Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Kiyyaf Tiyya 2022 [ New Afaan Oromo Film/Ethiopian Oromo Movie 2022]

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 11 сер 2022
  • Leemman intartemantiin Fiilmiiwwan fi Diraamaawwan haaraa akkasumas taphoota nama bowaarsan isiniif qabatee dhiyaata. Chaanaalii keenyaaf haaraa yootaatan subiskiraayibi gochuun maatii keenya akka taatan isin affeerra.
    Namoonni yaada qabdan akkasumas dhaabbilee ykn omishaalee keessan beeksifachuu barbaaddan karaa lakkoofsa bilbilaa +251911072702 karaa saanduqa poostaa 15218 Email: leemman26@gmail.com Telegrama @leemman_entertainment karaa Facebookaa :leemman entertainment TikTok: @leemman_entertainment instagram: @leemman_entertainment tiin nuquunamu dandeessu
    ---------------------------------------------------------------
    በሌመን ኢንተርቴይመንት
    አዳዲስ የኦሮሚኛ ድራማዎች እና ፊልሞች እንዲሁም አዝናኝ ጨዋታዎች ተዘጋጅተው ወደ እናንተ ይቀርባሉ !
    ለቻናላችን አዲስ ከሆናችሁ አሁኑኑ ሰብስክራይብ በማድረግ ቤተሰብ ይሁኑ
    ---------------------------------------------------------------
    @ Leemman Entertainment
    New Oromo dramas and movies as well as fun games are ready for you!
    If you are new to our channel, subscribe now and become a family
    • AFAAN OROOMO MOVIE KIY...
    Those who have any ideas and would like to promote their companies or products can contact us via +251911072702 via PO Box 15218 Email: leemman26@gmail.com Telegram @leemman_entertainment via Facebook :leemman entertainment TikTok: @leemman_entertainment instagram: @leemman_entertainment
    ---------------------------------------------------------------
    #LeemmanShow
    #NewOromicDrama
    #AfaanOroomoMovie
    #AfaanOroomoTiktok
    #EthiopianOromoMovie
    ‪@visionentertainment4507‬ ‪@OBNoromiyaa‬ ‪@LemiNews‬ ‪@leeman26‬‪@OromiaMedia‬ ‪@DrNafyadGetuOfficial‬ ‪@teslatwitteruss4‬​‪@GoldenRecordsWorldwide‬ ‪@MinewShewaTube‬ ‪@hopemusicethiopia‬ ‪@VOAAfaanOromoo‬ ‪@donattube‬ ‪@anetube12‬ ‪@Bonytube‬ ‪@PresidentMensurJemal‬ ‪@AnwaarBSirnaGadda‬ ‪@Finfinnee_Tube_MultiMedia‬‪@ArtsTvWorld‬
  • Розваги

КОМЕНТАРІ • 750

  • @nevergiveup8192
    @nevergiveup8192 Рік тому +8

    Sabakoo haala gaariirra jirtu.
    Dhuga dubbachuuf haallii acting keessanii adda. Xiqqoo seenaa iskriiptii sanatu....
    Isarraa kan hafe Actor akka Waadaa,Kiyyaa fi keessumaa immoo tiyyaa argachuun nuuf carrooma guddaadha. Nuu jabaadhaa dhugaa😍

  • @Efi24
    @Efi24 Рік тому +36

    Fiilmiin afaan oromoo nuuf guddacha jira maashallah hacee xiqqo baaye sin jaaladha isin hundayyu 🥰🥰🥰🥰🥰💝

  • @s.shawaa8225
    @s.shawaa8225 Рік тому +17

    Galata waqaa koo filmi afaan oromo argachuu eegallee 🥰🥰🥰

  • @helleen4304
    @helleen4304 Рік тому +8

    Nuuf jiradhaa jabadhaa
    Itii fufaa
    Please Romanin itii dabalaaa

  • @mosisadibaba8730
    @mosisadibaba8730 Рік тому +3

    nama dhugaa kan ijoollee sana adda baasuu dhiiftee walitti deebifte guddadhu. ferei girmaa mucaa classko kan turte baga ittiin sigahe jabaadhu.

  • @amigomizt9309
    @amigomizt9309 Рік тому +1

    Jabaadha garuu maalodha filmichi Kan afaan oromoodha mini......afaan keessan utuu filmii hin hojatin sirreessadha.

  • @hirpuuyoutube5448
    @hirpuuyoutube5448 Рік тому +6

    Wawoo jabadhu ayu kana calaa akaa hojatuu abdin qaba

  • @metiiiwallaga3427
    @metiiiwallaga3427 Рік тому +1

    Ijollee kanaa bay,ee jalaadha dhugaa jabaadha hedduu kessatuu hace xiqof , ayyuu bay,ee jalaadhaa,,, kessuma jalala artiif qabuu bay,eedha .
    Guyyaa tokkoo akkaa ittii na dabaltanii kabajan siin gafaadha ijolle qashitii 🥰🥰🥰

  • @moneyid
    @moneyid Рік тому +4

    Osoo misxira baasuu baattanii,paartii lamaa fi sanii ol gootanii isiniifiis baayyee fayyada.
    Diraamaan dafee xumuramuunuus gaariidha.
    Baayyee namatti tola

  • @murteeshow1966
    @murteeshow1966 Рік тому +9

    wow ijoole oromoo An isininin bona yomile

  • @seenaaorotube6627
    @seenaaorotube6627 Рік тому +3

    Ayyuu koo dhugaa ati ishee jaaladhu

  • @seadomearyoutube1919
    @seadomearyoutube1919 Рік тому +6

    Isin jabeffanna Afaan Oromoo qulquullu akka dubbattan feena Kan makaa hin qabne isiin garuu itti maktaan
    Fkn kan akka jecha maanno jedhu Faa itti maktan

    • @Beckyinfo
      @Beckyinfo Рік тому

      sabscribe naf godhi keshty

  • @Murretips
    @Murretips Рік тому +15

    Paartii osoo gootanii baayyee tola
    Jabaadhaa qoomoo too!! 🥰🥰
    Filmii akkaan namatti toluudha.
    Baayyeen isin jaaladha!!

  • @dabayohanis8236
    @dabayohanis8236 Рік тому +2

    Am so happy
    I donw wt am say
    Ajaaibadha
    jabaadha abdii gudda isinarra qabna
    Akka artiin filmii keenya biyya kana keessati ol jedhe dhaabatu shakki 1 hin qabu lvu all actor

  • @burkaentertainment6929
    @burkaentertainment6929 Рік тому +4

    Gosh joollee keenya

  • @ajmansafeer2991
    @ajmansafeer2991 Рік тому +3

    🥰😍😍😍😍😍😍bayyee namatii tolaa jajabadhaa ittii fufaa

  • @firaanintrteiment1030
    @firaanintrteiment1030 Рік тому +7

    Jabaadhaa qaliiwaan kenyiin

  • @ababachfayera826
    @ababachfayera826 Рік тому +3

    Jabaadha jajjabee ilmaan oromoon baay'ee bareeda

  • @chaltu2957
    @chaltu2957 Рік тому +2

    Uuuuuuuuffffiii Maaloo barumsaa gudda of kessa qaba halumaa kanaan itti fufaa♥️♥️♥️♥️♥️♥️🥰🥰🥰

    • @leeman26
      @leeman26  Рік тому +1

      Galatooma 🙏🏽

    • @chaltu2957
      @chaltu2957 Рік тому +1

      @@leeman26 Isiin jalaanna jabaadha qomowwan koo♥️♥️🙏

    • @leeman26
      @leeman26  Рік тому

      Bayye galatooma nuuf jiradha 🙏🏽

  • @hanakatema1463
    @hanakatema1463 Рік тому +2

    Fayaa sifi yaa kenuu mucaa qalaa suni gari gote siti gamaddee anii💓💓❣️❣️💞

  • @kalidfadilu2934
    @kalidfadilu2934 Рік тому +4

    Wow ijolle oromo bay,ee galatoma film affaan oromo afaan kenyaan nuf hojechuu kessanif ammalle itti fufa galatoma 🙏

  • @imuutube6949
    @imuutube6949 Рік тому +3

    Jabadha heddu namatii tola🌄

  • @chaltu3505
    @chaltu3505 Рік тому +2

    Wall come back babareduwan oromiyaa

    • @Golaoromoo3
      @Golaoromoo3 Рік тому

      Maatii naaf tahi lammii koo wal haa jabeessinuu!

  • @abdulazizmuhammed5175
    @abdulazizmuhammed5175 Рік тому +6

    Dhugaa rabbii namatti tola jabaadhaa👌👌

  • @Meerii_Didhaa
    @Meerii_Didhaa Рік тому +7

    Production keessan quality baredaa qabaa akka yaadati history keessan dadhabaadha script irrati ossoo irrati hojatani baredaa ta’a jabaadhaa

  • @user-qo7tm4uu7x
    @user-qo7tm4uu7x 22 дні тому +1

    Hoji baayyee namaa dhibbuu dhugaa uuuuuufffffff nati toleeeeeeeeeeeeee❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @louatlouat8505
    @louatlouat8505 Рік тому +1

    Dhugaa barosaa gudaa ofii keessaa qabaa jabadhaa itii fufaa hojadhaa isin fanaa jiraa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰jabbadhaa tolee

    • @leeman26
      @leeman26  Рік тому +1

      Tolee galatooma 🙏🏽

  • @gabayatube
    @gabayatube Рік тому +4

    diraama ajaa'ibaati baay'e namatti tola jabaadha ijoolle keenya dhugaa ani yeroo sadii ol dedeebi'e ilaala ture

    • @leeman26
      @leeman26  Рік тому

      GalAtoom

    • @Golaoromoo3
      @Golaoromoo3 Рік тому +1

      Maatii naaf tahi lammii koo wal haa jabeessinuu

  • @gadatube1231
    @gadatube1231 Рік тому +2

    Raachuu Leemmaan entertainment keessaa baasaa. Inni Oromoo wajjii hin deemuu

  • @ebatube5482
    @ebatube5482 Рік тому +5

    Dhuga bay'e namati tole jabadha ijole kenya

  • @lilifirdissa2451
    @lilifirdissa2451 Рік тому +2

    Woww baa'yee namati tolaa jabadha

  • @fiqeetube9224
    @fiqeetube9224 Рік тому +4

    Utuun aariin gubadhuu dhuma irratti na boqochiiftan Naa jiraadhaa❤️❤️

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee556 Рік тому +2

    Jabadhaa dhugaa bayyee namaa tolaa garuu kutaa oso gotaan akkam

  • @bontufeysa2405
    @bontufeysa2405 Рік тому +8

    Oromowani ko jaabadha siifi jiraa

  • @sifaanorotube9416
    @sifaanorotube9416 Рік тому +2

    Wwwwwww amaan xumuree aren ture michachayoo qachoo sanitiikkkkkkkkkk🙈🙈

  • @tolaisaniguse1997
    @tolaisaniguse1997 Рік тому +3

    Namatti tola jabaadhaa

  • @shitomoha6927
    @shitomoha6927 Рік тому +2

    Bayeeeee nama tolla Jabadha

  • @darartuutaddasaa4292
    @darartuutaddasaa4292 Рік тому +4

    Issinni hundaa nama akkaanii jaladhuu🥰🥰🥰🙏 maamilaa harawaa mana kanafii ❤🌳❤😍

  • @muredaadam4288
    @muredaadam4288 Рік тому +13

    Yaa rabbi waraa jalalaa dhugaa qabu gargar hin basiin 😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @amartimulugeta9411
    @amartimulugeta9411 Рік тому +2

    Bayyee namaati tola barumsa guddaas qaba galatoomaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤎🖤🖤🖤🤍🤍🤍♥️💙💙😍😍😍😍💜🙏💙

  • @sifaanorotube9416
    @sifaanorotube9416 Рік тому +5

    Anaa dhufuu qaliwaan kenyaa like Sher nafis mati ta.aa

  • @Ggg-bd7cy
    @Ggg-bd7cy 11 місяців тому +1

    Waw maski faa walin dalagaa ❤ qaqalii oromo afan oromo nuf gudachu das jedha.afan amara dawwana ture

    • @leeman26
      @leeman26  11 місяців тому

      Galatooma 🙏🏽

  • @Wankooshow
    @Wankooshow Рік тому +1

    #KiyyaafTiyyaa. Dansaadha continue more language......... Jajjabaadha.

  • @munawwarhuseen1593
    @munawwarhuseen1593 Рік тому +3

    Jabaadha qaqaali kenyaa nuttiis wa hundaan isiin faana jiraa filmii dhugaa ❤️👈🔥😎

  • @caaltuutolaa3889
    @caaltuutolaa3889 Рік тому +6

    Gaariidha. Yeroo ittii anuu kanaraa ta'aati hojaadha. Jabaadha. ❤❤❤❤

  • @ahmedorotv1975
    @ahmedorotv1975 Рік тому +1

    Fiilmi bayyee ergaa qabuu dhaa jabdhaa

  • @shelemehachalu1387
    @shelemehachalu1387 Рік тому +2

    Ayyuun tokkoffaadha,,,,bareedinaanis, taatummaadhanis!

  • @hayadhasan6022
    @hayadhasan6022 Рік тому +1

    Jabadha jolee oromoo qalii ijaa kulaa

  • @seenabekele7399
    @seenabekele7399 Рік тому +4

    Woww filmi afaan oromo akkas bareduu arguu caala maaltuu namaa gammachisa Ayuu bareduu 💯💟

  • @dhugaashow9530
    @dhugaashow9530 Рік тому +3

    Amma Kiyyaan waamnaan deeme homaa badaa hin dubbanne,

    • @Beckyinfo
      @Beckyinfo Рік тому

      sabscribe naf godhi keshty

  • @shakira123shakira2
    @shakira123shakira2 6 місяців тому +1

    RACHU terdet oromoo nufi jiradhu ❤

    • @leeman26
      @leeman26  6 місяців тому

      Galatooma 🙏🏽

  • @muntemun251
    @muntemun251 Рік тому +1

    ayu hace xiqo cheree bayeeeeeen issin jalladhaa hundaa keessanu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @oromiyabaalli4958
    @oromiyabaalli4958 Рік тому +1

    filmiin Afaan oromoo yeroo ammaa gaariirra jira nuuf jabaadha

  • @shaleelhashem6695
    @shaleelhashem6695 Рік тому +2

    Wwwwwww❤️❤️❤️❤️❤️🌷🌷🌷💐💐💐Qalii Qalii namaa

  • @sadikabdela8582
    @sadikabdela8582 Рік тому +4

    Jabaadhaa qaxaleewwan oromoo isin faana jirra waa maraan!!!🌷🌷🌷

  • @milkit2922
    @milkit2922 Рік тому +4

    Filmii gaarii hojjattan. Jabaadhaa👏

  • @xajjoogutu2588
    @xajjoogutu2588 Рік тому +1

    Bareedaa jabaadha 💘💘💘💘 Well come best

  • @yomifsedeta2243
    @yomifsedeta2243 Рік тому +3

    jabaadhaa 🙏

    • @Beckyinfo
      @Beckyinfo Рік тому

      sabscribe naf godhi keshty

  • @astermuluna1599
    @astermuluna1599 Рік тому +3

    Edu baredaa ❤❤

    • @Beckyinfo
      @Beckyinfo Рік тому

      sabscribe naf godhi keshty

  • @miracleinfo11
    @miracleinfo11 Рік тому +3

    was waw ✅

  • @Besuye
    @Besuye Рік тому +3

    Nice Baayyee Gaariidha
    Add pls..

    • @Besuye
      @Besuye Рік тому

      Pls maatii nuuf ta'aa🙏

  • @bonatimes6277
    @bonatimes6277 Рік тому +3

    Please addaan hin kutina abdii kutattanii

  • @lightindarkness9914
    @lightindarkness9914 Рік тому +2

    ishii jechaa jedhuu dhiisaatti tolee qofa faayadama hadaraa keessan warrii film hojeetan hojiin keessan boonsaadha

  • @beyeneetamagn6252
    @beyeneetamagn6252 Рік тому +4

    Kkkkk Ayii Ayyuu alholi dhugdeee machofte kaa

  • @Dirreefaarfannaa
    @Dirreefaarfannaa Рік тому +3

    Wow amazing bayee namatti tollaa jabadha jajjabee koo!!!!❤️💚❤️

  • @MuhammadMuhammad-ry6zu
    @MuhammadMuhammad-ry6zu Рік тому +2

    Nufi jiradhuu sanyii koo jabadhaa mo ❤💚🥺💝❤

    • @leeman26
      @leeman26  Рік тому +1

      Bayye galatooma 🙏🏽

  • @YOOM_Tube
    @YOOM_Tube Рік тому +4

    Wow bayyee barreda jabadha

  • @feyisalemessa2201
    @feyisalemessa2201 Рік тому +4

    Yooyyaa!!!

  • @user-ij5sx7ci1p
    @user-ij5sx7ci1p Рік тому +1

    Jabaadhaa waan gaarii hojjattani. Qubee irratti of eeggannoo godhaa. Dabalata immoo xumura irratti dhiifamni mucayyoof godhame saffisaan waan ta'eef kan irraa barattu natti fakkaattu.

    • @leeman26
      @leeman26  Рік тому

      Tolle Galatooma 🙏🏽

  • @muslimkemal7814
    @muslimkemal7814 Рік тому +5

    Top

  • @oromiyaahmad9428
    @oromiyaahmad9428 Рік тому +3

    wowwwww baye namati tola jabadha itifufa oromotiya isini jalana❤❤❤❤❤

  • @mimishekediir1028
    @mimishekediir1028 Рік тому +3

    Dadafaa nuuf koota

    • @leeman26
      @leeman26  Рік тому

      Tolle galatooma

    • @Golaoromoo3
      @Golaoromoo3 Рік тому

      Maatii naaf tahi lammii koo wal haa jabeessinuu

  • @jaarraabirhaanuu1915
    @jaarraabirhaanuu1915 Рік тому +2

    Fiilmin keessan baayyee nama hawwata. Script isaa taanan,Taaton isaalle adda! garuu osoo kutaa kutaan itti fuftanii daran uummata bal'aatti tola jedheen yaada. ammaaf jabaadha akkanumatti itti fufaa! "LEEMMAN ENTERTAINMENT KAN KEENYA"🥰😍

  • @kumaoltsega8877
    @kumaoltsega8877 Рік тому +4

    Jecha manew jedhu dhiisi kaa, tasumaa hin fayyadamiin, Afaan walitti hin laaqinaa maaloo, jabaadha isiin cinaa jirra!

  • @hffd3526
    @hffd3526 Рік тому +3

    Jabaadha rabbiin isini Wallin hajirattuu ♥️❤️💐💯🌷

  • @jituutamiraat8250
    @jituutamiraat8250 Рік тому +2

    Uuufe gubaacha oleen dhuma irraati gammade❤❤❤

  • @maymoonasaad251
    @maymoonasaad251 Рік тому +2

    Baayee namati toolaa jabadha
    😍😍😍

  • @yerosan6054
    @yerosan6054 Рік тому +4

    Woowow namatii tolaa jabadhaaa

    • @Beckyinfo
      @Beckyinfo Рік тому

      sabscribe naf godhi keshty

  • @senaa2350
    @senaa2350 Рік тому +3

    Ergaa Heduu Baredaa Qabaa dhugaa Waqayoo 💔💔💔😭😭😭❣️❣️❣️❣️❣️

  • @dababultosawakjira7387
    @dababultosawakjira7387 Рік тому +1

    Oooo ajaa'ibaa waan baayyee nama gammaachiisu dhugaa jabaadhaa obboloota.

  • @sorrtiadam6385
    @sorrtiadam6385 Рік тому +1

    Hedu namati tolla jabadha barumsa namafi taha wani hojatan 👌👍👍👍

  • @iskandarkadar2780
    @iskandarkadar2780 Рік тому +2

    Wow hace koo

  • @aludiinnashaa2791
    @aludiinnashaa2791 Рік тому +10

    wow wow ani jecha hinqabu dubbachuudhaaf, baay'ee baay'ee namatti tola fiilmii baay'ee namatti toluudha hedduun isin jaalladha qaqqaaliiwwan koo itti nuu fufa, abdiin isinirraa qaba akkasin artii oromoo guddiftanii sadarkaa addunyaatti baaftanu. oromoo koo isinimmoo fiilmii ijoollee keenyaa kana like subscribe fi share godhaa!!!!! galatoomaa ammallee

  • @abdikush6923
    @abdikush6923 Рік тому +1

    shuubaas utuu itti nuuf dabaltanii Group ajaa'ibaa ta'a jedheen yaada ... jabaadha!

  • @digodiriba6013
    @digodiriba6013 Рік тому +3

    Woow bayyee namati tolaa oro koo jabadha❤❤❤❤

  • @Sara-ge7qh
    @Sara-ge7qh Рік тому +5

    Saaqaxee yakamtuu wayyii
    Bifaa dhabii
    Gidiraan gutamtuu 🤪

  • @dhugaashow9530
    @dhugaashow9530 Рік тому +4

    Waamtee osoo isa irraa hin qulqulleeffatiin akkasitti ariifattee dhugaatii eegaluun ishee xiqqoo 'የተጋነነ' jedhamuu danda'a

  • @qilleensaaoromiyaa874
    @qilleensaaoromiyaa874 Рік тому +4

    Jabaadha waan ajaa'iba hojjettanii❤

    • @Beckyinfo
      @Beckyinfo Рік тому

      sabscribe naf godhi keshty

  • @tescomibiles6275
    @tescomibiles6275 Рік тому +1

    Wowwww heeduutaaka namatii toolaa jabadhaa ilamaan oramoo

  • @helleen4304
    @helleen4304 Рік тому +5

    Uufff
    Dhugaa Wal lolanii hafun se,em

    • @Beckyinfo
      @Beckyinfo Рік тому

      sabscribe naf godhi keshty

  • @jibrilesmael950
    @jibrilesmael950 Рік тому +2

    Jabaadha kana caalaa foyyessuf yaala

  • @MudasirMufti-di3dz
    @MudasirMufti-di3dz 11 місяців тому +1

    www bayyee namatiif tola nuf jabadha artii keenna guddisa jirtu!!

    • @leeman26
      @leeman26  11 місяців тому

      Galatooma 🙏🏽

  • @wasanahammadeen8736
    @wasanahammadeen8736 Рік тому +1

    Ayyiii hirriyaa dubaraa arga kee innafte ijolle dhugadha wal jalatan ada baftii

  • @sifaanorotube9416
    @sifaanorotube9416 Рік тому +2

    Itiii fufaa akaa dirmaa kiyotifii hiretiii

  • @hawwiiintalaatawayidootube9335

    wwwwww hedduu namati tolaa jajabadhaa Qaroowwaankenyaa😍😍

    • @Beckyinfo
      @Beckyinfo Рік тому +1

      sabscribe naf godhi keshty

  • @robeadamu2197
    @robeadamu2197 Рік тому +1

    Wawooo jabaadha artiin keenyaa gudaacha jiraa!!!

  • @GalaxyGalaxy-rc1zl
    @GalaxyGalaxy-rc1zl Рік тому +4

    Wow Wow

    • @Beckyinfo
      @Beckyinfo Рік тому

      sabscribe naf godhi keshty

  • @kidspathmedia5759
    @kidspathmedia5759 Рік тому +6

    90 ዎቹን ሚያስታውሱን ተረቶች በአማረኛ ለልጆች አዝናኝና አስደናቂ ልጆች ሚታዩበት media

  • @user-up5ek3dj1i
    @user-up5ek3dj1i 6 місяців тому +1

    Diraamaa afaan oromoo keessaa kan akkaa kanaa ergaa dabarsuu hin agarre.

    • @leeman26
      @leeman26  6 місяців тому +1

      Galatooma 🙏🏽

  • @user-dm5pm4lb4y
    @user-dm5pm4lb4y Місяць тому +1

    Wow bayee namatii tolaa jabadhaa❤❤❤