Nagawoon bayee nama gadisisa utu saba bira tae makina miti kan makina calu wan hedu godhamaf sababuma oromuma wari habasha wal irrika fute midiya irrati odesiti male utu kan jarati midea irrati hin basan turan sefu yoo taes beka hoisa male cut gochu hin danda'a ture muca confdence dhowanim addara waqqayyoo
Oro gurbaa kana jabesuu qabanaa Wali tufachuu haa dhabatuu kesayuu abooti qabenyaa bira dhabadhaa kuni badhasaa rabii oro latee hamillee Isa yaa eganuu
Siif bitaama insha Allah duraa midiyaa worraa ormaa gubbaa deemtee baleesiite
Hamaatus tolus firumaa ofii woyyaa❤❤❤
Dhuga jate walhi 😢
Nagawoon har'a yaada bareeddaafi namni ittiin sitti dhiyaatu dubbattee jirta. Egaan akkuma atiyyuu jette ijoolleedha. Dogoggortee nama mufachiisuu waan maltuuf ilaalladhuu dubbachuu yaali. Gammee, atis immoo keessummaakee gootee affeeruu keetiif guddaan si galateeffadha. Dabalataan immoo keessummootakee keessatti Waloowwan, weellistoota, barreessitoota seenaa, abbootii qabeenyaa, namoota rakkatoo ykn hiyyeeyyii, taatoowwan diraamaafi fiilmii garaa garaa itti nuuf dabaluuf karoorsi. Egaan kun yaada dhuunfaa kooti. Ulfaadhu!🥰🙏
Nagayo ko Rabbii Osso Qabbenyaa nati keenne waani sii baarrabachisuu hunda sifi godha dhuga Rabbii
Jabbadhu Gammada keenya anni bayyeen sijalladha obboleesa koo yaada qulqulluu qabdaa❤❤🎉
wow Game jabaadhu! rakkina Nagawoo hawaasni hubachuufii qaba jedheen yaada
Dhugaa bitamu qaba garuu midiya jaraa irraa of haa debisu🙏
Jabadhuu dheeraa kenyaa abshiir waan hundaa ni argataa yoo rabbii jedhee sanyii
Jabadhuu jabba Koo anaa ibidoo dha maqii irraa
Dansaadha. Continue more language❤ jajjabaadha🎉❤
Konkolaataa fi manni jireenyaa bitamuufii qaba
Wowww yaada gaariidha umuri dheera fayya wajin sinif yaa kennu waaqayyoo ❤❤❤❤❤❤❤❤
Nagan waqayo mana kanafi ya bayatu baga nagan dhufte snyi ofi wwwwaaaa jabadhu lenca one saba yada barada ❤❤❤oromo ko qali nama ora bula
oromookoo jabeeffadhaa nama keenya❤❤❤
Jabba nama gamadda nuf jiradhuu 🎉🎉🎉❤❤
Oromoo waan kee jabeeffadhu sabiskirayib godhaafi errattis wol affeera.kan ormaa jala hin fiiginaatii❤
Atii lamaafaa Afaaan Amarafitii hin Asaan yoo baribadaan Asitorogamii aa wamataanii.gamadashuu ebifamii❤❤
Maalimo Astoroggaamin Qashtii 😂
Mucaan Kun bilchina dhabe malee dhugaa qaba. Namni Kun jaalannus jibbinus nama addaati.
Namoonni miidiyaallee itti yaadaa
Bacancaraa akka Kafyalew nama aarsa malee!Hojiin kee Gammee haalaan namatti tola!Jabaadhu!!!
Bagaa nagaa dhufte mata dure bareduu qabate dhufte bareduu jabbadhu qalii koo itti muddi qalii koo barumsa gudda ofii keessa qaba Jabbadhu sanyii bayyee nama tola jabbadhu bareduu koo mataa duree nama barsumsa qabate dhufte qalii nama bareduu koo ♥ ❤❤❤❤
Raaji Gabi nuf dhihesaa adara kessaan
Yeroo media irraa bannee dubbannuu hubanaan dubachuun barbachisaadha hundafuu jabadhuu gammee jabadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
ሰለም ነገዎ ደሰ beg gemd konkoita{ መኪና )arete kongragulation.❤ ግን ጸግረህን በታሰጥረው.
Gammee guddaa galatoomi 👏
Yeroo dhihootti Pro Miratuu Shaanqoo nuuf dhiheessuu yaali
Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa 👍👍
Jabaadhu gammada
Nagawoon bayee nama gadisisa utu saba bira tae makina miti kan makina calu wan hedu godhamaf sababuma oromuma wari habasha wal irrika fute midiya irrati odesiti male utu kan jarati midea irrati hin basan turan sefu yoo taes beka hoisa male cut gochu hin danda'a ture muca confdence dhowanim addara waqqayyoo
Wooooow baay'ee na attii barreeda
Ijoo muucaayyoo midaa qaanyi tokko jirti humnaa olii kan dheraatu isheeni qabsoftudha maalee fuutaa gurbaa dhugaa sii argeera haadhaa mana sii taa,ati dhugaa soba mittimi dhuguma haasa jiraa maali maakinaa yoo taa,ate hin cacabdi laamumaa kee hin gedarini oke❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Jabaadhu nagawoo jimaa dhugaadha.. sif bitu qabna loomiin 50 Nama tokkoof ba’aadha nama 50 salphadha!
Hayyee jabadhaa iti nuf fufaa♥️♥️♥️
Gammee jabaadhu❤
dhiira sagalee miidhamtootaa nagawoo❤
qoomceen kan isaanif waan barbachisu gutaaniruf keenya yoo gargaarre maal ta'a oromo😢😢😢😢😢
Jabaadha❤❤❤
Episode 😊
Gaaffi fi Deebii baay'ee Gaarii turee❤❤❤
Wow game jabadhu ❤❤❤❤❤
Hayii nagee🎉🎉🎉🎉🎉
Kophee 54 jiraa moo yaa waqayoo 😢 waqaa garaa nama nyataa mucaan kunii😢😢😢😢
Well come ❤🎉
Yaa yaaa yaaa10000
Gammadda show jabadhu
Sagantaa baayyee bareeda jabaadhu Gamme
Gaffiif deebii bareeda ture Gammee baay'ee Galatoomi jajabeefamu qabda
Galatoomi gamme yosaan geetehun nuuf dhiheesi please
Gamaddaa galatomii miraa tasigabitini hasofisifitee
Gaalatoma Jabadha
Umurinsa 24 fakata fulisaa haliisa ijoledha inbekdisaaa
Wow gamme nule nuu dhihessi
Oro gurbaa kana jabesuu qabanaa Wali tufachuu haa dhabatuu kesayuu abooti qabenyaa bira dhabadhaa kuni badhasaa rabii oro latee hamillee Isa yaa eganuu
Jabadhu Gammee❤
Jiimmako Biiyya Jaalatamafii KaabaJama muuca keena Jiiradhuu
Jabadhu ❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ wan barbade huunda gutamufi qabaa nagayoo
Gamee keenya jabaadhu 🥰🥰
Ammas GoFundMe jedhu hundeessaafii..Isaa booda Torbeetti hin bitamuu konkolaataan...Waan guddaa gootanii mucaa kana Xiinsammuu isaa hin tuqiinaa....Dhugaasaati takka takkammoo Baga dubbate nutu ykn Oromootu qaanesse baraa
Ijolee abbaa gadaa😊
Gameee good job jabadhuu bro🥰🥰🥰
Bilo❤❤
Bilo❤❤❤❤
Jabaadhu gamme
Dhifamaa gafachun rakko hin qabbuu garuu yoo gaftele woraa kabba fulaa durti gafachun hin tatuu
Respect for you Game!
Gamada show hojii bonsaa
Be strong Gammee💪😍
Oromoon walitti inaafun ala maal beeka 😢😢
❤❤❤❤❤ dhugaa bitamufi qaba
We come nagaa dhufta ❤❤❤❤❤gammee ❤❤❤
❤❤❤❤❤
JABAADHU GAMME
ojaan umurii murtesu fulla beksiisaa
Gamaadaa showo duraa gaduuma kesa bahii
Akanaa jechuu mitii garuu si binaa jarii nu fadhaa at balesitii aksa jachuu
Umuriin isaa akkanumatti tilmaama sirriidhan sirriidha.fuullisaas nii beeksisa yoo baay'ate 30
Guddaa galatoomi Gammadaa keenya❤
Kena rabbi maal godhu Abishir wanan fayyadha
Garuu. Egumsiiy. Hagodamuuf. Yacraa. Oromo
😀😀😀😀😀👍👍👍👍👍🙏🏼❣
Boo oromoos hin sodaatinii itti himi nagawoo
Oromoon oduu qofa
Wal deeggaruu irratti rakkoo guddaa qaba
Oromoon siif bituu qabaan jedhaa xiqii jaraaf.
Gammee jabaadhu jabaa nama
Waan ufii abbatu tikfata
Dhuguma rakkatee maaloo.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤kkkkkkkkkkkkk
Ee oroo koo jajjabeessaa
Gamme❤❤❤we love you
🎉🎉🎉👍👍👍👍👍
Awal Butula ilmi warra gujiiho?
dhugaa dubbachuuf nii malaaf mucaa kanaaf!
Malii Barbaada 🙇♀️🙇♀️🙇♀️🙇♀️
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkk Yaa iJoolle keena❤❤❤❤❤❤
Ijoo biyyii maaf nama harabsaa waansaa😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Esoo bagaa. Dihesite. Adraa. Hagrgarmuu. Baye. Qallbii. Nacabse. oromtausatii. Etii. Kalfaniiy. Konkolataa. Hibinaaf.
♥️♥️♥️♥️♥️🙆🙆🙆🙆🙆😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Afaani rakkisee dhugaa
Hacee xiqqoo nuu godhii interveiw maaloo
Dhugaama mucaa kun gargaaramuu qabaa
oromoon wali hin guudiisuu malif garuu?
Konkolaataan bitamuuf qaba.
Anii yomin kesumaa kee taa 😢😢😂😂gamee
Gamee good job
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
ወይኔ አለማወቄ የወሬ ጥማት😮😮😮😮😂❤❤❤❤