🛑Ibsa Mootimmaa Naannoo Oromiyaa/ Waa’ee Kara Deemaa Maaltu Jedhame?/Zad ORO

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 28 лис 2024

КОМЕНТАРІ • 218

  • @MashoShifara
    @MashoShifara День тому +4

    Kara demara gedi bu,a😊😊😊😊

  • @RitaaArfghjj
    @RitaaArfghjj 2 дні тому +6

    Karaadeemaan dhuguma deeggaraa aboti garuu gochii godhamee sun utuu inni hin baasnee ta'ee motummaan dhimma isaayyuu quba hin qabu haagalatoomuu karadeemaan baayee isa jaallanna❤❤❤❤

    • @Oroapp25
      @Oroapp25 2 дні тому +1

      Kara deemaan dhuguma qabisaa'aa lubbuu takkattii deebii hin qabine saba isaatiif
      Kennee wareegamuuf
      Qophii xumurateedha
      Malee deeggaraa qaama kamiiyyuumit
      Inni dhugumatti deeggaraa ukkaamamtoota ukkaamisamanii
      Sababa eenyummaa
      Isaanii kan osoo isaan
      Hin filatiniif jecha dhumaa jiraniif lubbuu
      Ufii laateedha
      Cubbuu dubbachuun yeroodhaaf waan sirrii
      Dubbatan namatti fakkaatus booda akka hulaa keenyaasi dhadhahu tilmaamuun
      Gaariidha
      Karadeema dhugumatti hedduu si jaalladha ani❤ Quuqamaa dhugaati
      Ati

  • @FoziyaTube-x1h
    @FoziyaTube-x1h 2 дні тому +5

    Waan kadhattan rabbirraa hin dhabinaa❤maatii naa tahaa❤jiruun teessan ol haa deemtu❤🎉

  • @Alya-h7x
    @Alya-h7x День тому +3

    Wlh namicha kana ajjeesee du,a osomaa danda,ee😢😢😢 kara deemaadhaan shanee jedhaa kaabineen duraa hatuudhaa dhabamii jedhaanii inshallaa 😢😢😢😢😢

  • @RitaaArfghjj
    @RitaaArfghjj 2 дні тому +6

    Eyyee jechiisaa dhugaadha akka naannoo keenyaattii qabeenyaa saamtee meeshaa sassabbatee nuurraa baddee erga isheen erga nuurraa sasabateetii faannoon dhuftee nugorra'uuttii kaatee sirriittii kan nuumiidhee shaneedha malee faannoo miti sababnisaa utuu isheen meeshaa nuurra hin sasabateetii faannoon dhufte😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @MeskiMaski-ck6cw
    @MeskiMaski-ck6cw День тому +5

    Namichi waa'ee Karaa deema irratti dubbatte Dinaa Oroomoti 😭😭

    • @caaltuutolaa3889
      @caaltuutolaa3889 День тому

      Dhugaa keetii. Waani nu kechaa jiruu nutu beekaa. Nafxanyaa duraan olii jetee nu laluu hin dandeenyee nuraati gobsaan.

  • @كبر-ق4ش
    @كبر-ق4ش День тому

    Dhugadha oromo ko jabadhu ❤❤❤❤❤❤❤

  • @BilaaleBaale-g4h
    @BilaaleBaale-g4h 2 дні тому +4

    اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى اله وصحبه وسلم تسليما كثيرا

  • @Xamsemuxumed-e1z
    @Xamsemuxumed-e1z 20 годин тому

    Walaahii dhugaakeeti

  • @NabiyaaMahamadi
    @NabiyaaMahamadi 20 годин тому

    Rabbii dhugaa ha gudhuu kaha

  • @sifanNasir-k9f
    @sifanNasir-k9f День тому +1

    Namichaa kanaa rabbiin Shannon sin bulchiin shanee jettii dhugaa ummaataa dhoskuuf

  • @BegnaChimdesa-p1z
    @BegnaChimdesa-p1z 6 годин тому

    Dubbii ABO akka midi,aarra teenyee haasofnu miti hunduu itti yaada dubbadha hundaafuu haalli mijataa miti waan hin mijanneef walkomachuun hin barbaachisuuu Saba keenyaa

  • @BasaTufa
    @BasaTufa День тому

    Shimallisii waan dhugaa dubbaate

  • @Oro.oro5
    @Oro.oro5 7 годин тому

    Hin afuufiina obbo shimee

  • @JALAMahamad
    @JALAMahamad День тому +1

    Kara deman jabaa oromooti 😊

  • @HawiiGetarchew
    @HawiiGetarchew День тому

    Atuu shaneedha dhugaa waaqa

  • @UstazkadirMustefa
    @UstazkadirMustefa День тому

    Jazaakallaahu khairn

  • @altijaraAlmiat
    @altijaraAlmiat День тому +1

    اخر زمان قال تعالى ورسوله صلى الله عليه وسلم. اخر زمان يكثر فيها الفتن

  • @AlemuddiinAhmed-z7p
    @AlemuddiinAhmed-z7p День тому

    🎉🎉🎉congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ZenebaJihad
    @ZenebaJihad 7 годин тому

    Yaraabbiko dhugagodhi

  • @AlaiAlain23
    @AlaiAlain23 День тому +1

    Shaneen fayidaa iisitif demtii

  • @HawiiGetarchew
    @HawiiGetarchew День тому

    Namatiin waa'ee karaa deemaa irraatii dubatuu tunuu shaneedha

  • @caaltuutolaa3889
    @caaltuutolaa3889 День тому

    Dhugaa kenyaa awaaluufi kadireen Mootummaa bakka jirtuu iyyiiti. Dhugaan kenyaa gadii ba'uu akkanati isaani gubee. 😭Yaa Oromoo karaa sadiin nu rukkutuu. Kenyaa Rabbii bichaan haa dubaatuu. 😭😭

  • @AsAnm-o5w
    @AsAnm-o5w День тому

    Eaandhigaati wallahi

  • @sortii-t6t
    @sortii-t6t День тому +1

    😢😢😢😢😢eee wolyii

  • @AbebeBeshada
    @AbebeBeshada День тому

    Dhugaadha wanumaa argaa jiru

  • @zubeyidajundii792
    @zubeyidajundii792 2 дні тому +3

    Insha.allha yaani ko itoophiyaa biyya musilmaa qofaa akka taatu ❤

    • @obsemulune1184
      @obsemulune1184 День тому +1

      😂😂😂😂😂😂😂😂😂

    • @DiniqqeeBokaa
      @DiniqqeeBokaa День тому +1

      😅😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳 eessaa dhuftee giftii 😂😂😂😂

    • @MashoShifara
      @MashoShifara День тому

      😅😅😅😅😅😅 abaju Bara dherati kuni😅😅😅😅😅😅😅

    • @AhhHwg6
      @AhhHwg6 День тому

      Eccoo kun hawii keessani akkasumatti haftti inshalaha😮😮😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @SumayaaJaallatuuDinniiislamaa
    @SumayaaJaallatuuDinniiislamaa День тому

    ❤❤yaa Raabbii atii dhugaa nuuffii taasis yaa Allah nuu millikeessii ka,aa

  • @hajittuunageessoo
    @hajittuunageessoo День тому

    Dhugadha

  • @husenabdu163
    @husenabdu163 19 годин тому

    sobidudha isenoo

  • @MohammedArarso
    @MohammedArarso День тому

    Yaa zad oro jarri keenya Itoophiyaan oddola kiristaanaati warri jedhaa ture hoo maal ta'uree?

  • @KorsatuluWami
    @KorsatuluWami День тому

    Jasbaa , faannoo kan ijaaree Enyuu ? Shimalus humna fannoo wajin wal taanee Abo balleesina jedhee birrii m100 hin keniinee? Doomaa dura dhugaa bari 👌

  • @SamiraSamra-p9i
    @SamiraSamra-p9i День тому

    Wl wr wb itin beekamti argatufi kun namichii kabine

  • @MurteessaaDhugaasaa-js1nm
    @MurteessaaDhugaasaa-js1nm День тому

    Gadhee Afaan timboo /bada Ergamtuu haadha kee

  • @AliyyiiAbdusalaam-p4r
    @AliyyiiAbdusalaam-p4r День тому

    Dhugaa keeti shaneen nu buqqisaa jira

  • @ukashaabdo6453
    @ukashaabdo6453 2 дні тому +1

    Akka har'aat dogoggortee hin beekitu daangaa oromiyaa eguu kan qabu mootummadha malee shanee mitti.motummaan naanno oromiyaa sodaa fannoo fi qabu taate jaalaala fannoof qabu taate hin beekkamu finxaaleyyii jedhee ammariffa dubbatu jedha male faanno hin jedhu.

  • @sinbboowallaga5329
    @sinbboowallaga5329 День тому

    DHUGAA DHA JECHII SHIMALISI

  • @NabiyaaMahamadi
    @NabiyaaMahamadi 20 годин тому

    Wl wr wb akkami

  • @NaweeIquu
    @NaweeIquu День тому

    Wan baree dadha

  • @MuradAhmed-f3s
    @MuradAhmed-f3s День тому

    Isii dhugaati❤

  • @HalimaHussen-z9e
    @HalimaHussen-z9e День тому

    Rabbiini shani5 isa hini buluchini sheadhe jechuni maali jechudhaa

  • @EveJameel
    @EveJameel День тому

    Ya rabbi ko dhuga godhikaa goftaa ko

  • @Hamziya-z6h
    @Hamziya-z6h День тому

    Saaree aduuree atii oroomoo kiijiibaa😅😅😅😅😅😅

  • @butuchawado-ry2vx
    @butuchawado-ry2vx День тому

    Miliyeena dhibbaa kan akka ittiin uf jajjabeysan gumaacheef si cun’uura mo’oo ABO

  • @NaimaaAmaan
    @NaimaaAmaan День тому

    Wl wr wb Alahdulilahi dhugaa yota'e🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @AsYo-hc4km
    @AsYo-hc4km День тому

    Ilkaansaa meqaa jedhe jaal maaroon

  • @SabbuNaser
    @SabbuNaser 2 дні тому +1

    Shaneen bineensa keessooti

  • @yaaallahgivemesabrandimana7252

    Wallekumasalam woramatulhii wobarakatuu bro kenyaaa❤❤

  • @zubeyidajundii792
    @zubeyidajundii792 2 дні тому +1

    Wl wr wr zad mashaa Allah galtoomii

  • @Xamsemuxumed-e1z
    @Xamsemuxumed-e1z 20 годин тому

    Wallabies dhigaakeeti❤

  • @AliaKedir-hg9xe
    @AliaKedir-hg9xe День тому

    Motuma nanoo oromiy ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ kabine yukee sanii 😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @MuhammedMuhammed-mb1zc
    @MuhammedMuhammed-mb1zc 2 дні тому +3

    Malloo garan nugubbattee uuuuuuuuuuuuuufffffffffffffffffffffffffffeeeeeeeeeeeeeeeeeeee hin gubbanee Rabin nufaa hadirmatu💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @Halima-f2j
    @Halima-f2j День тому

    Wly dhugaa dha jedhe shimeen bakuma Jari dhayxe baate duban dha qani umata Keenya fixan Amma sirkaa duraan nagaya Jari achi dhaynaan Balaan nutti dhufe

  • @HawiHuseni
    @HawiHuseni 2 дні тому +1

    Dhugaa keeti🤲🤲🤲🤲👆👆👆👆

  • @mohammedhebbo
    @mohammedhebbo 2 дні тому

    Hin sobdii namichatun kara deemman shaannee jettuu sun🙋🏻🙋🏻😳

  • @Halima-x2c
    @Halima-x2c День тому

    Kijjibbaa

  • @HawiHuseni
    @HawiHuseni 2 дні тому +1

    Dhugaa keetii ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @SamraaFa
    @SamraaFa День тому

    Shimalisi dhuga dubate ❤❤❤❤

  • @SumayaaJaallatuuDinniiislamaa
    @SumayaaJaallatuuDinniiislamaa День тому

    Waly shaaneen obboolleewan keenyaa baalleessaan mallee nuun fayyisnee essaa jirtti walegaa hin jirtuu maaqadhan maalee dhissaa malif ummaan qaallama tuureere

  • @Oroapp25
    @Oroapp25 2 дні тому +1

    Waraanni bilsummaa oromootis bakka gahe
    Lakkisee deemuun isaa
    Ummata keenyaaf balaa
    Guddaadha haata'u malee kan dandeetti itti qabu mootummaa naannoo oromiyaati sila
    Ta'eef yoomiyyuu taanaan ummata nagahaa Tiksuuf qaama
    Akkana nugodhe je'anii
    Dhaadhessani kana dhugumatti waan hundumaanu furmaata sirrii ta'e itti kennuun dirqama warra biyya bulchanii hundaati 😢😢😢
    Ummann oromoo ammoo waan naannoo isaatti nagahaaf danqaaitti ta'u kamuu ufi keessa qulqulleessuun barbaachisaadha

  • @DometoSs-x4t
    @DometoSs-x4t День тому

    Dulachaa hadhaa raw shimalisii kaan jedhamuu kuun

  • @MisraMisra-x1o
    @MisraMisra-x1o День тому

    Woli galuu qabani lamaan isaanuyuu

  • @GhGh-tu7dr
    @GhGh-tu7dr 2 дні тому

    Dhugaa kee jetee Ebbifami kani Barana Aaddaa Ta'ee Anuu biyyaa ittii gudadhee biyyaa kenyaa nutii fakkachaa hin jiruu Dhugaa waqqayoo walii galitee haa kennu fii Afaani tokkoo dubbana Malii Barana dhiphinaa nama maali isaani godhaa shani kana haa balessuu nuu irraa 😢😢😢😢

  • @AbduramanSheUmar-x3z
    @AbduramanSheUmar-x3z День тому

    Laakkii. Mm

  • @MakidaJemal-jw3ys
    @MakidaJemal-jw3ys 2 дні тому

    Hin soobaa kuuni Darren hin amaninaa meqaa dhumaa jirra gaaruu vidiyoo meqa jiraa malifi eksin sobuu gaaruu dhumatin itumaa fufaa

  • @AffOman-i6z
    @AffOman-i6z День тому

    Shamalis beyadaadhaa dhissi nurraa

  • @NaweeIquu
    @NaweeIquu День тому

    Hasuuynii anis nan tanee

  • @BegnaChimdesa-p1z
    @BegnaChimdesa-p1z 5 годин тому

    Kaabinee garaa fi baraaf gulufuuf jecha qabnu abboo buqqeen bara argate akkasuma lafa hundaa fudhata garuu barrii buqqee bara qaba hundaafuu waan guyyaan deebii itti kennitu bullee laallaa walumaan

  • @NaimaaAmaan
    @NaimaaAmaan День тому

    Esa abbke jirta haga'ama booyee

  • @tsehayatomsa5913
    @tsehayatomsa5913 День тому

    Mall Jee chi keetii Kaaradeema yahoo maa Jeetuu abbaa garaa Dhaqii qovhumake gutafjuu torrtoraa

  • @kiyaaRoBe1137
    @kiyaaRoBe1137 День тому

    Ani Humana adtii garu Rako Makallakyaa nuti hin suu

  • @Berhanu-zf2ty
    @Berhanu-zf2ty День тому

    who is shanee? shanee jechuun ergamtuu shimalisiifi abiyyi. akkasuma fannoon maal naannoo Oromiyaa keessa godha kaadiree keenya?

  • @Bayanbarooda1982
    @Bayanbarooda1982 День тому

    Kijjiibaa kalibii saree

  • @QaasimTube-r2u
    @QaasimTube-r2u 2 дні тому

    Dhugaa
    Dhugaa

  • @HalimaHussen-z9e
    @HalimaHussen-z9e День тому

    Kuni nyate dhugu malee wani bekaa shimalisi maali kuni shamadhaa😢😢

  • @MadiinaOromofi
    @MadiinaOromofi 2 дні тому

    Hin kijibbin hudaa hin beynaa

  • @MohammedHaji-rd6kd
    @MohammedHaji-rd6kd 2 дні тому

    Kan garaa kenyaa malee kan maqaa keenya maal nu dhibee jedhee waraabbeessii!!!

  • @jiituuwallagga8637
    @jiituuwallagga8637 2 дні тому

    Warrii shanee hoo fannoo wajjiin oromoo qalaa jiruu

  • @NaweeIquu
    @NaweeIquu День тому

    Sheey xaanaa

  • @KwKe-hl6sv
    @KwKe-hl6sv 2 дні тому

    Raabbii isaa haa kabalu kabenee jajoo

  • @tarikukebede9127
    @tarikukebede9127 День тому

    Faaggaa wayii!!!!!!!!

  • @FauziaAbdul008
    @FauziaAbdul008 2 дні тому +1

    Wlh shimelissi haradha dhugaa dubbatte uuuuuufff jaraa Kanna ka nuu ficisise amma bodalle ka nuficisusu yarabbii atti nuraa kasii

  • @MohamedAli-j6w5y
    @MohamedAli-j6w5y День тому

    Namicha wa,e kara dubatu kun ofumasatifu rakko qaba yaada kara demaaf yaade sumaati hadebi,u hojjin kessan haadholatu barbaade miti hin jiru

  • @KumeGurmuu
    @KumeGurmuu 2 дні тому

    Hojinii karademaa garidhaa lubuu isaa gurguree biyotaa rakooni jiruu hundaa irraa demee bakaa rakooni jiruu hundaa amantii osoo hin qodiini bakkaa rakoo ittii argamuu ilaalee sagalee taahafii umataa isaafii kunii hojii garidhaa .... Senaa gaalmeseraa karaademanii.

  • @AselefuDemissie-w9v
    @AselefuDemissie-w9v День тому

    Siridhaa

  • @AffectionateCoconut-ob6im
    @AffectionateCoconut-ob6im 2 дні тому

    Dhugaa anii jiruu tiyyaratii akka Milaa kana video kana argee mataan na jeqamee jeqamee hin bekuu garaan nu gubatee akka tanu dhabnee

  • @HawiiGetarchew
    @HawiiGetarchew День тому

    Bakkaa shaniiti si yaa basuu namatii nanaa

  • @SayidBayan-l7l
    @SayidBayan-l7l 2 дні тому

    Sabodhu rabbin sodadhu

  • @QaldhaaQilleensihinraafne
    @QaldhaaQilleensihinraafne День тому

    Safuu Yaa Dildhu ?

  • @jamela223-xg2hu
    @jamela223-xg2hu День тому

    ❤❤❤❤🎉

  • @abdurahimmohammed3369
    @abdurahimmohammed3369 2 дні тому

    Namittii bukoo kara deemaa irratti olola oofaa jirtu kun dhugaan oromoo maaf muldhata jedhee dubbatu akka kanaatu faannoof tumsu ta'uu isaati

  • @IbrahimYuya
    @IbrahimYuya 2 дні тому

    Baayyee gaari

  • @AliAbdu-h5b
    @AliAbdu-h5b 2 дні тому +1

    WBOn osoo jirachuu batee kan kana caluudha

  • @SalhaGehad
    @SalhaGehad 2 дні тому

    ❤❤❤❤ wolhi shimalisi refi dhuga dubate

  • @AsmareeFeyisa
    @AsmareeFeyisa День тому

    😮

  • @AselefuDemissie-w9v
    @AselefuDemissie-w9v День тому

    Amm malituu furimataree

  • @NaweeIquu
    @NaweeIquu День тому

    Kana gouaa

  • @Tiyyaa.oromoo
    @Tiyyaa.oromoo 2 дні тому

    Shimmered hinii kijibaa 😢😢😢😢

  • @MardiaMohammad
    @MardiaMohammad 2 дні тому

    As.wr.wb..shimalisi.nama.moo.jasba.kana.jecha.shane.jedhu.dhisii.wbo.gachanaq.kenaa.ani.hin.jaladhaa.wbo.my.king.of.king.

  • @aminakader5745
    @aminakader5745 2 дні тому

    Uuuuuuuuuuf soba dadhabne bakii fi taakin motumma harkaa waan jiruuf kan ummata keenya tikksu isiini