoomi Anis family History qaba garuu akkan rifiinsa koo jaaladhu wanti Ani hin goone hin jiru 😍
Well nafydako 💚😚😊
Galatooma Dr maree furmataa isaa ykn kan haphate akkamitti biqiluu?Danda'aa
Gafii qaba Duktor Rifesaa Tasumaa hin dheranee Akamitii dheresan Ni gogoga yaroo maraa ????????????????????????
Galatoma jecha kan yeroo malee arriin namatti yahuirratti barumsa xiqqoshee nuu ibsa
I lake u so mach!
kaaf qrichisaa maanii
Dr ani umuriin koo xiqqoodha 25 hin gunne garuu, aarii yasee mal abbaa koo godha kana?
Perfect
Maashaa Allah baayyee galatoomaa Dr.isin jaalanna fayyaa keessatti nuuf jiraadhaa💓🙏
Welcome
Dhuga keeti yaa dr keennaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Galatommaa guddaa Dr Keenyaa 🙏🥰
Baagaa naagaan dhuftee! 👍😍🙋♀️
Welcome abba cabsaa
Nuf jiradhuu beekaa kenyaa
Dr Gaawonii uffattee osoo dhiyaatteemmoo baayyee namatti tola ture
Mucaan keen yaa tokkoo tuu
Gizeen dhalaa wajjiin hasawwee
Qaamaniii issin salahaa fadhiin
irraa bu’aa gizeen baree fama
Wajjiin hasawaa jiruulee
qabaa chuu hin daa duu
Maaliin rakkoo yaa doctor
Keen yaa mee naaf ibsii 🙏
Bayyee kolfee Dr aniree yeroo jetuu galatoomii
jabadhuu Dr Kenyaa
Yooyaa doctor keena galtoomii bayyee isiin galtoofadha 💕🎧👍👍👍👍
Qibati ykn oil rifeensa ehiopia dhreessan nuuf himiii Dr dhifama waan itti amantu
Galatoomi Dr.nafyad
Galaatomii Dr Jabaadhuu 💪💪💪
👍👍👍👍👍👍❣❣❣❣
maatii natii lubbuu
Galatomii
Dr
Qalii 🥰🥰
Bagaa nagadhan dhuftaani Dr keenyaa
Anis itti isiniidabaluu obboletti tiyya wanni guddaan numiidhu Shampoo 🧴 filachu hinbeeknu kanaaf yaroo shampoo bottan Salphate free Paraben free Petroleum free .... kan jadhuu filadhaa bitaa bishaan ho’aadhaan hindhiqatinaa qibaatii guyyaa guyyaan hindibatininaa yeroo dhiqattan yaroo hundda dursaati maaski or Deep-treatment dibadhaa shampoo booda must conditioner fayyadamaa.🥰🤩☕️
Umi ati Oromoo dhaa naan hin jadhinaa
Ee Oromoo dha 🤩
Wwwww baga Tenaa tatee❤️💚❤️
Wooooooooow mashalla tabarakahlla
Me baredu to ani rifensa ko baye kunusa garu fundurani inuma dhuma me shapoo akami faydamu????👈
matii natii lubbuu
maatii natii lubbuu
Anaa dhufuu Dr Nafyadi ❤❤❤❤❤👍👍👍👍💯💯💯💯💯💯
maatii natii luubbu
maatii natii luubbuu
Thanks u dr atii doctor garidhaa galtomii barumsaa guddaa siraa argachaa jiraa akksusii immoo kitabaa kee ijoollee Dubai kessaa jiruu ittii faydamaa jiraa guddaa galtoomii ❤
Dr koo galtomii garuu esaa jiraa nafii himii🙏🥰🥰😔😒🥰🥰
Galatomii Dr rifenssaa Bakaa Bakan namara Buqa'ee moluu ta'uf malatuu furamataa Gafii kanaa akaa naf Debisatanan barabadaa
👍
Baga nagaan nuuf dhuftan dr galatoomaa
Dr tnxs four your advice
Dr akkamiin furddiina hir'iisuu dandeenya
Gafii qabaa Dr gafii koo Adii kiyaa bay.ee rifensaa hni qabuu dubatee temeee dhumee naraa
Galatomii Dr Nafyad kanko ofumaa issatii naraa bubuqaa Maloo qoricii isaa yo jirate nutii immii
Thanks Dr /// n
Gaalatomii Dr. Kenyaa ❤💚💙
Bagaa nagan dhufte dr
Naaf deebisaa
Galatomii baay.ee lokkoo Nuuf jiradhuu
galatoomii Dr keenyaa !!
Galatommaa Dr
Tnx Dr. Kan koo haphachuu keessaa darbee firee lamatu narra jiraa
Qalamiin innii gurrachii rifeensaa dibannu suun midhaa akkamii namarran gaha
Galatoomi Dr.finiinsaa bayyee naa rakkisa Sababni maalii.
nuuf jiraadha Dr keenyaa
Galatoomi dr 💕🙏🏼💕
Dr Welcome ❤💚❤
😢😢😢😢😢😢dhugaa rabbii nraa buqaa akanumaa. Dr Nafii umri ko 24 😢
Thanku you my doctor
Galatomii Doctor .
Bayyee galatoomii Dr
Gr /Galatooma kiyya bayyee nara yaa'a hin cicitaale.
Galatoomi kaa Dr
jabaadha bayye namati tola
ulfaadhuuu Dr keenyaa sii jalaana garuu rifeensii koo funduraa baayyee naa dhumee sii haachii biqilaa
Dr nafyad kiyya dawammaan FOORFOORII maali
maatii natii lubbuu
maatii natii lubbuu
Gaalaatoom Drtoori waani gaarinubaressee
Galatomii Dr
Galatomaa Dr keenyaa bagaa nagaa nuu dhuftaan kiyyaa barnootaa kee baayyee namati tolaa💚❤
Gobez doc.! Jabaadhu..amma kee kanarratti maaliif demonstrate nu hin goone, anillee akkuma keeti. Anillee egaa Junior scientist dha, keetu naa hin galle?!!
Doctor qorichaa barilee nuf himaa mee morimafi lapheni kiyyaa naa badaa jiraa 😭😭
maatii natii lubbuu
Galatoomi Dr.
Gaaffiin qaba yaa Dr maatan kiyya qibbatii hin fudhatu Mal naf wayya qosa mitti dhuga deebbiin barbada Mali 🥺🥺
Thank you very much doctor get through meaning
Dr Nagaa keessani
Alhamdulillah Ankkoo hundaa irra billusaa hhhhhh
Galatomaa dr
Galatomii anuu akasumaa
Uy garu matan kiyya jidhasatii malle naan fillamuu uuffff
Dr addarani dhumuu rifeenas dawaa qaba
Anaa dhuffuu Dr naaffi yaddii 💛💛
Dr galatomaa
Dr kenyaa galatoma 🌹🙏
Galatomi Dr❤️
Dr fulduran rifensi Koo dubbati dhessera maaliidhan debbisuu danda,aa
Galatoomi🥰🥰won ofii koo❤❤❤🥰🥰🥰👍
Waaw bayee galatomaa Dr kenyaa
maatii natii luubbuu
yaada keessaniif galatoomaa Dr. garuu gaaffii tokko yoon kaase yeroo dibata rifeensa ykn buqqee mataatti dibatamee irra yoo turee, achin booda qaawwii rifeensa keenyaa duudee dhibee alerjikii yoo fide fi haphachuun rifeensaa yoo dhufe , garuu molachuu sanyiidhan yoo hin jirre. 1. akkamitti qawwa rifeensa duude tokko deebisanii banuun danda'ama? 2. treatmentii akkamii gochuu qabna?
Umrii nuf dheradhuu
THANKS ILAMA ABBA GADAA
Galatomaa Dr
Gallatomii dr jalalaa😍😍😍😍😍🙏
matii natii lubbuu
Thank you DR
matii natii lubbuuu
Woow galatoma dr
Dr Nafyadi Getu Galatoma jecha Ani Gosan jedhama magala bishoftun jiradha
Matanko Najalaa hapaxe jiraa yondhabadhee miidhaa qaba ?
Bayyee galatomi dokatara kenyaa
Gafii qaba yaroo heduu mata tuu nadhukuba sababa maliif nama dhukubaa rakkon inni narra fiduu ho jira
Dhugaa ❤❤❤❤
*hayyee harak funee akami jirata obolesa kenaa qalii nama Nafiyad Heduuni Galatomi*
DR Gaafii wani fulaa namaangurachesuu maali dhaa
Dr kan keetuu fulaa Duran dhumaa jiraa duraa of irrattii yaltee jirta?
Dhugaadha
Heddu galatoomi fb irratti sigaafadhee ture akka gama UA-cam dhuftu Baga dhufte wal haajabeessinu 🙏☕️Fayyaan Faaya ✅
Anii uffinna qaba kiyya killo 94 malin qanna sa.a
Anii Bayye Dhiphaa garuu Fixuu gahee jira
Dr gaffi tokkon qaba? ,rifensa jidhinan filun ni buqisa kan jedhu irratti,jidhinan yoo filaame gaaridha dhumni isa hin ciccitu jedhu yoo goge gaaru amala cicitufi filan( comb) kukutu danda'a jedhu keessatu rifensa dhalaf,asi irratti ibsa gaha barbaden?
Welcome Dr kenya guda galatomi ♥️💚♥️
Galatoomaa DR 🤙🤙🤙🤙🤙🙏🙏🙏🙏
Thank you
doktar nisaa ykn hair remove miidha qaba??
Dr gafii qabaa egaa daima dhalan bodaa borcii garaa akkamitii uf irraa balesan mee naf debisii ples
Galatomi Dr
Yaada baay'ee barumsa namaf latuu kastee ebbiffamii dr
Dr mataa naa dhukubaa samuu qixxee akkaa ibidaa naa bobayaa hadaraa furmataa naffii himaa rabumaa jedhaa
Well come bro
Dokr galatoomi Anis family History qaba garuu akkan rifiinsa koo jaaladhu wanti Ani hin goone hin jiru 😍
Well nafydako 💚😚😊
Galatooma Dr maree furmataa isaa ykn kan haphate akkamitti biqiluu?
Danda'aa