Intakon kun faya hin qabdu rabi jabadhu ira fagadhu wabi nama waliti naqu jalati ware o'iste ira yo darbite Mal rako qaba kesa yo si gorsite akka ishe argachu hin dandenye gowa tana
Wobii Abshirii hobolesaa koo tan si jalatuu tan atis jalatuu rabiin sif ha kenuu wollhii namaa bakaa sif hin qabnef uff ciqunii fayidaa hin qabuu irafadhuu baqaa wayee Ayuu 😭😭😭😭😭
Oto jaalala kee qabaate duruma sidhiiftee hin erumtu ture.. atis garaa kutachuu qabda obbolessako 😢😢😢😢😢😢😢
Wabii maalii garaan dhiiraa tokkuma garaa kutadhu kaa dubartiin ishii malee hin jirtuu moo akka gowwaa hin tahiin wahee ishii odessaa hin oliin baqqaa😢😢😢😢😢❤❤❤❤
Miciyoon kuni fayyaa qabdii garru maaf mucaa cinqitaa ustee jirenyaa kee hin jiratuu 😢😢😢😢😢
Oromo ko matti na ta,aa kottaa❤❤❤
yaa rabbii namitiin tun dhiraa wal-ficisistee maal tun balageen
mucaa sammuu dhukubstee
@@latifo-vc9or dhugaa dha
Wabbii dhugaa Rabbii atii namaa baratee garuu malif akkaa namaa hin baratinii tataa.intaala maratuu kan malee hin dhabde.seyidoo bultii isaa digdee ijoolee isaattiin addaa baftee kan immoo lubbuu isaa basuf dubii xaxaa Rabbii siihaa xaxuu mali tun maratuu
Nan bo'ee dhugaa rabbi abshir wabii❤❤❤❤
Walh atti obsa qabda wabii ammayuu rabbiin obsa sif hakenu bayee gara nanyate 😢😢😢😢😢😢😢😢
baga isati hin herumin micayyoo maratuu tun tidarii namaa hitee Akanumaan dhiraa gutee jiruu Abbaa ijoollee sitii heruumu malee jetteen ton duruu umatumatu phirakii godhaa kaan Akkaa ishee tee hin jiruu micayyooon Ayyuu jedhatu tun firaa qaduu garuu haraa sayidoon ijoollee isatuu wali Argachuu didee sababaa isheetiraan kaan kee
Dhugaa keeti
Ayyuu Qilleetaamii dhuftee balagiitii mucaraa bu'ii.Matii Seido akkaa addaa facafteemii sa facasuu jiirenyaa kee Qoshashiitii😂.
Jalali dhugaan bara kee gutuu si guba hafa dhugaa rabbii obsii 😢
Abshir.wabi.koo.wa,ee.namitikana.mafkafte.Aka.Ati.sanif.hin.yadin.hinbana.walin.hinmarati.maratuudha.iisin,Ayzosh.wabii❤❤❤❤❤
Yaa'ii jalala waani ati nama gootuu😢😢😢😢😢waqayyoo waani Gara keeti siif hin dhabini waabiii
ቀለበቱ ከየት መጣ አይውርዴት የሰይዶ ውርደትእያደርወጣ ቀለበትአላረግም ጠፍቶል ስትል ነበር የሱመያግፍገናያስለፈልፍችሆል
Wabbi rabbi jedhii intaaloo kanarra fagadhu kun maratuudha malee fayya mitti😢😢😢😢😢😢😢
Ayuu atuu hin sobidaa wayèmaa jalalatuu hin betuu osoo betee garaa sinyataa yoo akaa obbolesatituu lalitee atii garuu akaa xalataa gotaa
Anaa kaan naa dhibu kaabala kaana itin eebbifamtee moo Ayyuun😅😅😅😅😅😅
Eyyee kaa 🤣🥰🤣🤣
😂😂😂😂😂
E😂😂😂😂
Wollahi osoon obbolettii qabadhee sifaan keenaaa Abshiir Obbolesa koo ❤❤❤❤❤❤❤
Maratuun dhuftemoo yaa waaqayyoo atii hin dandechaa akka intalaa kanaa nun godhin😢😢😢😢😢😢
Dhugaa keetii qallii namaa Rabbii nuu Haa basuu wly
Abshiri hadhookoo homaa mitii😢😢😢😢❤❤❤
Intalaa umuriin xiqqo sammunshee guddoo Ayu my favourite ❤❤❤❤❤
Amshiirii qalii wobii rabbii jedhii lakksa bibila nafii egiii
Sido dhisii wabiti deebii'ee Sumayan sideitin yaa deebi'tuu😢😢
😂😂😂😂😂
😂😂😂😂
Abashir Rabin si lafusu guba jalala dhugaa kan jalate bekka wly uuuuuuffffffffffffff❤❤❤❤❤❤❤❤❤ 😭😭😭😭
Dhugaa keetii jetee😭😭😭😭😭😭😭😭
Wabii rabbiin garaa jibbina siif haa kennu Baay'ee Nama Gaddisisaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Uuuuuufffff jalala dhugaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 namni dhugani Nama jalatee garaa kutachuu hin damda.uuu
Wabii waqayoo kaan ofii jalatuu sifii kenaa tanaa maratuu iraa fagadhuu😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa attii ayyuu akkaa hin taqabalee egaa kan hundaa sii gote bodaa haraa naa fudhii sin jetee 😢😢😢😢😢😢😢akkaa debisitee jirenyaa kee kessatii hin debisinee gorosaa abolumaa🙏🙏🙏🥺🥺
ሱመያ ጉድሽንእይ የቀለበትፕሮግራምየለም አላረኩም ሲል ነበር እዳትሂጅ እየቀለደብሽነው. እናተእባቦች ገናትባላላችሁ የሶግፍ
እስኪ አስረዱን ምንድነው የሚሉት
Ee badaa jalalaa rabbii ta imanaa qabuu siif haa keenu abshir 😢😢😢😢
Abshir wabii nama jalaachuun gowwaa namaa gotii baqqaa onnee tee kesaa basuu yalii salaatii du'ayii godhaadhuu rabbiin sii haa lafisuu inshaa allaah 😭😭😭💔💔💔
Yaa Aallah ❤❤❤😢😢😢😢Abishirii wabii obolesaa kenyaa rabbiin hadhaa manaa garii sifii hiruu inshaa Allah Aayuu ofifuu jequmusaraa jiritii iraa hin ilalinii Walitii Araraa busaa❤❤❤❤😢😢😢😢
Wayo an mucaan kun heduu haraa na nyataa jalaali ba, yee ulftaa dhugaa😢😢😢😢😢😢
Ati mucatii tanaraa fagadhuu tunii os futeyuu kartii sih hin tatuu❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuuuuuuufffffff maloo dhisii dhugaa bayyeee sii jalataa anaa garaa naa nyatee maloo😢😢😢😢
Wly dubartii ilmaa dhiraa bochiftu yomiyu hin mikoftu❤❤❤
Qalbii eshee sirrii motii micayyon tun maratudhaa
Maatii naa tahaa❤kadhattanii rabbirraa hin dhabinaa❤
Sila ati itaalaa kana irraa yoo fagatee homa kamu keesati maalii taataa😢😢😢subahaan allah 😢 🙏
Ama usii jedhii jirreenya summaya fi saido keessa bayii maal gota ijoole fi abba addan bafata keessa bayii jarasa summaya dhisif yoo Gurana dhagete ayuu 👂👂👂👂👂
Abshiir wabii qalii namaa rabiin dubartii hayuu caltuu siif hkanuu ❤❤💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢
Jiruu saidotuu balleysitee itti shiisi wabii ko dhalaa ishii caaltuu rabbi sif ha Kannur ta jatte mataan si dhukkubin qaalii ko ❤
Itala Balage kana Mali matini hin guddifne bakketi guddatemo kuni hicci🤓🤓🤐🤐🤐🤐🏌🏌🏌🏌🏌🏌❌️❌️❌️
Obolesaa koo gara kutadhuu jalalii gowaa nama kootii durumaa otoo sii jalatee sii gatee hin demeetuu ❤️❤️❤️❤️❤️ abashii
Sii jibite herumte attiis jibii bro
Yaa.wabii.hatii.garaa.hini.muratuu😢😢😢😢😢.wayoo.bodaa.kee.rabii.ha.eguu.garuu
Wabii ati malif Ayyuu biraa fagaachuu didee mee iraa fagaadhuu
anii qafadhee wlyi 😢😢😢
😢😢😢😢Abshir rabbin siwoliin hajiratu qaali nama
Maatii naaf ta'ii Lubbuu
Dhugaa anii bayee sii jaladhaa maloo wobii koo
Hayi Jalalla dhuga aka isini nama gotu wlh 😢😢😢
Uuuu ee wlh 😢😢😢😢
Ummata malli galeef
atii kaan manaa namaa digi dhiftee kaan sijaalatuttii hin heruumtu😮😮😮
Wobii bro ko jabadhu ATI woly mucaa cimaadha Abshiir Náma ishii irra caalu rabbin siif kenna kanaafu ATI jirrenyaa Namaa keessaa bahi 🙏
Na marareee anaa nyatuu mucan😭😭😭😭💔💔💔💔
Eyyee dhugaa garaa Nama nyata 🥲🥲🥲🥲
Exactly dhugaa esheeti
Wobii si himnee si dhadhabne
Muradhu sin jenne
Abo islamaa yoo taate niyyadhu rakaha lama salaati wollahi sirraa badde woswaasin jaalala ayyu kun
Baqqaanyi dhiisi dhalaa ishee qofa seete mo
Dhalaa ishee caaltu rabbi siif kenna kan si dhiiste deemte karaa naga jedhi
Kan dhufuuf sif barnoota bro 😢ayizok
Rabbiin wal qalbii tee fayyisa sif haa fiduu wabii atii ishii irafachu yoo fetee shamaree sif tatuu wayyii ilalii hasofsisii yoosan malee inuma hin irafatuu naa amanii isi malee ijji tabira naf hin argituu wan jedhuu dhisii mee takitimatti siqii hasofsisii nii argitaa!😢😢😢
Yaaiiii😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 jalalaa safuu goowa Nama gotií😭😭😭😭
Wobbii garaa nama balesa amishiri❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayoo obsaa siif haa kenuu obboollesaa Koo wanii argatanii abdatuu malee wanii hin arganee hin abdatanii garaa kee kuttadhuu atii😢
Wabii sif wayya dhugaa ❤❤❤
Wb abshirii mucattiin jazbaan kuni bultee sumaayyaa ddee nagaani injiraattu rabbiin jireenyaasii haa balleessu mucaa kana biraa deebii nagaan
Jabadhu Toko jaladhu wabicho ko gafas dagata dhuga😢😢😢😢
Intaalii baalagee atii demii baalaagee Ayuu baalagee
Mucaan kunii dhugaa baay'ee naa maararee uuuf😢😢 rabii kaanii ishee caaltuu siifii yaa kenuu obolesaa koo❤
Jarsaa malli qabdaa😂😂😂😂saido for summayaa 👍
wayyoo wayyoo ayyuu naa fidaa jaalalaatu irraa na qabee
initalii harikaanii gadii hin tesuu maa ilmaa dhiraa harikaanii itii utalitii
Haadhakoo Akkuma ati isheef Maraattu kan siif maraatu bayyetu jira obsii
Hin godhamu Ayyuu maal ati obbolessa hin qabduu qas jettee hin gorsituu wallahy garaa na nyaatee duris jaallachuun keeriin qabdu dhiisi obbolesa ko
Abshiir qaalii 😭💖
Wly sittan herumaa maqaa rabbii jalala isii sii kessan fixaa rabbiin sii kessa haa fixuu wabii Wly akka kee kanan tahee jiraa anillee wal qiixxanee mii rabbii jiraa humaa hin yadin wabii yannii kan koo sif tahee if.kessa bahen dubbadhee WBll❤❤❤❤❤❤Wly
Keessaan na dubbisi seenaa koo guutuun siif himaa
Abishir yaa obbolesa ko dhugadha Garu.jalali ajadha Garu mucan sayidoyu jirenya harka gate raabii jalala isii kesa habasu🎉🎉
Wobiyee Qaalif gari namaa uuuuuuufff gotaa jalalaa abshir nama dhugan jalatan yonu onee kessa nama bahuu woluma galati qali namaa mee imaa obsi uuuuuuufff wlh garan naa gubatee 😢😢😢😢😢❤❤❤❤@@Wabii-j4r
wolh akkkam wolirra bareddan qaaliwan kooo❤😢❤😢❤
Intakon kun faya hin qabdu rabi jabadhu ira fagadhu wabi nama waliti naqu jalati ware o'iste ira yo darbite Mal rako qaba kesa yo si gorsite akka ishe argachu hin dandenye gowa tana
Abshiir bro ko
Wabi keessa baate bar atis wallahi jinni qabda dhugaa sheeti
Wabii attii dhugaa namaa jalalaa isheef qabuuu garuu rabbiin wali jalaa namaa dabarsaa wan ta'eeef atti isii irraa fagatuu qabdaa absher ni darbaa ❤❤
Dataa isitii itti dhisi jiradhu wobii habbi ❤❤❤❤❤ Amshri 🫶🫶🥹🥹
❤❤❤❤😭😭😭😭😭
Rabbiin obsaa siif haa kenuu
Namnii jaalalaa hii beknee Maalii tun wabbii koo abshiir atii😢😢😢❤❤❤❤
Wobii Abshirii hobolesaa koo tan si jalatuu tan atis jalatuu rabiin sif ha kenuu wollhii namaa bakaa sif hin qabnef uff ciqunii fayidaa hin qabuu irafadhuu baqaa wayee Ayuu 😭😭😭😭😭
Jubaa jalalaa jajatee bekaa dhugaa wabiin garaa nanyatee abisirii rabii nam ko jetuu rabii sif hakenuuu
Yaa mucaa rakkattee rabbiin jaalala ishii si kheessaa haa tan isiirra caaltu siif haa khannu
Dhugaa diraamadha malee kuni seenaa dhugaa miti tish
Dhugaa rabbi isin lamaanu jinni qabdu
Ayii yaa jalaalla😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Oto jaalatuu maalfii park hejeette duraa????!!!!!!!!! 😢😢😢💔💔💔💔💔💔❣️
Wbbii dhisii mee jiqii kanaa italii tunii wanii qabatee wolaltee sii qabatuu hddii iraa gorii w😢😢😢miskinaa❤❤❤
Abashiir qalii ko yaaallaaha ❤❤
Yaa wabii Atti Ama Bakuma hintali Kun jirtu yoo dhabachuudha Bate Mal atti malif gara hin kutatu😢😢😢😢😢😢😢😢
Qalabati funyanitii rakiftee😂😂😂😂😂😂😂😂😂 era wabi micayo kana irra garaa gutadhu 😭😭💔💔 durayu si dide jarsaa abbaa eshe tu heeumtee😅😅😅😅😅😅 Ayun maratudha
Micooni tuni Fayya qabdi garuu... Wabii irra fagadhuu ..ATI kan Waaqani si qophesa lafa jirti
😢😢😢😢😢😢😢😊😊😊😊uuuuuuf dubarti dhiraf kabaja igonee maliii
😢😢😢😢😢😢Abshiir guuyankuunii niidarbaa Obboolleesaakiiya
Ati fayyaa Dhabi bakaa isa yaa ibliis
Wb sumatuu najibisisaa jiraa malif akas Jelaa demtee bosaa atii tuu dhirii garaa muratadhaa atii malidhaa garuu😊😊
Ayyuu of kabajii dhiiraa fi dhiiraa waliiti buusiin
😢😢😢😢😢😢😢
Uuuufffff wabiin na gaddisiise tauyyu waee ishii keessaa bahi
Ayyii 😓yaa wabii Abshiir rabbiin ta,aa ofii jalaatu sii haa milkeeyessu inshallah
Wollaahi hedduu qalbii nama cabsa miskiina 😢