Haasaa Pirofeesar Mararaa Guddinaa Ibsa koree Giddugaleessaa KFO Irratti taasisan

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 15 вер 2024
  • Haasaa Pirofeesar Mararaa Guddinaa Ibsa koree Giddugaleessaa KFO Irratti Afaan Amaaraan taasisan

КОМЕНТАРІ • 44

  • @rabbirraailmasabaa7867
    @rabbirraailmasabaa7867 Місяць тому +1

    Nama guddaa,hayyuu,ogeessa koo,nama karaa nagaatti amanu umuriin keessan nuuf haa dheeratu
    Our true model, prof

  • @legessedinka1945
    @legessedinka1945 Місяць тому

    Professor Merera's words seems very simple but works in time

  • @seeyfuuamaanoo999
    @seeyfuuamaanoo999 25 днів тому

    Ilove dr marara

  • @falmisafyemane1380
    @falmisafyemane1380 Місяць тому +1

    Jabaa keenya nuuf jiraadha

  • @birhanugeremew8323
    @birhanugeremew8323 Місяць тому

    እርሶ ከመናገር ተቆጥበው አይለቁም ተሰሚነት አጡ ልቦና ይስጠን😂😂😂😂

  • @ashuanole6488
    @ashuanole6488 Місяць тому +1

    Leencaa dr mararaa koo hayyuu cimaa oromoo namaa karaa nagani falimatuu keessa tokko keessa gamessaa oromooni qabu keessa tokkoo umari nuu dhiradhu hawii kee waqayoo sii yaa agarisisuu jedhe

  • @seeyfuuamaanoo999
    @seeyfuuamaanoo999 25 днів тому

    Dr maraaraa king❤

  • @nahiliwaloo
    @nahiliwaloo Місяць тому +1

    Haasaa gosa kanaatiif Oromoon amma gurra dhuga'uun hin qabu.

  • @emanlala4496
    @emanlala4496 2 місяці тому +1

    ምረጥኢትዪጽያዊ፣የምረ፣ሰወለሒሊናወየሚኖርሰወነወ፣ሰላምለኢትዪጵያ❤❤

  • @TATO-TUBE
    @TATO-TUBE Місяць тому

    ሁሌም ትመቸኛለህ ፕሮፈሰር👌👍………

  • @user-jc3ls8rs1j
    @user-jc3ls8rs1j Місяць тому

    Jijjiiramni dimokraasii hindhufu 100%

  • @dereqeneni1635
    @dereqeneni1635 Місяць тому +1

    yartuun tokko tokko miira gandummaan oofamtee prof Mararaa arrabsiti. jaarsi kaayyoof kutataadha; wareegamas kanfaleera; sinsinnaa'aa miti.

  • @HuseenAbduu-mx1ov
    @HuseenAbduu-mx1ov Місяць тому

    yoo abiy biyya hin bulchine itophiyumaa koon of irraa haqa ani mararaa

  • @HuseenAbduu-mx1ov
    @HuseenAbduu-mx1ov Місяць тому

    jarsii kun maf hin hidhamnee yokkaan hin dunee biyyaaf ba'aa taheraa

  • @tilahundesta7523
    @tilahundesta7523 2 місяці тому

    Obbo maraaraa mee gudii keessan obbo Wandimuu Ibsaa gaafadhaa hurraa faranjiituu isin haasofsiisaa

  • @hayatah7696
    @hayatah7696 Місяць тому

    Marara atii ummuri kee guutuu inuumaa bosaa Mal garu caraani kee Amma duuloomitetaa xoorataa ba'ii😂😂😂

  • @bonsaawol1511
    @bonsaawol1511 Місяць тому

    ❤dhugaa jirtu lafa kaa'ani

  • @AbyatarSeyoum
    @AbyatarSeyoum 2 місяці тому

    Nama guddaa professor Mararaa❤❤❤

  • @SaniiAliyyii
    @SaniiAliyyii 2 місяці тому +1

    Opd ofumaf of kuchisa jirti

  • @rametotibeisso69
    @rametotibeisso69 2 місяці тому

    Ijaan gootuun hojii hin dadhabduu jedhama. Miilafi harkaan bakka 2fi 3 dhaabbata seenaa qofa himuun furmaata hin fidu. naga nagayaa, shira xiqqeesa

  • @fukishshentema348
    @fukishshentema348 2 місяці тому

    Baalageetti sirrii sirrii ishee itti himte

  • @GadisaFufa-ct5yp
    @GadisaFufa-ct5yp Місяць тому

    Baruma keessan guutu gaafata qofa hin ta'ina maalo sababa keessanin hattooti nurratti wal horte jirtii adaraa lafee ilmaan keessanif jedha kara nagaa nuuf barbaada

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 2 місяці тому

    በትክክል ዶክተር ማራራ 💖🙏
    ጀዝበ መንግስት አውሬ ፒፒ ኦፒድኦ መቸም አይሰማም
    Translate to English

  • @awelabdel7783
    @awelabdel7783 2 місяці тому

    J achin kessa bahun bareeda

  • @SaidAhmed-np2lo
    @SaidAhmed-np2lo 2 місяці тому

    ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @usiyyeehasan774
    @usiyyeehasan774 2 місяці тому

    Opdo’n garee wollaaltuufii murna dhiiga namaatiin taphattuudha

  • @SaniiAliyyii
    @SaniiAliyyii 2 місяці тому

    Himan jira jenan dhagahan jira jete oromon

  • @Farhan_Dawid_Ahmed
    @Farhan_Dawid_Ahmed 2 місяці тому +1

    Jaarsa Kabaja Hin qabne!! Siyaasni Oromoo Bakka ati jirtu Bira darbee Jira! Ati Akka dhaabaa Osoo Hin taane Akka dhunfaa keetii dubbachaa Jirta! KFOn Nageenya booressina jedhee, filannoo Keessaa of albaasee, Marii araara biyyoolessaa Keessaa of baasuun Shira xaxaa turte Sirritti beekkameera! Biyya qeeeroon Oromoo Lubbuun Qaalii itti wareegee Asiin Gahe balleessuuf yaaltuus namni si dhagayu Hin jiru! Kanaaf carraan ati Qabdu Badhaadhina Waliin hojjachuu qofa

    • @seeyfuuamaanoo999
      @seeyfuuamaanoo999 25 днів тому

      Dogoggortee jirta oromoon waan barbaadu yoom argate, siyaasni biyyatti garam deemaa jira? Waan jedhu yaadi mee

  • @Negese-u7q
    @Negese-u7q 2 місяці тому +1

    Ati umrii kee fixxee callisi

  • @adanechmeskela759
    @adanechmeskela759 2 місяці тому

    Galatomaa

  • @HuseenMed
    @HuseenMed 2 місяці тому

    Opdof ofumaaf of jigsaa jirti.😂😂😂😂😂

  • @tarikutemesgen8771
    @tarikutemesgen8771 2 місяці тому

    qircaa, nugusuu zemen,shigiggir, masqalanyaa mangad, shigiggir,degagimeen , nuffisiisaa-------------------0000000

  • @tilahundesta7523
    @tilahundesta7523 2 місяці тому

    በምርጫው ግዜ አልሸሹም እናንተ ዶክተር መራራ ማግባባቱን ኔዘርላንድ ሄደዉ ይግባቡዋ

  • @rayaanrayaan589
    @rayaanrayaan589 2 місяці тому +2

    Mal kun gowaan maal dubataa

  • @LelisaOljira-r7w
    @LelisaOljira-r7w 2 місяці тому

    Afaan Eessaa dhaqee Profeesar?

  • @AdamEjigu
    @AdamEjigu 2 місяці тому

    Afaan oromoo dubadhuu

    • @fukishshentema348
      @fukishshentema348 2 місяці тому

      Wallaalaa hin ta'iin innii guddaa afaan akamiin dubbatee osoo hin taanee maal dubbateedha bilxiginnaan afaan oromoo osoo haasaftuu biyya qilee buufte,inni guddaan afaan amaariffa dubbatee afaan oromoo dubbatee osoo hin taanee.....

    • @fukishshentema348
      @fukishshentema348 2 місяці тому

      Sirrii dha afaan amaaraa beekuu dhiisuu dandeesaa hiiksifadhu

  • @nazziftamam7821
    @nazziftamam7821 2 місяці тому

    Ammalle ni bo’a jaarsi kun yaa rabbi.ani kan na dhibu maalumaf ol galu dadhabe lata?aiyi Carra keessan 😅😅😅

    • @hayatah7696
      @hayatah7696 Місяць тому

      Xoorataani hin jiruu boo'uudhuma malee duulachii barii irraa darbee😂😂😂😂

  • @tarikutemesgen8771
    @tarikutemesgen8771 2 місяці тому

    1---50------000000000000000000000000