Annii heduu si diqisifadhee aban ilmo kottii ijolee lama qabna anni sudi jirra innimo galera ijolee essa jiran jedhe hin bekuu hin gafadhuu hin lallu nan jedha yeroo sihi arguu baye natti tolta jabadhu abumake galman gahii ❤❤❤❤❤
dhalaan Miiraan hogganamti, ati garuu ilmaan kiyya jireenna kiyya kan jedhu barumsa guddaa sirraa baree jira. anis haala jireenna amma ati jettu kana keessa waan jiruufi. Ati Abbaa Jabaadha! ilmaan keetiif umrii siif haa keennu!
As wr wb ani waabiraa siin hin jedhu ati abbaa gaariidha shukuran shukuran shukuran ati hayyuudha abbaan manaa kiyya gatee baaraan kute ani suudii jira inni yaman jira ijoolleen koo kophaa jiru nama gaddisiisa ani isatti gatee deeme jabaadhu😢😢😢😢😢❤
Video kana share like goodhaa youtube kenyas subscribe 1000k nuf guuttaa galatomaa
As wr wbr ngya fayyaadha jirta akkami ati abuu khaanus obooleysa kiyya Aniis nomoota yeroo dheeraaf siifii umukhaanus haalaan hordufukheysaa namatokko garuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
As wr wbr ngya fayyaadha jirta akkami ati abuu khaanus obooleysa kiyya Aniis nomoota yeroo dheeraaf siifii umukhaanus haalaan hordufukheysaa namatokko garuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
😅,😮
Mee namanii akkaa kiyaa Yasin jaltan lik godhaf ❤❤😢
Waallahi abbaa dhabani rakkatu irraa Abba qabatani nama wajjin rakkatuu calaa Abbaa ko waarraa jannataa naf ha godhu 😢😢😢😢abshiir abba jannus❤ ni dabraa
Jabaadhuu Brother
Rabbi Nagaan walitti isiin haa deebisuu.
WlyHadhaa malee ilmaan guddisuun ni ulfaata.😭😭
Kaffaltii silaa haatii ilmoof gootu ati goote Rabbii jazaa siif haa deebi'u dhiiraa akka teetii rabbiin nuuf haa heddummessu, ni gayaa gaafataa hin ooliina kanaan achii hordoftonni please , ummuu kaanus rabbiii siif haa dhiisuu sillee qaalii too atis abshiir
Annii heduu si diqisifadhee aban ilmo kottii ijolee lama qabna anni sudi jirra innimo galera ijolee essa jiran jedhe hin bekuu hin gafadhuu hin lallu nan jedha yeroo sihi arguu baye natti tolta jabadhu abumake galman gahii ❤❤❤❤❤
Rabbin hada sin basin wallahi 😢😢😢😢
Thanks!
Galatomi
Welcome Baga nagihan rabbin yassiin kiyyaa qaallii ❤❤❤❤ obsa Wanda jabdhu
Mashalahaaa tabbaraka Alaha ♥️♥️♥️♥️♥️ jabadhuu qalii nama ilmo gudusinuni ni ulfata wolahii Yasin Kenna jabadhu
Mashaallaah heduu siraa gamanee senaa bareduu tana aman duras dhagefadhee hali ati itii nufii ibsite halan baredadha الله يجمعكم قريبا يا رب
Rabbin nagayan waliti isin haa fiddu yaro murasa kesati abshir jabadhu
Raabii wolitii nagaahan issin haa debisuu obboolleessa koo ❤❤❤❤❤
Atii Abaa Cimaa Jabadhuu Rabbiin yaroo Dhiyooti Walitii Isinii haa Fiduu
Jabadhu obalesa kenya wlhi ati nama jabadha amale nama hasawa beku kesa toko wowowow hedu taka si fiqisifadha
Ws wr wb abshiri abuu kanus fi ummu kanus Rabbiin nagahanii walitii isinii haa debisuu inshaa allah yaadaaf muraada keessani isiinfi haa guutuu inshaa allah 😢😢❤❤❤❤
Ati nama jabaadha bikka haadhaafii abbaa buutee ijoollee tee kunuunsu jirta akkasuma Haati ilmoo salphumatti dhiistee deemtuus hin jirtu haqa keessan Rabbii tokkichaatu beeka
Hanqa dandeessuun yaali ammallee isin wal jaalattanii walitti deebi'aa ilmoo teessaniif jechaa
Waliin bareeddan 🥰🫶
Bro rabbii sifi ha gudisuu ati aba jabadha wly ❤❤❤
Araba fi ilikenu wali dhoti jarasa fi jaritii wali aruni wanuma jiruu kuni normally Rabbii walitii isini haa debisuu abshii
Walahii ati dhira yasin bayyee tokkoo sitti bona afshir jabadha ra bbiin ilman kesan bakan haga,u isinimoo nagan walitti hadebisu jabadhu ❤❤❤❤
Wly Abba bareeda jiraadhu ijoollee tatetii bro
Rabbiin sibira haa jiraatu jabaadhu ilmaan keetiun wajjin jecha namaa hin dhagayin
Mashaa Allaaha rabii umrii sihaa dheresuu Abaa kanus Atii Abaa garidha 😊😊😊❤❤
Yasiin wlh garaa nama nyataa atii yoo hadhaa teqabatee ifiiraa itii fiidii hakeysa siiteysu tanii jolle egufii dalagachun waliitii yatu mustariiyan niidogogortee bakatakiitiitanatii siila wajuman demtanii iraawayaa
Mashaa Allha masha Allha masha Allha masha Allha masha Allha masha Allha masha Allha masha Allha masha Allha masha Allha ijara rabbiin isin hambisu
masha allah namnii nidogogora nagan walitii hissin hadebisuu ijolee kessanile rabbin siffaa gudisuu❤❤
Raabbiin ni dandaayaa wali biraa isin haafiduu❤❤❤😢😢😢😢
Mashaa alhaa yaa yasin kenyaa qalii rabiin yadafii muradaa kee sif hagutuu akaa malee namatii ufataa
dhalaan Miiraan hogganamti, ati garuu ilmaan kiyya jireenna kiyya kan jedhu barumsa guddaa sirraa baree jira. anis haala jireenna amma ati jettu kana keessa waan jiruufi. Ati Abbaa Jabaadha! ilmaan keetiif umrii siif haa keennu!
Abshiir jaabadhuu qalii nama 😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa Allaah tabarakaallaah Rabbii walitti insin deebisuu yadaa muradaa kesaan isaan gutee Umu kanos And yasin😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Abshiira rabbin yeroo dhihooti walitti isiini haa deebiisu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Wolahii anii durumaa ka,ee sin dinqisifadhaa ati nama jabadha jabadhuu wendimee❤❤❤❤ abshiir
Masha a llhh Rabiin walitti isin ha debisuu inshaallhh jabadhu jolle egadhu❤❤❤❤
Raabii wolii isii haa debisuu yeroo dhiyoo kesatii❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Mashaa Allaah tabarakkah Ati dhugamatti nama cimaadhaa wallhii dhirtii takka takkaa ganayxee Demti silaa
Rabbiin yaada muraada kee siif haa guutu.ijoolle tee waliin .
Abshir ati silumaa jajabedha jabadhuu ilmaan te gudifadhuu rabiin bakka atii yaade olti sif ha gudisuu abshiirr❤❤❤❤
Yasin As wr wb ngy fydh baga ngy tatan.garruu isin waldhabdani addaa demtan mo wal maridhan hojatanii ofjijiiruf kan gageesitan umu kanus ❤❤❤
Sobaa sobaa prank nu gotani❤❤❤mati jalalaa❤❤🎉
Abshir Insha Allah Rabbiin ballina keysatti wal isin haa garsiisu 😢
Lecca nama jabadhuu don't give up bro I'm proud of you 💪
Rabbiin yada murada kessan gutee wolitii isinii haa debisuu gammachudhan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ws wr wb
Maasha Allaah yaasiin wallaahi ati abbaa gaariidha rabbiin ilmaan tee bakkaan siif haagayu akkasuma mustariyaa waliinis rabbiin yeroo dhiyotti walitt isin hadeebisu abshiiri ati abbaa gaaridha ammas jabaadhu❤❤❤❤
Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa Waqayoo waltii is tii debisuu👍👍❤️❤️❤️
As wr wb Mashaa Allaah Abuu kanus jajjabadhuu Rabbiin sihaa Gargaruu Rabbiin yeroo gababduu kessatii waliitii isiin hadebiisuu
Dhugaa ketii yasenee kenyaa Rabin sihaa gargaaruu❤❤❤❤❤
እፊ ሁሌ ዬት።ሔዴች ብዬ።አስበትናበር ለከ ሥደት ሔደናው እግዚሐብሔር ልጆችሺን ይጠብቅልሺ
Wlwrwb ♥️ maashallah maashallaah jabadhuu qalii namaa rabinii yeroo dhiyotiii wolitii isnii haa fiduu ishalaha ❤❤❤
Mashaa Allhaa Rbbii ngyn waliti isni haa debisuu
Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa Allaah Yasiin video Tokoo ifJalaati Shaker Nagodhii
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhaa rabii is haa gargaruu ishallaa ❤❤❤❤🎉🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤❤🎉❤🎉🎉🎉❤
As wr wb akkami ngya abuu kanus jabadhuu wly oblesaa khiyaa qalii ❤❤
Jabadhu boor kooo ❤❤❤Atii dhugumatii namaa jabadhaa❤❤❤❤
Mashaa alla dhugaa namaa jabaa rabin fayaa isini ha kenu
❤wallahii heddun isiin dinqisifadhaa umrii dheeradhaa nagayaan walitii isiin haadeebisuu duriraahin isiin hordofaa wagga 5 isiin hordofaa jiraa
As wr wb yaassin ati wallaahi nama jabaadhaa jabaadhu
Mashaaa allaa hedduu dassii namaa jettaan rabbiin waaliif issiin haa dhissuu
Rabbii guddaan waali isaan haa argarsuuu inshaallaa ❤❤❤❤
Abmshir rabbin woliiti isiin haa debiisu inshaallh
Rabbii adanii isinii hibasini inshaallaa
jabaadhu yaa abu kaanuus
Jireenyuma zabana kanaatu akkas tahee
Garuu Obalesaa koo Jartidhan Adaan fagachuun namaa midhaa garuu Amoo wal biratii debiyaa heduu Umrii dheradhuu Yasiin kenyaa
Mashaallah mashaallah Raabini ngh waalati isaana deebiisuu❤❤❤❤
Uuuuuuuuiiuuuf yasin ani si caalaa ani heduu ciqama😢
Waleeyekumusalam warahamatullah wabarakatuh maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah Rabbii umrii keeyaasn haa dheerreysuu isiinif mustariyaa Rabbii walii isiin haa deebisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Abshiir obbolesa kiyyaa qaali ❤❤❤❤❤
mashalah ❤namaa gariidhiaa isiin heduu isiinjalanaa amalee waliin isiin hadhiisuu wanii kun heduu nayachisee amaa egaa isin nagaah walitii nagaah qabachuu kesan baree heduu gamadee galatomii bagaa dhiftef amas waliif isiin haadhiisuu
anii gafaa isin duraa egaltanii egalee isin hordofaa kabajaa isiin walii qabdaan heduu natii tolaa jabadhaa amas nii darbaa jabadhuu
Rabbi nagayaan wolitti isin haa deebisu
Rabiin waltii isiin ha debisu❤❤❤
Abshir qalii koo ❤❤❤😢😢😢
As wr wb ani waabiraa siin hin jedhu ati abbaa gaariidha shukuran shukuran shukuran ati hayyuudha abbaan manaa kiyya gatee baaraan kute ani suudii jira inni yaman jira ijoolleen koo kophaa jiru nama gaddisiisa ani isatti gatee deeme jabaadhu😢😢😢😢😢❤
Rabbin siha gargaaru yaa obboleysa kiyya
Rabbi ijoolleekee guddise bakkan siif hagahu
Mashallaa mashallaa Abbaa jabadhaa atii 😢😢😢❤❤❤
Jabadhuu rabin si ha gargaruu ishalaa❤❤❤❤
Dhuga ati abba Yasin ❤❤❤❤
Yaassiin mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah bayee namati tota jabadhu
Bagaa nagyan dhuftee Rabbii nagyan Walitii isiin haa debisuu
Maashaa alh tabarakalaa rabin isin iraa haa ❤❤❤❤❤
Jabadhu.garu.ijooletetin.irra.fagachu.keti.bayesifgada.jabadhu.rabbiinagayanitii.sihagalchu❤❤
Jabadhuu Ilmaa Ayyaa ❤😢
mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa love you too 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Y m❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ rabbii yero dhihoti woli isini haa garsisu
masha Allah masha Allah masha Allah ❤❤❤❤❤❤
Afshiir abbaa kanus anii yeroo sifii ijolee tee arguu aniis abbaa manaa kiyyaaf ijoolee too yadadhaa ❤
❤❤❤❤ rabbiin sii grgaruu🎉🎉❤❤❤❤
As wr wb akkami fayyaadha wlh rabbiin umrii issin haa dheerasu yaadafi muraada keessan lachuu rabbiin issiniif haa guutu haadha kaanus rabbiin bakka yaadden haa ga'u atilleen ilmaan kee kaanus fi nahalaa wajjiin issin haa gammachiisu yaadaa fi muraada keetifi kaa ummu kaanusilee rabbiin issiniif haa guutu ❤❤❤❤❤❤
Yeroo hasofatu iiiii jedhaa hin olini dafii hasayii dhifamaa garuu❤❤
Waalih yaasin ani hedduu si diqisifaadha dhugaa ati abbaa jabadhaa waalih ❤❤❤❤ ani gaafii s hiin qabuu obboleessa kiyaa ❤️💚🙏
Yasini Ani zabana dhera isini beka walayi garu umukanusi tuni garananyati walayi gzayamani jitanisanira yoosafuwani ayani sani wahudumanu gamachisu ati hini farasu fajeta baye hamile cabasita ima bekama Akaisiniwaliciqitani garuisini jabadudha hiniobasiti silekabaji jiruisi jalaqorisisa tute haga isini biya galate wajinu baye isini hini Aragu walayi Ani Arasidh Ana sudejedhmiti idono jireny kiya marumafu wali qixawali jalatani Aka jiratani isinifi hawa😢😢😢😢😢😢😢❤🤲🤲🤲👆
Mashaallaha maashaallaha mashaallaha maashaallaha mashaallaha maashaallaha mashaallaha maashaallaha ❤❤❤❤❤❤❤❤ ❤❤❤❤❤❤❤❤ mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha ❤ ❤ ❤ ❤ ❤ mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha ❤
Humaa keeyrumaafi, ammallee waaliif hubachuun haa jiraatu, kar tokkoos addaan hin dheyxaan humaa hundinuu Allah biraahi
Rabbin.niya.tesani.isin.ha.gutuu❤❤
Mashallah Mashallah jaajabaadhaa.uumii.kanuus.Hadaalagatuu.guutukeenyaa.ijolee.dhifee.deeminee.Alhamdulillah
1.mana.ijaradhee.2🏚🏚
2.🛺
3.Lafaa.4.bitadhee.
Alhamdulillah
BIYAA.bahuun.rakoo.hiqabuu.namaadalaagatee❤❤❤.Abishir .yaasin
As wr wb yaa obbaleesso ilmo guddisuun dhiiraaf miti dubartittiyyu nijabaata ani wantin siif dhaamu yoo maati qabaatte bira geessi sif haaguddisanu achitti gargaari keessayyu dirre dawatti bayye jabata
Abshir ishalah Allah ❤❤❤❤Y❤❤❤M❤❤❤jabdhuu jabaa namaa❤❤❤
Dhugaa ati abbaa jabaadha jbaadhu rabbi sihaa gargaaruu
Jabadhu Yasin ati abaa cima fakenya nama taudha Rabbii isn fana haa tau❤❤❤
Amshirii rabinii nagayanii olii biraa isinii hagayuu hishalaa ❤❤❤😢😢😢😢😢