Roza jarsa mikina qabda ini biranki isin dedemtanin tana oso ira dhifte piranki jetani wari yotubarota kun hiciti jarsa jarti basatani bultidhaf gari miti yero hunda tanumatu adan nama basa jira roza ira dhabi habibiti❤❤❤❤
Amachi. biraki jete jarasa ke. irati wana bulati te diydu hin godhin ini dhira dhuga aree jarasi ke nama gari fakata ofuma bulati tee hin digin hin gowomi bulati te ala. hin basin ofi qusadhu oboleti koo❤❤
Rozii hojii akan hin dalagin heduu si jaladhaa garu kahdha nagamachifne malif ho jete 16:21 bultidha wani ta'ef❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ sun gorsa obolumati fi oromumati 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Ani takka wah sif barese hin bekku garu arra loli abbi heddu nati tole akkan dhira jechun gana wan jarsa ketti pranki jette malaqaf jecha akka of gad hin bafne rozii
Dhugaa isati wolahi Kama lolluu yo atti Jarsa ke alla irran oduu isaa ka futtu tahee barmasa gudaadhaa Wolahi Ana nan tattan ani isin tahu badhelle 😲😲😲🤩🤩🤩😍😍 Mashaallaha Mashaallaha Mashaallaha Mashaallaha Mashaallaha✅✅ Dhiri wani baduu irati akkas Nama katu boruu ilmanan kefi Abba garii tatii hin sodatin Roza dhira Dayusse kaa hiryaa ko na baratu male jedhu ka ammas Hiciti bulti ofi namafi qodu dayuse jedhama Sorry mammado
Roza pirank jarasaa kana osoo dhiftee dhirii wanii xoqoo aratii dhifama
Dhugaa keti
Dhugakeetii
Nama gaari wayiti mashallah jarsi ke nama imana qabu Raabi umuri kesani ha dheresu ❤
Qaldii hin betuu ijoolee Arsii 😂😂❤❤❤❤ my Arsiichaa koo gotaa jartii ofii likiitii bulchiitii❤❤❤❤❤❤❤❤
Maatii naaf tayii qalii nama galtomii
Wlh dhugaa dhirri arsi qaldi hin beektu milaa jalati na bulachani 😂😂😅😅 usi jedhi jedheni
Kkkkkkk😎😒
😅😅
Rozaa hojii ke nyadhuu ijooleen tenaa ❤ qalddii akkana hin jalatani iraa of qusadhuu❤❤
Piraki jedhani kuni bulti nama digaa walahi yoo jiru bareduu jirachu fete jarsaa kake irti wani kana hin dalgin yaa obaleti tiyaa qalii❤
Dhuga keti walahii
Dhugaa ketii
Maashaa Allaah Haasofni isaa hedduu na gammachiise wly maashaa Allaah nama jabaa diinii ufii jabeessu Rabbiin umrii woliin isin haa tursiisu❤❤❤
Roza jarsa mikina qabda ini biranki isin dedemtanin tana oso ira dhifte piranki jetani wari yotubarota kun hiciti jarsa jarti basatani bultidhaf gari miti yero hunda tanumatu adan nama basa jira roza ira dhabi habibiti❤❤❤❤
Dhirii arsii taphaa bekuu 😂😂😂
Parnkii akana dhisii 😅😅
😂😂😂😂😂😂😂dhuugaa keetii
😂😂😂😂😂😂😂dhuugaa keetii
😂😂😂😂😂😂😂dhuugaa keetii
Amachi. biraki jete jarasa ke. irati wana bulati te diydu hin godhin ini dhira dhuga aree jarasi ke nama gari fakata ofuma bulati tee hin digin hin gowomi bulati te ala. hin basin ofi qusadhu oboleti koo❤❤
Dhiifamallee naaf godhaa dhiiri arsii kun tokko tokko hiriyaa isaa hin amanu 😊 oromoon yeroo makmaaktu haati hattuun ilmoo hin amantuu jetti kana jechuun akuma ofii hiriyaa ofii sehuun kun gaarii miti hiriyaa jaarsa kabaja qaba maal qaba hiriyaa jaarsa dawalte yoo gafatte qaama bira hin jirtuu silaah jiraatelle rakko hin qabu nubiratti nuti akka harargeeti jaartii teenya ni amannaa
Mashaa Allah dhugaa keti wollahi abdii
Maashallah maashallah taabaraa kalahaa rabinii umiriii dhetuu fayyaa bareduu isanii haa kenuu jabefadhuu ababaa manaa akanaa rabinii umiriii dhetuu wolifii isni ha dhisuu ❤️❤️❤️❤️❤️💞
Mashaa Allah rabbiin umrii walin isin haa dheressu roza qalii pirank iratii hin dalagii ganaa rabbiin amale fayyaa waliti sifahaa dhabu❤
😂😂😂😂
Miraa keessaa gale abii misikinaa wlh ASI achi park hin godhi park bulitii Kuni tolu roziye
dhirii arsii qaldii hin bekan pirank akana dhisii osoo Sii biraa jirate. kabalan lafara Sii ofaa jarsii Kee lamata irati hojatin bultii Kee jabefadhu malee
Walahi abiin imaana qaba dhisi ati roziye piranki akkana
Lafe tiyyaa ujole tena qaldii akkasi hin bekkanii suttaa jedhii mee kunii hojii dhiraa Arsi tii😂
❤❤😂😂😂wly dhugaa jetee j koo yoo aree wly hin iyyaa ani garuu biraa hin jiruu 😂😂
Dhuugaa keetii 😂😂😂😂😂😂
Rozaa jarsa gaari rabbin siif khene jabeeyfadhuu dhiisii piranki
Qaaldi beytuu dhirii arsii roziyee waan akkana dhisii😂😂😂😂😂😂😂
Dhuugaa keetii 😢😢😢
Dhira kuta bira SITI hin fakkatin arsidha habibti ofin hin taphatin
Maashallah tabarakal Abiin name garidhaa hojie kee nyaadhu ❤R❤R❤❤😂😂😂😂
Mashaa allaa mashaa allaa mashaa allaa jarisii kee imanaa qabaa jabefadhuu piraki dhisii
Roza tiya qalii dhisi pirak kana ira dhisi naman biyaa biyaa jiruu kuno
Rozaa hojii Kee nyadhuu 😂😂😂 mashaa Allah abii👍👍
Lamu irrati dalagin Adara piranki Wal.isin jibisisa aba mana ofii irati dalagin Roze 🙏
Masha Allah tabarakhallah Abii 💖 ❤❤ galaatomii ulfaadhu
Beekaa nama
Rozaa dhabii piraankii tana bultii tetu siif caala yoo hojjaatanis mariin hojjadha
Maashaallaah Roziye wani akkan hin dalagini dhirtii wanuma xiqoo rifati
Wayyii hinaafaa dhiraa😅😅😅
😂😂😂😂😂😂
Atii pirank dhiisiii jireenyaa kee jiraadhu prank jireenya nama digaa
Maaashaa Allaha Roza abba mana gaarii rabbii siif kenne,wajjin hora bulaa dimanaa
Prank jaarsa kana dhiisi obboleetti tiyya sheytan akkanatti nama seena. Namni biyya alaa dafe araa. Heduutu akkanatti wol dhiisi. Dhiisi obboleetti tiyya safaaxa jaarsa wojjiin. Especially dhiira arsi.
Prank akkaana hin barbaachisuu Rozaa plz waani akkaana hin hojaattani ani hedduu sih jalaadha❤❤❤❤
Roziyee baga siin lolee Mashaa Allha osoo ini har'aa siin loluu babee boruu waan kaan caluu hojachuu dandeesaa dhiiraa jejuun tamaa naman lolatee tama nama gorfatee Abii bayee nama garriidha rozishaa too pirknii irra of qusadhuu lubbuu tiyaa si jaladhaa rabbiif jechaa qalii too rabbiin hamtuu jiduu keessan hin fidiin Abbaa manaa kee jabefadhuu akka qilleensi isiin jiduu hin senee wanti hundinuu adabba barbachisaa waan hojachuuf demtuu dursii itti yadii hojadhu ok yoonifii siti balesee dhifamaa bareduu tiyaa❤❤❤
Mashaa’aallaa Rozayee Tiyyaa qaali tiyyaa Rabbiin Guddan sii wolin haa ta’uu ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Roziyee abiin miskina wly Roziyee abiin mashaa alhaa mashaa alhaa mashaa
rozaa prank akan dhis mee ana toko sababa hiriyaa istif naa dhise alh naa dhisun isa anaf keyrima ta'e Alhamdulillah
As wr br Rozye & Abdi wollii umrii isin haa dheresuu ishaallAllh garuu pink akanaa iratii hin dalagini Abaa maan kee naam garidha A&R maashaa Allaah 🎉🎉🎉❤❤❤
YaaRozaa wanii Akanaa kaa dhisiii bolutiii kesiii kesatiii Miidhaaa siraa Gayaa 😢😢😢
Billaa aleyki bultii teetin prank hin godhin lamu homa biraa siif wayyaa nasiyaa obbolummaa
Miskina jaarsakee jabeefadhu pirankii hitanee erati hinojatin uuuff😢😢😢😢❤❤❤
Roziyyee pirankii hin baay, isiin warrii dhiraa kunii waanumaa xiqqoo araani
Dhugaa keetti wallahi 😢
Dhugaa ketii dafanii Aruu
Roozaa Birankii Jarsaa ketii dhisii waly Abdan Birankii hin godhin Bultin uffata Adiidhaa Xurii xiqqoo egatti Abbbin bayye si jalataa Birankii hojii sheyxana kana dhisii Waanni Biraa bayetu jiraa kan Waraban Nutii si jalannaa dhifama nattillee mufatin Lubbuu tiyyaa Wanni si gorseef ❤❤❤
Mashallah mashallah tabarakal Abiin nama garidhaa hojie kee nyaadhu 😅😅 😂A&R❤❤❤❤
Aban mana kee dhuga rabbii hedu si jalataa akni hin arsin qalii tiya ❤❤
Dhirrii teena warqii Dhugaa isaati ❤umrii baraaka dherraadhu abbi
Birkii jetulee dhisii jirnyaa digha yoo qalbii nacabdanii hudii kesanuu afoo lilhayii rabifii jechaa
Hordoftoni rozzi please mana kiyyas naaf gudisa
Pirank akana dhisii rozaa
Rozii bareduu koo dhifama naf godhii ABBA warra ke prank irrat hin hojaatin❤
Masha Allah masha Allah wallah namni hinafu dhiira jegnadha dayyusa miti 👌🏻👌🏻👌🏻
Roziye ati pirak kana jarsaa kee irraati hojachuu iraa ofii qusadhuu dhiifamaa garuu
Rozaa intala shaffilaa shaffilli jabdudhaa lamuu pirankii jaarsaa kana dhisii bultitee namahindattis hin hasahin jarsii qaalidhaa jabeeffadhu siharkaa hin miliqin
Ayiii Abii miskinaa koo😢qalbi naa cabee malif prank gote😅
Masha.allah masha.allah abii amala jarsa kiya amali tokko
Yaa rozaa dhirii ayropaa waan akkanaa hin jalatuu maqaa dhiraa biraattii dhoynaan balaan bu.ee ittii hin debi'iin dhamasaa obboluma waan ofii kessaa jiruuf siif himee yoo naatii mufatee dhifamaa
Dhugââ jeete 🥰
Dhugaa jette❤
❤naafi tateee Abii kheenyaa mataa dhiraa wly 😂
Wollah jiradhuu mataa dhiraa Akkanati sii bekkanii Arsii dubartii ufii Akkanati kabchifataa jiradhuu debii baredaa argatee rozii 🤣🤣😂❤❤❤🙏🙏
Wl wr wb roziyee saree tiyya dhisii prank walitti isiin rifachiisuu hin dalagiin rabbii jedhii bultiin amma sababuma xiiqqoon digamtii 🙏🙏🙏❤❤❤
Mashaa Allah abbee
Rozii hojii akan hin dalagin heduu si jaladhaa garu kahdha nagamachifne malif ho jete 16:21 bultidha wani ta'ef❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ sun gorsa obolumati fi oromumati 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Waalleeyk salaam warahmatullaahii wabarakatuuhuu ummata nabii muhammada s-----A-----W--- ❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashalahi roziyee dimaa nuu fiduu hedaa mo qalii too barii lakosa kiyaa yo xiqatee vidiyoo 5 jalaa sifii kayee garuu nii haqamaa waytaa haqamu misejini naa biraa gahaa❤❤❤❤❤🎉🎉
Dhugaani jiratu tana
Maashaallhaa abii heduu namaa garidhaa roziyee jabafeadhuu dhugaa heduun nama jalalaa dhugatuu hin qabuu❤❤❤❤❤
Wly Rozii baga lole dhuguma sii jalata wly ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله garu dhifama naa godhii❤
Laa laa rozaa birankii kanaa dhisii abba mana kee irrati
Ati akkamiti wayee somatin piranki gotaa wan jarsa ke rifachisu piranki godhin
Ani takka wah sif barese hin bekku garu arra loli abbi heddu nati tole akkan dhira jechun gana wan jarsa ketti pranki jette malaqaf jecha akka of gad hin bafne rozii
Dhugaa isati wolahi Kama lolluu yo atti Jarsa ke alla irran oduu isaa ka futtu tahee barmasa gudaadhaa Wolahi Ana nan tattan ani isin tahu badhelle 😲😲😲🤩🤩🤩😍😍 Mashaallaha Mashaallaha Mashaallaha Mashaallaha Mashaallaha✅✅ Dhiri wani baduu irati akkas Nama katu boruu ilmanan kefi Abba garii tatii hin sodatin Roza dhira Dayusse kaa hiryaa ko na baratu male jedhu ka ammas Hiciti bulti ofi namafi qodu dayuse jedhama Sorry mammado
Rozah hin mufachisim Abadin nama namusaha qabuu walay
Maatii naaf tayii qalii nama galtomii
Pirank Kana dhiisi Rooza Bultiif siif hin tayuu
Mashaaaa allaaah Tabarakaaa allaaah rabbiin umrii waliif isiin haa dherreessuu ❤❤❤❤❤❤🥰👍
Hojiii kee nyadhuu rozaa ❤❤❤❤❤
Masha Allah masha Allah waliif isin haa dhiisi jarri keeti Hayden
Wontii anii sii dhamuu takkkati jarsaa kee kanaa bodaa pirk akka gonee🙏🙏
Rooziye jarsaa kee piirakii hin goodhiin dhiirii.waaye akkana hin feedhani raabiin waalii isiini haa dhiisuu qaqaliiwan koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Kurakureshiin 😂😂😂😂😂😂rozaa hojii kee moo hedduu takkan sii jaaladha ❤❤❤❤congratulations jedhii mee lubbuu
Rozi abba mana kee prank hin godhin tassuma
Wl wr wb Roziyee Abban kee qeeransaa ee badaa ana ofii ergaadhu atti yeroo bira pirankii hin godhiin .
Rabbiin umrii wolin isiin haa dheresuu wollahi miskinaa tiyya sodatee kolfii naa dhufee attile garaa na nyaate ❤❤❤❤❤❤❤❤
Hojii kee nyadhu amala dhira arsti
Piranki hin godhiin Abba mana kee please
Mashaallah mashaallaah roziye pranki abba mana keeti irratti hin hojatin
buultii tetfii Amaantii tetiin phirnk hin dalagiin dhamsaa oboollummaatii
Rozayee jarsaa pirankii hin godhin debitemo hiriyan jarsaa ketii isaf hiriyaa malee sif hiriyaa mitii kanafu of egadhuu
Mashaa allaa abii kee wolinirabini isinii haa jirachisuu🎉🎉🎉❤❤❤
Roozaa baay,ee namattolta jajabaadhu bareeddu sanyii ofii
Errraaa Rozaa prank dhisii hhhh dhirii tenna tabba hin beeyitu
😂😂😂😂😂😂😂 Rozii hojjii kakee nyadhuu atii maashallah maashallah taabaraa kalahaa garuu wanii akanaa dhisii pirakii jete dhukkee sii kasee kkkk😂😂😂😂😂😂😂😂
Misikinaa kiyaa 😢😢😢😢😢oboleetii piirakii godhiinii
Maaaashaa Allah Maaaashaa Allah Maaaashaa Tabarakalah ❤❤❤❤❤
Dhira jechuun kana yes❤❤❤
Rozaa ofi kabaji dhirti taphaa Akkanaa
Maashaallah tabaarakallah 👍👍 maashaallah 👍👍 👍👍 heddu yaada gaarii qaba wlh rabbi isas amane jira jabeeffadhu jarsa ke rooziyye 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍 wolif isin ha dhiisu
Abdiin dhugaa isaatii rosaa qosaa garaa ijaa dhisii yeroo amaa kana hiriyaan dhugaan hin jiruu bultiii kessanif of egadhaa Gaa'elii Fagenyaa hin ulfataa qilensaa of hingalchinaa pirankf jetaanii waqayyoo waaliif isiin haadhisuu🙏🙏
abo dhisiika pirankima kana jirenyi kee guutuun pirankidha
media irratii prink akkana abbaa mana keeti akkana godhuu hin qabduu. Irraa debitee prink akkanaa hin godhuu please!!
Wly jechii Isaa Abdi namatii Waraa Akkana bultiin jechuun ❤ roziiye atti Amma Bodaa Pirank irrati hin hojaatin
Obboleti tiyya pirak ufii irraa dhisii Jirarenya kee digama kuni dhamasa kiyya
Aruuni isaa gurubaa itii bibilitee sanatuu arsee dhiraa biraa akkaa dubbifituu hin fedhuu mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa rabbiin wolin isiini dhisuu sare tiyyaa garuu egaadhu
Mashalaa nafii jiradhaaa qaliwanii ko❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Aswrwb oboltii tiyaa honuma hudaa midiyartii sherii hin ghodhatin
Ooo sorry 😞
Roziye 😢😅
Wl Wr wb rooziyyee ati amma boodaa jarsa keetii irraattii piranki hin godhiniin bultiin qaldii miti ❤❤❤❤❤❤