As wa wr Garu kan jedhes kajedhamenis nama bekka ustazota kenya baga nuf ta.an namooni waltun gidu figdu boda yellatu of egadha dubiin altokko gara kessa banan garati isini hin debitu
aboo ustaasot hin xuqinii odoo dhsii ustaa kenii kabajamaa namaa Anasii Muhammad fi Rayyaa ustaa Jaman Rabinii sodadhuu olii hin basin ustosaotaa keyaa😢😢
Nama arrabsuun yakka karaa kamiinuu.atis waan tahe garaa keesaa qbda isa garaatti qabadhu. kan ustaazotaa isaaniif dhiisaa dabaltanii ulmaa'ota hin arrabsinaa naaf dubbadhu kan isiniin jedhe hin jiru.
Ayii maaluma wal azzabuun akkanaakun ufffff waa'ee ustaazota dhiisaa isaanummaan haa fixatanii mee RABBUMAAF jedhaa keessoon fixadhaa isin hundinuu asirratti hin baasinaa dubbii keessan ALLAAF JEDHAA
Namni Ustaaza keenya jabajamaa fi jaallatamaa sanatti nujala bu'e rabbiin irratti hin dhiisin Ustaaza keenya qaalii Ustaaz Raayyaa Abbaa macca ❤❤❤
As wa wr Garu kan jedhes kajedhamenis nama bekka ustazota kenya baga nuf ta.an namooni waltun gidu figdu boda yellatu of egadha dubiin altokko gara kessa banan garati isini hin debitu
❤❤❤❤❤
Sobanii walitti araarsu jedha silaa shari'aan faallaasaa sobanii walitti naquutu baay'ata bara kana yaada khayriitti walii hiikuunis hir'ataa dhufeera maalumaafuu hubannoo walii hanga danda'ame sirreessaa deemuun, kallattii warra osoo hin hubatin dogoggoranitti argisiisuun nasiihaadha galatoomaa shukran jazakumullahu khayran
جزاكم الله خيرا و احسن الجزء
Ustaz koo Thank you.
Ani ammo baay'een si
Diinqisifadh bekommsa akaa
Raabbiif sif ida'uun kadhaa.JKL
Jabaadhu umurii kee rabbi haa dheeressu An garuu Harargedha rabbii jechan si jaalladha situ itti fufi
Maaaaaasha Aaaallllllh Gaalatomii Jaabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤ Sii woJiin Jiira
Osoo habashaan qaqqalamtanuu,gandaan wal nyaattu.
Hundi keessanuu tokkuma Jimmaas Harargeenis warra gandummaa afuufu.ishiishee,ufuuffee
Wlh dhuga ketii ustaz rayyan wahe Jimaa jedhan hin dubatanu warra gandumatu akkas tahu male rabbin naga habusuu 😢❤
❤Rabbiin siirraa haa jallatuu,kan dabee haa qajeelchuu,wantii hunduu Rabbiin Irrayii waan ta'eef
Dhugaa keti bro koo Galatoomi
King Anas
Dhugaa jetee my brother
Gowwaa
Maasha'allaa hedduu galatoomi Rabbi sirraa haajaallatu nama akkanatti araara buusutu barbaachisa🎉🎉🎉🎉
Ustaazota keenyaafi sheekkan keenya hunda ni jaalanna kan dogoggores suutaan wal sirreyfatan isin ummanni wallaalaan dhiisa waahe beektota keenya ❤❤❤❤❤❤❤❤
Ustaz Rayyaan waanuma jaalatuuf waanuma hirriyyaa tahanif haasawa keessati yeroo bay'ee woliin taphaatu
Dhugaa keeti
Aniakakotiti aka afn jimati jarihinjirtu jeun akuma loqodajimati nati fakata male rayan hamtufimiti loqodumajimati natifakata❤❤❤❤
❤❤❤❤ assalamu alaikum wa rahmatullahi wa barakatuh
Dhimma ustaazzanii isaanumaaf dhiisuu qaban
Maashaallaa rabbii is ha jallatu jzk ❤❤❤❤❤❤❤
Aboo uzutaz Rayyan jibbaf hi dubbatu inni maisatinu Raayyatti nana ofin jedhaa Rakohin qabuu
dhugaa dha Waalhii Ustaaz R Fi J Osoo maal waalin jedhanifu Lubu ofi Callaa Waal jaallatu ❤❤❤❤
بارك الله فيك
Mashaa allah nuu jiraadhuu ati
Yaa saahiba koo ati yoo nama gaarii namaafii nama jidduutti yaadde atummaan kunuu dubbii araaraa dubbadhuu tola yaadii gowwaa namaa jechuun nasihaa namaaf hin dhaaman silaafuu beekaan namaa waan dubbatu beekaa waan dubbatan caalatti beekaa aaraan rakkoo dhufte hin furan tola yaadaa komatuu dura hubatuu wayyaa wanni arra barreessite boru siif galtii❤❤
Sirrii jira Anas Tuffiin Raayyaa sun maali As baee Dhiifama gaafatuu qaba
as wr wb ❤❤❤Maatii naaf taha oboleyaan koo keyirin isinitii Haa gortuu harkii keessan fayyaa Haa argatuu 🎉❤🎉🎉🎉🎉❤❤
@@SiifMAmiin hayee eshi Habib ti
Amiiiin Amiiiiin ❤❤❤
Galatoomaa jabaadhu qaromin jaraa gadumadha
Walekum Salam worrahmatullahi wobarakatuu Baga nagaan dhuftee ❤❤❤❤❤❤ zad oro
Dhugaa ketti dubii gababsuuttu calladha ❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Subhaanallah yaa rabbi hamtuu nurra qabi
Ani Hararghedha Garuu Hundii Kessanuu Wal Tafatani Hararghenis Jimmis Wal Qusadha please
Rayyaan hedduu jaladhaa !
Umaan walalan hin jiruu walalan hin jedhamuu attuu wanti atti hasoftuu waan siridhaas sirrii mittis
Asalha malem us,,/Rayan akana jachun saa jalla qabufi argasisufi malle intalaa jachufime jalallafi akaasi dubate
Achitii dhisii wan akasii gadii hin basiini in bareduu siraa
Garuu atiho maaliif asirratti olbaafta keessan maaliif hin dubbisin gama kaaniifiis kan dubbachutti jiru suma taha atiho nama arrabsuu maaltu siif hayyame atihoo maaltu suuta jadhuu si dhoorke hundi jaraa yoo tookko siif tahe ati abbaa alangaa maaltu si godhe duraan nama gaariin siseehee amma ammoo atiis nama gaarii tahuu dhabuun haga tokko naaf galaa dhufu jira
Sharrii jidduu namaatti Afuufuu dhiisaa.
Waly sirrii hin gonee Rabbin issan haa qacelchuu
Waa Adaa bafaacha haa deeminu akkas woyaa natii fakkata dhiifama wajjiin
Subaahn Allah 😢😢😢Ansa Kan jedhamu kuni maalif yeroo hundaa Nama wahiti diraa 😢😢
isaan dhengeda Mudawar gubdefi maal wahee majilisa haasoftii Murtaddin wahiii 🤔🤫Yaa Rabbi comeenti kan waan dogongoree naf dhisi
Wl wr wb mashaala
Zada Oro wanta natti tole kessaa wanta Hin beeknerrati Allaahu A'alam jechuu keet
Umaan walalan hin jiruu walalan hin jedhamuu attuu wanti atti hasoftuu waan siridhaas sirrii mittis broo
Wontii.nutii.gonuu.duwaii.qofaa
Afaan oromoo nibeeyta lakkaa
Wallaah ustazaa Anas kunii Subahanllah rabbin Rahmata haa godhufi malee Ajandaa barbadu Duraani Si akasiti Ajandaa fidani amasi fidee😭😭
Dhugaa keeti obbaleeysa khiyya Anas Muhammad, jamaal haajii, Fi K.K.F Dogongora kheessa jiran Raayyan Dhugaa Dubbachuuf Harargeedha yoo jedhan Ni danda'ama
Xiqqumallee hin qaanfattuu gaafa gowwaa jettuun ati duraan natti tolta turte amma immoo 😢😢😢😢
As wr wb ibidaa qasisuu jiraa Bisanii itii naqaa odmaaa bayatinii 😢😢😢😢 bareduu namii Rabbinii halafisuu
Isiin hundii faraadaa jirtaan malee dhugamitii wan hasooytaan dhabdaanii ulaamaa han gaa qeqxaan subanallaa
Ammiiiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiiiiin
Mucaa kanaa duranii hinii horodofaa amaa jibee atii ajandaa biraa dhabadee rabii sii haa qajelechuu walhii sitii aree ajanadaa biraa inii dubatuu rabii sii haa qajelechu
Maaltu taha jira
Dhugaakeeti
Akkam namati tolaa Hassan ke habibi Anis adhuman sibare🎉❤
Wallaah Aanas muhammad irra siitu gowwaadhaa nama hin tuttuqin
Ati ammo maali isaafi anas gowwadha ______?
Maatii naa tahaa❤❤rabbin isin haa milkessu❤
Usaa afaaniin umma Sheeyxana dubbii fiinxa qabdanii hin figinaa Ustaz Rayyaan Hiriyaa dhugaa nama Akka Shek Jamaal Aiyyiiti jalatu hin qabu Kitaaba jedheetin yaama yeroo wamuu
Subahan allah ummata ajandaa barbaduu 😢
Ni bareeda akka ajaa,ibattii irraa
Zad Akka keetti ati dhiiraan isii injadhamaa
Umata Jima qofatu isa isi jedha male nanon bira isi jedhu wan bayedhan
Kun Dubbii ta'eetii egaa inni akkuma hiriyaatti ilaalee ijoolleettii jedhe malee dubbii biraatiif jedha jedhee hin yaadu ani 😢ustaaz raayyaa fi ustaaz jamaal jarri tokkuma warri gidduutti waa uumtan rabbii isin haa qajeelchu 😢
🎉❤❤❤
Maaliif nuuf himta
Atihoo
Bagan jadheenii
Sin galchuu dhaabi dubbiitee
❤❤❤❤❤
Ee nibareeda
Harargeen jibbadhokfachu hindandessu kanumaafi Raayyan Arrabadhiisii haanu Ajjeesuu qqeequuf moraalii hinqabnu
Ati garuu waa nii beekktaa mii
yaa Akii waan akkanaa hinhafarsinaa isaan bor dhiifama walgaafatan hinsaalfattanii dhiisaawarri gamaa gama baatan
Jalqabumaa natu lale zad oromo❤🎉🎉
Atis barrefama sirresii
Dhugaa keeti
malhagodhaamuree Jariitokoo us
Ana kan nadhibu hantutnii bakke dhufte isaa mana hari'atti jedhama dubbitti jijjira jechudhamo jaratuu wol beekahoo
Ati ho maaf ustaazota jiddu seente waan keysa keeti irratti haasofta Akkuma ustaaz Raayyaan dogoggore ustaaz Anasiis dogoggore jechuun si bira Eysa dhaqe wallaala gowwa jattaan 👈
😎😎😎😎😎😎😎😎😎😎
Namichii gadumaa gudisaa
❤
Jecha jechuunii dhiiftee osoo yaadachiisuma goote wayya
Jerrii obboleewaani dhifamaa waal gatuu inshallah namaa hin dhageenyee dhageesiftee ummataa kaafirsa hin gammachiisaa okay
Waan dhugaati barese atitu gowadhaa
Atu jara maalif jettaan ?
Rayaaraabuhii 😳😳🏌️🏌️
ati maduiiin 🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮bakaa iiiisaniiii uuudanii
As wr wb garuu yeroo hunda mucaan kun yeroo amman duraatis uffaata ittin salaatan gubbu ture maaliif qoqodaminsa maaliif hafarsa olaan
wollahii RAAYYAA ABBAA MANCAA KAN UUMMAATA ISKAAMATTI KAN OROMOO HUNDAATI HUBBADHU warrii amaantiin islaminna amaantii tokkumati
Usaa ustaaza isinuu dubbii walitti hidhaa jirtanii
aboo ustaasot hin xuqinii odoo dhsii ustaa kenii kabajamaa namaa Anasii Muhammad fi Rayyaa ustaa Jaman Rabinii sodadhuu olii hin basin ustosaotaa keyaa😢😢
Boo afuuftuu ati anasiin hin geysu wly duraan heedduun si jaaladha ture ati ammoo anasiin qeeqtuu afuuftuu hattuu budaa😡😡😡 Nuti Ustaaz raayyaa hedduu jaalanna ❤❤❤❤❤
Wow
ሰለላሁ አለይሂ ወሰለም❤❤❤❤❤
ሰለላሁ አለይሂ ወሰለም❤❤❤❤❤
ሰለላሁ አለይሂ ወሰለም❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
እረ ከማል ኦሮምኛ አላቅም ታደያ ምንተሻለን በሰላምነው ቋንቋ የቀየርከው እረ ሁሉም እንዲሰማ አማርኛ ይሻላል ባይነኝ😮😮😮😮
Wl wr wb 🥰🥰🥰🥰 Amiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiin 🤲🤲
8:02 jachi kee kuni Dubbi owwisa male qabanessa hin jiru wahe kana dhisi oboleyssa kiyya kan muslima ✅
Afuftu waan akkana hin odeesin
Dhugaa haadhuftuulee Liqimsuu hin dadhaabinaana.
Gowwaan sii caale hin jiru
Nama arrabsuun yakka karaa kamiinuu.atis waan tahe garaa keesaa qbda isa garaatti qabadhu. kan ustaazotaa isaaniif dhiisaa dabaltanii ulmaa'ota hin arrabsinaa naaf dubbadhu kan isiniin jedhe hin jiru.
Tokkumm Tokkumm ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Anas maashaa Allah Umrii rabbi nuuf Haadhee reessu King Anas Anas Hin Xuxxuqin❤❤❤❤
🎉🎉🎉kings of gingi Anas Muhamed Irraas hiin dubattin isa hiin geeysuu hinaafttuu😊
Ana's namani tuqee hin jirruu amo Rabbin haa qacelchuu
Tuttul hin jedhin anas maaliinni hin dogoggoruu
Wl wr wb Alhamdullilah
Anaas guruubaan usz jetaanuu kunii namaa ganduumaa mataa isatii batee demuudhaa gafaa walloo fii amarrii wal loollanuu meshaa qawee batee surraa addaa addaa ka'aa turree anaas kunii namaa samuu dhoqeetii
Atuu gandummaa dhiisi
siifi Eenyu walitti dire faaxee
Dhugaadha namni Kun lamaanuu muslima