Baayyee baayyee gaariidha Dr . Naf yaad Koo ❤️ dhaamsa gaariidha jedhen yaada ammas irraa deddebi'ee galatoomiin jechu barbaada Thanks so much ... Keep it up Dr
Doktor ani gaafi isiin gaafadhee turee m a na deebisina baayyee na yaadese jira dhibee kuni maloo nati hima malii gaafi kee yoo jetan ajaa funyaannii tti bayyee na yaadese jiraa👋👋👋👋👋👋
Dr Naafyaad barnoota gaarii dha! Saall-quunnamtiin ofiin of gammachiisuun, amala fayyaaleessa faayida qabeessa garuu akkuma amala fayyaaleessa tahe kamiiyyuu miidhaa fiduu kan danda'u tahuu mala gaariidhaan nuuf ibsite!
Gorsaa baay'ee garii dha anii rakkoo kaana yeroo dheeraaf Qabaa dhisuun salphaadha yeroo bilbilaa Dubbattan Qofa ta u dhisuu yeroo yaada akkasii godhattanii spoortii fiiguudhaan jijjiiraamaa argituu anii ganama hiriyaa waliin godheen galgalaa moo ofiin of Gammachiisaa rakkoo baay'ee jabaadhaa
🙏🙏🙏
Wagga 15nif oofiin of gamachisa turee.dafee aaruu.qallachuu qaamaa.cacabuu fuulaa.dadhabiis qabaa.ball'isee yaaduu dadhabuu.jalachuuf jallatamuu fedhiin hin jiruu😭😭😭😭😭😭😭😭😭 kanaf kaan naa mudatee isin hin mudatiin👌😭😭😭
Dr furmanii maalii????????
Abshir
😢🙉🙉
dhuga atii ofumati taphattee bar ija Kee onnee Kee Ratii midha fidaa irranfii sitii bayyissaa
Dhugaa dhaa wlyii dhiseen jiraa
😢😢😢😢🙆🙆🙏
Yaa doctor bayye garidh barumsa nuf haa ta,u aboo jiradhuu umurii dheraa Sifii hawaa 👍👍💪💪❤💚❤
Qalii Matii Naf Ta'i
Barumsa gaarii dha rabbi waan akkasii irraa nu haa eegu abbookoo galatoomi Dr 🙏
Yaa rabbi koo maalo naghan biyyaa kiyaati naa gaalchi gochaa akkasitira nu haa bararuu namni getan herumaa dhiris fudhaa maalo😭😭😭😭
😂😂dhugaa naa kofalchistee
🧔🧔🧔🧔🧔🧔🧔🤫🤔
Qalii Matii Naf Ta'i
As long as I know you're special Dr thank you so much
Galataamaa Thank you so much Doctor 💓💖💗❤❤👍💯
Of eeggadhaa egaa durboochee fi dhiirochee! Dubbiin jabduu dha...hunduu gara fuudhaa fi heerumaatti fiiguu dha!
Kkkkkk kkkkkkk
Thank you so much Doctor 👍
@Kulanii Bultuma ok my sister 😍
Wel cema Dr Abbaa cabsaa 🙋😍😍😍❤❤Galatomaa jenee 😍😍
Daawwadhaa Subscribe gochuun wal haa guddisu
ua-cam.com/video/1et89e7LctQ/v-deo.html
Dr yeroo Laguu yokii biredii natii dhufee bayyee naa dhukubaa malii dawaa isaa pls nafii himii dr kenyaa😢😢😢😢😢😭😭😭😭
Fb isaa jalati dabarse turee
@@ganetbaqallaa8514 eshii damaa koo naa Lalaaa
Dr.Thank you
Dr thank you Dr rabbii urmii kessaan nufii haa dheressuu ❤❤❤
Dr Nafyad ❤
Baayyee baayyee gaariidha
Dr . Naf yaad Koo ❤️ dhaamsa gaariidha jedhen yaada ammas irraa deddebi'ee galatoomiin jechu barbaada
Thanks so much ... Keep it up Dr
Qalii Matii Naf Ta'i
Galatoomi doctor barumsaa baredaa nuf lataa jirtaa ♥️ ♥️ ♥️
Akkami fayyaani keessaani doctor galatoma waan bene hubbadhe jira isini ❤❤❤❤❤
Thank you so much doctor👨⚕
Wow! Doctor bayyee galatoomi barumsa gudda nuuf kenite.
Baga nagadha dhufte Dr N
Dr dhugaa jechaa mali akka si galatefanu dhabee waqayyo umurii kee nuufi haa dheresu barumsaa bayye siraa baradhe ❤❤❤❤
Dr thank you so much!!!!!!!!
Baay'ee Galatoomi Dr
Thank you so much
Thank you so much dr ❤
Galattoomi gorsaa gudda argadhe jabadhu
Nama kanaan midhaame qorichii isaa ni jiraa
Well come Abbaa cabsaa💙❤💚
Bagaa naganaa dhuftee Dr. kenya
Bay'ee galaatomaa 💙❤💚
😀
Heduu Gaalaatomii nafi tate jirta barii dhuga gaafi qaba Dr. dhibe Asmii qaba akamiti iraa ufii ega Asmii kiyaa shito fa,afii akasuma waantota hafura qabani iraa nati Ka,a Ama gaaruu baayee na cinqu jiraa
Rabbiin sirraa haa fudhu sii haa fiyyisu
Thank you very much I appreciate you
barumsa bareeda dha, jabaadhu haaluma kanan Dr.
Antu dura lale dr kenya 💪
Daawwadhaa Subscribe gochuun wal haa guddisu
ua-cam.com/video/1et89e7LctQ/v-deo.html
baganagani.dhutee
Thank you Dr heddu irra baranne
Thank you so much doktor ❤❤❤❤💔💝💔💝💗💕
Galatoomaa Dr. Jabadha!💞💞
Dudi malfi nama gubata
Mashalla 😭☝🏻rabbii nuaa eguu inshaallaa
Welcome Dr baga dhufte
Baga nagaa dhuftanii galatomaa Dr kenyaa
Thanks for the Dr 👍💐
D Gaalatoomii Anii guuyyati Utun Hin hojanee oluu hin dandahuu
Thank you Dr❤❤❤❤
Guddaa Galatommaa Dr Keenyaa 🙏❤
Ofin.......Kunis jiraa Edaa Yaa Dr Koo 😳🤔
Daawwadhaa Subscribe gochuun wal haa guddisu
ua-cam.com/video/1et89e7LctQ/v-deo.html
ششششششششش
Tank you doctor❤❤
Wallaahii kun waan dhugaadha waan nu mudachaa jirudha hundi isaayyuu galaatoomi LUBBUU 430oromoo
U are real DR
Gudaa Gaallaatooma dr ❤❤❤barnotaa garidhaa itii nu fufaa
Dhugaa keessan dr barnoota garidhaa Rabbiin nu haa eguu
Qalii Matii Naf Ta'i
Dr thank so much 🙏
Bagaa nagaa dhuftan dr si jalana sanyi keenya
Galatoomi dr 💕🙏🏼💕
Anaa dhufuu dr kenyaa
Thank so much doctor ❤️❤️❤️😊
Ok
Dhugaa jete nufi jirdhu Dr kenya
Thank you so much My doctor
Galatomaa.dr kenyaa💞💞
Galatoomi! Dr.
Dr. Rakoo maaliiti Fincaan xarafa Meesha namadhukubsu tuubboo meeshaa anam dhukubsu
Dr hogaa nadabaree ofira dheyee nan fayaauu dabarama San kkk😁😇
Daawwadhaa Subscribe gochuun wal haa guddisu
ua-cam.com/video/1et89e7LctQ/v-deo.html
Dr doctor thanks
Dr nafyad Getu galatoomi 🙏🙏🙏❤️❤️❤️
Tekiyu dokitora kenya ❤️❤️
Thank you very much
Dr baayyee baayyee nati tolaa barnoonnii keessaani galatomaa
❤❤❤❤❤ galatoomii Dr naf yad
Doktor ani gaafi isiin gaafadhee turee m a na deebisina baayyee na yaadese jira dhibee kuni maloo nati hima malii gaafi kee yoo jetan ajaa funyaannii tti bayyee na yaadese jiraa👋👋👋👋👋👋
Dr thanks
Anaa dhufuu dr nafyad 💯💯💯💯💯👍👍👍👍👍👍👏👏👏
DR anillee rakkoo akkasittin qabaturee furmaata isaa naafhimi miidhaa akkamii qaba
Thank you doctor
Hayye Yoo Duran waan kana godha Yoo turee Yoo xiqqate ji'a murasaf waan kana erga irra turee akkamitti irra dandamachu danda'a
Maatii nuuf tahaa garaa walitti hin jabaatinaatii
Wow jabbadhaa qoomooko love 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Nafiyadi baye galatomi hedu si jallaldha🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😘😘😘😘👌👌👌👌👌👌👌👏👏👏👏👏👏👏👏👏
Furmati issa hoo dr
Dr Naafyaad barnoota gaarii dha! Saall-quunnamtiin ofiin of gammachiisuun, amala fayyaaleessa faayida qabeessa garuu akkuma amala fayyaaleessa tahe kamiiyyuu miidhaa fiduu kan danda'u tahuu mala gaariidhaan nuuf ibsite!
7:55
Galatomi Dr kenyaa ❤️💚❤️
Daawwadhaa Subscribe gochuun wal haa guddisu
ua-cam.com/video/1et89e7LctQ/v-deo.html
Thank you bro dr kenyaaa
Thinks jabadhuu D r 👏👏👍
Nu haa Oolchu 🙏 qalbii keenya waliin Nu haa taasisu .kun dubbiitti hin bareedu boo icci 😥
Daawwadhaa Subscribe gochuun wal haa guddisu
ua-cam.com/video/1et89e7LctQ/v-deo.html
😂😂😂😂
Gaafii Egaa miidhaa fadhii dhabuu kunii namatti dhufee maaltu furmaata doktar
Thankyou very much
Galatomii Dr kenyaa
Galattomaa Dr Yaddaa Garridhaa .
Dokter barumsi keessan baayee gaariidha haaluma kanaan jabaadhu
Galatoomaii sanyii offii ebbiffam 👌👌👌👌👌👍👍😍😍😍😍😍😍😍😍
Dhugaa ebbifamii Baromsaa garidhaa
Thank 🙏🙏🙏🙏
Thank you
Guddoo galatoomi Dr. Naafyaad!
Nuuf jiradhuu Dr keena
NuriyA
Ulfaadhu Dr Nafyad Getu 😍
Thanks❤❤❤❤❤❤❤
Welcome dr
uuuuffguubaanee
Doctor dawaa barrilee ykn sonoo na himi dugdii kiyyaa na dhumtee 😭😭😭
Abdusa yusuf jedhii keessan hii naan jedhii fb iraan kottu m.me/Abdusayusuf
@@abdusa___10 dawasaa betamoo ?
@@abdusa___10 yoo bekkta taate asuman na himi 🤔 fb🤫🤫👈
Rakkon jiruu suuraa isaa as jilatti siif erguu hin danda'uu malee dhimma biraaf mittim suumaaf malee dhugaa an ofii kotii akkaa malee natti ba'ee ijaa nama duraa deemuun qanfadhee dhugaa soonno utuu hin tanee hasasiyyaa jedhu akkaa arabatti akkaa nannoo keenyaatti immo Gifiraa ta'ee hin beeku garuu waan jedhanuun qabuu an kamiifuu fayyaa keettiif malee salummaa kee looguf mitti
@@faantu1302 hasasiyyaa yoo ta'ee qorichii isaa kaan bati tokko qofaa keessatti siraa baduu nii jiraa !
Woww bayee galatomii barusaa bareddaa ere baradher
Yaa Abba cacabsaakoo galatoomaa
Dr keenyaa
thank you doktor
Dr gltomi waan bayyee irraa baradhee
Dr nama shanyii dhiiraa ofiin ofirraa baasee dadhabbiin qaamaa irratti argame keessaahu dadhabbii hirpaa irratti argame furmmaanni maali dokttor akkamitti yaalamuu dandaha
Galatoma Dr kenya ❤❤❤❤❤❤❤❤
Dr jabadhuu
Uuuuuuu waqii waan akkasi irraa nuu olchii jarsumaa garii nuuf kenii