Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Wly nuu jallallee kiyyaa hojin akkanatii jirraa😢😢 Rabbin Hollii nuu haa qodduu😢😢😢 mee Duhayii oro koo😭💔🤲
anis Akkauma ke Jaalala halaalatin Rakkachaa jira😢😢❤❤❤❤ Waggaa 2 Geenye Rabbi wal nu ha argisiisuu 😢
Waalif jiradhaa umurii dheeraa ❤❤❤
Raabii waaliif siin haa qooduu😥😥
Rabbiin yeroo dhihooti woliiti isiin haa fidu
@@Sinaafbaale525 uuuuufffii Rabbin Nagayan wolin issin haa gahhuu wan jabattee issin laffissee wan issin jellaa fagattee isin dhiyessee inshaa Alla😢😢😢
Gaazexeessituu kana jaaladhee jira yaa sabaa😍😘
Dhugaa bayyee namatti tolaa gotta jalalaa waaqayyoo hangaa dhumaa walii isin haa jirachisuu ❤❤❤❤
Waan ofii maatii naafiis ta ii kaa
Malo mati naf time hadhoko
WOW Jalalaa ajibaa dhuga kofii jalalee Koo akanaa dhuga baye wali fakataa mee kadhanaa nufi godhaa anisi biyaa ormanii jiraa ini biyaa kesa jira milkayii Gali wali argi jedhatii nufi kadhaa baye wali jalanaa dhugaa alkanii iribi hin qabuu mucanii qoraa Kesaa bilaa jiraa yaa Jalalaa kanaa uuuuuuuuuuffff 💔💔💔💔💔💔
Rabbii woliif isiini haa dhiisuu ❤❤❤Garuu maaliif ergiite ree biyyaa ormaa Hojjaate oso horaate akkaa dhiiraatti
So sweet. Waqqayoo walitti issin haa jaalatuu, jaalali leessani umurii keessani guutu akkanuma isinifi haa ta,uu.
Dhugaa rabbii nattuu kanaa jiraa j koo bayyeen jaladhaa anii biyyaa jordaan jiraa jalallii anii issaf qabuu kessaa koo midheraa hojii madamii dagadhee raa jalallaa isarraa kan kesee guyyaan wantaa lafa godhee ittii debi'eee hin funetuu jiraa lubbuukoo j koo bakkumaa jirtutii nagaa naaf ta'ii mudannon sabab jalalaa ketiin mudamee guyyaa tokko karaa biyaa galee karaa OBN iratii ibsadhaa yoo rabbiin nagaan wal nuu agarsisee jalalaa keetin maratttuu ta'aan jiraa j koo😢
Abshir rabii sii haa lafisuu 😢😢
Kotuu matii nafa thii a qalii ❤
Ayzosh
Amshir lubbu Koo ❤❤❤ sii bichaa mitii hunduma kenyaa 😢
Abashrii qaalii too off hin gatin dhirraa iratii😢😢😢🙏🙏🙏🙏
wwwwwwwoooo baye namatii tolluu ❤❤❤❤❤OBN thank you 💑👏👏👏🙏
Hayii jaalalaa hojin isaa ajibaa bar rabbifuu nama wan akkantii hin rakkanee hin jirtuu mee ijoolee biyyaa orma jirtanii naaf baresaa 😊😊
Hajaibaa waaqaa rabbii bagaa milkftaanii kaa namatii tolaa ❤
Rabbiin naghaan walitti isin haa deebisu maashaalh jaalala dhugaa mi,ooftuu
Bay'ee namaa gammachisaa dhugaa ❤❤❤ anumaa nattii fakkatee rabbii
Dhiraa oromo taa jalala dhugaa bektu simaa arge 🎉🎉❤❤ baga milkofte dhugaa ati qalii
Akkummaa attii jaalatuu ishee filee jaalalaa haakennuuf rabii
Dhiira jabaa haasofni isaa ifa good waliif isin haa dhisuu❤❤
Wow waaqayyo jaalala dhugaa nama hundaaf haa kenuu
Tuu kun findata jaalalaa kan jedhan San dhugaa waqaa jaalalaa dhugaa das nama jedha dhugaa 😍
Baayyee nutti tole jabaadhu sanyi koo
Mashallaa dhugaa waqayoo waliin sin yaa jirachisuu
Akkasii kinoo jalaalii biyaa jirtii yeroo jenuu waamalee .miitiiiWaqayoo umurii waaliiin siin yaa dhereessuu waaliif jiradhaa Gotaa jalaalaa😘
Subhaanallah silaa atii nitittinnana musliimaami maa akkana godhatta rabbiin siif haa laafisuu atii Eee miskiina atii akka keetitti jireenyaa gaari waan jiraacha jirtu of seeta maa akkana sii gogodhatta silaa hijiji A"uuzubillah
Mashaa Alaah rabiin waltii isin haa debisuu wly
Umriii dheraaa isiniif haa kennuu Tajiyee koo 🎉🎉❤❤ siif isiis long love
Waqayoo bagaa isini mirakanese
Oh mashallah baaye namatti toltan rabbin umrii wolin isin wolin haa dheeresuu
Malo mati naf time hadhoko kotu
Uuuffff wayyoo maloo hamdiyaa teenya qophii jaalalaa kana atumti nuuf dhiiyeessi faata nama goodha dubbiin kee 💘😍😍😍😍😍😍
Mashalasha rabii wajjiin sii haa buchu
Rabbii nagaya wol isiin haa argisisuu
Rabbiin waliin isin ha bulchuu habibii
Baay'ee Baay'ee yeroo Ajaa'ibaa argatte, Taajuddin. Long live for OBN
Malo mati naf time
❤❤❤😂😂😂😂jalaa dhugaa jechuni akkana walifii isini haa dhisuu😊
Hamdiyaa turi mee dhugaa atiyyuu Addunyaa jaalalaatti nama geessita
Jalaala dhugaa jechun kana kino waqayon walin tikksu❤❤❤❤😍🥰💋
Rabii jalala keesaa isinif haddabaluu ummurii dheraa walin isii hadheresu
Ijoleen qaxarii rabii jedhaa xalabaa jalaa Hin basins!!!!❤
😂😂😂😂
Maalif biyyaa nama oftaa ree jaalali ijolee arsii qarshii bira darbuu icccc
Intala gurbaa kanaa marachite as fidaa mee😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤
Wawwwoo mashaala rabii waliif isiin haa dhisuu ❤❤❤❤
Maatii naaf ta'i haadhoo koo
Taajuu Awwal sa‘idoo dhugaa ati goota
natii tolee xalayaa keee www😂😂❤❤❤❤❤🥰🥰
Bagaayee namati tolaa Ebifamaa Ebifamaa ❤❤❤ waqaayyoo walin sinn haa jiracisuuu❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Garamii koo miskina dhuga jirtu dubbate taju baay'en si aja'ibsifte 🎉🎉🎉🎉
Kkkk rabii wojii umurii isn haa dhersuu naghaa woli isn debisaa ❤❤😢
Yeroon jaalalaa irratti yoo ati hin jiraanne takka hordofee hin beeku maaliif yoo jette qophii yeroo jaalalaa osoo hin taane waan kessumma afeerratanii haasofsiisutti jiran natti fakkaata
Gazzeexesituuu kan akka itti jaaladhu❤😊
walitti hafa ,kan wal jalatu rabbii gargari hin basin
Dhuugaa garaa namaa nyaataa rabii nagahaan waliitii yaa debisuu
Wwwwww waqayyo umrri dherra hisinfiha kennu
Dhuguma isaati.baayyyen keessa beeka ani jaalala isaani
Dhugaa bayee naa buharsitee😀😀😀😂😂😂
Waw dubbin natti toltetiiWni shawadha garu dubbin oromiifaa kessaan kanaQorinuu daraa sigodhee 😁🤦♀️. Way jalalaa hojikee
❤❤❤❤❤❤ Baga nagayaan argatee oso hin maratiin
Qatar 🇶🇦 NAA biraa jirtii 😢 kotuuu Atisii
Maaliif deebise erge utu hamma kana jalaatu silaa waluman.raakkatan.jiratu qabu.turan
Miskiina namati baga gammaade bro
Dhugaa Rabbi Bay'ee Toko Garaa Nama Raasa Walin isnii Yaa Buchuu Waqayoo
Lakkofsa isi asii ergi naga iti sii himaa
Nittiin kuun gaafii gafachuu hin bektuu 😂😂😂 mucaaniis janjodhaa faraa 😂😂😂😂😂 moteen fidaa 😋😋😋
Hammazii tanaa dhugaa durani Rarodiyi keessaa sagalee ishii dhaggahe baayee toli garuu amma ijaa argee hammazaa baayee siii jaladhaa ❤❤😂😂😂😂
Duriyye Katar 🇶🇦 irra siif haa qabu ka
Hamziya Baga nagya debite Ani yero xiqo redo sagale kee nafi banan akkasitti sobani na ergatu jabi fa tisaa baye SI jaladha sagale kee❤❤❤❤
YJ Hamdiyaa teenya yeroo hunda sagantaa yeroo jaalalaa irratti dhaabbataa yeroo hunda atummaan osoo nuuf qopheessiitee hedduu natti tola.
mucaan essaan hasawa intaalon afoo figaa yaada muca afaaniti qabdiMoneti osoo dhiyyeessite gaaridha
Maalif ergitee Atti obsii❤❤❤❤
Qorinuu daraa sii godhee jetee kkkk yaa jalaa kan anii wlhii dhiraa guyaa hundafii sa,aa 24 hasayuu hii jalaadhuu garuu sabaabaa hasaa kantiif namaa dhisee jiraa sabaabumaa barbadee yaa rabii naa dhisii cubuu isaa naa hin kayinii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Wayyoo gaaraa koo😂 garamii mucaaa❤❤
Kkkkkkk jordan bultaa kotuu baqaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ enyudhaa ishee sifiideen dhufaa egasuu
Amishir woyo jalalaa jechuun ibida 😢😢
Jalalaa dhugaa jechuun arsaa namaa kafalchisaa ❤ gaftuun gaafii bayistee mucaa meraa kessaa jalchitee 😢
Gurbaan akkaan jabaadha. Jaalala keessan haa eebbisu Taajuu!
Yee micayoo jiiruu dhorkiitee midiyatii batetoo gurbaa. Jalalan bojiitee onne ishee❤❤❤
Urjii koo mati naa ta.i
@@BOONEESHOW tolee. Maliidhaa wan atii nuf qoduu tiirukoo maloo kesan adubisii wa.e rifensa yoo ta.e waqaa Abbatiin siiqabee wan ofii koo eyamamtuu yoo tatee lakofsaan sifii ergaa
@@urjiiamboo5417 Ok lakkoofsaa kee ergii
Bagaa wal argaatan ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤ Jordan numaa bulaa je.ee😂😂😂😂kkkk
Hamdiyaan qophii tana dhiyeessuu hin qabdu.sababni,haasawa namattin dhiiftu
Tajishaa heduu nuboharsittee long live bro❤
Qaalittin haasayu dhorkiteyu garamiin yaada kannada monnetti❤
Wollahii jalale ko naudachise Alhamdulilla amma rabbin tokko nugodhe ilmole nuf kene hammalee lubbu ko olittan jalladha
@@amanaaQuruu6491 ok sif tahe atille naf tahi
Ayizoshii ❤❤❤ amma glati amle worani 2 dhiyoma
Goota jalallaa jechuun isaa kana ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂
Waqayo walif isin haa jirachisuu bayee kolfe garuu
Wowow Amazing love live long time tajjudu&his friend or wife🎉🎉
Uuuuuuuffff dhugaa hin Ulfataa
Moneti fidaa rabbii kanoo badaa miti
Wwwwwww jalaala ajabaa waalif jiraadha
Wolii umrii dheeradha
Woww Qaalii namaa
Jaalala dhugaa qaata bade si biratan arge sanyii waw
Maash Allaah waaliif isin haa dhisuu rabbiin ❤❤❤
Love you ijole baliyoo tiyyaa Rabbiin walif isan ha dhiisuu ❤❤❤❤❤
Garibaa too🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Hiii ijoleee Jordan hujii kesaaan mamdoo qoraaa obsaaaa kuniii hojiii tenyaaa wayiii miskinaaaa😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Hamdiyaa afaan deeyma qimamii intalaa😍😍
Naa aferaa anuu jiraa hangaa wogaa 6 bilbilanii wojinii turee garuu amaa bultii hojinii ijaranii jiraa garuu mudanoo heduu dabarsaa asii genyee 😢😢
Hojii kessan nyadhaa shamaraan biyaa arabaa jirtaan 😄😄😄😄🤗
Monne kenyaa essa demmite😢❤
Lubbuu koo bodee lukkuu akkaa walin hin jennee Rabbin Addaa issin hin basiin❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😃😃😁😁😁
hujii Kee nyadhuu Lubbuumaa Waliin haa tanii
Ijoolleen qatar xalaba hin basina pls😊
Sii Azazini bageta this is true love 👍👍👍👍👌👌👌👌
lalis mati naftaii❤❤❤
Uuuuuuuuuuuuumoneti fida esa gesitani ykn yero jalala nura cufa
Mooneti eessa badde isii nu barbaada tun gaafii baayyeesiti😂😂
Seennaa bareedaa nuuf qodee galatoomi
Kkkkkkkkkkkkkk ❤ jordaanumaa Bulaa
😂😂 wly Jordan keesaa misikina nuu hin tuqina yaa mamado mali gochuu dhuftaa kkk Jordan bulaa😂😂😂
Wly nuu jallallee kiyyaa hojin akkanatii jirraa😢😢 Rabbin Hollii nuu haa qodduu😢😢😢 mee Duhayii oro koo😭💔🤲
anis Akkauma ke Jaalala halaalatin Rakkachaa jira😢😢❤❤❤❤ Waggaa 2 Geenye Rabbi wal nu ha argisiisuu 😢
Waalif jiradhaa umurii dheeraa ❤❤❤
Raabii waaliif siin haa qooduu😥😥
Rabbiin yeroo dhihooti woliiti isiin haa fidu
@@Sinaafbaale525 uuuuufffii Rabbin Nagayan wolin issin haa gahhuu wan jabattee issin laffissee wan issin jellaa fagattee isin dhiyessee inshaa Alla😢😢😢
Gaazexeessituu kana jaaladhee jira yaa sabaa😍😘
Dhugaa bayyee namatti tolaa gotta jalalaa waaqayyoo hangaa dhumaa walii isin haa jirachisuu ❤❤❤❤
Waan ofii maatii naafiis ta ii kaa
Malo mati naf time hadhoko
WOW Jalalaa ajibaa dhuga kofii jalalee Koo akanaa dhuga baye wali fakataa mee kadhanaa nufi godhaa anisi biyaa ormanii jiraa ini biyaa kesa jira milkayii Gali wali argi jedhatii nufi kadhaa baye wali jalanaa dhugaa alkanii iribi hin qabuu mucanii qoraa Kesaa bilaa jiraa yaa Jalalaa kanaa uuuuuuuuuuffff 💔💔💔💔💔💔
Rabbii woliif isiini haa dhiisuu ❤❤❤
Garuu maaliif ergiite ree biyyaa ormaa
Hojjaate oso horaate akkaa dhiiraatti
Malo mati naf time hadhoko
So sweet. Waqqayoo walitti issin haa jaalatuu, jaalali leessani umurii keessani guutu akkanuma isinifi haa ta,uu.
Dhugaa rabbii nattuu kanaa jiraa j koo bayyeen jaladhaa anii biyyaa jordaan jiraa jalallii anii issaf qabuu kessaa koo midheraa hojii madamii dagadhee raa jalallaa isarraa kan kesee guyyaan wantaa lafa godhee ittii debi'eee hin funetuu jiraa lubbuukoo j koo bakkumaa jirtutii nagaa naaf ta'ii mudannon sabab jalalaa ketiin mudamee guyyaa tokko karaa biyaa galee karaa OBN iratii ibsadhaa yoo rabbiin nagaan wal nuu agarsisee jalalaa keetin maratttuu ta'aan jiraa j koo😢
Abshir rabii sii haa lafisuu 😢😢
Kotuu matii nafa thii a qalii ❤
Ayzosh
Amshir lubbu Koo ❤❤❤ sii bichaa mitii hunduma kenyaa 😢
Abashrii qaalii too off hin gatin dhirraa iratii😢😢😢🙏🙏🙏🙏
wwwwwwwoooo baye namatii tolluu ❤❤❤❤❤OBN thank you 💑👏👏👏🙏
Hayii jaalalaa hojin isaa ajibaa bar rabbifuu nama wan akkantii hin rakkanee hin jirtuu mee ijoolee biyyaa orma jirtanii naaf baresaa 😊😊
Hajaibaa waaqaa rabbii bagaa milkftaanii kaa namatii tolaa ❤
Rabbiin naghaan walitti isin haa deebisu maashaalh jaalala dhugaa mi,ooftuu
Bay'ee namaa gammachisaa dhugaa ❤❤❤ anumaa nattii fakkatee rabbii
Kotuu matii nafa thii a qalii ❤
Dhiraa oromo taa jalala dhugaa bektu simaa arge 🎉🎉❤❤ baga milkofte dhugaa ati qalii
Akkummaa attii jaalatuu ishee filee jaalalaa haakennuuf rabii
Dhiira jabaa haasofni isaa ifa good waliif isin haa dhisuu❤❤
Wow waaqayyo jaalala dhugaa nama hundaaf haa kenuu
Tuu kun findata jaalalaa kan jedhan San dhugaa waqaa jaalalaa dhugaa das nama jedha dhugaa 😍
Baayyee nutti tole jabaadhu sanyi koo
Mashallaa dhugaa waqayoo waliin sin yaa jirachisuu
Akkasii kinoo jalaalii biyaa jirtii yeroo jenuu waamalee .miitiii
Waqayoo umurii waaliiin siin yaa dhereessuu waaliif jiradhaa
Gotaa jalaalaa😘
Subhaanallah silaa atii nitittinnana musliimaami maa akkana godhatta rabbiin siif haa laafisuu atii Eee miskiina atii akka keetitti jireenyaa gaari waan jiraacha jirtu of seeta maa akkana sii gogodhatta silaa hijiji A"uuzubillah
Mashaa Alaah rabiin waltii isin haa debisuu wly
Umriii dheraaa isiniif haa kennuu Tajiyee koo 🎉🎉❤❤ siif isiis long love
Waqayoo bagaa isini mirakanese
Oh mashallah baaye namatti toltan rabbin umrii wolin isin wolin haa dheeresuu
Malo mati naf time hadhoko kotu
Uuuffff wayyoo maloo hamdiyaa teenya qophii jaalalaa kana atumti nuuf dhiiyeessi faata nama goodha dubbiin kee 💘😍😍😍😍😍😍
Mashalasha rabii wajjiin sii haa buchu
Rabbii nagaya wol isiin haa argisisuu
Rabbiin waliin isin ha bulchuu habibii
Baay'ee Baay'ee yeroo Ajaa'ibaa argatte, Taajuddin. Long live for OBN
Malo mati naf time
❤❤❤😂😂😂😂jalaa dhugaa jechuni akkana walifii isini haa dhisuu😊
Malo mati naf time hadhoko kotu
Hamdiyaa turi mee dhugaa atiyyuu Addunyaa jaalalaatti nama geessita
Jalaala dhugaa jechun kana kino waqayon walin tikksu❤❤❤❤😍🥰💋
Rabii jalala keesaa isinif haddabaluu ummurii dheraa walin isii hadheresu
Ijoleen qaxarii rabii jedhaa xalabaa jalaa Hin basins!!!!❤
😂😂😂😂
Malo mati naf time hadhoko
Maalif biyyaa nama oftaa ree jaalali ijolee arsii qarshii bira darbuu icccc
Intala gurbaa kanaa marachite as fidaa mee😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤
Wawwwoo mashaala rabii waliif isiin haa dhisuu ❤❤❤❤
Maatii naaf ta'i haadhoo koo
Taajuu Awwal sa‘idoo dhugaa ati goota
natii tolee xalayaa keee www😂😂❤❤❤❤❤🥰🥰
Bagaayee namati tolaa Ebifamaa Ebifamaa ❤❤❤ waqaayyoo walin sinn haa jiracisuuu❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Garamii koo miskina dhuga jirtu dubbate taju baay'en si aja'ibsifte 🎉🎉🎉🎉
Kkkk rabii wojii umurii isn haa dhersuu naghaa woli isn debisaa ❤❤😢
Yeroon jaalalaa irratti yoo ati hin jiraanne takka hordofee hin beeku maaliif yoo jette qophii yeroo jaalalaa osoo hin taane waan kessumma afeerratanii haasofsiisutti jiran natti fakkaata
Gazzeexesituuu kan akka itti jaaladhu❤😊
walitti hafa ,kan wal jalatu rabbii gargari hin basin
Kotuu matii nafa thii a qalii ❤
Dhuugaa garaa namaa nyaataa rabii nagahaan waliitii yaa debisuu
Wwwwww waqayyo umrri dherra hisinfiha kennu
Dhuguma isaati.baayyyen keessa beeka ani jaalala isaani
Dhugaa bayee naa buharsitee
😀😀😀😂😂😂
Waw dubbin natti toltetii
Wni shawadha garu dubbin oromiifaa kessaan kana
Qorinuu daraa sigodhee 😁🤦♀️. Way jalalaa hojikee
❤❤❤❤❤❤ Baga nagayaan argatee oso hin maratiin
Qatar 🇶🇦 NAA biraa jirtii 😢 kotuuu Atisii
Maaliif deebise erge utu hamma kana jalaatu silaa waluman.raakkatan.jiratu qabu.turan
Miskiina namati baga gammaade bro
Dhugaa Rabbi Bay'ee Toko Garaa Nama Raasa Walin isnii Yaa Buchuu Waqayoo
Lakkofsa isi asii ergi naga iti sii himaa
Nittiin kuun gaafii gafachuu hin bektuu 😂😂😂 mucaaniis janjodhaa faraa 😂😂😂😂😂 moteen fidaa 😋😋😋
Hammazii tanaa dhugaa durani Rarodiyi keessaa sagalee ishii dhaggahe baayee toli garuu amma ijaa argee hammazaa baayee siii jaladhaa ❤❤😂😂😂😂
Duriyye Katar 🇶🇦 irra siif haa qabu ka
Hamziya Baga nagya debite Ani yero xiqo redo sagale kee nafi banan akkasitti sobani na ergatu jabi fa tisaa baye SI jaladha sagale kee❤❤❤❤
YJ Hamdiyaa teenya yeroo hunda sagantaa yeroo jaalalaa irratti dhaabbataa yeroo hunda atummaan osoo nuuf qopheessiitee hedduu natti tola.
mucaan essaan hasawa intaalon afoo figaa yaada muca afaaniti qabdi
Moneti osoo dhiyyeessite gaaridha