Obboleettiin Teenya Abbaa Jawar Mohammed Beeyti Gaafii Jabduu Gaafatte

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 11 чер 2022
  • Oromoon Biyya Uk #Manchester #JawarMohammed waliin Marii Taasisaniin #Gaafii Jajjabduu Gaafataniiru Deebisaa Vediyoo kanatti Aanurraa dhaggeeffadhaa
  • Розваги

КОМЕНТАРІ • 105

  • @legessedinka1945
    @legessedinka1945 2 роки тому +8

    Amazing lady ,Great .

  • @abebakinfe2073
    @abebakinfe2073 2 роки тому +4

    My king of king Jawar ❤️💚❤️ Oromoo uammaata qashti ❤️💚❤️🖤♥️በእርግጥ ለኦሮሞ ህዝብ የሚያስፈልገው ዘመናዊ እርሻ፣ ት/ቤት ዩኒቨርስቲ፣ ሆስፒታል ወጣት ማእከላት ላይብረሪ እንጀ ጦርነት ምንም አይጠቅምም ካለው መንግስት ጋር በጠረጴዛ ዙሪያ መነጋገር ችግሩን መፍታት ሲቻል ኦሮሞ ምስኪን ህዝብ በአሁን ሰዓት እያለቀ ነው በየቦታው ብቻ የመልካምነታቸው አምላክ አይቶ ይጠብቃቸውለለ

  • @mebrukamussa6191
    @mebrukamussa6191 2 роки тому +6

    Our intelligent sister made a very important point! Please, Obbo Jawar Muhammed do not ignore what she said! We want you to take it seriously and think about and come to your sense!

  • @fatumaahussaine2474
    @fatumaahussaine2474 2 роки тому +2

    Abbaani qabnuu jawaar qofaa kanafii waani hundaa jawaar gafatuu

  • @bokatolasa3658
    @bokatolasa3658 2 роки тому +4

    ati gootittii Oromooti umuriinjaarii fayyaadahi buli Jabduuteenya

  • @ifeetube8332
    @ifeetube8332 2 роки тому +1

    Jawaar hangaa si Jalladhuu akka siin jibbinee

  • @user-qt6xq6yk3v
    @user-qt6xq6yk3v Місяць тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromiyyaa tokkummaa ilmaa oromoo

  • @tamimajundi457
    @tamimajundi457 2 роки тому +6

    My king of king Jawar ❤️💚❤️ Oromoo uammaata qashti ❤️💚❤️🖤♥️🤍wly sin boonaa Oromoo koo❤️💚❤️

  • @haayatiarsiimunesaahaayati2434
    @haayatiarsiimunesaahaayati2434 2 роки тому +2

    Bagaa nagaah dhuftaan United oromia akaasumaalee qaaqaliiwwaan abdii sabaa oromoo jabaadhaa jajaabeewwaan keenaa yaa sabaa koo nuuf jiraadhaa oromoo tiyyaa
    Uuuuuuuuffffff yaa oboletii tiyyaa dhugaa keetii wolaayii
    Yaa rabbii atii nuuf garagaarii Jawwee keenaa Amiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiin yaa rabbiilaamiini inshaallaah jzk 💔💔💔💔☝️🤲🤲🤲🤲😭😭😭

  • @user-nl4bs5sx5d
    @user-nl4bs5sx5d 2 роки тому +1

    Dhugaa isii haasofte obboleettin teenna

  • @watsuprak1984
    @watsuprak1984 Рік тому +2

    Yaa rabbi Ifa nuuf baasi ammas dhugaa keenna 💖💖💖💖💖🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻☝☝☝

  • @user-xh8bk5zh4y
    @user-xh8bk5zh4y 9 місяців тому +1

    Dhuguma jawwedhatii oromoo liqimsuf dhufteef dhabde bateem

  • @olanikitila8386
    @olanikitila8386 2 роки тому +5

    Yaa Dubartii tanaa !!!!!!! Ati Haabbee otoo baay'ifamte ! Sammuun kun haa dagaagu ! Buli hori ! Yaadni kee haphee ta'ee Oromoo haa qabatu !

  • @harisabdulbasit4964
    @harisabdulbasit4964 2 роки тому +3

    What hero woman love u sis u have address your eternal motion and real situation

  • @aal3640
    @aal3640 2 роки тому +4

    Wowowo ❤️💚❤️👌👌

  • @tolawakwarkisa1180
    @tolawakwarkisa1180 2 роки тому +4

    Wow ciimtuu Shamarre❤

  • @SmilingDolphin-mt6cl
    @SmilingDolphin-mt6cl 4 місяці тому +1

    Dhugaa dha❤❤❤🎉🎉🎉

  • @user-dw9kv6ct1x
    @user-dw9kv6ct1x 10 місяців тому +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AmiraMoti
    @AmiraMoti 7 місяців тому +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @chasakasaye8825
    @chasakasaye8825 2 роки тому

    Dhugadha jabadhu

  • @jefermukter522
    @jefermukter522 2 роки тому +1

    Ummata keenya akka jawwetti biyya koottaa rakkoo ummataa hubadhaa,Nama silaa ummani miidhame akka isaaf hojjatu beeku hamilee cabsitsnii qabsoo oromoo akka amman duraatti hin awwaalinaa.Namni quuqama sabaa qabu nageenya ummataa hawwa biyya fagoo taa'anii yaada dhunfaa keessanii hin oofinaa kootaa rakkoo oromoo nu waliin qoodadhaa qulqullina Jawwee rakkataa biyya jiruutu beekaa dubree jawwee qofamii oromoon addunyaarra jiran marti kan mootummaa Abiyyii fi Lammaa Magarsaatiif gamadee hin dhiichisin hin jiru waan ta'eef jawween waan takka tan balleesse hin qabu gaafasiis wahuma gochuu qabu ummataa waliin godhe malee komppiitaraas namaum silaa haa badhaafamu ummanni hundi ja'eetti bakka ummataa bu'ee Lmmaa badhaasee yeroo dubbattan itti yaadaa fageeysaa dubbadhaa Jabaa ofii abbaatu guddifataa waan hinaaftuun qabsoo oromoo qunccursaa turte odeesitu Jabaa sabaatiin jechuu of qusadhaa.

  • @AishaAisha-kt7bo
    @AishaAisha-kt7bo Рік тому

    Eee dhugaa keeti obleeti teenyaa biyaa araaba maan dhufnee

  • @nasirjal9488
    @nasirjal9488 Рік тому

    Dhugaa gaafii biiyyaa arabaa jaween dhufuu dhabuu.komii qabnaa

  • @usmanbedaso2688
    @usmanbedaso2688 2 роки тому +2

    galatoomaa United Oromia Media
    !!!!

  • @esaesa8250
    @esaesa8250 2 роки тому +2

    dhugaa jette mucayyoon imala kee gara biyya arbaa godhi garuu biyyi arbaa mirga ilmaan namaa hin Eegan kana beeku qabna

  • @ahmadabdalah8980
    @ahmadabdalah8980 2 роки тому

    Jawaar dhabameef oromoon waggaa tokkoof duubatti hin deebihu juhaar maalihi

  • @aminhassan3525
    @aminhassan3525 9 місяців тому

    Dhugaadha👍

  • @user-vs8be9gs2y
    @user-vs8be9gs2y 3 місяці тому

    Umrii nuf dheradhu

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 2 роки тому +5

    WBO wabii sabaa Abden Oromoo
    WBO dhaa Lamii koo WBO waliin taa
    Translate to English

  • @abebakinfe2073
    @abebakinfe2073 2 роки тому +4

    Oromo people stand together

  • @gobenamotuma4307
    @gobenamotuma4307 2 роки тому

    uuuuuffff goota Keenya Nuuf jiraadhu

  • @birhanutesfaye3716
    @birhanutesfaye3716 2 роки тому +1

    Barreefama kana sirreessa

  • @semiraebiso5526
    @semiraebiso5526 2 роки тому

    Nyaata inni wolitti make sun..summii

  • @oromiatube4571
    @oromiatube4571 2 роки тому +1

    Mucayoo tanna akka afaan kottii dubatee

  • @densadensa1676
    @densadensa1676 7 місяців тому

    Jawwee ❤💚❤💙💚🖤

  • @awwaljajuu4863
    @awwaljajuu4863 2 роки тому +1

    jawwe koo rabbi umari kee hadheresuu

  • @user-bc8oz6hd6j
    @user-bc8oz6hd6j 3 місяці тому

    Maashaa'allaah

  • @dameyadeta4844
    @dameyadeta4844 2 роки тому +1

    I can not control my tear

  • @SIMBOOTUBE
    @SIMBOOTUBE 2 роки тому +2

    Like

  • @user-cj7ul5hn6u
    @user-cj7ul5hn6u Місяць тому

    Nagenyii hin jiruu hanga yomi bonyaa

  • @padrimahamed3547
    @padrimahamed3547 2 роки тому +2

    Haadha teenya jabdu oromoo umrii dheeradhu galanni kee bilisummadha

  • @harisabdulbasit4964
    @harisabdulbasit4964 2 роки тому +1

    Insha Allah your dream will be true

  • @jefermukter522
    @jefermukter522 2 роки тому +1

    Nama waggaa lamaan har'aa bohaa jirruuf kan erga bahe ji'a lama hin guutin akka baheen rakkoo saba isaatiif rakkachaa jiru kan addunyaalleen hidhamuu isaatiif baayyee gaddite kabajaa gaafa hidhaarra bahu simannaa mootummaan taasiseefiif jecha Jawween bitamee jechuun olola daldaltu?Kan simanna kabajaa argateef jaalatamaa nama hundaa isa dhugaa kutannoo fi egree ummataa qabu waan argee hubatee fi mootummaan isaaf kabajaa taasise san qaama keessan waan ta'eefi beekaa akkasitti hin yaadinaa lammii too dhugaa Jawwee warra biyya jiruu beeka.

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 2 роки тому +2

    Akkkkkkkk👏👏👏👏👏👏👏👏👏💯

  • @AbdiiJamal-yx1qz
    @AbdiiJamal-yx1qz 3 місяці тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ZinabZinab-yw6ph
    @ZinabZinab-yw6ph Місяць тому

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @AbduljebarGuye
    @AbduljebarGuye Місяць тому

    ❤❤❤❤

  • @LoveLove-re1dj
    @LoveLove-re1dj 2 роки тому +1

    jawar biyyattin galin alumma taii

  • @saadu7901
    @saadu7901 2 роки тому

    Dhugaaa keeti obboleeti tenyaa 😥🙏♥️♥️

  • @dineabdi-nj1gy
    @dineabdi-nj1gy 10 місяців тому

    ❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @bizuorotube8744
    @bizuorotube8744 2 роки тому

    Akam jirataa lubuu mee manaa koo senii lalii sabiscrb goodhi lubuu 💋💋💋💋💋💋💋

  • @jefermukter522
    @jefermukter522 2 роки тому +1

    Dugaa keetii imalli qabsoo kanuma bilisummaan ibidda duuba jirti hanga namuu akka kee kanatti kutate ofiif lafa qabati galatoomi dubree,garuu silaa Jawween harra bakka Abiyyii kana tureehiis komiimii kanuma caalaadha waan taheef komii dura raaguu,xiinxaluu akkasumaas wanta ummatichaaf ta'u irratti hojjechuudha waan ta'eef Jawween karuma kanarra jiraa komii walirratti oofnu kana dhijsaa tasgaba'aa miidiyaarratti wal xiqeesuu fi wal salphisuu haa ofirraa xiqqeesinuu jabaa ofii osoo dogoggorellee ofitti qabanii jabeeffachaa suuta sirrfatanii mee komii walii kana haa dhiifnuu sirreeffama malee Abbiyyiihuu hanga danda'ametti sirreesuuf yaaluu malee "sareen ofii wal nyaatu waa bineensaan ofirraa hin loltuu"Jawweerràà bu'aa xurree nageenyaa kan sabaa fi biyya teenyaa haa akeeknuun isiniin ja'aa dhiifamaa waliin torbbee meeqa komii jawwee dhaabaati inni wanti kophati hojjate hin jirtuu tan dabarte dhiisaa tan fuula duraa isaa waliin ummataaf waan tolaa akeekaa jara keenya.

  • @zaraahmed9760
    @zaraahmed9760 2 роки тому

    Hi hi

  • @samiirkhanshamsadiin3331
    @samiirkhanshamsadiin3331 2 роки тому +1

    Ummaanii uk galatoomaa

  • @ashaaoromo9349
    @ashaaoromo9349 2 роки тому +2

    😘😘😘😘😘😘😘❤❤❤❤❤❤❤

  • @baaleemaddaawalaabuu8929
    @baaleemaddaawalaabuu8929 2 роки тому +1

    Jirradhu

  • @bokatolasa3658
    @bokatolasa3658 2 роки тому +1

    buli obboleettii teenya fayyaa dahi

  • @Abdellah9213
    @Abdellah9213 2 роки тому +2

    ❤🌳❤
    🗣🗣🗣

  • @dirodirriba2543
    @dirodirriba2543 2 роки тому +2

    Egaa haadha keenya waan beekturraa xiinxalaa siyaasaa keenyaaf dhaamtee jirta haa ta,u garuu nama dhaga,aa jiru hin fakkaatu kanaafuu nama jaallatan osoo hin jaallatiin jibbu anis nama kana nan jibbe sababni isaa maaliif achuma taa,ee beekkumsa qabuun uummata isaa bira hin dhaabannee????????? beekaa fakkaatanii wallaaluu waaqayyoa nama haa oolchu as deebinaan jarri hin dhiistu galatoomaa

  • @alexnigussealexnigusse3538
    @alexnigussealexnigusse3538 2 роки тому

    Hi

  • @hawasayo2580
    @hawasayo2580 2 роки тому +2

    👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👏👏👏👏👏👏👏

  • @gittogitti5431
    @gittogitti5431 2 роки тому +1

    ❤❤❤❤❤❤

  • @hadihussein9454
    @hadihussein9454 2 роки тому +1

    💚💚💚💚💗💗💗

  • @user-il5xc5kh3x
    @user-il5xc5kh3x 2 роки тому +1

    dhuugaa keetii waalhii

  • @husenmohammed1940
    @husenmohammed1940 2 роки тому +1

    tokumatuu Callaa tokumaa

  • @user-cj7ul5hn6u
    @user-cj7ul5hn6u Місяць тому

    Wanii gara nama nyatu 😢😢😢

  • @dagimuna9968
    @dagimuna9968 2 роки тому +1

    ❤❤

  • @bultobena6077
    @bultobena6077 2 роки тому +1

    Ummata burjaajesseera
    Abjuun jawaar qileedha.
    Jawaar ilkaan nafxanyaa keessaa bahuf nagaa Itophiyaa nagaa Itophiyaa jechaa oola.
    Malaaka Jibriil / Gabriel ta'ee wahee nagaa otoo labsee ilkaan nafxanyaa keessaa hin bahu. Kanaaf ummata burjaajessuu akka dhaabuu itti himuu barbaachisa. Qabsoon karaa nagaa Itophiyaa keessatti hin hojjetu.
    Doctor Mararaan waggaa 30 qabsoo karaa nagaa otoo labsuu hidhamet Habashaa biratti jibbame .
    Jawaar kana beekee qabsoo nagaa jedhee Oromoo burjaahesuu dhaabuu qaba.
    Tajjabdoonni ergamaa pp taeera jedhuu. Mana hidhaatii baasanii ummata jala kaatu burjaajessee qabsoo akka hin gargaaree godhuuf ergate ppn. OPDO keessatti guddate. Qabsoo 2018 kolaasse tokkummaa burjaajessee bilisummaa gootota 7000 argame harka nafxanyatti galche. Daldaltuu siyaasaa hin amaniinaa,
    Wantti nama gaddiisiisu warri isa deegaran Kristaanni waldaa Islaamni maskiida ijaaree itti sagaduuf adeema.
    Falli qabsoo blisummaa Oromoon afan tokko dubbatee hidhatee WBO jabeessuu qofaadha. Oromoo dammaqi Oduu kaadiree pp ofeegadhu.
    Xumura dubbi.
    Qabsoon karaa nagaa Itophiyaa keessatti akka hin hojjenne beekaa. Oromoon human yoo qabaate malee karaa nagaa hin bilisoomu.
    Kanaaf Jawaar ummata burjaajessuu akka dhiisuu itti himuu qabnaa.

  • @shuruuutalaa7241
    @shuruuutalaa7241 2 роки тому

    Nuf jiradhu Abba kena

  • @MohammadMohammad-bk3cl
    @MohammadMohammad-bk3cl 2 роки тому +1

    🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆🤛🤛🤛🤛🤛

  • @caalaahuseen5919
    @caalaahuseen5919 2 роки тому

    Jawween abbaa oromooti

  • @wallaga19
    @wallaga19 2 роки тому +1

    😘😘😘😘😘

  • @qafiiraatube
    @qafiiraatube 2 роки тому +1

    ❤💚❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @keyraantube4162
    @keyraantube4162 2 роки тому

    Obboleettiin teenyaa bay'ee galatoomi

  • @qameabdo4089
    @qameabdo4089 2 роки тому

    Akksi galtomi oboletii ko ijollee biyyaa arbbaa saabbaa biraa wan bayee qabbuu

  • @user-jr2wy7qy9v
    @user-jr2wy7qy9v 2 роки тому +1

    jawarn Kijibaa kee afufi jedhini oromon siidhaga,uu hinjiru diqalaa akka ketii yoota,emale impayerii afaan qawetii digamaa afuftu

  • @abdisaadamu7655
    @abdisaadamu7655 Рік тому

    Dubartii beektuu keenyaa dhugaa kee dubbatte gurri sidhaga'u yoo jiraateef lubbuun kee haa bulu baayy'ee siin boonna,qabsoon itti fufa.

  • @sakeguyosakeguyogalgallo7423
    @sakeguyosakeguyogalgallo7423 2 роки тому +1

    Hintatu. Jawen. Kena jedhesun hilmi nama lama. Hinda. Gatu. Akasi. Beki. O bo. Kiya kaasabaft. Jalatamu kabajama Koojabadhu nujaja besi sini. Jedhe

  • @Jimmajimmittii483
    @Jimmajimmittii483 2 роки тому +5

    In every cities of Europe oromos come out to address the necessity and importance of oromo army. I don't think they come out to support Jawar

  • @naziifrashiidislam6064
    @naziifrashiidislam6064 2 роки тому +1

    Dhibba keeti

  • @nanutube1895
    @nanutube1895 2 роки тому

    Yoo dubbatan akkana malee

  • @gadissanegawo9344
    @gadissanegawo9344 2 роки тому +1

    Jawar Ergamtuu Abey.

    • @hayagemechu606
      @hayagemechu606 2 роки тому

      Rabbin siti haa ariguu

    • @hayagemechu606
      @hayagemechu606 2 роки тому

      Yoo PP tayu barbadee Mali gochu ummataa oromo samuu domaa kana walin Isaa dhiphisaa setaa Oromo jechuni horidhaa galataa nama hin bekuu kallessa ergamituu wayanee jechaa turitani har,amo ergamituu pp boru hoo Kani enuu tahinaa ??? Jalmron wayanee waggaa 27 hunduu oromo dhitaa turitee sanuu araramee jiraa Kani jawar malif isin gubee ilman diqalaa SHARIMUXAA DHIGIN QULIQULOTAA ISINITII HAA FARADUU

  • @hindyboru3669
    @hindyboru3669 2 роки тому +1

    Jowharis khaayoo isaa ibsate!
    Ummanniniis khaayoo ifii ibsate.
    Jowhar khaayoo ummataa, nifudhataa??
    Ummata dhaggeyfate fedhii ummataa jala deemuu ni dandaha moo tanuma isaa tana qofa itti fufaa??

  • @ismaeloobsieh4022
    @ismaeloobsieh4022 2 роки тому

    Haa wa m0l

  • @nigussienegashyadete8138
    @nigussienegashyadete8138 2 роки тому +1

    Why do you a man Jawe? This means a giant snake in Oromifa.

  • @gadissanegawo9344
    @gadissanegawo9344 2 роки тому

    Jawar Abashaa diaspoorraa walitti waamattee haagorssu. Oromo diaspoorra walitti qabee garbumaa jalati bullaa jechunsaa tufiidha.

    • @arsiibiyyakoo7381
      @arsiibiyyakoo7381 2 роки тому

      Badii inftuu bardhuu xixala ta.ii achii ga.ii malee gola kessatii hin infiin 🤔🤷‍♀️

    • @gadissanegawo9344
      @gadissanegawo9344 2 роки тому

      @@arsiibiyyakoo7381 Jawar is the fillip side of Abey Ahimed.

    • @arsiibiyyakoo7381
      @arsiibiyyakoo7381 2 роки тому

      @@gadissanegawo9344 kkk🤔🤷‍♀️😒😒😒😈

  • @Abdellah9213
    @Abdellah9213 2 роки тому +2

    𝐌𝐚𝐬𝐡𝐚𝐚 𝐚𝐥𝐥𝐚𝐡 𝐠𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢 𝐚𝐣𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 👉🤔🤔👌