Dhugaa dubbachuf ani nama kenya afaan kenyan nu gargaaru ni argadha jedhe yaade hin beeku. Kabajamaa barsiisa keenya ulfaadhu galaatoomi, video kee erga arge booda barnoota A+ akka fidu mirkaneefadheera.jabaadhu haaluma kanaaan itti nu fufi. Wanti jijjiramu qabu yoo jiraate nu foyyessa deemi.nagaa naif ta'i❤❤❤❤❤
This way of teaching must continued because still i didn't found any teacher of online like you did specially in afaan oromo please don't hesitate to to provide such this invaluable explanation and teaching the generation.
Bareda hedduu namatti tola Anii university hawaasa irrahi, akasumas isin hordofa Kan jirruu, bayyee Kan namatti toludha, chapter 2 part 2 illee isin egaachatuma jirra!!! Jajabinan isinif hawwa galatoma!!!.
Dhugaa dubbachuf ani nama kenya afaan kenyan nu gargaaru ni argadha jedhe yaade hin beeku. Kabajamaa barsiisa keenya ulfaadhu galaatoomi, video kee erga arge booda barnoota A+ akka fidu mirkaneefadheera.jabaadhu haaluma kanaaan itti nu fufi. Wanti jijjiramu qabu yoo jiraate nu foyyessa deemi.nagaa naif ta'i❤❤❤❤❤
Issin jallanaa ❤❤❤❤ yomuu
It's very beautiful explanation more any one so continue our lecture .thanks very much!!!
This way of teaching must continued because still i didn't found any teacher of online like you did
specially in afaan oromo please don't hesitate to to provide such this invaluable explanation and teaching the generation.
Baay,ee si jalannaa dhugaa ibsaa baay,ee namatti toluudha ......❤❤❤
Hedduu hedduu namatti tola jabaadhuu barsiisaa keenyaa cimaadha ati❤❤❤❤❤❤❤❤
Baay'ee baay'ee Galatoomaa
Nuuf jiraadhaa Hayyuu keenya
Sirriitti nuuf galaara
Aderaa keessan haaluma kanaan itti nuuf fufaa
Isin jaallanna❤❤❤
Guddo si jaaladha waaqayyon isaan ha Eebbisu sababa keeti ka Ani semestera darbe A fideefi👍👍👍💯✍️
the best teachers teach from the heart. ..
Tashee kiya ❤❤❤❤
♥️♥️
Wow ❤❤ dhugaa rabbii baayyee tokko namatti tola nuuf jiraadhaa barsiisaa
wow its best explanation thank so much!!
Thank you so much and you will be of help by sharing again. Bless You 🙏❤🙏
Thank you my teacher.
Guddaan gammada
Guddaan sin galateeffadha
Keessuma lecture akkanatti afaan keenya kana yaadanii nuuf qoodutti waan addatu natti dhagaa'ama ani akka kiyyatti bar. Osoo hin taane kanan baradhee isiin irraati yoo danda'ame chapter 9 nuuf gadhiisamee
Ulfaadhu
Wow baayyee bareeddaa galtoomi kana caalaa nuu jabaadhu
Sammuun keessan isiniif ha badhatu.🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow.....dhugumaan maqaan barsiisaa jedhamu siif ni xiqqaata!!!!!
Naaf jiraadhu share naaf godhaa
Baay'een si jaaladha jabaadhu qaxalee koo❤
Baay'ee namatti tola!! Continue.akkasumas illee subject kana akka critical faa haala akkasiin kan barsiisan yoo jiratee nuu eera
Tole Ulfaadhu, share nuuf godhaammoo
OK!! Jabaa nama nuu jabaadha
IDK how to thank you ❤❤
Namoonni ilaaltan hadaraa share godhaa FB fi Telegram group keessan keessatti. Galatoomaa, Barattoonni hedduun hinarhine naannjecjaa jiru❤❤❤
Nuuf jiraadhu hayyuu koo
Qaaliiko galatoomj
Good qartuu biyya hormaa keessati
Naaf jiraadhu
Guddaa galatooma !!
Guddaa isin kabaja
Naaf jiraadhu
Thank you for your contribution ❤
Bayyee nuf galatoomii dhugaa❤❤❤❤
Baay'ee namati toltuu❤ waan dabalata kanumaa osoo power point isaa nuuf laatan akkamitii argachuu dandeenyaa???
Galatoomaa Barsiisa! Baayyee eebbifamaa!
Dhugaa baay'ee natti tola akkaatan atin itti barsiiftu.Continue
Baay'ee baay'ee isin galateeffanna!haaluma kanaan itti nuu fufaa
the best expilanetion that thanks so mach
Nama jabaa Nan bayyee faayyadamaa jira dhugaa
Carry on our professor!
Thank you for support teacher
Maaloo professor Jabaa kan baruumsa Sammuu namatti cobsu.Psychology sirriitti hubanne Amma immoo inclusive osoo nuuf jalqabdanii yoo danda'amaa ta'e.Isin jaallanna jaalatamaa bonanza wisdom.
You give good lecture
Thank you my teacher
Best teacher
bayyen si dinqisifadhe akkuman ani fadhutti fuutte sammuko keesa anf keesse kessee thanks more than I can say
Galatoomi bayyee namatti tola garuu barreeffamni isaa iscrenii irraa inni sosocho'uu dubbisuuf namaaf hin toluu osoo sosocho'uu baatee
Chapter isa hafees osoo nuuf hojjettee gaaridha
Yaada ijaarsaa naaf kenniteef guddaa galatoomi, tole nan sirreessa waan sirrachuu qabu, isinis share gochuudhaan, nu cina dhaabadhaa
👍👍👍👍
Galatoomi qomoo koo
Baay'ee galatoomi 🙏🙏🙏
Thank you so much
wow baay'ee namatti tola chapter 4 akkasitti iddoo tokkotti nuuf hojjedhaa mee maaloo
Barsiisa dhugaa hojii kee akka Ta'e shakkii hin qabu. Bayyee danddeessa. nuuf jabaadhuu.
Laliseef biliseenef bayyee natti tole sitta baratu barsiisa
jabaadhu baayee namatti tola dhugaa afaan keenyaan wanta akkasii argachuun hin baratamne kanaafuu abdii hin kutin si bukkee jirra
Wow what 😮😮😮expla8
Galatoomaa! Pro. Barnoota haala gaariin waan nu biraan geessaniif
Galatoomaa lammiiko, share like, comment nuuf godhaa🙏🙏
galatoomaa! guddaa sin jaallanna waan dhiibbaa uumuu danda'u tokko lafa nuuf keessaniittu ulfaadhaa! ammas nuuf dhaloota kanaaf hamma lafa irra jiraattanitti jiraadhaa!
Hojii dansaadha kun! Eebbifami Waaqayyo si haa eebbisu.
Thanks ❤❤❤❤
Please teacher በአማርኛም ስራልን እየጠበቅንህ ነው ።
Jabaadhu
Naa jiraadhu, FB kee fi Tg kee irratti Share gochuun na cina dhaabadhu❤❤
♥️
Wow namaa kenyaa bayyee galatomi
chapter 2 please!
Wow bonanza!. dhugumaan baay'ee namatti tola. Itti nuu fufi
Galatomaa inistu❤❤❤❤
Hedduu galatoomaa
Bay,ee isin jaallanna galatoomaa
lemin antroprlogy ,global seralin
Keep it up
isiniin boonna jabaadha sabboontota keenya
Ulfaadhu
Thanks bro
Good ❤❤
Thankful
Barsisa garidha nuuf jiradha jajabadha
Baay'ee galatoomi qomoo keenya , Dhiiga keenya!!!!
Tnks❤❤❤
Baayyee namatti tola galatooma! part itti anuus itti nu fufaa final waan gahaa jiruuf ?
Tole rakkoo hinqabu
Mata duree 1 1 irra hin darbiin if you can
Tole irra hindarbu, atillee waan irra darbame yoo jiraate natti himi
Telegram fi FB irratti share gochuu hindagatinaa 🙏❤🙏
👍👍👍
baayyee Galatoomaa Dhugaa
Heeddu galatooma kabajamaa
Share, comment and like n keessan hedduu fayyada
Bareda hedduu namatti tola
Anii university hawaasa irrahi, akasumas isin hordofa Kan jirruu, bayyee Kan namatti toludha, chapter 2 part 2 illee isin egaachatuma jirra!!! Jajabinan isinif hawwa galatoma!!!.
Galatoomaa barsiisaa keenyaa haalli isiin ittiin nu barsiiftaan baayyee gaaridha!
Galatoomi duraan dursa, gaafiin koo gaafii exercise jiru hojjachaa deemuu.
Part 2-6
jabaakoo jabaadhu
Ulfaadhu,,, share gochuu hindagatinaa Eebbo
ibsi keessan baayyee namatti tola guddaa galatoomaa bifa kanaan nu deeggaruu keessaniif. garuu barreeffamichi yeroo tokko tokko ni golgama waan ta,eef isa qofa nuuf sirreessaa horaa bulaa.
galatoomi😍😍
Akka nuti afaan keenyaan boonu nu goote galatoomi professor
❤❤❤❤🧡🧡🧡🧡
nuf jiradhuu
Baay'ee si galateeffanna. Nuuf jiraadhaa
Thanks
Chapter guttuu nuf godhaa
Tole tole
Share gochuu hindagatinaa
Nuuf jiraadhu !
inclusiveness nuuf hojjjaadhu
Ibsi keessan bayye namaaf GALA galatooma
❤❤❤❤
galatooma haaluma Kanaan itti nuu fufa
Jiraadhu sanyiiko, share gochuu hindagatinaa❤🙏❤
Barssiisa keenya nuuf jiradhu
WAYYOO JECHAN ITTIIN SI GALAATEEFFADHUN DHABE BONANZA KOO AFAAN SABAA GUDHAA KANAAN GAAFAATI AKKASITTI NU HUBAHIIFTU ATI NAMA QAALIIDHA
Theory clasical fakenya heddun nuf hojachuu malte
Galatoomii
Galatooma
Ulfaadhu,, share nuuf godhi ❤❤❤
guddaa galatomaa isin jallaan
Naaf jiraadhu, share gochuu hindagatinaa ❤🙏❤
@@abrahamdereje8503 Anillee hedduun isin jaalladha, naa jabaadhaa
Ittii nu fufi qaalii sabaa
History
Wow
Hojiin keessan bayyeee nutti tolee Jira gara dipartimenti kessa osoo nuuf hojjetani? Galani keessan ni baayyata Gati nufayyaddaniif
Gallatomaa hallumaa kanan ittii nu fufaa
Baay'ee namati tollee ittin nu fufaa
Yuuniversiitii haramayaa irraayi comment kan siif godhe.
Galatomii unitii marra nu hojjedhu
Maaloo chapter seven
barnoota ajaa,ibaa bifa salphaan nu biraan geessan galatoomaa
guddaa galatoomaa barsiisi keesssan baayyee qayyabannaa keenyaarrattii nu gargaareera itti nuufufaa .......