"የማህበረሰቡ አባት Abbaa Hawaasaa"

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 15 вер 2024
  • "የማህበረሰቡ አባት" በሚል ርዕስ የተዘጋጀው በሼኽ አሚን ኢብሮ የዳዕዋ ጉዞ ላይ የሚያጠነጥነው መፅሀፍ በልጃቸው አማር አሚን ተፅፎ የተለያዩ የፌደራል መጅሊስ አመራሮች እንዲሁም ታላላቅ ዑለሞች እና ዱዓቶች በተገኙበት በኦሮሞ ባህል ማዕከል ተመረቀ።
    -----------------------
    Kitaaba Mata Dureen isaa " Abbaa Hawaasaa " jedhu, kan imala barnootaa fi Da'awaa Sh. Amiin Ibroo seeneessu Galma aadaa oromotti Eebbifame .
    Sagantaa kanarratti hangawoon majlisa fedraalaa fi kan naanno akkasumas du'aatotaafi ulumoonni gurguddon irratti argamani jiru .

КОМЕНТАРІ • 1