Gaafii Jawar Lolchiifte Dubbii Walabummaa fi Waboo

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 23 чер 2022
  • Marii Obbo #JawarMohammed fi Obbo #Baqqalaa Garbaa Houston keessatti Oromoota waliin taasisanirratti #Gaafii Jabduu Dhimma Walabummaa fi Waboo Ilaalchisee Gaafatameef Deebii Jawar kenneef
  • Розваги

КОМЕНТАРІ • 121

  • @watsuprak1984
    @watsuprak1984 Рік тому +2

    Rabbiin Ammallee dhugaa Irraa Sin dabsin Inshaa Allaah .Rabbiin Umrii sihaa dheeressu💖💖💖💖🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻☝☝☝

  • @mamogadatufa3982
    @mamogadatufa3982 3 місяці тому

    Jawar dubbiin ati ummata keenati guyya adhaa himtu kun adha nufi hingaluu boru amoo dhugaa kee arguuni hinhafuu
    Ati galatoomi jiradhu...

  • @yaassinamaan2129
    @yaassinamaan2129 Рік тому

    Dhugaan jirtu kanuma obbo jawaar gaafiin namtichaa sanii sirriidha

  • @tesfumekitzewde5080
    @tesfumekitzewde5080 2 роки тому +5

    You are a real intellectual Jawar!!!Hayyuu dhugaa.

  • @megistugemeda2906
    @megistugemeda2906 Рік тому

    ጀግናው ጅዋሀረ የ 21ዘመን አሰደናቂ ጭንቅላት አለህ ፈጣረ ዕድሜን ያረዝምል
    ውድ ወንድማች ፈጣረ አበዝቶ ይባረክ
    We happy with your speeches special diaspora oromos pls acept the fact from our leader let to add fuel in home land b/n brother's

  • @Kiyyu1
    @Kiyyu1 2 роки тому +3

    Jawwee mataa dhiiraa🙌

  • @famishamsho9805
    @famishamsho9805 Рік тому +2

    yaa rabii nuftiksii

  • @shuruuutalaa7241
    @shuruuutalaa7241 2 роки тому +4

    Oromo ko qaaliii rabbi sif ha bitmatu

  • @rihana2782
    @rihana2782 Рік тому +1

    👍👍

  • @umaramadi5451
    @umaramadi5451 2 роки тому +2

    OkJawe malifi wae walloo hindubane kadhuma jiru umata walloo

  • @ZainathZainath-bb6cw
    @ZainathZainath-bb6cw 2 роки тому +9

    Ethiopian haala kanaan itti fufaa taanaan bulloftee harcee tahuuf deemtii shakkii qabu kanaafuu nagaya qofatuu biyya ijaaruu dandaha ::mariin mirtessaafi murteessaadha sabaafi sablammiin waliin jiraachuuf !

    • @user-jr2wy7qy9v
      @user-jr2wy7qy9v 2 роки тому

      impayeratini burkuta,uu issi barbada oromon itopiyaan dulatiin hinjirtu hamabodaa olantuman amaraa itiyopiyaa jechun amara jechudha yudamaa

  • @anuwarkedir1246
    @anuwarkedir1246 2 роки тому +4

    Achii ta'anii Waa'e Lola Hasa'a ha Oltu warri Achii Jirtu Matan Ho'era Jawwe Ati Wan Sirra Egamu Ittuma Hiimi...!!!!!! Nutii Naga Qofa Barbanna...!!!!!!!!!

  • @badasoroba4270
    @badasoroba4270 Рік тому +2

    Nuufjiraadha!

  • @Verorolegese
    @Verorolegese 2 роки тому +1

    Akka Jawar itti kanaa lubbuun namaaf quuqamu dubatu hinjiru oromoo kaleessa nun ajjessinaa jedhetti falmatte oromoo amma kun wal ajjessinetti laafaa bilisoomsina jedha ajjechaa ijoollee teenya irratti godha jirtan nura dhaaba warri motummaan oromoo dha

  • @KindoTube
    @KindoTube Рік тому +1

    Adhama

  • @daviiideviii7297
    @daviiideviii7297 Рік тому +1

    namittin kun ofifuu oromo miti haarree ani oromoodha garu warraanni anaf wal loolaa jiru hin jiru haarree diyaaspooraa

  • @caalaahuseen5919
    @caalaahuseen5919 2 роки тому +3

    Dhaamsi jawwee dhaamsa gaafa du'aatii qabadhaa

  • @HappyAstroStation-en4sr
    @HappyAstroStation-en4sr 2 місяці тому

    Jawwe jabadhu

  • @barkalealiye4176
    @barkalealiye4176 2 роки тому +5

    Dhuggan jiruu kanumaa

  • @mrjooromo3994
    @mrjooromo3994 2 роки тому +1

    Wallaahi billaahi jawwee ati dhugaan goota akka Mr,Mandeellaa fi Gaandiiti sababni isaas nageenya fi quuqam rakkoo sabaa sablammootaa mara akkasumaas walabummaa oromiyaa dabalatee kan biyyatii Itoophiyaa tana maraa bifa wal qixa ta'een nama hawwaa jiru ta'uu keetiif ciminaa guddaan maqaa oromoota maraa bakka bu'ee siif qaba;ati gaggeessaa haqaa falmaa mirga dhala namaa kan hunda hamatee jaalatamaa hayyu duree keenya tarree gaandii fi mandeeellaa fi kkf keessatti si galmeesseetiin jira.

  • @nabilabdi5305
    @nabilabdi5305 Рік тому +2

    duree oromoo jawwee

  • @usmaailbakaree1360
    @usmaailbakaree1360 Рік тому

    Yaarabii.haaqa.keenya.basii

  • @caalaahuseen5919
    @caalaahuseen5919 2 роки тому +2

    Gaaffiinis airrima garuu oromoo Tokkummaa barbaachisa

  • @motidafa6342
    @motidafa6342 2 роки тому +3

    Fillannoon Kan uummata oromooti feenu ni fottoqna feenu itti fufna

  • @qaidhaider4726
    @qaidhaider4726 Рік тому

    Aboo namicha jawwar ja'aanin. Diqaala Aaraba kanna enyu nuraa dhurkka.

  • @falmaataa4831
    @falmaataa4831 Рік тому

    Of sirreessii Jawwaar

  • @reediibaalee6699
    @reediibaalee6699 Рік тому +1

    ❤️❤️❤️❤️❤️

  • @madinatarboosh3874
    @madinatarboosh3874 2 роки тому +2

    Warri jawaraa arbasitani waan biyaa keessa jiruu beyatani garuu umanni Oromoo sababaa warana wabootin dhumaa kanaf yoo gadii ta.ani maritani tokkoo tayani oroomon dina hin injifataa rabbii biyaa kenaaf nagayaa haa busii

  • @danbobigoshori3517
    @danbobigoshori3517 Рік тому +1

    Jawwar Mahammad wonni inni haasawu Akka dura justification hin qabu... Karaa WBO ni jibba!

  • @abdiboru6031
    @abdiboru6031 Рік тому +1

    Akkam jechuu keetti

  • @bjeshow9187
    @bjeshow9187 Рік тому +1

    "And ye shall know the truth, and the truth shall make you free." John 8:32

  • @mahammadabdu3671
    @mahammadabdu3671 2 роки тому +7

    JawHar sirrii.dubbate. dhugaa.lafa jirtu.lafa.kaahe.warri biyya faranji.jiraatu.lola.yaada.waan lollitahe hinbeeku warri lolaan rakkachaa.jiru humaa.isaaniiti.miti ofiifi maatii.isaaniitiif biyya nagayaa.jiraachaatii ummata oromoofii.oromiyaarratti lola.labsu ummanni oromoo jaarraa.lamaa.ol loolaafii.gidiraa keessa.jiraateera.qawween.waanni.issaaf dhufe.hinjiru.hinjiraatullee.Harra.oromoon.wal mariin rakkina.isaa.furachuu.qaba.malee.wal fixuun.rakkina.dabala.malee bu.aa.hinfidu.keessattuu.wal jedduutti inumaayyuu.warra.bosona keessa jooree.ummanni.maqaa.isaaniitiin gidiraa.argaa.jiru.kanaan.bosonaa.galaa.ummatatti.makamaa.ummataa.waliin karaa.nagayaatiin.waan ummataaf tahu.gaafadhaa jechuutu.caala.ummanni.oromoo.diina.yooka.mootummaa.isaaf.intaane.akka.ofirraa.ittiin buqqisu.bareera.eenyuyyuu.isa.dura dhaabbachuu.hindandahu mootummaa.bara.sadihii jeequmsa.keessa.jiru.dhiisii.kan.bara soddom of.ijaaraa jiraateyyuu ofirraa.buqqiseera.osoo.rasaasa.tokko hindhukaasin harras.osoo mootummaan.kuni kooti jechuu.baatee.torban tokko.ofirra.hibulchu.silaa.ana.dabalatee.ummanni biyya.keessa.jiraatu hedduun.irra caalaan.mootummaa.kana.mootummaa.kooti.jedhee.amana.addunyaanis.akka.oromoon.itiyphiyaa.bulchaa.jiru beekti.warri.ollaatis.akkisitti hubata.warri.isin.mootummaa.isaaniiti jettanii.ittiin.ololtanis.baala.taraa.jechaanii.jiru.isaanis.osoo dandahanii.mootummaa kana.ijaan.arguu.hindandayan.gaaf tokko.silaa.hinbulchan garuu.wanni hundi fedhii.rabbiitiin tahaaf malee maalumaafuu.lolaan wanni tolu.akka.hinjirre.biyyoota.arabaa.irraa.hubadhaa warra.amantiin.illee.tokkoo.arabummaan.illee.tokkoo lolatti.iseenanii.baroota lakkof sisaa.wal fixaa.wal buqqisaa.jiru.harra.warri.ameerikaa.jiraatu.rakkinni.du.uufii.buqqa.uu.irra.hin geenye llolatu.nu.baasa.yeroo jedhu eenyutu.irraa.fudhata.kan hubannooniifii.bilchinni muuxannoon.isa.hanqatu.tahe.malee.kanaafuu.ummanni oromoo.harra.wal mariin furatee gara.diinaggii jaarraa.lamaa.olitti dhabee.ture.horachuutti adeemuufii qabsaayuu.qaba

  • @adamushagermosusha2910
    @adamushagermosusha2910 Рік тому +1

    Gobana was oromo by blood but worked as an Amhara

  • @Hunde2442
    @Hunde2442 2 роки тому +2

    Buli Leenca Sabaa!

  • @adamushagermosusha2910
    @adamushagermosusha2910 Рік тому

    A new Gobana

  • @mrjooromo3994
    @mrjooromo3994 2 роки тому +2

    Jawween kan jedheef oromoon lamaan wal dhawaa jirtu mootummaan biyya bulchaa jirulleen oromoodha baayinaan raayyaa ittisaa fi waraana addaa oromiyaatu wbo waliin wal waraanaa jira keessattuu wabo'n qabsoo kan gaggeessaa jirtu oromiyaa keessatti askeessatti kan wajjiin wal waraanaa jiran waraana naannoo oromiyaa,milishaa oromiyaa fi ummata oromoo kan nagayaa kan isaan lameen jiddutti dararamaa fi miidhhaa hamaaf saaxilamaa jiru dhibba keessaa 85%oromoodha waan ta'eef nageenyi haragalffii miidhamtoota kanaaf bifa amansiisaa ta'een ijoon adeemsa qabsoo ummata keenyaa eegamee dhugaadhaan waliigaltee qaama addunyaawaa hammaten lola dhaabnee oromiyaa fi ummata ishee kunuunffachaa nageenyaa fi misooma oromiyaa akkasumaas kan biyyaa gochaan guddisuun gaariidha.

  • @mariamusman9686
    @mariamusman9686 2 роки тому +1

    Abiyi tu fixe kun wan wal nama gafachisu miti Abiyi tu fixe

  • @godangalgallo6850
    @godangalgallo6850 2 роки тому +2

    Kafafofii Abon tokko Mo dhabba dhabba kessa nu galchaa Mee

  • @RadiyaaGenanegawo-nj8ri
    @RadiyaaGenanegawo-nj8ri Рік тому

    Jawweea leenci mana hidhaa keessatt hafe I. Kun jawwaari bifaan fakkaata malee amanaa oromoo Koo tun isaa miti

  • @jalabdisaba9166
    @jalabdisaba9166 Рік тому +1

    Jowaar kijibadhaa

  • @markshawn6967
    @markshawn6967 2 роки тому +3

    as long as minillke statue in abiys palace oromo will not accept the criminal in Ethiopia

  • @amansafewo7000
    @amansafewo7000 2 роки тому +2

    More than painful for us!! Jalannus jibbunus numatu wal ajjeesara jira.Nuf salphina guddaa dha.Ormaaf kaawwa banne.Xinxaluu nu barbaachisa.

  • @ibrhiimadem8204
    @ibrhiimadem8204 Рік тому

    Dhugaa,keti,jawar,karaha,jirti,araha

  • @tejineshdababorta4820
    @tejineshdababorta4820 2 роки тому +1

    jawar nisobda

  • @hassanboru5975
    @hassanboru5975 2 роки тому +2

    Oromia the love of my heart, please be united

    • @jamelamohamed4855
      @jamelamohamed4855 2 роки тому

      🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🕌🕌🕌🕌🕌🕌👍👍👍👍👍🤲🏼🤲🏼🤲🏼🕋🕋🕌🕌🥰🥰🥰🥰💖💖💖🐅🐅🐅🕋🤲🏻🤲🏻🤲🏻🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🤲🏻

    • @oromiyaajiituushawaa7951
      @oromiyaajiituushawaa7951 Рік тому

      Matii Naaf taii kodee

  • @hadihussein9454
    @hadihussein9454 2 роки тому +1

    💚💚💚💚❤️❤️❤️

  • @user-lq9rk1lc6n
    @user-lq9rk1lc6n 2 роки тому

    Dhuga

  • @calliacommunication6279
    @calliacommunication6279 2 роки тому +1

    Jawaar opdo, kijibduudha

  • @shamsiyamanza5087
    @shamsiyamanza5087 Рік тому

    Yabbii walii nugalchii

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 2 роки тому

    ❤️❤️❤️❤️❤️💚💚💚❤️❤️❤️❤️❤️

  • @yaasinalii2860
    @yaasinalii2860 2 роки тому +1

    Kkkkkk

  • @finekash561
    @finekash561 2 роки тому +2

    ጀዋር speach must translate to amharic for other nations

  • @user-me3cy9nr7s
    @user-me3cy9nr7s Рік тому

    👍👍👍👍

  • @SamuuelGeda
    @SamuuelGeda 6 місяців тому

    Gotekoo

  • @finekash561
    @finekash561 2 роки тому +1

    ጀዋር እውነት ተናገርክ።

  • @user-od8ds1le7n
    @user-od8ds1le7n Рік тому

    6

  • @l_oromo4424
    @l_oromo4424 2 роки тому +1

    Gaffii akka mallee natii tolttee: Oromia keessattii Oromoo fi Oromoo wali fixxaa jirraa jettee Jawar? Gaffini kana turree. Jawar garruu Abiy malifii Orrmaa Oromia galishee akka Oromo fixxaa jirruu ottoo hin debessin birraa darbbe jirraa. Oromoon ugummaa irraa qabbaa!! Oromoo baggaa gamaddee Oromoon qarrommaa bayyee qabbaa!! Galatommii obollessoo gaffii kana gafachuu keetiffii.

  • @oromoonekoo2445
    @oromoonekoo2445 2 роки тому

    HOPE NO ONE WILL LISTEN TO THE CONFUSED AND CONVINCED JAWAR!

  • @Mohammed.gudeta8580
    @Mohammed.gudeta8580 2 роки тому +2

    Jawwar keenyaa nuuf jiraadhu baguma keenna taate

  • @brobi110
    @brobi110 2 роки тому +3

    Jawar's perspective is scare tactic when he flagged "Oromo is killing Oromo". The real question is who is the project owner? Who is planning and financing the killings in Oromia? Is Oromo the project owner? Is Jawar honest to himself and the Oromo people?

  • @kichuu129
    @kichuu129 2 роки тому +1

    Jawar please Abiy Oromo jechuun Ke maal jechuudhaa?

    • @biliseeintalaamboo8224
      @biliseeintalaamboo8224 2 роки тому

      Dhugaa isaati kaa sirna inni ittiin deemu kanatu sirna minilik malee inni dhalatama oromootii.

    • @markshawn6967
      @markshawn6967 2 роки тому

      Abiy is oromo but the mistake was he didn't follow geda system which is good for all Ethiopians let alone better than the world democracy in India!

  • @mariamusman9686
    @mariamusman9686 2 роки тому +2

    No no no Abiyin oromo miti Eritiria dha no

  • @kadirgemedo3232
    @kadirgemedo3232 2 роки тому +1

    dhugaa jettee jawee

  • @qaasimhammeessoo4154
    @qaasimhammeessoo4154 Рік тому

    fayyaan fayyaa jiraa ilimmaan oromoo

  • @jusapinajon5590
    @jusapinajon5590 2 роки тому +1

    Abiy is not Oromo
    Erga oromotaee maliff amhara offitfidee?????????
    Akasuman hindamainaa oromodaff kan biratu lola

  • @Jimmajimmittii483
    @Jimmajimmittii483 2 роки тому +3

    Abiy Ahmad is half Oromo, his father need to be investigated, he is totally non Oromo
    Jawaar always confusing the public

    • @jalaatootafilmiidhaf5729
      @jalaatootafilmiidhaf5729 2 роки тому

      Guddifacha is adda oromoodha

    • @warfaageeddi3128
      @warfaageeddi3128 2 роки тому +1

      It is his stepfather the oromo man who married his mother and said he raised abiyot as his son before he died on intervju.

    • @gammachuuturaa5319
      @gammachuuturaa5319 2 роки тому

      @@jalaatootafilmiidhaf5729 what is "adda"? Did you want to say "aadaa" which means culture? By the way Guddifachaa can not be a leader which means can not be Abbaa Gadaa, eventhough he is accepted to be Oromoo.

    • @TheWende
      @TheWende 2 роки тому

      Akkas taanaan jawaarillee half yamani dhaa kaa

    • @gammachuuturaa5319
      @gammachuuturaa5319 2 роки тому

      @@TheWende Jawwar harra osoo hintaane bara 2018 Oromo gane. Waa'ee sabummaasaa naalif hinqorannu, akkuma kan Abiyoot qorannee bira geenyeti jechuudha. Jawwar Yemanii ta'e tu'uu baate rakkoon hinjiru. Kan Oromoo qulqulluu ta'ee ummatasaa gane OPDOti makame kan akka Leenccoo Letaa baayyetu jiru. Abbaan Abiyoot Kaasaayee jedhama. Nama Eritriadha.

  • @zeharazehara9372
    @zeharazehara9372 2 роки тому

    Exactey

  • @fooziiwollegga9932
    @fooziiwollegga9932 2 роки тому +3

    ilmaan oromo fi oromo fi oromiyti warrgamani mallee 🇪🇹 mitii gooton kummafi kittillani

  • @ibsaanejib86
    @ibsaanejib86 2 роки тому

    Jawwiyyee umrii. Nuuf. Dheradhaa

  • @ethio-kidsfun3503
    @ethio-kidsfun3503 2 роки тому

    Juhaar nama beeka

  • @ahmedumar817
    @ahmedumar817 2 роки тому

    Jawar Mohamed is now Lenco Leta of 2020. Shame to him confusing diaspora Oromo. He was the one Oromo liberated ran to FF Addiis leave OMN every thing behind. Jawar must e=be challenged with his failed empire salvage thing. Empire cant be rescued rather disintegrate for NNPs Multinational Freedom like Yugoslavia. KFO or Jawar cant decide for 60 millions Oromo. Self Determination Referendum now. Whose mission he carrying out man. Lair Jawar. Only WBO for Oromia

  • @amina7304
    @amina7304 2 роки тому

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @waldaajiirratube
    @waldaajiirratube Рік тому

    Dhuga ammallee

  • @marimagudato5952
    @marimagudato5952 2 роки тому

    100%true

  • @ibrhiimadem8204
    @ibrhiimadem8204 Рік тому

    Jawe,karaha,jirti,fudha,dhu

  • @salihhasan1287
    @salihhasan1287 2 роки тому

    Jawee

  • @artstabdiitube2702
    @artstabdiitube2702 2 роки тому

    Situu fide johar kenya dubbii tana marahuu

  • @caalaahuseen5919
    @caalaahuseen5919 2 роки тому

    Tanuma dubbiin

  • @robaturaa7889
    @robaturaa7889 2 роки тому

    dhugaa

  • @tamiibrock6176
    @tamiibrock6176 2 роки тому +1

    Duuba kaayyoon KFO maaliinii kaayyoo Leencoo lataatiin wal’adda? Leencoon 1991 joollee kuma 40 oli biiyti naga ja’e hidhannoo hiikkachiisee hiraata ibiddaa godhee tigree fixe.

  • @ahmedmizab5527
    @ahmedmizab5527 Рік тому

    Dhugaadha oromoo fi oromoo gidduuti

  • @bashirshallee9001
    @bashirshallee9001 2 роки тому +1

    gurbaan kun ከሁለት ጫፍ ይነሣል
    1 mootummaan abiyyuu sirna ofii dandamachiisuuf ergachuu
    2 abo cinaatti dhiibee kfo cimsuudha
    Kanaan ala miti
    Waraana bilisummaa oromootti dhagaa darbuun kun
    Waamalee miti isin sabboontotni galatoomaa gurbaan guyyaa isin gowwoomsaa oola halkan gabaasa abiyootiif dhiyeessa!!
    Mee oromiyaan walaba taate
    Jawaar akka nama tokkootti
    Kfo akka paartiitti maal miiti??

  • @genamoshufeer119
    @genamoshufeer119 2 роки тому +2

    Warri diyaaspoora kun rakkoo qabdan.

  • @badasoroba4270
    @badasoroba4270 Рік тому

    Bayeessa

  • @AnnaAnna-dx8ls
    @AnnaAnna-dx8ls 2 роки тому

    jaawekoo

  • @motidafa6342
    @motidafa6342 2 роки тому

    Kan Wal ficcisiisu eenyu?

  • @user-jr2wy7qy9v
    @user-jr2wy7qy9v 2 роки тому +2

    Jawar fi lencoo latati jiru oromon abadan hinbilisomtu sanyii saree jawar kijibaa issi hafuftu oromon wbo jabefachu qabdii jawar durumarra kasee opdo ykn ppp dhaa

  • @wellelahirpassa2210
    @wellelahirpassa2210 Рік тому

    Dhugani kammi?

  • @tesfuzerga3258
    @tesfuzerga3258 2 роки тому +3

    The core problem for conflict in Ethiopia is Amhara racist Fano and Amhara elites.

  • @oromoonekoo2445
    @oromoonekoo2445 2 роки тому

    Any Oromo fights another Oromo representing Ethiopia 🇪🇹 especially the the system can go to hell.

  • @saabontuoro363
    @saabontuoro363 Рік тому

    Dhuggaa keeti saanyii ko

  • @yasiminshoow2378
    @yasiminshoow2378 Рік тому

    Dubin jwari je siridha

  • @oromoonekoo2445
    @oromoonekoo2445 2 роки тому

    No we support OLA with all do respect you are wrong Jawar. I think you like the system, what ever they fed you in jail keep it there. We don’t like your idea I think you are SOLD! Only OLA can free Oromia, You are with Abiy and you just became one .

  • @saabontuoro363
    @saabontuoro363 Рік тому

    Dhuggaadha keeti gaafa atti dhubaachaa turtee attii ni hinaaftee siin jedhan

  • @gammachuuturaa5319
    @gammachuuturaa5319 2 роки тому +1

    Jawwar Jaanjjoo. Abiyoot Kaasaayyeetiin Oromoodha nuun jettaa? Abiyoot afaan isaatiin haatisaa amaara akka taate nutti himeera. Abbaansaa Ahimed Ali miti. Yoo atis Abiyootis dhugaa baasuuf kutannoo qabaattan awwaala keessaa rifeensa obbo Ahimed Ali baasaati DNA haaqoratamu. Nitiin Abiyoot Gondoreedha. OPDOn 50% ol Oromoo miti Diqaalaadha. Harra Oromummaa keefi Baqqalaayyuu shakkaan jira. Dr. Mararaan beekamaadha waggoota 50 ol etoophiaf jaanja'aa harra immoo isinis jaanjjoo keessa seentanii dhiiga ilmaan oromootti qoosaa jirtu. Abiyyotii harkka rukkuchaa turtaniittu jette nuun arrabsisitaa ati addaggeedha. Atoo maal hojjechaa turte? Suma kan harka nurukuchiise. Tole, nuti harka keenya rukkunnerra Abiyootiif Lammaaf, atimoo Koompitara kee Lammaa OPDOtti hinlaannee? Isin lachuu Jawwariifi Baqqalaan ka'umsi keessan OPDOdha xummurri keessanis OPDO/PP waliin hallayyaa qileetti dhidhimuudha.

  • @fooziiwollegga9932
    @fooziiwollegga9932 2 роки тому +2

    Sin kan dhibbe,waye immiye Ethiopia dha🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣👎

  • @RadiyaaGenanegawo-nj8ri
    @RadiyaaGenanegawo-nj8ri Рік тому

    Jaawari kiyya abiyi sammuu reehistory sigodhe gahee akkuma callifteti callissi onnee tee leenca sikeessa fudhate onnee harree siifkenne baay.eebaayee gadda

  • @bashirshallee9001
    @bashirshallee9001 2 роки тому +1

    Yaada lameenu wal wajji oofuun ni danda'ama
    Garuun
    Kkkkkkkk
    Kkkkkkkk
    Dubbiin achi miti jawaar kaayyoon isaa kfo cimsuu osoo hin taane wbo dadhabsiisudha!!
    Akkamitti??
    Akki itti dadhabsiisu
    1ffaa mirga hiree murteeffannaa oromoon irratti wareega qaalii baase kana kolaasudha
    2ffaan oromoolamaantu waldhabe wazn jedhuun qarqaarsa wbo fi godhamu dhaabsisee hufna sirna pp cimsuu
    Raacha haroon irraa godde kana gara harootti deebiduudha
    Baqqlaan fayyaa wajji deema malee qajeelfani jawaariif kennamu kiiloo afur irraay
    Warri kara gandaa fiiguu bartan ani arsii lixaati
    Wanti wallagga sababattaniif hin jiru dhimmichi dhimma oromummaati dhimma kaayyooti

    • @rashadedris3904
      @rashadedris3904 2 роки тому

      Atti yoo wbo gargate waa jawaar ziip kisii keti sii harkaa cuufa. Wob kan gargaruu ummata oroomotti male jawaari miti. Yoo kan kani jawaar jedhu dhagate wbo gargaruu dhabde sittu xawalwaleedha male isaa miti. Mirgaa nama dhunfaa maa akka kiyyatti yaduu dide jettan hanga dubbi qotaan malif offiti ammanamumaadhan hin qabsoofne.

  • @traditionaltube809
    @traditionaltube809 2 роки тому

    Malaan walbira Dhaabbannaa Comantii Kana Kan Dubbistu Yotub Kana Sbscrib Godhi .. Trditional tube