Yeroo Jaalalaa
Вставка
- Опубліковано 11 вер 2024
- Qophii Yeroo Jalalaatiin turtii Abdii Taarkuu fi Gaaddisee Bayyanaa waliin taasifame.
Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: UA-cam.com/OBNoromiya...
Feesbuukii Afaan Oromoo: / obnafaanoromo
Raadiyoo OBN zeno.fm/radio/...
Tiwiiterii: / obnoromiyaa
Feesbuukii Afaan Amaaraa:- / obnamharic
Feesbuukii Afaan Ingilizii:- / obnenglish
Teeleegraamii:t.me/OBN_Voice...
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa.
Qophii jalalaa moneti irraa baay'ee baredaa moneti nuu debisaa dhifama waalin❤❤❤❤
Eeyye.dhugaa.kee.jette.e
Moneti.irra.baay'ee.midhaaga
Isan jechuf ka'e jete waq
❤❤❤❤
Mooneetuu irraa bareeda qophii yeroo jalaalaa ilove you mooneet beeksisaa 👍💪🙋💗💓🙏my sister 💓💗🙏💓💗🙋🙋🙋💪💪👍👍👍
Horaa bulaa ijoolee horrookoo❤❤
Waliif umurii dheeraa jiraadhaa 🥰
Uuuuuuuufffff bayee namaa gadisisaa sensaa waqayyoon gadisee illee gadisaa .hadhaafi Abbaa obbolletii obbollesaa siifi haa godhuu walin umurii dheradhaa❤❤❤❤
Qophinii kunii monetii irraa baredaa ishii nuufi debisaa ❤❤❤
Jirraadha gallaatoomma hanggaa dhummaa waajjini jirradha.❤❤
Qopii yeroo jalalaa monetii beksisaa nuuf haa qopesituu ykn unsabiskirabii gonnaa midiyaa boqolloo umataa garaa😢😢😢 jechaa sabaa gurguree
Wallagaa kooo❤❤❤❤ biyyaa jaalala dhugaaa biyyaaa gootaaa ❤❤❤❤
Uuufe madaa kessa koo jiru naa yadachifte hadhoo koo jabadhu ega mal gona mitti hundi kenyayu achuma demna anile akkuma keti 😭😭😭😭
Nutii yeroo hanga keessanii Addeessa qaqqabuuf fiiga turre
😊
❤፩፪፩፪፫፬፭ ጃላልዕ ዮምለኤ ህን ህርድሃቱ ❤😭
ስታምሩ የኔ ዘሮች❤
አይዞን ወንድሜ አይዞሽ እህቴ ትዳራቹ የባረክ የኔ ውዶች ገነ ትልቅ ደረጃ ትደርሳላችሁ እግዚአብሔር ከእናንተ ጋር ይሁን 🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waqayyo umurii dheradhaa isifi haa kennuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤siif barteessa go back gzx Mahileet gurriis Eegumsaa si dhorkaa jaalaatti/true
Umrii maal godhuuf gafaatii namitiin 😎😜
Kkkkkkk
Kkkkkkkkk
😅😅
Uuuuuuuuuffffffiiiiii ijollee biyyaakoo jabadhaa waqayyoo walifii isnii haa dhisuu❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰
Wooooow waqayoo umurii wajjin isin hadheressu 🤲🏻🙏🥰🥰🥰🥰
Akkaam bareedduu maaloo ijollee Guduruukoooo
Waaqayyo umrii dheeraa woolin isiin haa turisisu ❤❤👌
Kini 19 fi 20 yeroo jedhan hin qaana,anii kkkkkk
😂😂😂Dhugaa jette
Eebbifaamaa Afaanuumaa keessaantuu naa maraaree baay'ee❤❤❤❤
Waliin turaa yeroo dheeraa
Rabbiin umrii waliin isiin haa dheeressu
Umurii dheraa waalin jiradha koodewan koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuufffeeee akkaam bareduu umuri dheeraa wajjin jiradhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Umrii dheera waaliif jiraadha jaalalli isiinif haa baay atu
Wal fakkattu waalin umuri dheeradha ❤❤❤❤
Gariidha Horaa Bulaa moneet essaa demtee Garuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Hoji gadhisteqqq
Waaqayyoo Umurii dherraa Waaliin isiinf Haa Kennu ❤❤❤
Bayyee nama toltan horaa bulaa wolin arri filahaa!!!🙏🙏😍😍
Monnetti hin dhiste moo monnetii irra bayee bareda qophiin jalala
Waqayon jalala kessan issnif haa bay'isu
❤❤❤OBN Geejjibni yaannis waraanaa qabeenyaa Eegumsaa
Ummuri walin dheradha horaa buullaa badhadha ❤️❤️❤️
Maaloo umurii ofii gabaabsuun sirrii mitii
Waaliif jiraadha umurii dheeraa ❤😊😢
monet esa bade ishera baredaa 😢😢
Dhugaa mooneet deebisa akka kootti natti hin tollee
Waqqayyoo si haa gargaruuuu ebifamaaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
mashallhaa❤❤
❤❤❤❤❤❤❤jechama iccittii ijjis waraanaaf gurruma wal'ansaa haatii
Anile senna akasii qaba rabii sifamilkesuu nan jedhaa🙏🙏🙏🙏🙏
Mashallaah rabbii urmii dheraa wali haa tursisuu
❤❤❤gzx Waan gurra taatee malee waan biraadeemnee jechama Taaddee Birruu Birruu gurriis Eegumsaa
Uuuuuffeee has'as ijolee horoo kenya ❤❤❤
Dhuga waaqaayo baye. Gamachisa❤❤❤❤❤❤❤ jabadha waaqaayo sigagara
Maal ijjoollee maaliif haamilee gaazeexesituu kana Caccabsitu.
Wawoo welcome ❤🎉🎉
Waqayyoon umurii dheeraa sif haa kenuu jalaalaa dhugaa walin isnii isnii haa jiraachisuu
❤mandisni mudannoo gurriis Eegumsaa jaalaatti/true kan dafee dhagayuu gzx
Waqayyon kana caala siifi haa dabalu
waallggakoo❤❤❤❤❤
Wow ajaa'ibaa❤❤❤❤❤❤ jaalala dhugaa❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ amale waqa umuri dhera wLi jiradha
Gazexesitun gafii gafachuu hin bektuuyu😢 sent fidaa
Umrii dheeraa jiraa 💜💜
wow dhugaa bayyee nama dasiu jedhaa😘😘😘
❤❤Eegumsaa qaamarraa
B❤❤eekumsii =yaadarraa gurriis Eegumsaa fayyaan❤❤
😢😢walifii jiradhaa bareduu wanii kenyaa
Waqayoo walin isin ha jirachisuu❤❤❤❤
Waliin harrii filadhaa!
😢😢😢😢😢❤❤❤❤walfi isiina dhisuu waqaayoo 🙏
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢. waaqayyoo..waali sii haa.jiraachuuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Gazexssitun Duranee issa kutte garuu ?ishituu irra intrvii Gochu Beka dhugaa dubbachuf✅✅✅
Waaqayyoo hanga dhumati isina dhabbuu wajjiin
Wal fakkatu dhugaa waqa ❤❤❤
Mucaan ni soba umriin isaa 27 gadii miti 😁😁😁
Aboo monetii debasaa
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤waaliin sin haa bachuu
Monetii esa demtee maloo🥰🥰🥰🥰
❤❤
❤mandisni mudannoo gurriis Eegumsaa jaalaatti/true kan dafee dhagayuu gzxArrabnii wal'ansaa M/M DrAbiyyii Ahmed Dubbisi jaalaatti/true gzx maalif waraana Eegumsaa dursanii❤❤❤❤
Moontii fidaa maaloo❤
maashaalaa waaliif siin haa dhisuu 🥰🥰🥰🥰
Woow bay'ee baredduu
Wallaggaa koo goota ❤❤❤❤❤❤❤
Moneeti ❤❤
soba gurbaan 28 hin gaya isheen 23
Aka saaraafi irpamma sifatu❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
Walin umuri dheradha ❤❤❤❤
😭😭😭😭❤️
Qacceloota Oromoo koo jiradha!
❤❤❤❤❤❤😍😍😍
Umuriin jara yobicate kansa 30 kansi 29 😂😂😂😂😂😂😂
19,20,aka cara tahe waguma taka wal calu hhh😁😁🤣
Kkkkkkkk dhugaadha soba adi maaliif sobu anu ishee caalaa xiqoodha umuriin koo 30
😂😂😂 19 20 jeedhu inuma hin qanaayani 😂😂
Wwwww Hora Bulaa 👍👍👍
We have a love for our port city of oromo Land so we will continue fighting until Independents of oromo Land Including our port city such as the red sea Port of zalila and the southern Indian Ocean port city of Lamu muktaer W.B.O
Waallggaa koo❤❤❤❤
Qophii bayyee bareedaa fi barsiisaa tahedha. OBN qophiilee babbareedoo fi bohaarsoo tahan kanneen akkasii dalaguun isinitti haa barun jedha.
Hora Bayadhaa❤❤
mooneet malee hin miidhagduu qophiin kun nuf deebisaa addara
Shaabuu'aa
Qophiin Kun kennaa Moonet Beeksisaati ishiirraa baay'ee bareeda kana siniif dhiisne garuu,itti hin deebi'inaa OBN galatooma.
Bayyee bareedan❤❤❤
Wallaggaa ❤❤❤❤
SAW❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Moneet essa jirtii????ishee nuuf fida....mahiluu atis nutti tolta.
Moneeti irraa bayyee bareedaa 😮
Wowowo mashaallah