Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
❤❤ waw UA-cam maa hin hojjettan jedhee utuun eeguu har'a isin arguu kootiif baay'een gammade ❤couple baay'ee jaallannu isin nuuf jiraadhaa.Mee UA-cam isanii dafnee guddisna warri jettan like tolcha
❤❤❤❤❤
❤❤❤ kotta nuffi
Masks ❤si barbaduu ko 0:10 🥳🥳🥳 you tube KO acontii na gafachuu didiee mali na wayaa!?
Ijoleeni biyyaa Araba jirtani UA-cam ijollee habashatuu gudiftani ijollee kenyaa tanaa maloo hajajabesnuu?.wanii biralee dadhabnu viu fi sheeridhani haa qariqaruu
Eyen sir jeteee jajabesuu qaban̈aa nanii m❤
Dhugaa ketii
Jabadhaa garuu yeroo hasooftaan Waal dhageefadha❤❤❤❤
Hasaa akkana bayee nama tolaa 🥰🥰🥰🥰
😢
Afaan lamaan osoo namni tokko afaan oromoon namni tokkommoo amharic osoo ta'e nama baay'eef baruumsa guddaa ta'a dhifama guddaa wajjiin❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉😘😘😘
Jalalii Kessan bayee namatii tolaa akkamitii wal bartaan nutii himaa❤❤❤❤❤❤❤
❤❤
Oroomo koo jaajjabewwan kana jaajjabeesa mee ormayyu ni jaabeessina😢❤❤❤❤❤❤
❤maati naafi ta'ii mee
መስዬ በጣምነው የምወድሽ የኔውድ እኔግን ኦርሜኛ አልችልም አንችን ስለምወድ ቪዶውን አየው❤❤❤❤❤❤
astmrishalehu yene mar
Baga nagani dhufta M&M garuu muler yeroo kennifi haa dubbatu😊
Dhiisi haa raabashu😂😂 raabashi wayiit inn😂 nat tolluu me jaarri kun❤❤
❤maati naafi ta'ii mee lubbuu
Baga nagaan dhuftan haala dubbannaa irratti mirgi muuler sarbameera
Baga nagaan dhuftan, akka yaadaatti yeroo haasoftan dabaree walii kennaa. Especially meskii jaarsa kee interrupt gochuu hin baayyisiin! Jabaadhaa!
ሀሳብ አስጨርሺው እሱም ያስጨርስኝ ተደማመጡ በተረፈ አትጥፉ ስወዳቹ❤
Bayye namatti toltu Maskii Bareeddu Muleef carraa kenni yaada isaa adda hin kutiin wal dhaggeffadha bayyee bareeddu❤❤❤❤
Akkan isin kana jaalladhu Nuuf jiraadha meski koo hedduun si jaalladha Dubarti jabduu😘❤️🙏
Baay'ee namatti toltu Qaaliwwan keenya Baga Rabbiin hunduma keessa isin dabarse🙏 Akka akkanatti dhufatanif hawwii koo ture Jabaadha❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baga nagaan dhufitani❤❤❤❤ gaaruu meski bareedduu dhiffama wajjin mullerifis yeroo dubbatu taraa kennifi
Dhugaa jettee gurbaa dubbii dhorķitee😂
Yes tikikil
🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Dabaree kee egaa hasayii maskii molleensi hasahun affanuttii hiqabini❤❤❤
Maal meski lubu akkan hin hasofofine gotem😂, wan garii dha garu Wal dhegefeda❤
Baga nagaan dhuftan ijoollee fiqir ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Seenaa keessan dhalataa eessaa akka taatan akkasuma muuxannoo jireenya keessanii osoo nuuf qooddanii maatii jaalalaa
waan gaarii eegaltan jabaadha garuu yeroo haasoftan Meskiin suuta jedhi dabaree kenniif jaarsakeef
@@obseetemesgen9331 Eyyeen dhugaa jete. Inni ittu dubbatu barbadu Afaanisa irrati qabdi. Taraa kennifi meski Abba manakefi
Please meski ha dubbattu isafis yeroo kennii....u are dominating him.😢
Jabadha garu akkaa yadat yoon isinif kenu wal dhagefacha hasawa tole bayyee namati toltu comments akka dubistanin isinit hima jabadha yene bonbolinowoche🥰🥰🥰
wow nuuf jiraadha dhugaa anilee bayyeen isiin dhegaa ture🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bagaa nagaa dhuftaan qaliiwaan tenaa masikii tiyyaa xiqoo tasgabaayii muleen dubachuu dadeenee baraa caraa keniif yadaa ofii haa xurmuu waan iraa hafeen bayee isiin jalaadha jabadhaa hundii keesaanuu jajbeesaa ❤❤❤❤❤
Wooow baay'ee namati tola yaada gaariidha jabaadha itti fufa😊👏💪
Mulee dhugaa bayyeen sii jaladha My brother ❤
Keessatuu ijoollee Biyyaa Aarabaa Jirtaan Maloo ijoolee Kenyaa Kanaa nuuf Jabeessa Maloo Naafxanyaa Jelaa Olteen Waan ta'eefi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wawuuu baga naga dhuftan Mulee &maskii jajabadha🎉🎉🥰🤍🤍🙋
wwwww baga nagaan nu dhuftan garuu yoo hasoftan wal egadha kesatu maskin sutaa jedhi kana qofa isin jaladha jabadha😍😍
Muller yeah ti fixee hasa'as ni samtaa taraa uttu hasoftan dansaa jabaadha
Wow baga nagan dhuftaan ❤❤❤
❤qophii keessan jaalladheera garuuAfaan waliin hin makiinaa afaan feetaniin yoo hojjettaniyyuu afaanicha qofa gochuu yaala❤🎉😢❤
Maatii Jaalala #Meski and #Muler Horaa bulaa wal biraa bareeddu🥰❤️🌹 waliif jirra waliin jirra jabadha✌️Translate to English
Baga nagan nuf dhuftan maski and mule heddun sin jaladhaaa jabadhaa
Wow baay'ee isin jaaladha nuuf jabaadhaa jajjabee❤❤🎉
Bagaa nagaan dhufteen ijoollee jalal ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
ነታ dhuffuu በኛ ባህል!❤መስኪዬ በጣም ነው የምወዳችሁ! ኦሮሚኛ ቶኮ ቶኮ ብቻ ብችልም ትመቹኛላችሁ 🙌
ሰዴን ሶዶ ነሽ
Wow meski barreeddu akkanumati yeroo hundaa safuu fi dudhaa oromoo egadhuu kotuu kessayuu halaa ufaan kee yeroo Mara bayyee nama gamachis❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤🎉wwwwwwwwwoo kota nagadhani makiko gotakoo si jaladha oromokoo❤❤❤❤❤❤
Wowwwwww you tube keessani har'aa argee bayyee isiini jaaladha🎉🎉🎉🎉jabadha bareedduwan keenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow wallaahi baay'ee gammaade yeroo dheeraa sin egaa turee nuf jabbaadha❤
Heddu namatti toltuu isin jalanaa❤Garuu caraa walif kenaa hasayaa wali jala hin hasayinaa kuni yaddaa kooti ❤
Meski akkuman itti sii jaaladhu💋🥰🙌 M&M🔥🔥🥰🥰🥰🥰🥰👌💪💪💪
bagga nagaan dhuftani lbbufi lubbu❤❤❤❤❤
Maski koo akkan sijalladhuu onnee koo irra ❤❤❤❤🎉🎉❤❤❤ baga nagan dhuftan
Baay'ee namatti toltuu nuuf jiraadhaa jabaadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waaqayyoo isin haa gargaaru nuuf jabaadhaa
Bagaa nagaan dhuftani obolesa kee nuf fidaa please maski yero hasoftu jarsaa ketii yero kenifii hasa'a ke sirefadhuu bareduu ko
Gorsa sirrii laatte👍
Dhugaa wanumaa Ani yadee jetee😮
Mesi please Abbaa mana keteefi kabajaa qabadhu yeroo inni dubatuu Affaaniti hin qabani😢
Nice baay'ee gaariidhaa garuu maskin xiqqoo ni ariifatti dabaree walii kennun hasa'a.
Welcome back my family ❤❤ M&M
Bagaa nagya nufii dhuftaan noruu sanyii koo ❤❤
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Meskii tasgabbahi innis haa haasahu yeroo kennif sin dhagahuu dadhabne garuu jabadhaa ❤
jabaadha RABBII isin ha gargaru
Bayee isin jaladha jabadhaa well come jeneraa❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Jabbadhaa bayhee namaatii toltuu.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Garidhaa maskii hasawaa dhorkuu jirtaa!!inii biraa moo walii dhageefachaa hasawuunii garidhaa suttaa sutaa 🎉
Plessss maski yoo innii hasayuu jalaa hin dubbatiin innii yadaa seran ibsataa hin jiruuuuuu mee taraa hasayaaaaa❤❤❤❤❤❤
Wow ... Jabaadha❤
Issin laamanuu nama ciimadha issini wolin jiirraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Maskisha &Mule🎉🎉
Waan gaarii akka qabattani dhuftan abddin qaba maski and muller itti fufa jabaadha Qophin afaan keenyan qopha'an hin jiran uumannille waan ittin boharulle waan irra baratulle argachan jirru isin haga danddesanin afaan keessanin waan gagari akka hojjattan abdin qaba jabaadha
❤❤❤❤❤❤❤jabadhaa waqayyoo isinni haa gargaruu
Wwwwww bagaa nagaan dhufatani waraa jalala❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Oromo ijolee tenaa jajabesaa jaraa abashatuu jajabesitu kesan smriti Japanese pilis❤❤❤❤❤❤❤
Baagaa dhuufatani oboleewanikoo miliyona gaalachuu qaabadani yaa umataa❤❤❤❤❤
Uuuuuf baga nagan dhuftani akkattin isiin jaalladhu ❤❤❤❤❤❤❤😢
Baga nagaa dhuftaan maatii jalalaa ❤️❤️🥰🥰
Baga nagani dhuftani bayyeen Gamadee noruu jedhee anii ❤️❤️
Wow Amazing baay'ee gaariidha hojjii keessani; jabadha wàan hedduu siin irraa egaan! Darbee waalif keennati by sequence It
Bagaa naganii nuu dhuuftani Matti jalalaa qarraa hagaa amaa yutuubi malee Matti bayye kabajuufii jaladhuu❤❤❤❤❤❤❤holifii isini haa dhiisuu ilmanii midhagoo akaa keesani isinifii haa keenu rabii ❤❤❤❤❤❤❤
Wawwwoo akkatii isinii jaladhuu ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Ijoolee keenyaa maatii naaf ta, aa farfaanaa qofaan gadhisaa ❤
Jabadhaa dhugaa namatii tolaa ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow jalali kessan bayye namati tola maalo akkamiti woli bartani nuti hima❤❤❤❤
🫣🫣🫣🫣
Waaw❤❤ garu meskii yeroo hasoftuu sutaa uuuuu baye jarjarta abba wara affani akkasi duka hin arifatani dabaree kenif
Karibuni Sana Meski Teenna Yooyyaa ani Haa dhufuu Welcome 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Eeduu bareeduu dhugaa qalii wanii koo bagaa guyyaa kanaa geessanii sinnii jedhaa ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Wel come back, Karaa Hojii Barsiisaa nuf dhuftanii Baay'ee Galatoomaa ❤
well come lubbuwwan 😊 baay'ee baredduu dhugaa. Garuu yeroo hasoftan carraa waliif keennaa hasa'aa . Yeroo hasoftan dubbii afaani waliin fudhatiina.
Wwwwwww jabadha wan oromo argefi bayye gamada dura amara bicha arga ture Amma Garu ijole oromo bayacha jiru jabadha
Barumsaa gaariidha gaaruu Makii abbaa mana kee hin samiin yeroo odeesttaab ❤❤❤
❤❤❤ baant keesumaan jalqabaa issinii issaa lammataa ammoo naa afferii naan assaa interview godhee hin bekuu .......❤❤❤❤
❤❤❤ jaabadhaa ijoolee teenna
Bayee namatti toltu gaaru wal dhageefadha mularof caraa yoo kenite gariidha duubii afaanittii hin kukutiin erga innii fiixe yaada kee ibsaadhu ❤❤❤
Beeka dha muudii haara Amma dhufe osoo tokko haasa hin fixin ka bira haasun
😂😅😅😂
Bayyee namota Annii jalladhu Garruu suttaa maski Yerroo kenifi muledhafi❤❤
Ati nama hubataadha
wow....jalqabbii baay'ee bareedaadha, itti fufaa!Love couples!!# Garuu waan deebisuu qabnu deebisuu dandeenya jechuun_______???
bagaa nagayaan dhuftaan jenneraa ❤ dhifama walliin xiqoo ni jarjartaan suttaa jedha
😍😍garuu jelqaba irratti keneni dhihheessaa meski
Maski koo akkami tin siin jaladhu dhugaa bayye bayye naa marartu😘😘😘😘😘😘😘
Bareddu intala oromo❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹 መስኪ ቆንጆ
Wow wow amazing ❤❤❤❤ dhugaa waan ajaa'ibaa
Nuuf jiraadha obbolotaa kenyaa❤❤❤jajabadhaa
welcome to youtube my favorite Oromo couple. Suggestions please listen to each other don't talk over each other. Thank you.
Dhugaaa bagaa rabbin sifii fayyisee❤
Baga nagan dhufatni jabadhaa baay'ee namati tola Garuu maski muleef yeroo keeni ofumaa kee qofa hin has'in
Baga nagaan dhuftaanni maskii baay'ee si diinqiffadha jabduu nama jabbadhu ❤
Esaa bed bednii garuu jasii jadhaa walyii ❤❤❤
Masiki yaroo wolifi kenaa bayyee bareduu🥰🥰🥰🥰🥰
Hojii bareedaa meski&muller
Wow enkan dena metachu 💓💓😍meski liyu nesh💜
Jajabadhaa. Qaliiwwaan. Oromoo❤❤❤❤❤❤
Muller waa hedduun sirraa baradhe ati nama jabaadha ammallee darbii jiraadhu
Wara kabajamoo keenyaa baga nagadhaan gara youtbe nagadhaan dhuftaan isiin jaalanaa qalliiwwaan oromooM%M🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
❤❤ waw UA-cam maa hin hojjettan jedhee utuun eeguu har'a isin arguu kootiif baay'een gammade ❤couple baay'ee jaallannu isin nuuf jiraadhaa.Mee UA-cam isanii dafnee guddisna warri jettan like tolcha
❤❤❤❤❤
❤❤❤ kotta nuffi
Masks ❤si barbaduu ko 0:10 🥳🥳🥳 you tube KO acontii na gafachuu didiee mali na wayaa!?
Ijoleeni biyyaa Araba jirtani UA-cam ijollee habashatuu gudiftani ijollee kenyaa tanaa maloo hajajabesnuu?.wanii biralee dadhabnu viu fi sheeridhani haa qariqaruu
Eyen sir jeteee jajabesuu qaban̈aa nanii m❤
Dhugaa ketii
Jabadhaa garuu yeroo hasooftaan Waal dhageefadha❤❤❤❤
Hasaa akkana bayee nama tolaa 🥰🥰🥰🥰
😢
Afaan lamaan osoo namni tokko afaan oromoon namni tokkommoo amharic osoo ta'e nama baay'eef baruumsa guddaa ta'a dhifama guddaa wajjiin❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉😘😘😘
Jalalii Kessan bayee namatii tolaa akkamitii wal bartaan nutii himaa❤❤❤❤❤❤❤
❤❤
Oroomo koo jaajjabewwan kana jaajjabeesa mee ormayyu ni jaabeessina😢❤❤❤❤❤❤
❤maati naafi ta'ii mee
መስዬ በጣምነው የምወድሽ የኔውድ እኔግን ኦርሜኛ አልችልም አንችን ስለምወድ ቪዶውን አየው❤❤❤❤❤❤
astmrishalehu yene mar
Baga nagani dhufta M&M garuu muler yeroo kennifi haa dubbatu😊
Dhiisi haa raabashu😂😂 raabashi wayiit inn😂 nat tolluu me jaarri kun❤❤
❤maati naafi ta'ii mee lubbuu
Baga nagaan dhuftan haala dubbannaa irratti mirgi muuler sarbameera
Baga nagaan dhuftan, akka yaadaatti yeroo haasoftan dabaree walii kennaa. Especially meskii jaarsa kee interrupt gochuu hin baayyisiin! Jabaadhaa!
ሀሳብ አስጨርሺው እሱም ያስጨርስኝ ተደማመጡ በተረፈ አትጥፉ ስወዳቹ❤
Bayye namatti toltu Maskii Bareeddu Muleef carraa kenni yaada isaa adda hin kutiin wal dhaggeffadha bayyee bareeddu❤❤❤❤
Akkan isin kana jaalladhu Nuuf jiraadha meski koo hedduun si jaalladha Dubarti jabduu😘❤️🙏
Baay'ee namatti toltu Qaaliwwan keenya Baga Rabbiin hunduma keessa isin dabarse🙏 Akka akkanatti dhufatanif hawwii koo ture Jabaadha❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baga nagaan dhufitani❤❤❤❤ gaaruu meski bareedduu dhiffama wajjin mullerifis yeroo dubbatu taraa kennifi
Dhugaa jettee gurbaa dubbii dhorķitee😂
Yes tikikil
🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Dabaree kee egaa hasayii maskii molleensi hasahun affanuttii hiqabini❤❤❤
Maal meski lubu akkan hin hasofofine gotem😂, wan garii dha garu Wal dhegefeda❤
Baga nagaan dhuftan ijoollee fiqir ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Seenaa keessan dhalataa eessaa akka taatan akkasuma muuxannoo jireenya keessanii osoo nuuf qooddanii maatii jaalalaa
waan gaarii eegaltan jabaadha garuu yeroo haasoftan Meskiin suuta jedhi dabaree kenniif jaarsakeef
@@obseetemesgen9331 Eyyeen dhugaa jete. Inni ittu dubbatu barbadu Afaanisa irrati qabdi. Taraa kennifi meski Abba manakefi
Please meski ha dubbattu isafis yeroo kennii....u are dominating him.😢
Jabadha garu akkaa yadat yoon isinif kenu wal dhagefacha hasawa tole bayyee namati toltu comments akka dubistanin isinit hima jabadha yene bonbolinowoche🥰🥰🥰
wow nuuf jiraadha dhugaa anilee bayyeen isiin dhegaa ture🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bagaa nagaa dhuftaan qaliiwaan tenaa masikii tiyyaa xiqoo tasgabaayii muleen dubachuu dadeenee baraa caraa keniif yadaa ofii haa xurmuu waan iraa hafeen bayee isiin jalaadha jabadhaa hundii keesaanuu jajbeesaa ❤❤❤❤❤
Wooow baay'ee namati tola yaada gaariidha jabaadha itti fufa😊👏💪
Mulee dhugaa bayyeen sii jaladha My brother ❤
Keessatuu ijoollee Biyyaa Aarabaa Jirtaan Maloo ijoolee Kenyaa Kanaa nuuf Jabeessa Maloo Naafxanyaa Jelaa Olteen Waan ta'eefi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wawuuu baga naga dhuftan Mulee &maskii jajabadha🎉🎉🥰🤍🤍🙋
wwwww baga nagaan nu dhuftan garuu yoo hasoftan wal egadha kesatu maskin sutaa jedhi kana qofa isin jaladha jabadha😍😍
Muller yeah ti fixee hasa'as ni samtaa taraa uttu hasoftan dansaa jabaadha
Wow baga nagan dhuftaan ❤❤❤
❤qophii keessan jaalladheera garuu
Afaan waliin hin makiinaa afaan feetaniin yoo hojjettaniyyuu afaanicha qofa gochuu yaala❤🎉😢❤
Maatii Jaalala #Meski and #Muler
Horaa bulaa wal biraa bareeddu🥰❤️🌹 waliif jirra waliin jirra jabadha✌️
Translate to English
Baga nagan nuf dhuftan maski and mule heddun sin jaladhaaa jabadhaa
Wow baay'ee isin jaaladha nuuf jabaadhaa jajjabee❤❤🎉
Bagaa nagaan dhufteen ijoollee jalal ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
ነታ dhuffuu በኛ ባህል!❤
መስኪዬ በጣም ነው የምወዳችሁ! ኦሮሚኛ ቶኮ ቶኮ ብቻ ብችልም ትመቹኛላችሁ 🙌
ሰዴን ሶዶ ነሽ
Wow meski barreeddu akkanumati yeroo hundaa safuu fi dudhaa oromoo egadhuu kotuu kessayuu halaa ufaan kee yeroo Mara bayyee nama gamachis❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤🎉wwwwwwwwwoo kota nagadhani makiko gotakoo si jaladha oromokoo❤❤❤❤❤❤
Wowwwwww you tube keessani har'aa argee bayyee isiini jaaladha🎉🎉🎉🎉jabadha bareedduwan keenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow wallaahi baay'ee gammaade yeroo dheeraa sin egaa turee nuf jabbaadha❤
Heddu namatti toltuu isin jalanaa❤
Garuu caraa walif kenaa hasayaa wali jala hin hasayinaa kuni yaddaa kooti ❤
Meski akkuman itti sii jaaladhu💋🥰🙌 M&M🔥🔥🥰🥰🥰🥰🥰👌💪💪💪
bagga nagaan dhuftani lbbufi lubbu❤❤❤❤❤
Maski koo akkan sijalladhuu onnee koo irra ❤❤❤❤🎉🎉❤❤❤ baga nagan dhuftan
Baay'ee namatti toltuu nuuf jiraadhaa jabaadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waaqayyoo isin haa gargaaru nuuf jabaadhaa
Bagaa nagaan dhuftani obolesa kee nuf fidaa please maski yero hasoftu jarsaa ketii yero kenifii hasa'a ke sirefadhuu bareduu ko
Gorsa sirrii laatte👍
Dhugaa wanumaa Ani yadee jetee😮
Mesi please Abbaa mana keteefi kabajaa qabadhu yeroo inni dubatuu Affaaniti hin qabani😢
Nice baay'ee gaariidhaa garuu maskin xiqqoo ni ariifatti dabaree walii kennun hasa'a.
Welcome back my family ❤❤ M&M
Bagaa nagya nufii dhuftaan noruu sanyii koo ❤❤
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Meskii tasgabbahi innis haa haasahu yeroo kennif sin dhagahuu dadhabne garuu jabadhaa ❤
jabaadha RABBII isin ha gargaru
Bayee isin jaladha jabadhaa well come jeneraa❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Jabbadhaa bayhee namaatii toltuu.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Garidhaa maskii hasawaa dhorkuu jirtaa!!inii biraa moo walii dhageefachaa hasawuunii garidhaa suttaa sutaa 🎉
Plessss maski yoo innii hasayuu jalaa hin dubbatiin innii yadaa seran ibsataa hin jiruuuuuu mee taraa hasayaaaaa❤❤❤❤❤❤
Wow ... Jabaadha❤
Issin laamanuu nama ciimadha issini wolin jiirraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Maskisha &Mule🎉🎉
Waan gaarii akka qabattani dhuftan abddin qaba maski and muller itti fufa jabaadha
Qophin afaan keenyan qopha'an hin jiran uumannille waan ittin boharulle waan irra baratulle argachan jirru isin haga danddesanin afaan keessanin waan gagari akka hojjattan abdin qaba jabaadha
❤❤❤❤❤❤❤jabadhaa waqayyoo isinni haa gargaruu
Wwwwww bagaa nagaan dhufatani waraa jalala❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Oromo ijolee tenaa jajabesaa jaraa abashatuu jajabesitu kesan smriti Japanese pilis❤❤❤❤❤❤❤
Baagaa dhuufatani oboleewanikoo miliyona gaalachuu qaabadani yaa umataa❤❤❤❤❤
Uuuuuf baga nagan dhuftani akkattin isiin jaalladhu ❤❤❤❤❤❤❤😢
Baga nagaa dhuftaan maatii jalalaa ❤️❤️🥰🥰
Baga nagani dhuftani bayyeen Gamadee noruu jedhee anii ❤️❤️
Wow Amazing baay'ee gaariidha hojjii keessani; jabadha wàan hedduu siin irraa egaan! Darbee waalif keennati by sequence It
Bagaa naganii nuu dhuuftani Matti jalalaa qarraa hagaa amaa yutuubi malee Matti bayye kabajuufii jaladhuu❤❤❤❤❤❤❤holifii isini haa dhiisuu ilmanii midhagoo akaa keesani isinifii haa keenu rabii ❤❤❤❤❤❤❤
Wawwwoo akkatii isinii jaladhuu ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Ijoolee keenyaa maatii naaf ta, aa farfaanaa qofaan gadhisaa ❤
Jabadhaa dhugaa namatii tolaa ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow jalali kessan bayye namati tola maalo akkamiti woli bartani nuti hima❤❤❤❤
🫣🫣🫣🫣
Waaw❤❤ garu meskii yeroo hasoftuu sutaa uuuuu baye jarjarta abba wara affani akkasi duka hin arifatani dabaree kenif
Karibuni Sana Meski Teenna Yooyyaa ani Haa dhufuu
Welcome 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Eeduu bareeduu dhugaa qalii wanii koo bagaa guyyaa kanaa geessanii sinnii jedhaa ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Wel come back, Karaa Hojii Barsiisaa nuf dhuftanii Baay'ee Galatoomaa ❤
well come lubbuwwan 😊 baay'ee baredduu dhugaa. Garuu yeroo hasoftan carraa waliif keennaa hasa'aa . Yeroo hasoftan dubbii afaani waliin fudhatiina.
Wwwwwww jabadha wan oromo argefi bayye gamada dura amara bicha arga ture Amma Garu ijole oromo bayacha jiru jabadha
Barumsaa gaariidha gaaruu Makii abbaa mana kee hin samiin yeroo odeesttaab ❤❤❤
❤❤❤ baant keesumaan jalqabaa issinii issaa lammataa ammoo naa afferii naan assaa interview godhee hin bekuu .......❤❤❤❤
❤❤❤ jaabadhaa ijoolee teenna
Bayee namatti toltu gaaru wal dhageefadha mularof caraa yoo kenite gariidha duubii afaanittii hin kukutiin erga innii fiixe yaada kee ibsaadhu ❤❤❤
Beeka dha muudii haara Amma dhufe osoo tokko haasa hin fixin ka bira haasun
😂😅😅😂
Bayyee namota Annii jalladhu Garruu suttaa maski Yerroo kenifi muledhafi❤❤
Ati nama hubataadha
wow....jalqabbii baay'ee bareedaadha, itti fufaa!
Love couples!!
# Garuu waan deebisuu qabnu deebisuu dandeenya jechuun_______???
bagaa nagayaan dhuftaan jenneraa ❤ dhifama walliin xiqoo ni jarjartaan suttaa jedha
😍😍garuu jelqaba irratti keneni dhihheessaa meski
Maski koo akkami tin siin jaladhu dhugaa bayye bayye naa marartu😘😘😘😘😘😘😘
Bareddu intala oromo❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹 መስኪ ቆንጆ
Wow wow amazing ❤❤❤❤ dhugaa waan ajaa'ibaa
Nuuf jiraadha obbolotaa kenyaa❤❤❤jajabadhaa
welcome to youtube my favorite Oromo couple. Suggestions please listen to each other don't talk over each other. Thank you.
Dhugaaa bagaa rabbin sifii fayyisee❤
Baga nagan dhufatni jabadhaa baay'ee namati tola
Garuu maski muleef yeroo keeni ofumaa kee qofa hin has'in