kabajaa fi Hudduu Abbaatu Of Jelatti Eeggata

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 3 січ 2025

КОМЕНТАРІ • 350

  • @jamaaldheerretube8283
    @jamaaldheerretube8283 4 роки тому +15

    Kootu maati taana ani maati siif tahe atiis maati kenyara toko tahi wareen UA-cam channel kana jalati arga mtan linkii kessan ergadha hundi kenyaahu maati tokko haatanu oromo tokkumaan humna👉💝💔👇👇♥️
    ua-cam.com/video/N7PNINN5HFY/v-deo.html

  • @hawiiabdii4446
    @hawiiabdii4446 3 роки тому +3

    Mali dubartin Abba mana manati dhiste alla demtu Balage qoshaa tana itti xiqatee akka dhifama hin gonnefi atti daddi siiri fiilate Rabbin kan birra siifaa Lattuu obolesa ko hojii ketti jaabadhu sin jeedhaa 💖💖💖💟❣💝

  • @biliseelamessa693
    @biliseelamessa693 4 роки тому +2

    Dhugaadha yeroo Tokkoo Tokkoo Rakkoo nii ummaa Barasisaa obsii garaa jalaalaa at ishiif qabaduu yoo jalaalaa dhugaa qabatee caraa Tokkoo keniif sabaabaa isaa jalaalaa dhugaa qoromaa qabaa

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406
    @bareduusalaleesanyiitaddee1406 4 роки тому +1

    Isheetu kabaja ofii ofitti qabu didee murtoon kee bareda garuu wanta ijaa keeti agartee Sana hundaa isaa itti himmi atti bayyee nama obsaa qabudha bayyeen sii dinqisifadha dhugaa dubbachuf 👌👌👌🙏🙏

  • @hinqaalatimaleedhugaahinci1113
    @hinqaalatimaleedhugaahinci1113 4 роки тому +1

    Ani Garuu Oso Ana tahee dhuga Waaqa dhifamaa hin Goodhuftii dhisii Amalee kan biraa rabbi Siif haa yaadu Yoo Dandeeesuu Gargaruu Dandessuu yoo jirtee bifaa obboleeti gargarii rakkin ishee keessati biraa hin Darbinii. Uuuufffffffff Dhugaa dubbaachuufi Gara Hiryaa Qalqaa dhabee Deebiye fayyuun heedu Ulftaa Waaqayyoon obsaa Siif haa kennu maleen. Gammee galatomii Saboona keenya 💌💚💚

    • @jamaaldheerretube8283
      @jamaaldheerretube8283 4 роки тому

      Kootu maati taana ani maati siif tahe atiis maati kenyara toko tahi wareen UA-cam channel kana jalati arga mtan linkii kessan ergadha hundi kenyaahu maati tokko haatanu oromo tokkumaan humna👉💝💔👇👇♥️
      ua-cam.com/video/N7PNINN5HFY/v-deo.html

    • @hinqaalatimaleedhugaahinci1113
      @hinqaalatimaleedhugaahinci1113 4 роки тому

      @@jamaaldheerretube8283 maati heedun Gabaa Isanuumaa Wajjin naa haa jiraachisuu Waaqani koo kkkkkkk

  • @obseeobsee8636
    @obseeobsee8636 4 роки тому +1

    Yaaniikoo Namnii ni dogoggoraa kanafuu yaa obolleessakoo Eerggaa isheen ulfaa Sana ofiraa baftee itti Araramii dhiifama godhiif isheennuu rakkinaa hedduu Eeggaa hargiiteefuu of sirreesiti garaa funduraati Yoo dhugaati ishee jaalatee itti Araramii jaalalaa keessan haroomsaan jedhaa Ani

  • @singitanoromiyaa5087
    @singitanoromiyaa5087 4 роки тому +20

    Kabajaa fi hudduu Abbaatu Eeggataa 🤣🤣🤣🤣🤣dhugaa dubbachuf tanan murtoon barsisichi fudhate sirridha👌👌👌

  • @belaydebele9551
    @belaydebele9551 4 роки тому

    obboleessa koo ati dogongora tokko illee hin qabdu.Garuu obboleessa koo namni hin dogongorre hin jiru, yoo isheen gaabbii guutuudhaan balleessaa ishee amantee dhiifama si gaafatte osoo gargar bahuu baattee gaariidha.
    rabbi hunda keenyaaf waan baay'ee nuuf dhiise . atis dhiisiifi.

  • @timothybaloukji6692
    @timothybaloukji6692 4 роки тому

    Dhugaa rabbi waangarii hojeete s/bni isaa osoo argituu obsiite biraa dabaarte ati waaqayyoo malee namaa mitti haadhookoo rabbi ibbidaa sifbasaa

  • @fiqaduuoromoo3696
    @fiqaduuoromoo3696 4 роки тому +4

    Kabaja fi tesumaa jedhamaa garuu

  • @sdsd338
    @sdsd338 4 роки тому

    Safuu yaa Rabbii obolessaa koo Dhifamaa godhiif Rabbiin Dhifamaa jalataa garuu jirenyaa ketiif isii irraa fagadhuu hiree kee barbadadhuu isinilee Rabbiin badii isii haa dhisuuf

  • @shukaraaarasii3667
    @shukaraaarasii3667 4 роки тому

    Inii namaa osabaa qabuu uuufii Rabii sii haa jabesii

  • @firiyyefirii4469
    @firiyyefirii4469 4 роки тому +12

    Akka yaada kootitti ijjannon barsiisanis ykn Obbolleessi keenyaa fudhate dhibbaan dhibbati sirridha Eeyen sirridha barchuma fi Ulfina Abbaatu of jalatti qaba jedhu mitiree inttalli kun Erga wal jaalattani Erga maatii ishee beeksiftee Akkasumas Erga qalabatii ykn qubbeella gootef walumaa galatti Erga Akka haadha manaaf Abbaa manaatti wajjiin jirattani Manatti si dhiifte dhiira biraa bira deemuun ishee dogogora guddadha salphina isheetis kun yoomiyyu taana Amala ishee kana hin dhiiftu dubartiin Ala Ala jechuu barraan Adabatte dhiiraa tokko jala hin teessu kana jechuuns kos calliseet miti waanan Argeen qaba
    Tole barsiisanis dogogorteetta
    Ati silaa guyyaa gaafa jalqaba bilbila ishee irratti message kana Argitee sana ishee gaafachu qabda ture ok jalqaba dhiifte immo lammata gaafa isheen mana namaa seentte turtee baatu sana maalif callifte ??silaa ishee gaafatte waan isheen siin jettu ilaalte Akeekkachisu qabda ture silaa ykn si sodaatte irraa deebiti ta.a kun dogogora keessan barsiisaa chat dheeressu koof dhiifama✍

  • @banobano3514
    @banobano3514 4 роки тому

    Ishin balesitus dhifamni kan waqayoo wan ta.ef dhifama godhif waqayoo wara isa fanisanifuu dhifama godhe

  • @FatiFati-hr7tb
    @FatiFati-hr7tb 2 місяці тому

    Deebi'uu dandies turee akkumaa argiteen akkakachisuufi gorsuu qabda turee amma garuu waan daangaa darbeef ittumaa.dhisii

  • @ghhk7615
    @ghhk7615 4 роки тому

    Muriten kee sirridha garuu guyyaa duraa misejii arigite san osoo dhokisu batè beekisisite ta.e sirrawuu dandessi turee

  • @oromialalistuukoo8030
    @oromialalistuukoo8030 4 роки тому

    Obbolessii keenyaa murtoo gariidhaa fudhatee dhugaa ossoo atii waan tokko isheettin hin ballesii maaliif nama biraa biraa deemtee qorichaa ishetii tishii

  • @masiishumii5798
    @masiishumii5798 4 роки тому

    Dhugaa baay'ee nama gadisisa obbolesaa keenyaa obsa namin hin qabane qabdaa uuuuufff dhirrii akkasi jira murutoo siirrii fudhatee namin sagagaluu egale hin dhabuu siif jireenyaa garii hawaa

  • @samerrramohd8647
    @samerrramohd8647 4 роки тому

    barssiisan nidogogore errga ijjan arrage malif rukutee hin siresine namani yadduu baddi ofiitti yelee sira,uu dadaa alltoko gorrase rukute debisu dada yodidee bakuma sanatti argamate hikuu dadaa ok kuni yaddakoti

  • @seenaadufaa280
    @seenaadufaa280 2 роки тому

    Akkaa kotii osoo dhirasii ta'ee dubaraa abbaa mana ykn hadhaa ofii manatii gaatee/gattee madararraa wali gadii figduu osoo gargalanii ilaluu batanii namnii ala bartee jireenyaa namaafii hin tatuu murteenkee sirridhaa obbolleesaakoo

  • @adanetmokonen6514
    @adanetmokonen6514 4 роки тому

    Gammee koo bagaa nagga dhuftee obbolleesa koo bayyee si kabaja

  • @anihinleeyyauucaalaa7989
    @anihinleeyyauucaalaa7989 4 роки тому +21

    Obbolleesa koo jalqaaba yeroo argittee San Haadha warra keeti waan tatteef rukkute deebisu qabda turtee male yadaa dhookkata batee bultii kee hin baallessite

    • @ummu.zuberiisabahanioromo1792
      @ummu.zuberiisabahanioromo1792 4 роки тому +3

      Dhugaa dubachufii inii nama obsaa qabuu guyyaa lama manaa namatitii aragee mataa isaa gadii qabatee biraa tarunii sunii nama garii tayyuu isaa ibisaa Isamatuu badii qabaa.

    • @bilaatubi6628
      @bilaatubi6628 4 роки тому +1

      Kkkkkk yoo rukutee ajeesee ho

    • @jamaaldheerretube8283
      @jamaaldheerretube8283 4 роки тому

      Kootu maati taana ani maati siif tahe atiis maati kenyara toko tahi wareen UA-cam channel kana jalati arga mtan linkii kessan ergadha hundi kenyaahu maati tokko haatanu oromo tokkumaan humna👉💝💔👇👇♥️
      ua-cam.com/video/N7PNINN5HFY/v-deo.html

    • @hinqaalatimaleedhugaahinci1113
      @hinqaalatimaleedhugaahinci1113 4 роки тому

      Maloo bagaadhisii malii irraa goodha Rukkuta

    • @sifaansiifnan1668
      @sifaansiifnan1668 4 роки тому

      Sirrii jiraa eshee jarsaa ishee dhuste maaf zanaa hojjati dhiraa biraa wajjiñ

  • @gadaasystem7105
    @gadaasystem7105 4 роки тому

    Ishematu balleesse, jaalalli taaksii miti kan hundi yaabu,inni jaalatee fuudhuun kabaja guddaadha.isarra wanti tarkaanfattee isheen raawwatte sirrii miti

  • @astuusifamayuuabdinjirawaq257
    @astuusifamayuuabdinjirawaq257 4 роки тому

    Dhugaa murtonii kee siridhaa lakii dhifama hin godhinifii malii ishenii osoo atii mana jirtuu kanii Alaa batuu kanafuu dhifama hin godhinifii murtonii kee haqa 👍👍👍👍👍👍

  • @jamilshhill4413
    @jamilshhill4413 Рік тому

    Mucaanii kuun maallifii nuu jallaa baddee maaloo saggallee isaa yaannii gamachis assaa jirraa nuu jeedhi sii yaannee😍😍😍

  • @ebiseetadese7335
    @ebiseetadese7335 4 роки тому

    Ayiii yaa nama kan malii nutii lata 😭😭🤭😳 atii obolesaakoo lakaraa qajelaa demtee ebifamii abee 💪💪👌abatuu of maraa jedhee boftii antuutaa gursuu godhee cisee debiyee ishiituu of gedhee wan taheef 💔💔

  • @albertelias9184
    @albertelias9184 4 роки тому

    Obbolleessakoo sif jajabii obsaa obboleetii koof araramuu waqayyo bira tahe haa argatuu gaaruu dongogoraa qabda please qamaa tokko tatanii waal in midhiinaa

  • @hayaabdullah2941
    @hayaabdullah2941 3 роки тому

    Isheen lamaata amanamumaa siif hin qabduu waan ta'eef bagaa irraa addaan baate sin jedhaa anii kara kootiin

  • @hadhaako
    @hadhaako 3 роки тому

    Heduu baleesiitetii isheen atilee oso yadaa kee kani. Argite itti himteta tahe balesa qabdu amasi balesa qabdu siruma dubaritin oso abba Mana qabdu hara bira fayyafamti oso ofii abomteti tahe sadarkq Kanata gesu atisi jabadhu.

  • @asteertammiru9081
    @asteertammiru9081 4 роки тому +2

    Waaqayyoo jaalalaa kee qabaa iddoo isheen seentee kan sii Agarsisee silaa dinqalaa ilmaa koo jetee guddistee yanii kee siridhaa 100% Boruu kan olii yeroon biraa hafii Yoo Akkaa kiyyaa

    • @jamaaldheerretube8283
      @jamaaldheerretube8283 4 роки тому

      Kootu maati taana ani maati siif tahe atiis maati kenyara toko tahi wareen UA-cam channel kana jalati arga mtan linkii kessan ergadha hundi kenyaahu maati tokko haatanu oromo tokkumaan humna👉💝💔👇👇♥️
      ua-cam.com/video/N7PNINN5HFY/v-deo.html

  • @layoussama7244
    @layoussama7244 4 роки тому

    Yaa obboleessaa koo yadnii kee sirridha.garuu osoo carraa tokkoo laateefii bayeessaa. namnii dogongoruu hin dhiisuu namnii dhugaan waljalaatuu yomiyyu tanaan abdii walirraa hin kutatu kun yadaa kootii💥💥

  • @boniicell3994
    @boniicell3994 4 роки тому

    Ballesa gudda qabdi atis obsa qabdaa jirenya garii rabbi siif haa kenu

  • @Gghu-tr1xm
    @Gghu-tr1xm 24 дні тому

    Baga gatee dhira irrati dhiraa Mali dhaa ree siridha susii Isha wali gatee

  • @seenaadadi6701
    @seenaadadi6701 4 роки тому

    Namani nama ta'ee hin dogogore addunyaa kanara hin jiru garuu ballessani issi kani dhifamaa nama tasisu mitii akka namati yoo itti debi'uu bateyuu dhifamma godhifi waqayyo siti gamadaa wani ta'efi kani nama homa miti tufadhu dhisi ammatti kefi jedhiti dhifama godhifi garuu itti debii sini jedhu

  • @bachuzaneba3679
    @bachuzaneba3679 4 роки тому

    Kkkkkk wayyo gara koo dhugaa waaqayoo dhirra obsa qabudha haati kabajamii osoo hiryaa koo ta.e dubbi afaan kooti yuu yoo arge rukkute lafa naa busaa waan gaariidha murtoo kee dhugaa 💪💪💪💯💯💯❤️❤️❤️🌹✍️✍️✔️✔️

  • @rihan1379
    @rihan1379 4 роки тому

    Jabadhuu gamee saganttan Lee bayyee namati tola hawiin si egana guyyaa guyyan dhugaa

  • @hayatj9098
    @hayatj9098 4 роки тому +1

    Ilmii namaa kamiyyuu ni dogoggora irraa sirraachuus ni malaa utu jalqabaa akeekkachiisaa ykn gorsaa kennaafii turtee gaariidha akka kootti

    • @jamaaldheerretube8283
      @jamaaldheerretube8283 4 роки тому

      Kootu maati taana ani maati siif tahe atiis maati kenyara toko tahi wareen UA-cam channel kana jalati arga mtan linkii kessan ergadha hundi kenyaahu maati tokko haatanu oromo tokkumaan humna👉💝💔👇👇♥️
      ua-cam.com/video/N7PNINN5HFY/v-deo.html

  • @hawiihawii8991
    @hawiihawii8991 7 місяців тому

    Dhugaa isaa dubattee malifii yoo jettee deguma Bara nama marachee fisii namani tokko namuma tokkofii waan ta eefii

  • @nasanasi7698
    @nasanasi7698 4 роки тому +1

    Taan biraa Rabbin siif haa kenuu ejanon kee bareedaa

  • @hawwiijaalmarroo430
    @hawwiijaalmarroo430 4 роки тому

    Homaa ati hin balesine dhisi iraa adaa bayi silaa ituu ati jirtuu kan biraa barbachaa maltuu ishee gesee atuu nama garidhaa ayi shamaran kenyaa kun amalumaa akamituu ishee kesaa gutee an ifikoo shamaraa tee shamaraa dhiraa gantuu hin jakadhu kan ishee caluu sif hakenuu rabin😢

  • @bachuzaneba3679
    @bachuzaneba3679 4 роки тому

    Barnoota hedduu qaba gamee jabadhu haati ilee barsisa keenyaaf haadha mana gaarii hawwinaf egaa re.een albahate warraf bahate jedha oromon

  • @imabettosla8920
    @imabettosla8920 4 роки тому

    Hudduufii qonqonii akaa abbaan godhe jedhaa oromoonii
    Kunii sagagaltudha bagaa dhiste
    Iccii murtoo gaarii murtefatee.
    Kanaa bodaa hojetuu hin fudhinii
    Namaa baratee hangaa 10..12
    Baratee dhisefaa fudhii ishee akasituu bultifii ta'aa jedha anii
    😋😃😃😋😋 rabbiini hirree gaarii sifii haa qoduu obbolleessakoo

  • @tamirutadesse6428
    @tamirutadesse6428 3 роки тому

    obbolessaa koo ati dhugumaa barsiisaadha hedduun sii ajab"isisaadha murtoon kee siiridha itti fufii

  • @sifaamamiyyee3306
    @sifaamamiyyee3306 4 роки тому

    Dhugaa keetii huddufi kabajaa abatuu ufi jalatii qabaa bagaa irraa gargarii batee garuu xiqoo wontii atii hambistee yoo jiratii baleessaa isheen baleessitee kanaa osoo ittii himtee baredaa turee hundafuu caraa garii sii hawaa barsisaa koo 🙏😭

  • @mucaatewahdooa104
    @mucaatewahdooa104 4 роки тому

    silaa isintuu gaaffaa mana nama Demitee sanaa Ati Esa Demtee jechuu qabdaa turee yaa barisisaa

  • @ZumaraMohammed
    @ZumaraMohammed 2 місяці тому

    Kabajafi huddu abbatu eggataa ayii oromoo 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @boontuuwallaggaa7698
    @boontuuwallaggaa7698 4 роки тому

    Murtoon kee sirridha haadho koo kunii siif hin taatu baga irraa bate atii iccii yaa durbatii adaraa yoo mana dhabatan maaliif dhiira kan biraa barbaduu safuudha kunii dhugaa rabbii arga ishee dhisii ati kan bira jaaladhu duka jiraadhu sanyii koo

  • @zedoshewasalale5426
    @zedoshewasalale5426 4 роки тому +1

    SAFUU 😓. Yaa Obboleessa Carraa biraa barbaaddadhu Murteen Ati murteessite Sirrii dha .OBSAA 👈👍siin jedhe maqaa kee 👍🙏 .

  • @jamaneshbalay205
    @jamaneshbalay205 4 роки тому +1

    Murutoo kee bayyee baredadhaa Akkaa macafani ququluu jedhutisii siridhaa Garuu tiqoo wani ati dogogorotee jedhee yadduu utu dhugaa jiruu hundaa durusitee iti himitee tayee bayyee baredadhaa tarii gabitee dhifama si gafachu wani dadesufi yeroo sanaa waluma galati balesani kani ishetii utu Abbaa mana qabaduu mali barabadii

  • @biqiltuusaanyiihacee758
    @biqiltuusaanyiihacee758 4 роки тому +8

    Ijoolee md oromookoo siin durseekaa har'aa

  • @raisamustafa3824
    @raisamustafa3824 4 роки тому

    Dhifaamnii adaa kenyaa namii kamuu nii dogogoraa garuu oboleessaa ko bayyee namaattii dhagaamaa ataau maalee dhirsaa ofii manaa ka.anii wan ajaa akkaasii ojeechuun nama arsaa yo ittii debiiu yadaa inqabnee yuu dhifaamaa godhiif rabbiin kankanaa caluu sifqabaa jajaabadhuu rabbiin sifaanaa atau

  • @asniyeeasniyee2672
    @asniyeeasniyee2672 4 роки тому

    Hojii ishe argitee caala'isu ketif dogongara gudda bataalumaa Sana Mana ishe seten batee Sana argitee hangaa dhisitu issa akka dhaqaxee dhufute sii arge mana Sana malaa gotaa jete amansiisutu siraa egamaa ossuma argan caala'isun midhaa gudda qaba hadha Mana keti miti atti akkamiti yeroo badi ishe argitu Sana hin gorsiitu nama ta'e kan hin dogongoree hin jiru osso guzumaa Sana akekachiste kunii hundii hin umaamu ammas yo waqqayyoo bideene keessan tokko ta'e walitii debiitu yaa barsiisa obsi homa miti Anni barsiisotaa baayya'ne jaaladha baayya'ne kabajaa rabii umrii keessan issin haa dheresii issin kan dofumaa kessa ifatii nuu basee Mee warii akka koti barsiisa jalataan like godhaa gamme jajabessa

  • @ShelemeBarecha
    @ShelemeBarecha 4 місяці тому

    Rabbiin kani amala garii qabadh sifi ha kenuu

  • @hayyatijimmaaagaroosanyimo2081
    @hayyatijimmaaagaroosanyimo2081 3 роки тому

    Rabbi Kani Amala garii Qabadu sifi Hakenuu

  • @sifanoromiaa5742
    @sifanoromiaa5742 4 роки тому

    Bagaa nagaan dhufte gammee koo

  • @yeshukayoutube3295
    @yeshukayoutube3295 3 роки тому

    Anis sirriidhaa jedhaa yaada obbollesaa kenyaa 👌

  • @tadigirma6135
    @tadigirma6135 4 роки тому

    Dhuga keti obolesa ko waqayo jirenya baredu sif yaa kenu sif

  • @michumichu8537
    @michumichu8537 4 роки тому

    Namani dhukkub issa hiimmatu malle qorriicha hin argatu garru wan ballessite itti himmu qaba turre dhifam wallif osso godhu battanis dhugaa jirttu wal hiimmu wayye malfi gafi yeerro hunda sammu keessaniti ummu wan danda'uf

  • @boontuushawaa6940
    @boontuushawaa6940 4 роки тому

    Barsiisaa waantokkoo waanjiruu hundaa itii himii kaan dhageeseesii Argiitee hundaa Achiin bodaa yoo dogogooraa ishiiraa baaratee debiitee caarraa keeniif namiin dogogooraa hin qabiinee hin jiruu waqayyoo gaarumaasaati nuu jiraachiisaa .hojii ishiin siiraatii raawaatee degaaruudhaa baadhuu Akkaa Rabbiif jedhii Attiis hin gaabiituu

  • @ismaelamaan1463
    @ismaelamaan1463 4 місяці тому

    Kabajaf tessoo jedhama akka nan kenati

  • @aynalemnegese4537
    @aynalemnegese4537 4 роки тому

    Anii akkaa yaadaa koottii ossoo gizumaa argitee asaan naftee baareedaa turree caraan hiree rabbit waqayyoo siin lamanifuu caraa yaa baasuu

  • @kadijasado9393
    @kadijasado9393 4 роки тому

    Siridha murato ke rabi sii fana jiratu

  • @desidhugaaf9133
    @desidhugaaf9133 4 роки тому

    Uuuuuuuuuu kun hojii seexanattii dhugaa waaqa namni jalatee osso dhirsaa qabu gochaa kana hin raawattuu yaa waaqayyoo laphee kenyaa nuuf baani yaa hara kenyaa

  • @gantefiqri2042
    @gantefiqri2042 4 роки тому

    Yaa jalalaa dhuga keti atii garuu wani bayee ositee nanai atii jalatu haga kee hin tatu wani

  • @abiye8434
    @abiye8434 4 роки тому

    ~obbolleessa koo jalqabumaa'uu wajjin galluun kee sirrii miti sababni amantii ofira qabduu san isheefis kenuu keeti garu muurtin kee akkaa kiyyati itti xiqqaataa jadhen yaada garu sirri gote

  • @hawwiibayyanna7483
    @hawwiibayyanna7483 4 роки тому +1

    Muurte sirri ta'e fudhaate sanyii koo galatoomi gammee 💞💞💞💞

    • @jamaaldheerretube8283
      @jamaaldheerretube8283 4 роки тому

      Kootu maati taana ani maati siif tahe atiis maati kenyara toko tahi wareen UA-cam channel kana jalati arga mtan linkii kessan ergadha hundi kenyaahu maati tokko haatanu oromo tokkumaan humna👉💝💔👇👇♥️
      ua-cam.com/video/N7PNINN5HFY/v-deo.html

  • @zinabadduyna2187
    @zinabadduyna2187 4 роки тому

    Caaraa laadhuuf ittii baasii gafadhuu rakkoo isnii gidduu jiruuf ifaaaf ifaatii ittii himmii yoo si amante waliin hasoftaanii rakkoo kanaaf osoo furtaanii gariidhaa namnii kamiyyuu hin dogogoraa dogogoraa isaa irraas immoo deebihuu wan dandahuuf atiis garaa dhifamaa qabachuufii qabda .

  • @lensederesa9739
    @lensederesa9739 4 роки тому

    Yaa oboleesaa koo dhifamin kanii eboo mitiii akani waaqaayootii malee gochaa ishee beketee sigafatee

  • @burtukanteshome1928
    @burtukanteshome1928 4 роки тому

    Ani akka kooti barsisa mafi gafana dura???egga waqayoo nuu erga dhisee atis dhisafi yoo sifi dandamee akka obboleeti kee tatee in dhiftafi mit mee ta.ii itti yadaa jabadhu

  • @tadalutadalu8715
    @tadalutadalu8715 4 роки тому

    Uuuuuuufff arga dubarti akkana obbolesa koo murte kee sirridha dubarti abba mana qabdu tokko gocha akkana gochun sirri miti osoo anas ta'e dhifamma hin godhuf maliif yoo jete nura (dubarti) irra wanti akkana hin egamu dubarti tokko erga bulti ijarte bulti ishii abba mana ishii kan qabu danda'u ishidha kanaf furmani isaa adda irra ba'u kee sirridha garuu erga nika (qubela) gotef jirta ta'e guyyuma ishii irrati badii argite sanan maati ishin gahu qabda ture ammas oma miti sifis waqayyoo jira ok

  • @kennaatube5029
    @kennaatube5029 4 роки тому

    Dhugaa waqaa mee wareen shamaraa yadaa kana siritii xinxalaa lalaa
    fkn osoo jalaleen kessaan tokkoo shamaraa biraa wajjin jiratuu dhagessani ykn argitanii dhifamaa isin gafanan Tolee jetanii irraa darbituu yeroo 1 qofafa osoo hin tanee yeroo 3 olifuu dhifamaa gotuuf garuu wareen dhiraa ilala murtoo isanii
    namni kun Badii qabaa jalqabaa malif lakkii hin jenen durumaa jalalaa sobaa ishee jalatee osoo dhugadhan jalatee ta'ee rakkoo ishee san itii himee gorsee irraa debisaa malee irrati zim jedhee hin ilaluu kanafuu garaa jabumaa dhiraa lala mee

  • @messidubai9323
    @messidubai9323 4 роки тому

    Yadii isaa siridhaa dhugaa utuu inii jiruu mal barbadaa bakee demtii salphina argatee kunoo kabajaa jalala ishee gatee

  • @iftuuorom5917
    @iftuuorom5917 4 роки тому +1

    Hayyii qalbii nuu dhowaa darbadarbee nuu warraa shamaranii kana😢😢osoo mana qabduu malii akkasii ta uu hin qabduu turtee Ebisee!!!!! Egaa isiin yaa B/s koo akkaa nama baratee tokkoo tokkoo osoo yerumaa sana yadaa ishiin irraa jirtuu sana ergaa argitaan maafii akkasii gotaa jetaanii gafachuu qabduu turee '' jedhanii....yadaa.. ergaa ta ee egaa waqqaayyoo laphee dhifama isiin yaa keenuu walittisii debiyuu batansii osoo dhifamaa tasisitaan nama tolaa Adunyaa kun dhiphodhaa waani tateefii........@

    • @jamaaldheerretube8283
      @jamaaldheerretube8283 4 роки тому

      Kootu maati taana ani maati siif tahe atiis maati kenyara toko tahi wareen UA-cam channel kana jalati arga mtan linkii kessan ergadha hundi kenyaahu maati tokko haatanu oromo tokkumaan humna👉💔👇👇♥️
      ua-cam.com/video/N7PNINN5HFY/v-deo.html

  • @husnalislaam2375
    @husnalislaam2375 4 роки тому

    Ega obolesa Kenya ani akka yada kiyyati ati ishiti mufachun kee dhugaa qabda erga yakka ishi ija keetin argite itti debite haadha mana godhachun heddu sitti ulfata kanafi dhugaa qabda garu obsiti dhifama godhif Male bultif sif hin tatu sababnis dubitin jarsa ufi irra darbiti dhira qama fi qalbin keessumesitu tasuma amali kuni ishi dhisu hin dandeyu dubin akka ati himatu kuni duniya kanara dhirotan heddu mudata jira dubarti rabbin ha qajelchu Astaaghfillah illazim
    Ati Abshir wan sira fagate tokko wanuma kee hin ta'inif rabbin sira addan base jira obsi rabbin bulti qulqullu sif ha kenu garu dhifama godhif akka oboleti ketit keyri yadif dhisi

  • @simbooshawaa3847
    @simbooshawaa3847 4 роки тому +1

    Murtee kee sirridha dhifama goote osoo itti deebite gowwa sii fakkesite ammas deebiste balleesiti isheen ballessa isheef Adaabini ni barbachisa ati obsi kee Ajaibaa baayee cimaadha dhugaa waqaayyoo hiree kee siif keenna ishee keti mitti kanaa siijalaatu siif jiraatu ni Argaata. Jabaadhu

    • @jamaaldheerretube8283
      @jamaaldheerretube8283 4 роки тому

      Kootu maati taana ani maati siif tahe atiis maati kenyara toko tahi wareen UA-cam channel kana jalati arga mtan linkii kessan ergadha hundi kenyaahu maati tokko haatanu oromo tokkumaan humna👉💝💔👇👇♥️
      ua-cam.com/video/N7PNINN5HFY/v-deo.html

  • @anisaaethiopia8603
    @anisaaethiopia8603 4 роки тому

    Yadaa Sirrii Ta'ee Murteeffatanii Barsiisaa Siif imoo Rabii Jiraa Abshiir

  • @ayshahalek7563
    @ayshahalek7563 4 роки тому +3

    Utuu jaalatuu ishee iraa adda bahuuraa dura afaanii baaftee itti himuu qabda male osoo adaan hin baafatin gatee bahuu hin qabdu ture

    • @jamaaldheerretube8283
      @jamaaldheerretube8283 4 роки тому +1

      Kootu maati taana ani maati siif tahe atiis maati kenyara toko tahi wareen UA-cam channel kana jalati arga mtan linkii kessan ergadha hundi kenyaahu maati tokko haatanu oromo tokkumaan humna👉💝💔👇👇♥️
      ua-cam.com/video/N7PNINN5HFY/v-deo.html

    • @ayshahalek7563
      @ayshahalek7563 4 роки тому +1

      @@jamaaldheerretube8283 linkii kee as jala kaa,I maatii diif ta,aa

  • @aayanayan570
    @aayanayan570 3 роки тому

    anni dhifama godhi jedha sababbi issa uttu gorsitte dadhabde rakkoni hinjirru durra goriss waqayyo iss debissu dada

  • @grandprime7523
    @grandprime7523 4 роки тому

    bagaa nagaa dhufaatee gamee guyyaa hundaa senaa namaa biraa nuu dabasuu malee kan kee nuu dabasituu atii mee guyyaa tokkoo senaa kee wan xiqoo nuu kasii mee

  • @yaawaaqakosittuubeeka7260
    @yaawaaqakosittuubeeka7260 3 роки тому

    Garuu itti himuu diddee Duraa gorsuusi diddee. Murtooni kee sirridhaa ani hin goodhu dhifamaa oso Du'eyyuu

  • @ghazalaghazala4101
    @ghazalaghazala4101 3 роки тому

    Mana Sana Kesati mali Aka ishini hojete Argite jirta Kabira walini Utu hasofte gari

  • @zarakadir453
    @zarakadir453 4 роки тому

    Ejanoo sirriti fudhatee garuu duraa gafaa isiin mana nama sentee sanii osoo itti muldhate baredaa garuu dhiraa taatee shamara tatee namni osoo bultii ijaratee qabuu ol gad joruu dhisaan birra demtuu furmataa

  • @maskarema1874
    @maskarema1874 4 роки тому

    Ishii dhisii an siif wayaa

  • @ekramabdela8107
    @ekramabdela8107 4 роки тому

    Ejaanonii kee isumaa siirriidha.Obollesa Kenyaa

  • @martaamucaakakuu1721
    @martaamucaakakuu1721 3 роки тому

    Duraa dogogoraa ishii yeroo argituu saan yeroo tokko fi lamaaf itti himuu qabdaa turee esaa oltee esaa galata jetee gafachuu qabdaa turee hamaa ishii waan kaan hundaa rawaatuu atii hadhaa manaa Kee waan tateefi calisuu hin qabduu turee

  • @tadesebiru780
    @tadesebiru780 4 роки тому

    Da.imin ulfoofte
    Sun kan isaati yoo kan isaa hin taane ta.e murtoo dhugaa fudhateera.garu balleesse ishi yoo amante yoo deefatele rakkoo hin qabu jaalale isa tan ganama wan taatef

  • @abebaberhanu9640
    @abebaberhanu9640 4 роки тому

    Bagaa irraa addaa batee isheen utuu ati haraa dhifama goteefis boor sanuma maliif Harkii baree dollutuu sosocho'aa jedha mitiree Oromoon

  • @ethiopia9515
    @ethiopia9515 4 роки тому

    Ani Akka gamaa kiyyati yoo walitti debitanis wal shakka jirachurraa irra Adda ba,uu wayya namni amalaa saagagalummaa qabu hin dhisuu argashii kan biraa fudhii ishe dhisi💪💪😂😂🙅🙅

  • @madinaa1452
    @madinaa1452 3 роки тому

    Baa,yee namaa gadisisaa garu obolesaa koo garii gotee obsii kaa raabi waan sif tahu sif haa kenu 🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️❤🙏🙏🙏

  • @roozaaraggasaa9736
    @roozaaraggasaa9736 4 роки тому +12

    dhisi boorusi kanni biraa Sii ajesistii irraa goori kanni hirree keeti barbadadhu Buuliti kiyyaa otto jette duursuma qaajeliti waqayoo egaa karara qabee karatii yaa qabuu mukiti abban ofi kahee dhiphaa qabuu jedhee mamakisi ofi ofiti shamatee waani waqa qabuu waani ta.efi baga dhistee

    • @sabontuuaggarosabontuuagga1699
      @sabontuuaggarosabontuuagga1699 4 роки тому

      Dhifama godhif woma mitti namni dhisa qabuu hin gabbu erga ishen badisii ofirrati barte

    • @zxczxc3083
      @zxczxc3083 4 роки тому

      Dhifamni barbachisaa dha kaa yaa barsisaa namni lafarati dhifamaa waalif hin gonee waqaratis dhifamaa hin argatuu Kanas bekuun barbachisaa utumaa isin arsee jiruuyuu hiraa darbatii garaa dhifamaa qabadhan isinin jedha Yoon dogogoreef dhifamaa

  • @jamilkainy762
    @jamilkainy762 4 роки тому

    obolleessaa ko dubartii akkan irraa fagadhuu ima isheeti ofi marate hitali otu akkan attii jalatuu wani akkan si irrati dalagde ofi irra dhisii argaa shamara akkan

  • @rahmabeevi2423
    @rahmabeevi2423 4 роки тому

    Atti baddi qabidu atti nama naggayyaatti dhuggaa rabbi ossoo ka'aa birraa ta'ee worranne ajjessa
    Anni uffi koo shamarra ta'ee fi waaniti issi irraa gorruu hin jirru
    Harikka hannaa barree dolluttu socho'aa jedhaan dhissi nikkaa irraa bussi

  • @kokotiiaduuu5986
    @kokotiiaduuu5986 4 роки тому +1

    Selm fkr le wud agre lejochi yihun
    Yekirta bitergilti melkam gin ersihin mesamni alebih enj kebadinew wendime

    • @jamaaldheerretube8283
      @jamaaldheerretube8283 4 роки тому

      Kootu maati taana ani maati siif tahe atiis maati kenyara toko tahi wareen UA-cam channel kana jalati arga mtan linkii kessan ergadha hundi kenyaahu maati tokko haatanu oromo tokkumaan humna👉💝💔👇👇♥️
      ua-cam.com/video/N7PNINN5HFY/v-deo.html

  • @wasanesefu1761
    @wasanesefu1761 4 роки тому

    Bagaa dhistee ishin amalefatee hin dhistuu garuu oso iti himtee garii turee

  • @عزيزهمحمد-ق1ل
    @عزيزهمحمد-ق1ل 3 роки тому

    Anni gamaa kootiin siirridhaa jedhaa mureessii isaa

  • @eyoshaleyosh5469
    @eyoshaleyosh5469 4 роки тому

    Sirridha wan tokko hin baleessine nutti ijjollen durbaa barumsa irraa argana
    Galatomi Gammee

  • @jemssyoutube8922
    @jemssyoutube8922 4 роки тому

    Yadisa garidhaa jabadhuu👍👍👍

  • @hunddahammatukoooromiyaa6508
    @hunddahammatukoooromiyaa6508 4 роки тому

    Welcome Gammee 💓💚💓Obblesaa koo Akka Obbolummatii dhifamaa godhiif

  • @kokobeeyeemarayamiiliji1327
    @kokobeeyeemarayamiiliji1327 4 роки тому

    Yaa obbolesa koo xiqoo badii qabda osso duraa badii ishee itii himte rate ykn akka atii yaduu ta.u dhisuu danda.a

  • @darasi-km4by
    @darasi-km4by 22 дні тому

    Dhifama gogifii wolitii debaa sirahii jidhinii wan ama diraa hojter sitiiha himatuu