You are grown very well, and you put it as clearly as crystal. Segni was fired and deserves it. He is not good even for Abiye and needs to be careful. I value Abiye. He made himself to where he is now. The same to Jal Marto. I have respect for them. l wish they worked as a team to change the world, not only Africa. Thanks for your valuable points.
Ofi baaddanni wobon hin balleessitani umridheerraa sihakkeennuu inshaallaa rabi gotakena jaallimmaarroo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jiradhuu lencaa Kenya umaari nuuf dheradhu yomilee ati ❤❤❤❤dhugaa jete
Yes.❤.dhugadhubate
You are grown very well, and you put it as clearly as crystal. Segni was fired and deserves it. He is not good even for Abiye and needs to be careful. I value Abiye. He made himself to where he is now. The same to Jal Marto. I have respect for them. l wish they worked as a team to change the world, not only Africa.
Thanks for your valuable points.
Jaallimmarro lenniccaa rabi isnifanna hajiratu inshaallaa mirganigalli milkaiwobo dhuugaani ilimorabiti
Ati DHuguma beekaadha! Yeroo hundaa DHUGAA irraa hin goriin! Jabaadhu!
yaa harar afuuftuu tanamah namah dhaaduu malee waan teetuubeetu dhaabi ololah
Maashaallaa ❤❤❤❤❤❤
Dhugaa Oromo gonkumaa dhoosoon hin dandamuu. Gorsikee fidhatamaa. Jabaadhu.
Dhugaa dubbachuuf hubannaa sirrii dha kuun. Jabadhu goota Oromoo! Rabbi dhugaa sihaadubbachisu...
Dhugaa keeti, Rabbi akkanuma dhugaasi yaa dubbachisuu.
Eessa Dheeyixe Jidduun Waa'ii Nyaate Deebite Saa
Abutaakoo ati wolaahii bilxiginaa keessa mumichaa jalqabee hanga dhumaatiii namni syaasaafi ilaalcha kee qabu osoo jiraatee biyyii akkana nurkatti hinsalphatu ❤❤
Hajjii dhugaa waaqa waan dhugaa dubbaatee jabadhuu
Dhugaan jirtu tanuma ❤ABO WBOn ha jiratu ❤
Uuuuuufiii dhuugaajete walayh
Hoggaa waa haasooftu dura dubbii keessa hubattu malee akkanumatti hin alba'iin
Hamaan keeti haa cabu haa baquu❤❤
Dhugaaketi welcome baga nagayan dhufttan
Affaan kanaan daadhii dhugi
Namni Oromoo ganee milkaa'u hinjiruJedhe Jawaar M!!
Shanyiin goobana daacee hin barakatin
Yaada sirrii!
Dhuga ketii walahii
Hailu Gonfa has offered all things that sanyi needs
Dhugaa ketii jetee qalii oromoo
Dhugaan afaan qabaan funyaanin dubattii.
❤🎉❤🎉❤ ok
Aboo faraddoota
Haa ta'uu garuu odoo doofaan akka keeti kun qilleensarra nuuf haasahuu baate dhama'aa
Seenaa abishee Garbaan siif Kaasa, goota kana qabuuf, harka keessa gslchuuf halkaniif guyyaa yeroo hedduu dhama,aa turanii booda, guyyaa takka kiyyoo keessa gslchanii fayyaa awaalanii soogidda mataa irratti naqan, Sana booda fayyaa farda nyaachisanii fayyaa ajjeesan. Ammas diinni hanga harka keessa gslchatu malee kiyyoo qopheessef I jira. Maallaqicha fi abjuu qilleensaa sanii hin dhamdhanu
Dhugassa’s!!
Liikii isaanii. Etiihemii dhugaa maroo oromoo guudaa dha rebii maroo nuhayeeguu.
Shangai fi maroo waiti arasaa
Qaroo fagoo yaadu nuuf jiraadhu namakoo
Sheik Abuuta. U talking true story of Jaal Maaro and Jaal Shanyi Negasa He is working with Opdo Abiy army
Dhugaa keeti
❤❤❤❤🎉🎉
yes you rigther
long live
Dhugaa keti dubadhu
Waayee dr Angaasaa isa mallaqa kiisii guutaniifi Jawaar irratti duulchisanii mee xiqqoo dubbadhu maaloo.
Shantinsun bitametijirasun gowaadha
sobduu wahii xebena hin xebeniin Dr Abiyyihoo Oromoo miti jettaa atihoo maali marroon kee gadi haa baduu.
Dhugaadha
Siin deegara
Yeroon yeroo tokko tahani bro dhiisi jaal sanyiin addaan baafateeti dubbiin kara itti demtu hin fakkeessin dhiisi
khaab buttaa kholfaan nufixxe.
Baayee galatomi
Jabeen adadan hin dabaluu
Tokko taa jedhii lalabii ama kanuu barbachsaa mitii yutubin wolitii hin busin
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉 0:20
Faya daayi. Kuni dhuugadhaa
❤❤❤
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
👍👍👍👍👍👍
Dhugaan kee ha dhokatu aboo
yea
Osoo hin leenjifamin midiyaatti baatee iyyitaa???
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu anii oromoo dhaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 14:12 14:14
😂😂😂😂😂😂❤❤❤🎉🎉🎉
Attaallaluun maalisheen ?
👍👍🙏
😂😂😂😂😂😂gowani
nyaattee haguun alaatti mal beektaa wa'ee marroo ykn we'ee sanyii ati oroomoyyuu miti Afaan keenyaa bartee malee Otoo beekaa taatee ni callistaa turee Gowwaa wayii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂
Kkkkkkkk😂 hudu kkkkk
😅😅😅😅😅😂
Naminy achif assi Oromo wallindhuiyfeetan dhabadha ?
Shekaakaabba akkagarriti Hundafuu Ergga-garri kayeejirrati ,kanqalbi- gaaritidhagefattef nigallaff ummanikeeygna Walloon yaaduubarrdhaa gorsi , Shekkakabba butta hundaakeennaff tollaa fudhadhuu Hojjirraolchuu yaalla!!!
Fayyaatahi shekkaa ,
Ati kijjibaa dhaa hattuu
😅😅😅
Ati amma dhugaa dubbachaa jirtaa? Kijibaa
Kkkkkkk
W
Sanyiinoo fi shurrubbee noo bishooftu galaniiru jedhama jiraa Eessaatti araramu?
Galatomi
Girbaan naajisaayee hin amaasisu qaabissoo. Umaataa kaadhere se kanaf
😂
Akkam ati PP keessaa ni baatee sa?
Abo lafarra buli
Akkasitti itti himi abbee..qabsoon Oromoo jabaate itti fufa malee kana booda inharkifatu. Baroota keysatti qabsoo Oromotu qabsaa'ota horate malee namotatu qabsoo umee miti. Hanga Oromoon mirga dimokiraasifi walqixummaa, ofin of bulchutti qabsoon ittuma fufa.
Oromo is already free. What you talking about!! Tortora!!
Sheik Abuuta. U talking true story of Jaal Maaro and Jaal Shanyi Negasa He is working with Opdo Abiy army
❤❤
Akkam ati PP keessaa ni baatee sa?
Ppn maaliidhaa?
❤❤
❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤