Abi Ahmed: Ati salphina ummata Oromoo guddaati!!! Namni akka keetii kan gatii salphaa, wallaala, fakkeessaa fi seenaa quuqama ta'e maqaa ummata Oromoo kabajamaatiin daldaaluun isaa nama gaddisiisa, nama qaanessa. Yeroo baayyee dhiyootti seenaa taatu. Sun seenaa gurraacha akka kan biraati!!!
Yooyaa OMN gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹
Nooraa harka fuune Baga Nagaan dhuftan hundi keessanii 💖💖💖💖💖
Translate to English
Let's stand with OMN. OMN is the voice of our people!
Oromoo walitti haajabaannu. Deeggarsa kanarratti hirmaannee walis yaahirmaachifnu.
Abi Ahmed: Ati salphina ummata Oromoo guddaati!!! Namni akka keetii kan gatii salphaa, wallaala, fakkeessaa fi seenaa quuqama ta'e maqaa ummata Oromoo kabajamaatiin daldaaluun isaa nama gaddisiisa, nama qaanessa. Yeroo baayyee dhiyootti seenaa taatu. Sun seenaa gurraacha akka kan biraati!!!
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤🥰 🥰 🥰 🥰 🥰
❤❤❤🎉🎉🎉
🥰🥰🥰🥰🥰🥰😭😭😭
Kana hunda kan godhe WBO dha.