GINGILCHAA 24ffaa OROMOON Saawwa miti Waan itti fe'an Hunda hin baatu Jawar Mohammed fi Jaal Marroo

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 30 вер 2024
  • Join this channel to get access to perks:
    / @qaanqeeshow
    Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
    #HabtamuLamu #JawarMohammed #HacaaluuHundessaa #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy

КОМЕНТАРІ • 807

  • @biliseeintalaamboo8224
    @biliseeintalaamboo8224 2 роки тому +42

    WELCOME J/HABTEE💜🙋‍♀️
    Habtee koo Abbaa jaalalaaf tokkummaa🤝
    Jaal M fi jawaaris nuuf ija teenna ❤💚❤✅
    Oromoo nama kana jajjabeessaa hayyuu namaati wly. Hanga nuti wol arabsuu hin dhiifneti bilisummaan Aabjuma taatee hafti!

  • @hawwiijaalmarroo430
    @hawwiijaalmarroo430 2 роки тому +20

    Habtamu ❤️an yeroo hundaa sin degraa❤️💚❤️jawar maroo bayyeen jaalladha hamaa sanii nan dhagesissiin karaa nagaa jawar jedhuu degeruu badhuu garuu jawee yeroo xuqamuu na gubaa wly🤒jawee❤️😍✊

    • @بكيلجسار
      @بكيلجسار 2 роки тому

      Bilisumaa barbadaa nama farra bilisumaa jalaachun walalumaa jawar farra qabsoo oromoti

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 2 роки тому

      kotuu matii naaf ta'ii qalii maloo

  • @qerropowertube2129
    @qerropowertube2129 2 роки тому +6

    በፕላንA መሮን የያዛችት በፕላን B ጀዋርን ያዙት። እንደዚውም በፕላን A ጀዋርን የያዘችውት በፕላን B መሮን ያዙ። ንትርክ አያስፈልግም። ❤️💚❤️

  • @temesbeyene505
    @temesbeyene505 2 роки тому +18

    Million thanks ! We ‘re proud of you ! 👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @firomsismeseret
    @firomsismeseret 2 роки тому +15

    OROMOO KOO
    Maqaan koo Firoomsis jedhama
    Barreessaa walaloo,diraamaa.asoosamaa fi qoosaa ti.akkasumasillee taatummaa fiilmiitiin nama ogummaa cimaa qabudha ..kennaawwan koo kana baasee oromoof dhiyeessuuf ...sabni koo na wajjin ta'uu qabaata.
    kanaaf isin qaqqaaliiwwan koo yuutuubii koo sabiskiraayib naaf gochuun yoo na jajjabeessitan.ani akka tulluutti mul'adheen Oromummaa koo akka Gaaraa tti mul'isa.kanaaf sabiskiraayb naaf godhaa...liinkiin isaa kunooti👉🏿👉🏿ua-cam.com/channels/AhIrit7gMr3W0rfK-DWxcw.html

    • @falmitasisa
      @falmitasisa 2 роки тому

      Hhhhhhh

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 2 роки тому

      kotuu matii naaf ta'ii sanyii

    • @ethihealthnet
      @ethihealthnet 2 роки тому

      Mee channel kiyyaa kana subscribe godhii numatuu wal gudisaa firra koo

  • @lenchotube3729
    @lenchotube3729 2 роки тому +7

    Habtamuu quuqaa kiyya dubatte naboochifte 😭

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 2 роки тому

      kotuu matii naaf ta'ii qalii maloo

    • @lenchotube3729
      @lenchotube3729 2 роки тому

      @@caaloofirii qashxi keenya jabaadhu hojjadhu obassa qabaadhu yeroo takkaan hordoftoota heddu hin arkatani obssii irrati hojjadhu. Wanni salphati namaaf tahu hin jirtu. Kanaafuu an akka dhuunfati maatii siif tahuun nattin ulafaatu siifiin taha garuu kun furmaataa miti dadhabbi fii obassa barbaachisa waan gaarii irrati hojjadhu obssi irra dadebi,i hojjadhu yeroosan namni ifiifuu sijibbu hin dandahu dirqamaan sijaalate channel kee siif guddisa.
      Dhiifama yoon simufachiise sanyii ofii

  • @hawiilove7435
    @hawiilove7435 2 роки тому +14

    Dhugaa keeti hayyuu keenya nuuf jiraadhu Waggaa 1000 Jerenal Habte 😘😘💓💓💓💓

  • @abdiwalaba1552
    @abdiwalaba1552 2 роки тому +2

    Gotaa koo bayyee galatoomii atii dhugattii nama haqaf falmuu waan tateef nuuf jiradhuu

  • @tiyhirko5478
    @tiyhirko5478 2 роки тому +15

    እውነት ነፃ ያወጣል እውነትን መናገር መልካም ነዉ በርታ

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 2 роки тому

      kotuu matii naaf ta'ii qalii maloo

    • @ethihealthnet
      @ethihealthnet 2 роки тому

      @@caaloofirii channel kiyyaa kana subscribe godhii numatuu wal gudisaa

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 2 роки тому +16

    Wlecome Genral Gingilcha Habtamu
    Guddaa galtome👏❤❤💚❤❤🙏

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 2 роки тому

      kotuu matii naaf ta'ii qalii maloo

    • @ethihealthnet
      @ethihealthnet 2 роки тому

      Channel kiyyaa kana subscribe godhii numatuu numatuu wal gudisaa ferrari koo

    • @ethihealthnet
      @ethihealthnet 2 роки тому

      Channel kiyyaa kana subscribe godhii numatuu wal gudisaa firra koo

  • @qerropowertube2129
    @qerropowertube2129 2 роки тому +5

    ""Jartiin hamtu fi qabsoon oromo oso hin gahiin umrii nama gabaabsitii""

  • @amandembel4964
    @amandembel4964 2 роки тому +3

    Yeroo Kanatti Abbaan Miidiyaa Sii fi OMN Oromoodhaaf Yaada Ummata keenyaaf madaalu Calaltanii dabarsuu keessaniif Guddaa sijaalanna! Thank you so much delivering balanced Media view For Oromo people for whom you work! Ingiliffaanis osoo Gingilchitee akka warra Kanaadaa fi USAf galutti!!!

  • @mohammedwaqo9672
    @mohammedwaqo9672 2 роки тому +1

    Wallaga Arsii jimma shawaa hararge jedha ummata ilman abba tokko adda qooduf kutu hin fedhuu personally do what's best for our community

  • @yaboooromiyaaentertainment3074
    @yaboooromiyaaentertainment3074 2 роки тому +1

    Manni Murtii Harree Itti Himatan Hin Jiru. Si'a Sadii
    Dhiitamee, Sia Sadeenuu Dhiise"..
    Albart Anistaayin jedhama. Namni kun hayyuu addunyaati.
    Biyya lafaa kanaaf bu'aa guddaa buusee darbe. Saayintistii
    beekamaadha. Gaaf tokko osoo inni miilaan magaalaa
    keessa deemu dargaggoonni isa arganii, ilaali Anistaayin
    jedhanii walitti agarsilisani. Inumaa rukutuuf murteessa
    SAkkuma walif galaniin inni tokko fiigee dhaqee duubaan
    dhiite. Anistaayin ilaaleetuma callisee deeme. Xiqqoo yeroo
    inni achi deemu gurbaan kun ammas fiigee dhaqee dhite.
    Anistaayin ilaaleetuma callisee imala isaa itti fufe. Erga inni
    xiqqoo achi fagaatee booda, gurbaadhumti sun fiigee
    dhaqqabee si'a sadaffaaf dhiite. Yeroo kanas Anistaayin
    ittuma dhiise.
    Namoonni baay'een garuu Gocha kana arganii rifatan.
    Maaliif ofirraa hin dhoorgitu yookiin maalif seeratti hin
    himanne? jedhanin. Anistaayin ni deebiseef, namticha kana
    ofirraa dhoorkuuf yeroo isaa hin qabu. Ofirraa dhorka jedhee
    yoo wal'aansoo waliin qabe, bakka itti deemaa jiru yeroon
    karoorsetti hin gahu. Seeratti himachuuf ammoo, manni
    murtii Harree itti himatan hin jiru. Kan nama dhiitu
    Harreedha, jedheenii bira kutee deeme.
    ÝYartuu gita kee hin beekne hundaaf deebii hin kennin.
    Yaartuu hanga xumuraatti injifachuuf galma qabattee kaatee
    osoo hin sharafin milkeessii. Of dura tarkaanfadhu nama
    koo!

  • @mulugetadinkisa8988
    @mulugetadinkisa8988 2 роки тому +1

    Alamuu Lamuu jiradhu !!! Oromoon hundi yaada carii nama kanaa dhageefadhaa .

  • @guutamaatafarraa5047
    @guutamaatafarraa5047 2 роки тому +1

    Habtish dhugaatti namni caqasee si dhaggeeffate yeroo xiqqoo keessatti of-jijjiiruu ni danda'a.Hunda keenyaafuu hubannoo sirrii nuuf haa kennu.

  • @esahakabdulkadir2086
    @esahakabdulkadir2086 2 роки тому +3

    General Hapte thanks so much Really good job 👍👌

  • @kalchayadete841
    @kalchayadete841 2 роки тому +3

    Thank you Qanqee show you fight for the truth thank you Oromo will succeed when only uinted and stand together

  • @aanaashow2403
    @aanaashow2403 2 роки тому +4

    Habtish Kenya Jabaadhu 💪💪
    Wanti Ati Nuf Dhiheessitu Marti
    Wan Tokkumma fi Jaalala Ummata Oromoo Cimsuu Hojjetta Jirta ❤💚❤
    Nuf Jiraadhu Hamaan Sin Argin Rabbii Siha Eegu 🤲🤲

  • @bikilabizuneh4539
    @bikilabizuneh4539 2 роки тому +2

    Keessaa kessaa jawaar deggara jirta

  • @gudetachalchisa
    @gudetachalchisa 2 роки тому +1

    habteeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeee

  • @nuraarsiiboqojjii3693
    @nuraarsiiboqojjii3693 2 роки тому +1

    Habtiish Oromon yomuu wolii galtuu ilaa yomalii qiyamattii Ummata akkana mataa jabatuu kessattuu Oromon biyya kessa batee biyya adda adda biyya Ala keessa jirataan biyyadiiguu malee ijaaruu hin beekanii Giirrisaa 😴😴

  • @workugaromsa9
    @workugaromsa9 2 роки тому +1

    Jeneraala keenya Habtish Gooftaa Yesuus umurii dheeraa siif haa kennu; kan akka kee dhugaa irratti cichu Waaqayyo dachaa dachaan nuuf haa dabalu.

  • @roberamahdi8982
    @roberamahdi8982 2 роки тому +1

    Gonkuma dhuga jiru dubachu irra of duba hin debin.....am very appreciate you bro kiyya qaali❤️❤️...

  • @abrehambelachew1316
    @abrehambelachew1316 2 роки тому +2

    Haabtaamu, jaabaadhu. Kan akka kee kanatu Oromoof barbaaachisa yeroo ammaa kana, kan gara bitaa fi mirgatti madaalee, hubatee dhumarratti ammo ejjennoo ofii qabaatu jechuu kiyya. Itti muddi gahee kee haala gaariin taphachaa jirta tokkummaa fi bilisummaa Oromootif. Thank you so much and keep the well articulated arguments up!!

  • @shegermedia7055
    @shegermedia7055 2 роки тому +1

    Big respect habtish 🙏 👏 🙌 💯 😤 🙏

  • @zeynababanto618
    @zeynababanto618 2 роки тому +2

    Ani tokkofaa sitti Gamadee Gaalatoom Habitish
    ♥️♥️💚💚💚♥️♥️💯✅

  • @Bunnootube5813
    @Bunnootube5813 2 роки тому +1

    Ossoo Ginggilchaa kun 200 hin galiin oromoon bilisoomu qabdii

  • @geremewbeyecha9859
    @geremewbeyecha9859 2 роки тому +8

    Simply what I can say, Galatoom.

  • @fenetjemal8455
    @fenetjemal8455 2 роки тому +1

    Haftee keenya nuuf jiraadhu abbaa dhugaa qaroo keenya akkanumatti dhaloota dhufuuf waan darbeef kan irra jirrus barsiisaa wollaala keessa nu baas galatoom galanni kee bilisummaa haa ta'u

  • @MEDITATIONMUSIC-ln8nk
    @MEDITATIONMUSIC-ln8nk 2 роки тому +1

    Namittii cimtuu Hambataamuu jedhamtu kana baayyyeen jaaladhaam🥰

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 2 роки тому

      kotuu matii naaf ta'ii sanyii

  • @tamimajundi457
    @tamimajundi457 2 роки тому +7

    Welcome Habtish ❤️💚❤️ Jawar and Jall Maroo My king of king ❤️💚❤️🖤♥️🤍💯💯💯

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 2 роки тому

      kotuu matii naaf ta'ii qalii maloo

    • @ethihealthnet
      @ethihealthnet 2 роки тому +1

      Channel kiyyaa kana subscribe godhii mee yaa lamii koo numatuu wal gudisaa

  • @abdurahmankamal5206
    @abdurahmankamal5206 2 роки тому +1

    Torbee hardhaa dhugaa afaan keeti bahu na boochisee habtish jabaadhu qaxalee koo.

  • @kamile-official99
    @kamile-official99 2 роки тому +1

    habtee gaalatomi dhugaan hin qal ati malee hin citu hoggantotaf warra nuf jecha bosona jirannis allaahin nuf ha tiksu amiiiin ya rabbii

  • @MariamMariam-dv9uw
    @MariamMariam-dv9uw 2 роки тому

    አብተሙ ሳኚኮ ጀወርሲ ኒጀላነ ጋሩ ኦቦማሌ ኦሮሞኒ ጋብሩማራ ኒባኑ አማዱራሲ ቄሮኬኛ ኩማታማ ወሬጋሜቲ አብይ ጀለቲ ማርጩማ ቀባኑጄቻ ቱሬ አራሲኦፌጋቹ ባርበቺሳ ኦቦብቻደ ፊላኖኬኛ ላሚኮ ኦሮሞኮ ራብቤከ ኬኛ ጀልማሮ 👍👍👍🌹🌹🌹💚❤️💚👏💚❤️💚❤️💚❤️

  • @nubekyabdo4987
    @nubekyabdo4987 2 роки тому +1

    Bilchinna siyaasa oromoo isin keessaan argaa jirra. jabaadhaa.

  • @amanuelhailu479
    @amanuelhailu479 2 роки тому +2

    Habtamu:- Tokko deggeraa, tokko balaaleffachaa jirta. Kun sirri miti. Haassan "ja" kan duraa irra amma "soften or smooth" ta'uu fi ifa taasisaa deemuun isaa hubatamuu qaba. Haala yeroo saniitti yaadni mormii dhihaate doggoggora kan qabu miti. Kana osoo hin-hubatin afarsuu dhiisi.
    seenaadha jettee kan haasoftus warra seenaaf dhiisi. "come on man".

  • @obsaejeta3096
    @obsaejeta3096 2 роки тому +6

    Habtish thank you for your standing with trues

  • @amanhd3044
    @amanhd3044 2 роки тому +1

    Onnee Irraa si jaaladha Habtee koo nuuf jiraadhu

  • @nubekyabdo4987
    @nubekyabdo4987 2 роки тому +3

    thanks a lot!

  • @giftekaduro3896
    @giftekaduro3896 2 роки тому +3

    ♥️💚♥️ welcome jaabadhaa sanyii.koo jiraadhu qalii Oromoo 💝💝💝💝💋💋💋

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 2 роки тому

      kotuu matii naaf ta'ii sanyii

  • @Wankooshow
    @Wankooshow 2 роки тому

    Qaanqee show. Atis galata guddaa oromoo bira qaba hojii artii keessati galatoomi.
    Garuu qophii gingilchaa kee irraatti yaada hayyoota oromoo hundaa gilgilchiiti yaada walii galaa ummata fi sabaa fi sablammii biyyaa keenyaa hundaa hirmaachisu akka nu dhiyeessitu kabajaa dhan si gaafadha...??
    Yoo dogongore na ofkolchaa.

  • @fathermother1923
    @fathermother1923 2 роки тому +1

    Yoom Gahe gana salamta ummannii wallagaa hangs jibbaa nama kessa batutti

  • @jeeoromoo3657
    @jeeoromoo3657 2 роки тому +13

    Proud of you Habte ❤🙏

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 2 роки тому

      kotuu matii naaf ta'ii qalii maloo

  • @nuraarsiiboqojjii3693
    @nuraarsiiboqojjii3693 2 роки тому +1

    Atii nama jabaa dhaa ittii fuufii ololtuuf Afuufuftuun jaalaa dhagayiin.

  • @feyisalemessa2201
    @feyisalemessa2201 2 роки тому +1

    Callistee oduu kee hin odeessin oduu! Hojii mataa kee hin qabdu ati??. Dhimma kanarraa dhaabbadhaa jennee isinitti himnee turree. Kana booda situ of mara! isin namni yoo isin dhaggeeffate, namni waan biyya jiruyyuu isinitti hin fakkaatu. Iddo si hin galchine, sin dhaabbachiisne keessa galtee hin odeessin.. silent better than being stupid jetti faranjiin! of eeggadhu. Jawaariin yoo barbaadde waliin qilee seenuu dandeessa. Yeroo hedduu irra deebinee isinitti himneerra. Jawaar, ethi-nationalist dhaa, Alaabaan yookaan faajjiin inni qabachuu qabu Magariisaa, Keelloo, diimaa, Yookaa lummuxxii habashaati siin jenneerra. Jawaariif malee Uummataaf alaabaan hin dhorkamne jennee sitti himnee turre. Jawaar ammoo ofiisaa fi KFO qofa bakka bu'a jennees sitti himneerra. Jawaar, sarara diimaa adeemsa qabsoo bilisummaa Uummataa keessa waan seeneef, sarara diimaa xuqnaan, Qabsaa'aan ammoo red button gad qabe jechuudha. Innis Jawaar Yakkamaa guddaadhaa seeraan gaafatamuu qaba, ijoollee keenya fichiisiisee, uummanni kaasaa gaafachaa jiraa, dantaa oromoo sharafaaa jiraa, lola Abiy tti maqaa jijjiiree,
    Kanaaf wallaalaa keenya, dubartoota jala yaatu , Girrisa ofii ijaarrate, gorsaatii biraa dachaasaa isiniin jenne. Jawaar kana booda naannoo isaatti Faajjiin Adda Bilisummaa oromoo, ABO yoo mul'ate, mana murtiitti himata irratti bana. Isuma mataasaatiif, gorsaan fi akekkachiisuun yoo hin deebine Uummata afaan fajjessuurraa dafee, qaamni dhimma kanaaf isarratti socho'u ni jiraata. Hayyu dureen Oromoo, Mootii Oromootii, Mootii qabsoo Oromootii, Abdii fi Amantaa guutuu irraa qabnaa, Mootummaa Ce'umsaa Labsee hojiirra jiraa, sana deeggaruu fi bira dhabatachuudha malee waan hin beekne fi hin dhqaabne qabuuf hiixachuun nama hin fayyadu.
    Kana booda bal'inaan akkuma keessan median dhufnee waan ibsinuuf Uummanni keenya nu haa eegu..
    karaa sirriin isa akka ta'e isin barsiisuu barbaachisee waan jiruuf nu eegaa...Karaatti deebi'aa, isin dhaggeeffannaan keessa baatan, akka gaariitti karaatti isin dachaasna!**
    Jawar is a supper criminal!
    He already banned any engagement in our politics
    Jawar is a wanted one!

    • @yasinjemal9506
      @yasinjemal9506 2 роки тому

      Akkasitti hasawun barbachisaa miti. Yoo yada sirrii qabattee bayi yaada kee dhiyefadhu. Lafaa ka'aani nama arabsuu fi sodachisun sirrii miti.

  • @aliahamad7473
    @aliahamad7473 2 роки тому +1

    Qaccale Kenya dhuga dubata oromo dubadhu

  • @ethidubai794
    @ethidubai794 2 роки тому +1

    nuuf jiraadhu habtish(sooreessa) koo

  • @robbie4389
    @robbie4389 2 роки тому +2

    Dear Habtamu,nice to c u brother ,i know you personally and by now your extent of maturity always amaze me ,keep it up brother

  • @waqayyoogariidha503
    @waqayyoogariidha503 2 роки тому +1

    Nuuf jiradhuu jabaa kenyaa sii jalanaa ❤❤❤

  • @madinaganaso2814
    @madinaganaso2814 2 роки тому +7

    Thank you qaxle for standing with trues

    • @adbiiahamed9665
      @adbiiahamed9665 2 роки тому

      Jiraadhu leencca keenna ❤️💚💙💚❤️💚💙💚❤️

  • @kumerayadeta
    @kumerayadeta 2 роки тому +1

    otoo namni hundi akka kee kanatti hubatee silaa nagaa arganna ture

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia5833 2 роки тому +1

    Silaa ati kuni barnoottan professarafi Doftori tatee gaarii ture habtish hubbata nama galatommi 🙏👊💯

  • @abdurrazzaaqbiifaa2378
    @abdurrazzaaqbiifaa2378 2 роки тому +2

    Galatoom

  • @jaalwako2689
    @jaalwako2689 2 роки тому

    Dhugaan dhugaa dhugaaree hin dhugu tasumayyu. Jabaadhu, ati nama dhugaati. Habtish kooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooo

  • @ibsafeyyisa
    @ibsafeyyisa 2 роки тому

    Adda baasaa jira Gingilchaani! sin dhaggeffadha yeroo baayyee! jabadhu!

  • @danaaldana3182
    @danaaldana3182 2 роки тому +1

    Welcome J 👍🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @nahimiisenna110
    @nahimiisenna110 2 роки тому

    NOT A Rocket Science
    STOP sugarcoating Ethiopia's evil act against Oromo.
    STOP aiding Eth State-sponsor terrorism against Oromo
    Murderers MUST be held accountable‼️
    NO Excuses‼️Bring Abiy to justice
    Extending Abiys power🟰Enabling/Extending Oromo Torture
    Again CK UR "Moral Values"💔
    Evil Act Must Be Stopped, NOT Complicated

  • @bayisanegessa6633
    @bayisanegessa6633 2 роки тому +4

    Abbo you are fantastic I appreciate you

  • @zadabdulkadir8303
    @zadabdulkadir8303 2 роки тому +1

    Jeebadhu gootekko

  • @boonigalatoo3797
    @boonigalatoo3797 2 роки тому +1

    Dhugaa keetti habitamu qaxaale keenna Galatoomii 🌿🍀

  • @tolabati7675
    @tolabati7675 2 роки тому +3

    Thank you for highlighting the facts and exposing those who are fabricating false information to discredit Jawar Mohammed. Bravo my dear you are an honest Oromo. You exposed those internal enemies.

  • @bikilabizuneh4539
    @bikilabizuneh4539 2 роки тому +1

    Keessaa kessaa jawaar deggara jirta

  • @abenihedao4320
    @abenihedao4320 2 роки тому +1

    tokkichuman humna naa jiraadhu

  • @rawdahussein3147
    @rawdahussein3147 2 роки тому +1

    Waggaa 1000 nuuf jiraadhu

  • @obsaabdella8877
    @obsaabdella8877 2 роки тому +6

    Yooyyaa anaa dhufu qaxalee keenya! ❤❤❤

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 2 роки тому

      kotuu matii naaf ta'ii qalii maloo

    • @ethihealthnet
      @ethihealthnet 2 роки тому

      Mee channel kiyyaa kana subscribe godhii firra koo numatuu wal gudisaa

  • @galaanjiiruu9254
    @galaanjiiruu9254 2 роки тому

    Duubadhuu aralee boruulee dhugaa ketii sanyii ko baheesaa namhaa ❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤

  • @مريمالعربي-ز5ج
    @مريمالعربي-ز5ج 2 роки тому

    Wbon dhuga Yoon dubbanne meesha hanga tigriy qabdi????????????!????؟؟؟؟؟؟؟؟؟؟؟ jawwar Mohammad humna oromo madaaleti kan Ethiopia irarre keeyan oromo Kenya ofiin of bulchu dandenye san booda itti lalladha

  • @kiyyaayiman4692
    @kiyyaayiman4692 2 роки тому +1

    Atii nama dhugaa tii jabadhuu

  • @likineshbefikadu756
    @likineshbefikadu756 2 роки тому

    አንቴ
    እዉነትም ግምግልቻ ስለ እርቁና ስለ ምኑን እሱን ምን አገባ የኦሮሞ ህዝብ እያለቀ የኦሮሞ ደም እየፈሰሰ

  • @SIMBOOTUBE
    @SIMBOOTUBE 2 роки тому

    Akkam ngh jirtuh ijooled oroo mee meeqa keesantuh garaa lafaa??ua-cam.com/channels/sy3QTyFcG4pYvWZuy5k1Yg.html

    • @ethihealthnet
      @ethihealthnet 2 роки тому

      Numatuu wal gudisaa firra koo 💖 subscribed sifii godhee atisii koo subscribe naaf godhii?

  • @بكيلجسار
    @بكيلجسار 2 роки тому +1

    Jawar farra qabsoo oromotii

  • @مريمالعربي-ز5ج
    @مريمالعربي-ز5ج 2 роки тому

    Bayye si dinqisifadha wallah umrii nuuf dheeradhu 🤗🤗😂👌🏻👌🏻👌🏻☝🏼

  • @مريمالعربي-ز5ج
    @مريمالعربي-ز5ج 2 роки тому

    Bayye si dinqisifadha wallah umrii nuuf dheeradhu 🤗🤗😂👌🏻👌🏻👌🏻☝🏼

  • @nahimiisenna110
    @nahimiisenna110 2 роки тому

    Jewar, Bekele, OFCs, Seenaa Jimjimo
    STOP Campaigning & aiding Ethiopian State-sponsor terrorism against Oromo
    Enable/Extend Abiys powerSupport Oromo massacre
    Everyday Abiy remains in power, hundreds of Oromos are indiscriminately &brutally slaughtered, raped,& imprisoned
    STOP sugarcoating Ethiopia's evil act against Oromo
    The Evil Ethiopia Empire Must GO!
    "Self-Determination"is Oromo's God-Given Right.
    STOP Opposing "Oromo Self-Determination" Right

  • @dibagebewo6886
    @dibagebewo6886 2 роки тому +1

    Buli Hafite koo

  • @bachatesfaye822
    @bachatesfaye822 2 роки тому +1

    #@Much respect habtich❤️💚♥️

  • @Genashow2017
    @Genashow2017 2 роки тому +1

    qaxalee koo galatomii

  • @begnamalaku6976
    @begnamalaku6976 2 роки тому

    Nami kun yerooma hundaa mata duree adda addaa fidee dhufa...qoyi oromoon du'aama hafaa.... nami kun yeroo 4 haga 5 mata duree jijiratee oromoo goyyomse ....ilaa nuti oromoon ammati lubbuu keenya ,lafa keenya,nama keenya Fi siyaasa keenya bakkatti deebisuuf malee ...tapha siyaasaa irra hin jiru oromoon ..warri gabaa siyaasaa barbaaddan yeroon isaa Amma Miti nurraa dhaabachuu qaba nami kun kanaafi kan sadarkaa kanatti oromoon cehe

  • @hawiilove7435
    @hawiilove7435 2 роки тому +4

    Yooyya well come Jerenal Habte 💓💓

  • @jibraelhussain4847
    @jibraelhussain4847 2 роки тому

    Maaloo Habtaamuu yookan Sooressa keenya GINGILCHAA Kan akka keetii rabbiin nuuf haa_ baayyisuu

  • @nasriiharar5639
    @nasriiharar5639 2 роки тому

    Oromoo Koo Matti naf taha

  • @fatumahusein263
    @fatumahusein263 2 роки тому +1

    😍💕💕💕💕 galatommii jiradhuu

  • @bilisumakabeto4470
    @bilisumakabeto4470 2 роки тому +1

    Yaada baay’ee namatti toluudha!

  • @hundessaadoctor1721
    @hundessaadoctor1721 2 роки тому +1

    Jabadhaa jabbaa kenyaa

  • @arifshow1719
    @arifshow1719 2 роки тому

    Si jaalannaa nuuf jiradhu qaalii keenya 💝💝💝💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

  • @jamilaahmed2623
    @jamilaahmed2623 2 роки тому +3

    Waan biraa waan siin jedhu hin qabu umuriin kee haa dheeratu 🥰🥰🥰👍

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 2 роки тому

      kotuu matii naaf ta'ii sanyii

    • @ethihealthnet
      @ethihealthnet 2 роки тому

      Mee channel kiyyaa kana subscribe godhii numatuu wal gudisaa firra koo

  • @wabiichannelyoutube362
    @wabiichannelyoutube362 2 роки тому

    Haftish keenya ....dhugaa dubbachuf hojii ajaayibarra jirta jabadhuu obbooleessa koo❤❤❤❤❤🌍❤

  • @sooressaagadaatube4753
    @sooressaagadaatube4753 2 роки тому +1

    Jaaloo subscrube goneeti sirba koo san gingilchii mee waan gaaritti jirta dhugaa

    • @ethihealthnet
      @ethihealthnet 2 роки тому

      Mee channel kiyyaa kana subscribe godhii numatuu wal gudisaa firra koo

  • @noraali7539
    @noraali7539 2 роки тому +1

    Jiradhu qali nama

  • @ababotube11
    @ababotube11 2 роки тому +2

    habtee keenya abbaa tokkummaa abbaa dhugaa....nuu jiraadhu proud of you 👏 🥰 💛

  • @kaaradeemaakaaradeemaa4659
    @kaaradeemaakaaradeemaa4659 2 роки тому +1

    habtamu sin jalanaa

  • @nahimiisenna110
    @nahimiisenna110 2 роки тому

    “Wal-keessa hin makinaa”
    Waaqoo Guutuu “Garbummaa hiddaan buqqifna, dadhabnu ilmaan itti guddifna.” faarsaa...
    uumrii Itopiiyaa Garbummaa Oromoo irratii derresuufii hojecuunii maaqaa gootootanii daalaguu dhaa
    Uumrii Itoopiaa deeresuufii hojeenanii gootootinii kee Goobenaa/OPDO/PP dhaa .....
    Bilisummaa Oromoo fi garbummaa Oromoo, walitti hin makinaa”

  • @naolkabbada8677
    @naolkabbada8677 2 роки тому +1

    Galatomii Habtee

  • @bashirshallee9001
    @bashirshallee9001 2 роки тому

    ጋሼ ግንግልቻ /ወንፊት
    bilisummaa nifeeta
    Jawaar nisodaatta
    Kkkkkkkk
    Lama jaallattuun gabayaa bin baatu
    Jaal marroon wanti inni tiksu loowwan oromootaa osoo hin taane kaayyoo oromootaati!!
    Yaadinni inni al jeeziraa fi kenne warra xoophiyaa wareegamuu fedhaniif akka hirmii tufan godhe
    Dhimmi waraanaaf oderffannoo warra yaada akka keenyaa qabzn wajjiin gochaa jiran nugammachiisee jira tigroonni warra ollaaa isaanii affaar qimaanti
    Aga'o
    Walwajji godhan akkuma deeggarre jalmarroonis gambeellaafii bin shangul
    አኟዋክ
    ኙዌር
    ጉሙዝ ሽናሻ ማሆ በርታ
    kan hafan wajji tumsi qabsoo irree cunqurfamtootaa cimsuudha jennee amanna nideeggarra
    Jabaadhaa jaal marroo ijoollee kee wbo wajji

  • @carraajiruu3434
    @carraajiruu3434 2 роки тому +1

    Anaatu dura laale 🤣

  • @امخالد-ط5م
    @امخالد-ط5م 2 роки тому +1

    👍💔🙏

  • @babaraiyyan2052
    @babaraiyyan2052 2 роки тому +3

    I salute of you I am always proud to listen to you until I wait a week but that 7 days is so far to me sussii buna naat tate ok keep up continue with such beautiful news and beautiful advice I am always with you

    • @caaloofirii
      @caaloofirii 2 роки тому

      kotuu matii naaf ta'ii qalii maloo

    • @babaraiyyan2052
      @babaraiyyan2052 2 роки тому

      @@caaloofirii naaf ergi link youtube keti

  • @abbaagoolee4496
    @abbaagoolee4496 2 роки тому

    WBO n " duuriyyee " miti garuu . Kana beeki yoo obbo HABTAAMUU LAMUU .

  • @megersadiriba7207
    @megersadiriba7207 2 роки тому

    Beekaan,wallaalan,guddaan,xiqqaan wal kabajuu qaba dhugaadha.Oromoon hanga yoomitti wal-xiqqeesaa jiraataa?