Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Jabaadhuu Boss Kiyya Jireenyi Challenge qaba.👏TV sii jala caabsee saan malaqaa argadhen jirra torbee kana keessaa siif bitaa hin yaadiin.🙏
Maasha Allah maasha Rabiin siraa haa jaltuu wallhii ani bayee gadee tibin sun cabuu😢jiruun biya kee na qali😢😢
❤❤❤🎉kanus hasawa numa barate nahalan yaa ruhii❤
Ati.esajirta😭😭😭iklee dhiftee.esaa demite
Rabbii yadaa muradaa kee guute ijjollee teetii sii haa deebiisuu mustriyaa
Yaa habibtii tiyyaa wallahi imimantuu na qaba akka wan ana tatee namni jalatee jollee baredduu tanarra hin fagatuu yaa ummuu kanuus kabajamtuu too rabbiin jiruu tana isinirraa guutee walitti isin debisee isin haa qananisuu Abu kanusis jollen tetiis sii waliin bareduu isin hunduu waliin baredduu rabbiin wan hunda isinii mijjessee walitti isin debisee gammachuu tessan na haa garsisuu wallah garaa na baqaqa akka wan ana tatee 😢😢You tuber oromoo kessafuu namotaan an kabajuuf an jalladhuu isinii maatii of tulumma hin qabne ❤❤❤
As wr wb akkami mustariya jafar esa jirta sa jole tee dhifte
EYYE DHUGA JETE YASINIFU AKKA HIN MUKOFNE HASA. BARE ❤❤❤ABSHIRI ERGA ERA FAAGATE RABBINIMO YADAKE SIF GUTE WOLITI ISSIN HAA NANESU IJA NAGAN WOL ARGA❤❤
Matii anii bayee jaladhuu fi kabajuu umu kanosi fi abaa kanufi bayee sini jaladhaa warii akakoo jalatni lakii xuqaa achumani matii na taa ❤❤❤❤❤❤
Hatii joollee tiifii joollee wanuman baredan. Mee warii Akka kotii ummuu kanus jaallatan Like godhu Rabbii Daimaa isitii wajjii walitii haa debisu jaa du, ayii gidhaf😢😢😢😢😢😢
ilmon hadhaa wajin toltii waqayoo ilmoketii siiyaadebisuu
Ee dhugaa ketii
Mashaallaah tabarkallaah rabbiin ijaa hamtuu irraa haa qabuu ❤❤❤❤❤❤rabbiin si haa gudisuu yaa Abbaa kanusii
Maashaalla tabarakkalla wallahi jirenyaa addan isin base kana raabbin isini haa dabarsu wallahi heeddu heeddu naatti toltan
Dhimmaa deemsaa ummuu kanuus maalif ifaa nuuf hin gonee 😢maalif deemtee ilmaan dhistee maaloo❤😢
Hayi oromo jedhee Abyii jirenyaa dhufallee midiya IRA fidduu qabuu moo
Mashall Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤
Maashaalla yassin wallahi heeddu taakkaa namattii totaan mustariha nagahan wallitti isin haa fidu
Jirenyii adunyaa kuni waani namaa gonee qabuu dhugaa ummu kanusii waani ijolee Kan gate demtu nati fakenee homaa miti jiru❤❤
Masha Allah mashaa ahla mashaa ahla ijahr Hafi qali namaa 😢😢😢😢😊
Mshaallaah Alhaa nahala muadamaa mshaallaah Alhaa
Mashaa allah jalle tetiin walitti siha dhiisu
Rabbiin isin ha guddisuu Masha Allah Abbaa gaarii akkana kunoo
Mee namanii akkaa kiyaa Yasin jaltan lik godhaf ❤
Mashalh bakan isin hagahu wly jabadhu atis baba kanus
Mashaa allaah yaasin dhugaa ati nama jabaadha rabbiin isiniif haa guddisu
Maashaallah maashaallah Taabarakaa Rahaman huma hiin jatuu jirenyii kunii Adaa namaa numaa basaa obsii obsumatu baredaa Rabbiin yaroo gababdutii walitii isiin haa debisuu yaa ummuu kanus jolee tetifii sii wajii Rabbii Adaa sii hiin fagesin walitii joollee tee wajii sii haa debisuu ishaallah
Jirun Ethiopia tunii akanatii adani namaa bafatii kira mana qalii dhaa juruu ibida tatee hadha fi ilmoo gagaraa bafatii rabiin risiqqii isnit kenee waliti isin hadachasuu😢😢😢
Abba jechun.akkana.dhiraa.leencaa.jiraadhu.umari.rabbi. sii.has.dheersuu.da.imani.tee.wajjiini
Rabi bati ramadana tanan waliti isinif haqabu rizquma wajan nama fagesa umu kanus hedu sijalati walit isin hadebisu hedu bohe dhuga rabi hati jalate ilmo fi dhirsa jalatu dhifte hin demtu hamtu rabi sira haqabu
Wly jollee tana gara naa nyatee atta hadhafii ilmon waliman tolanii 😢😢😢😢
Mashala rabin sif agudisu ❤
Mashaa allah waly rabbiin siihaa gargaruu waly
Rabbi siif haguddisu yeroo dhihotti ummu kaanus waliin wolitti isin haafidu rabbi ❤
Mashalahi abu kanosii jabadhuu mustaryaa yeroo gababa kesatii rabii halaa mijese walitii isini haa dhisuu ❤❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤Maashaa allaah Maashaa allaah Maashaa allaah Maashaa allaah Maashaa allaah bro jireenyi.qormaata.obsi nidabartii.wajjiin.isinhaadhiisu.joolleekeebaabaa❤
mashaa allah abaa garii❤❤❤❤❤❤
Jbadhuu umrii sihaa dheresuu
Maashaaallah Maashaaallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhu brother kiya dhirti 12 Ala duranu akan tokicha Abadho si dhabde male ati isi dhabane brother kiya
Waayoo gaara naa nyaattee ijoollee❤❤❤😢😢 Rabbin ummii teesani nghn isiniti Haa deebisuu😢😢😢❤
Silaa yasiin Dhugaa adaan mataani hadhaa manaa keetiDhugaa video argee heduu rifadhee baraa dheraa isiin orduufuu turee amaa yoo waan kanaa dhagayuu nii rifadhee rabii waliitii isiin hadebiisuu habibii
As wr WB mashalhaa attii ABBA gariiidhaa rabbiin umriii.kessani haa dheresuuu hadhaa manaa ketiini nagayanii wolii insii haaa agarisisu inshalhaa isinilee jalate dhalaa ufiii gate demen jirumaa tanaa foyesudhafii malee daimiin kana fakatu gatee demutuu❤❤❤❤❤❤❤
Mashallaah rabbiini sii haa guddisu ❤❤❤
masha allah Akkasii umurii dheradhaa nagan rabbin yadafii murada kessan gutee walintii issin hadebisuu Matii jaalallaa❤❤
Rabii nagayani jolee isitii haa galchuu yadaa murdaa isii gutefjjj❤❤
Rabbii hadhaa teessaani waallitii isiin ha debbisuu😍😍😍😍😍😍😍😍
Rabbii yaada fi murada keessan isini gutee dafer rabbii woli isini haa argisisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaallaaa mashaallaaa 🥰🥰
ana ka gaafii natti ta'ee ilmo ufii dhisani demanii rizqii maaltu nama baha
Mashaa allaah rabbi sihaa guddisu ummu kaanus essaa deemte suuf himi abu kaanus
Masha allah abu kanus ❤❤Ilmon hadhuma bareddi wallah kessattu ilmon durba uuuff Rabbin waan ati yaadde waliti sif qabe naghan ilmaan ketiti si haa deebisu ummu kanus
Rabbiin haadha fi abba ilmaan gargar hin fageessiin Rabbiin yaadaf muraada keessan isiniif gutee bikkaa tokkotti walitti isiin haa qabuu 😢😢😢
Mashaa allhaa mashaa allhaa rabbii sifii ha godisuu
Masha Allah hasoyni nahla fi kanus namatii tolaa rabbin sif haa gudisu
Haamileen sii caabin abu kaanus duniyaan gandaa mookkooraatii😢😢😢😢😢😢
Tish jirenyaa Ethiopia 🇪🇹 kanaa wallahi akka male Namaa dhukubsaa ilmoon hadha male goonkumaa hin bareddu dhugaa Dubbaachuf ani imimaan qabadhaabe uffi Rabbumiti halaa jiruu biyyaa kenyaa kana nuf haa mijessuu walitti isini haa debiisu 😢😢😢uffffi
Rabbiin haa lafisuu yaa uummata
Maasha Allah Rabbiin bakkaan siif hageyu ❤
Mashaa allah mashaa allah mashaa allah tabarakallah
Masha Allah masha Allah Rabbiin siif haguddisu ilmaan diniin guddatan siif hagodhu ❤❤❤
Yaa umaataa isinif gaala jeedhee yaada abbaan mana maata duree akkaas jeedhee hin baarreesuu osoo raakkoon jiratu baatee yaa mustaaryaa maa gaatee deemtee ilmaan akkaanatii hin haafani sheenayuf deemta gaaru waanuma jaabaatee addaa nama basaa ilmoon silaa du,a maalee ilmoof haati addaa baatu gaaru raabbii 😢😢😢😢😢😢ittii siihaadeebisuu😢😢😢😢
Mashaa all Mashaa all ijaraa
Mashaa alhaa ❤Mashaa alhaa matti jallal jabadhu
mashallah gobazidha ati jabadhuu dhiraa ko
Wly masahalla aba ajaibati anis jarsa akana rabiin naf hakanu❤❤❤
mashalla waqqayyoo isinif haa guddisu
Mashaallah rabbiin si haa dandeessisu Abshiri ❤ Ijoolleen akka feetulle taatu hadhumaan bareeddi yaa jireenya yeroo amma 😢
Rifeesa sirritti hin dhiini abuu kaanus micaati dhuukkuubbuu maala😢😢😢😢😢raabbii sii haaqaarqaaru😢😢😢
masha allha rabbi si ha gudddisu yasin kyya
Maashaallaa raabbin siifi haa guudisuu wlh ijoolee tana lalee nini bohee😭😭 mustariyaa raabbin nagaani ijoolaa tee biratii sii haa deebisuu
Maasha Allah maasha Allahu Rabiin umrii keesaan nuf haa dheresuu ❤❤❤❤❤
Esa demte umu kanusi ho🥺🥺
Imimantu na qabe yassin nahla mata mushuxu ilale yaa ummu kanus jirun duniya gababdudha ma ijole tana gate demte
Maashela aba jabtii atii❤❤❤rabii siif agudiisuu❤❤❤
Mashaa Allahaa mashaa Allahaa mashaa Allahaa
Mashaa Allah Mashaa Allah jabaadhu raabiin siif haa gudiisu ❤❤❤❤
Masha alha Rabin bakan isf ha gayuu Yasin garu amoo umii fanus mal tate debate ijolee is dhifte me nuf ibsi yasin
Mashaa allh Mashaa allh Mashaa allh Mashaa allh
Mashalaa rabii isinii haa gidisuu
Mucatti mata dubattii hin filinafii yeroo jjidha qabuu dubattii iraa lixee mashaa Allah❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha Allha Tabarakallh Rabin bakan isinif ha gayuu 💔💔😘💋💋💋😘😘
🎉🎉 mashalah tabaarakallaha jabaadhuga ilmaan gudisun niulfaatti
Kadiir jowar inni oromo jedhee kanus habibii ❤❤❤❤❤
Mashaa Allah rabbii sif haa guddisuu ❤❤❤❤
yasiinoo ijolle kununsuu moo boombii dhoostaamoo
Masha allaa Masha allaa Masha allaa Masha allaa
Wallahi matii an akka malee jalladhuu ummuu kanus fi &abu kanuus rabbiin jirenyaa tanas isinirra guutee akkuma durii sanitti walitti isin debisee matii gammachuun waliin jiratuu san arguu hawwee wallahii waytaa ummuu kanusis isin waliin jirtuu san kana caalaa midhagduu bayyee isin jaladhaa❤❤😢Mee oromoo tiyyaa du'a'ii godhafii matii kana rabbiin ni qaba wa hundaa gutefii waliitti debisee akka isaan qananisuu kadhadhafii mee wallahi wal biratti isin arguu hawwee bayyee isin kabaja isin jaladhas😢
Yaarabiimuurdaaisiinhaaguutuu❤❤nagaanwooliiisiihaadee isuu😢❤🤲🤲🤲🕋☝️garaanamaabadaauuf. Maashaalaajabadhaamarafuu
❤❤❤❤❤❤maasha Allah ijaa irra hafaa
Raabii siif ha gudiisu maashaa allh maashaa allh ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nuu yoo isiin bira jiru waani hojii qabanu isiiti hin fakkatu garu yoo isiin irraa fagane nuuf beketu jabadhuu kiyaa tokkos akkanumati wojii rakata❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤waqayoo sifi hagudisuu qaqalii waan koo naaf gudadhaa kichuu waan koo 💔🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏😘😘😘😘😘😘😘
Jabadhuu. Abaa. Garuu
Masha allh ijra hamtu rabbi isin ira ha qabu kanus and nahla ayuni❤❤❤❤❤❤
Ummu kaanus essa jirti maalif nuu hin himne
Jabadhuu atifii hadhaa mana ketis heduu dinqisifanaa wly
ماشاءاللہ ماشاءاللہ❤❤❤❤
Masha.Allah Masha.Allah
Bra maasha allah
Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah rabbiin isiin haa guddisuu bakkan isiin haa gahuu ❤❤❤❤❤❤❤kanuus fi obboolleetti kanuus nahlaa❤❤❤❤❤
Yaa ilmaan saani naaf guddisif
Mashalhaa ❤garu hati ilmo gate ma demati
MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah Rabbin isaan haa guddissu ❤❤❤
Ummu kanus ijoolee gatee maa deemte
Mali wal loltani hii yaa yasin ❤❤❤
MaashAllah MaashAllah MaashAllah MaashAllah MaashAllah MaashAllah MaashAllah ijrra hafa jirradha qalli nama
Masha Allah ❤Sila dhugama ummu kaanus hin jirtu isiin bira??💔💔💔Yaa jiruu duniyaaa yoomuma hara baaffanna nuti ,duraan yoo ummu kaanus ilmoo isitiif abbaa mana isii waliin arginu ni gammanna ,nulle akkanati yaa rabbi maatii kennan walitti nu deebisi jenne kadhanna😢 alhamdulillaah homaa mitii jabaadha abuu kaanus jireenyi challenje qaba abshiir 😊😊😊
Yaa umrii Mashaallah Gudadhaa Rabbiin bakkan isiin haa gaayuu😢💞💞🥰🥰🥰
Jabaadhuu Boss Kiyya Jireenyi Challenge qaba.👏
TV sii jala caabsee saan malaqaa argadhen jirra torbee kana keessaa siif bitaa hin yaadiin.🙏
Maasha Allah maasha Rabiin siraa haa jaltuu wallhii ani bayee gadee tibin sun cabuu😢jiruun biya kee na qali😢😢
❤❤❤🎉kanus hasawa numa barate nahalan yaa ruhii❤
Ati.esajirta😭😭😭iklee dhiftee.esaa demite
Rabbii yadaa muradaa kee guute ijjollee teetii sii haa deebiisuu mustriyaa
Yaa habibtii tiyyaa wallahi imimantuu na qaba akka wan ana tatee namni jalatee jollee baredduu tanarra hin fagatuu yaa ummuu kanuus kabajamtuu too rabbiin jiruu tana isinirraa guutee walitti isin debisee isin haa qananisuu Abu kanusis jollen tetiis sii waliin bareduu isin hunduu waliin baredduu rabbiin wan hunda isinii mijjessee walitti isin debisee gammachuu tessan na haa garsisuu wallah garaa na baqaqa akka wan ana tatee 😢😢
You tuber oromoo kessafuu namotaan an kabajuuf an jalladhuu isinii maatii of tulumma hin qabne ❤❤❤
As wr wb akkami mustariya jafar esa jirta sa jole tee dhifte
EYYE DHUGA JETE YASINIFU AKKA HIN MUKOFNE HASA. BARE ❤❤❤ABSHIRI ERGA ERA FAAGATE RABBINIMO YADAKE SIF GUTE WOLITI ISSIN HAA NANESU IJA NAGAN WOL ARGA❤❤
Matii anii bayee jaladhuu fi kabajuu umu kanosi fi abaa kanufi bayee sini jaladhaa warii akakoo jalatni lakii xuqaa achumani matii na taa ❤❤❤❤❤❤
Hatii joollee tiifii joollee wanuman baredan. Mee warii Akka kotii ummuu kanus jaallatan Like godhu Rabbii Daimaa isitii wajjii walitii haa debisu jaa du, ayii gidhaf😢😢😢😢😢😢
ilmon hadhaa wajin toltii waqayoo ilmoketii siiyaadebisuu
Ee dhugaa ketii
Mashaallaah tabarkallaah rabbiin ijaa hamtuu irraa haa qabuu ❤❤❤❤❤❤rabbiin si haa gudisuu yaa Abbaa kanusii
Maashaalla tabarakkalla wallahi jirenyaa addan isin base kana raabbin isini haa dabarsu wallahi heeddu heeddu naatti toltan
Dhimmaa deemsaa ummuu kanuus maalif ifaa nuuf hin gonee 😢maalif deemtee ilmaan dhistee maaloo❤😢
Hayi oromo jedhee Abyii jirenyaa dhufallee midiya IRA fidduu qabuu moo
Mashall Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤
Maashaalla yassin wallahi heeddu taakkaa namattii totaan mustariha nagahan wallitti isin haa fidu
Jirenyii adunyaa kuni waani namaa gonee qabuu dhugaa ummu kanusii waani ijolee Kan gate demtu nati fakenee homaa miti jiru❤❤
Masha Allah mashaa ahla mashaa ahla ijahr Hafi qali namaa 😢😢😢😢😊
Mshaallaah Alhaa nahala muadamaa mshaallaah Alhaa
Mashaa allah jalle tetiin walitti siha dhiisu
Rabbiin isin ha guddisuu Masha Allah
Abbaa gaarii akkana kunoo
Mee namanii akkaa kiyaa Yasin jaltan lik godhaf ❤
Mashalh bakan isin hagahu wly jabadhu atis baba kanus
Mashaa allaah yaasin dhugaa ati nama jabaadha rabbiin isiniif haa guddisu
Maashaallah maashaallah Taabarakaa Rahaman huma hiin jatuu jirenyii kunii Adaa namaa numaa basaa obsii obsumatu baredaa Rabbiin yaroo gababdutii walitii isiin haa debisuu yaa ummuu kanus jolee tetifii sii wajii Rabbii Adaa sii hiin fagesin walitii joollee tee wajii sii haa debisuu ishaallah
Jirun Ethiopia tunii akanatii adani namaa bafatii kira mana qalii dhaa juruu ibida tatee hadha fi ilmoo gagaraa bafatii rabiin risiqqii isnit kenee waliti isin hadachasuu😢😢😢
Abba jechun.akkana.dhiraa.leencaa.jiraadhu.umari.rabbi. sii.has.dheersuu.da.imani.tee.wajjiini
Rabi bati ramadana tanan waliti isinif haqabu rizquma wajan nama fagesa umu kanus hedu sijalati walit isin hadebisu hedu bohe dhuga rabi hati jalate ilmo fi dhirsa jalatu dhifte hin demtu hamtu rabi sira haqabu
Wly jollee tana gara naa nyatee atta hadhafii ilmon waliman tolanii 😢😢😢😢
Mashala rabin sif agudisu ❤
Mashaa allah waly rabbiin siihaa gargaruu waly
Rabbi siif haguddisu yeroo dhihotti ummu kaanus waliin wolitti isin haafidu rabbi ❤
Mashalahi abu kanosii jabadhuu mustaryaa yeroo gababa kesatii rabii halaa mijese walitii isini haa dhisuu ❤❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤Maashaa allaah Maashaa allaah Maashaa allaah Maashaa allaah Maashaa allaah bro jireenyi.qormaata.obsi nidabartii.wajjiin.isinhaadhiisu.joolleekeebaabaa❤
mashaa allah abaa garii❤❤❤❤❤❤
Jbadhuu umrii sihaa dheresuu
Maashaaallah Maashaaallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhu brother kiya dhirti 12 Ala duranu akan tokicha Abadho si dhabde male ati isi dhabane brother kiya
Waayoo gaara naa nyaattee ijoollee❤❤❤😢😢 Rabbin ummii teesani nghn isiniti Haa deebisuu😢😢😢❤
Silaa yasiin Dhugaa adaan mataani hadhaa manaa keeti
Dhugaa video argee heduu rifadhee baraa dheraa isiin orduufuu turee amaa yoo waan kanaa dhagayuu nii rifadhee rabii waliitii isiin hadebiisuu habibii
As wr WB mashalhaa attii ABBA gariiidhaa rabbiin umriii.kessani haa dheresuuu hadhaa manaa ketiini nagayanii wolii insii haaa agarisisu inshalhaa isinilee jalate dhalaa ufiii gate demen jirumaa tanaa foyesudhafii malee daimiin kana fakatu gatee demutuu❤❤❤❤❤❤❤
Mashallaah rabbiini sii haa guddisu ❤❤❤
masha allah Akkasii umurii dheradhaa nagan rabbin yadafii murada kessan gutee walintii issin hadebisuu Matii jaalallaa❤❤
Rabii nagayani jolee isitii haa galchuu yadaa murdaa isii gutefjjj❤❤
Rabbii hadhaa teessaani waallitii isiin ha debbisuu😍😍😍😍😍😍😍😍
Rabbii yaada fi murada keessan isini gutee dafer rabbii woli isini haa argisisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaallaaa mashaallaaa 🥰🥰
ana ka gaafii natti ta'ee ilmo ufii dhisani demanii rizqii maaltu nama baha
Mashaa allaah rabbi sihaa guddisu
ummu kaanus essaa deemte suuf himi abu kaanus
Masha allah abu kanus ❤❤
Ilmon hadhuma bareddi wallah kessattu ilmon durba uuuff
Rabbin waan ati yaadde waliti sif qabe naghan ilmaan ketiti si haa deebisu ummu kanus
Rabbiin haadha fi abba ilmaan gargar hin fageessiin Rabbiin yaadaf muraada keessan isiniif gutee bikkaa tokkotti walitti isiin haa qabuu 😢😢😢
Mashaa allhaa mashaa allhaa rabbii sifii ha godisuu
Masha Allah hasoyni nahla fi kanus namatii tolaa rabbin sif haa gudisu
Haamileen sii caabin abu kaanus duniyaan gandaa mookkooraatii😢😢😢😢😢😢
Tish jirenyaa Ethiopia 🇪🇹 kanaa wallahi akka male Namaa dhukubsaa ilmoon hadha male goonkumaa hin bareddu dhugaa Dubbaachuf ani imimaan qabadhaabe uffi Rabbumiti halaa jiruu biyyaa kenyaa kana nuf haa mijessuu walitti isini haa debiisu 😢😢😢uffffi
Rabbiin haa lafisuu yaa uummata
Maasha Allah Rabbiin bakkaan siif hageyu ❤
Mashaa allah mashaa allah mashaa allah tabarakallah
Masha Allah masha Allah Rabbiin siif haguddisu ilmaan diniin guddatan siif hagodhu ❤❤❤
Yaa umaataa isinif gaala jeedhee yaada abbaan mana maata duree akkaas jeedhee hin baarreesuu osoo raakkoon jiratu baatee yaa mustaaryaa maa gaatee deemtee ilmaan akkaanatii hin haafani sheenayuf deemta gaaru waanuma jaabaatee addaa nama basaa ilmoon silaa du,a maalee ilmoof haati addaa baatu gaaru raabbii 😢😢😢😢😢😢ittii siihaadeebisuu😢😢😢😢
Mashaa all Mashaa all ijaraa
Mashaa alhaa ❤Mashaa alhaa matti jallal jabadhu
mashallah gobazidha ati jabadhuu dhiraa ko
Wly masahalla aba ajaibati anis jarsa akana rabiin naf hakanu❤❤❤
mashalla waqqayyoo isinif haa guddisu
Mashaallah rabbiin si haa dandeessisu Abshiri ❤ Ijoolleen akka feetulle taatu hadhumaan bareeddi yaa jireenya yeroo amma 😢
Rifeesa sirritti hin dhiini abuu kaanus micaati dhuukkuubbuu maala😢😢😢😢😢raabbii sii haaqaarqaaru😢😢😢
masha allha rabbi si ha gudddisu yasin kyya
Maashaallaa raabbin siifi haa guudisuu wlh ijoolee tana lalee nini bohee😭😭 mustariyaa raabbin nagaani ijoolaa tee biratii sii haa deebisuu
Maasha Allah maasha Allahu Rabiin umrii keesaan nuf haa dheresuu ❤❤❤❤❤
Esa demte umu kanusi ho🥺🥺
Imimantu na qabe yassin nahla mata mushuxu ilale yaa ummu kanus jirun duniya gababdudha ma ijole tana gate demte
Maashela aba jabtii atii❤❤❤rabii siif agudiisuu❤❤❤
Mashaa Allahaa mashaa Allahaa mashaa Allahaa
Mashaa Allah Mashaa Allah jabaadhu raabiin siif haa gudiisu ❤❤❤❤
Masha alha Rabin bakan isf ha gayuu Yasin garu amoo umii fanus mal tate debate ijolee is dhifte me nuf ibsi yasin
Mashaa allh Mashaa allh Mashaa allh Mashaa allh
Mashalaa rabii isinii haa gidisuu
Mucatti mata dubattii hin filinafii yeroo jjidha qabuu dubattii iraa lixee mashaa Allah❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha Allha Tabarakallh Rabin bakan isinif ha gayuu 💔💔😘💋💋💋😘😘
🎉🎉 mashalah tabaarakallaha jabaadhuga ilmaan gudisun niulfaatti
Kadiir jowar inni oromo jedhee kanus habibii ❤❤❤❤❤
Mashaa Allah rabbii sif haa guddisuu ❤❤❤❤
yasiinoo ijolle kununsuu moo boombii dhoostaamoo
Masha allaa Masha allaa Masha allaa Masha allaa
Wallahi matii an akka malee jalladhuu ummuu kanus fi &abu kanuus rabbiin jirenyaa tanas isinirra guutee akkuma durii sanitti walitti isin debisee matii gammachuun waliin jiratuu san arguu hawwee wallahii waytaa ummuu kanusis isin waliin jirtuu san kana caalaa midhagduu bayyee isin jaladhaa❤❤😢
Mee oromoo tiyyaa du'a'ii godhafii matii kana rabbiin ni qaba wa hundaa gutefii waliitti debisee akka isaan qananisuu kadhadhafii mee wallahi wal biratti isin arguu hawwee bayyee isin kabaja isin jaladhas😢
Yaarabiimuurdaaisiinhaaguutuu❤❤nagaanwooliiisiihaadee isuu😢❤🤲🤲🤲🕋☝️garaanamaabadaauuf. Maashaalaajabadhaamarafuu
❤❤❤❤❤❤maasha Allah ijaa irra hafaa
Raabii siif ha gudiisu maashaa allh maashaa allh ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nuu yoo isiin bira jiru waani hojii qabanu isiiti hin fakkatu garu yoo isiin irraa fagane nuuf beketu jabadhuu kiyaa tokkos akkanumati wojii rakata❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤waqayoo sifi hagudisuu qaqalii waan koo naaf gudadhaa kichuu waan koo 💔🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏😘😘😘😘😘😘😘
Jabadhuu. Abaa. Garuu
Masha allh ijra hamtu rabbi isin ira ha qabu kanus and nahla ayuni❤❤❤❤❤❤
Ummu kaanus essa jirti maalif nuu hin himne
Jabadhuu atifii hadhaa mana ketis heduu dinqisifanaa wly
ماشاءاللہ ماشاءاللہ❤❤❤❤
Masha.Allah Masha.Allah
Bra maasha allah
Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah rabbiin isiin haa guddisuu bakkan isiin haa gahuu ❤❤❤❤❤❤❤kanuus fi obboolleetti kanuus nahlaa❤❤❤❤❤
Yaa ilmaan saani naaf guddisif
Mashalhaa ❤garu hati ilmo gate ma demati
MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah Rabbin isaan haa guddissu ❤❤❤
Ummu kanus ijoolee gatee maa deemte
Mali wal loltani hii yaa yasin ❤❤❤
MaashAllah MaashAllah MaashAllah MaashAllah MaashAllah MaashAllah MaashAllah ijrra hafa jirradha qalli nama
Masha Allah ❤
Sila dhugama ummu kaanus hin jirtu isiin bira??💔💔💔
Yaa jiruu duniyaaa yoomuma hara baaffanna nuti ,duraan yoo ummu kaanus ilmoo isitiif abbaa mana isii waliin arginu ni gammanna ,nulle akkanati yaa rabbi maatii kennan walitti nu deebisi jenne kadhanna😢 alhamdulillaah homaa mitii jabaadha abuu kaanus jireenyi challenje qaba abshiir 😊😊😊