Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Please Namoonni Daawwattan Hundi keessan like gochuudhan videon kun nama baayye bira akka gahu godha
Galatoomaa guddaa
Waan Aja’ibati Mee like qofa gochuudhan cinaa haa dhaabannu
Jabadhaa ❤
Michillee baga nagaan dhuftan
Fayyaa argadhaa 🥰Ittuma jabaadhaa!
I proud of you my brother❤Go head
🙏🙏🙏🙏🙏🙏 15:43
Yoyyaa bagaa nagayaan dhuftee hedduu nurraa turttee wilii hin turiin
Baga nagaan dhuftan Michille M😊
Galatoomi wan nu hubachiifteef!
Ulfaadhaa galatoomaa❤
❤❤❤❤❤
Keep it up 👍
Guddaa guddaa nuuf galatoomaa! Uumaan fayyaa fi umurii isiniif haa kennu!
Jebadaa oromokoo jebadaa lenchotee keenaa jebadaa jejebotaa keenaa jebadaa geletomee ❤💚💯
Ulfaadhaa🙏🙏🙏Jabaadhaa!
Waan aja’iba waan aja’iba ti 9:38
Welcome back Michille
Nooruu!
Subscribe
Thank you Michille Midiiya❤❤❤
History sun soba .
Baga Nagaan Deebitan 9:30
Jabaadha
Jabadhaa seenaa oromoo bade baay,ee debisaa jirtuu
Jabaadhu jaba saba
Jabaadhaa Jabaadhaa
Galatomi,, jebaadhu.
Galatooma! Jabaadha itti nuuf fufaa.
Michile media baga Nagayan dhuftan dhimma keessani nadubbisila
rakkoon hinjiru WhatsApp irraan koottaa
Jaba dha isin fana jiraa
Goota keenya
yaada bu'uuraa waan taheef subscribe like share cuqaasaa oromoo hunda qaqqabsiisaa
kaayyoon Viidiyoo gabaabduu kanaa Qajeelfamni Bahireen Lafa kaa'ee du'e oromoon itoophiyaa mitii fi lafas seenaas irraa hin qabu isa jedhe jechuun kijibdoonni ummata nagaa oromoo abbaa afrikaa ta'e har'as akka abbootii keenyaatti ishuma qabu kana irraa iyyuu deebifneet seenaa abbaa keenyaa deebifnee waan ragaa Baahireen bakka keenyatti deebina jechuun ummata kana irratti oofamaa jiru, namichi akkanas hin jenne oromoos hin beeku, ta'uu isaa isiniif ibsuu dha, yoo oromoon itoophiyaa hin taane Lafeen Luusii kan eenyuti ree? kan jedhu gaafachuu dha, ulfaa dhaa.
Qe'ee Oromoo Tuulamaa keessa jiraachuun isa kan nuf mirkaassu Gadaa Roobale irraan Biifolee jedhe kan waamu tartiiba Gadaa Tuulamaati.
dhugaa dha, galatoomi,
maaloo hin badiinaa dafaa dafaa hojjadhaa
Barumsi kun dhaqqabamaa miti. Mee karaa ittiin uummata bal'aa bira ittiin ga'uu danda'uun odoo barsiifamee wayya. Ani garuu ajaa'ibsiifadheera.
Barsiisaa koo duri obboo Dajanee baqqalaa umurii dheertuun sif hawwaa hayyuu namaa
Revision of History ala Michelle
Anii akka koottii ergaan yutuub kee argadhee kaasee hangaa ammatti nannoo jiruu hundatti babal'isuu keessatti qooda gudda bahacha jira namoota wantii asirratti darbuu kun barbachisuu ykn irraa fayyadamu danda'uu biraan gahuuf dur daran qoophidha nurra turiin maloo sii egnaa galannii kee bilisummaa siif ha tahuu
rakkoo meeshaa waraabbii illee hin qabnu garuu yeroo dhabuu irraa turra malee ni fooyyessina, Atis galatoomi,
@@DejeneBekele-zu2dy ok galatoomii atis hedduu hedduu fuulduraa wanin dandahuu cufaanuu isiin walinin jira abshir jabadhaa
Galatoomi 🙏
Aba bahirey is father of Oromo history you wouldn’t know where you came from if it wasn’t for his writings
Ani kitaaba arabiffaa.atarik sharq afriqii jedhu irratti jechi jibbanna oromo barreefame sababa oromon warra daangaa oromo cehan ittisuuf mataa fi qunxurroo amaaraa muree wal biratti sababa fanniseef ''''' gaallaa'' jedhan jedha kitaabicha irratti. Hiikkaan isaa ajjeeftuu jechuudha
Pdf dhaan jiraa?
Waanti " GAALLAA " jedhamu kun dhaloota KIRISTOOS booda waggaa 400 booda barreessame . Dubbisaa macaafa qulqulluu afaan Gi'iziitiin barreeffame .
galatoomaa...gaaffii tokkon qaba...namoonni tokko tokko jaarraa 19ffaatti bareefame jedhu...sababni isaas koloniirraa fakkeenya fudhatan kan jedhantu jira, maal jettu?
1593gz barreesse
❤❤❤❤❤❤❤
Please Namoonni Daawwattan Hundi keessan like gochuudhan videon kun nama baayye bira akka gahu godha
Galatoomaa guddaa
Waan Aja’ibati Mee like qofa gochuudhan cinaa haa dhaabannu
Jabadhaa ❤
Michillee baga nagaan dhuftan
Fayyaa argadhaa 🥰
Ittuma jabaadhaa!
I proud of you my brother❤
Go head
🙏🙏🙏🙏🙏🙏 15:43
Yoyyaa bagaa nagayaan dhuftee hedduu nurraa turttee wilii hin turiin
Baga nagaan dhuftan Michille M😊
Galatoomi wan nu hubachiifteef!
Ulfaadhaa galatoomaa❤
❤❤❤❤❤
Keep it up 👍
Guddaa guddaa nuuf galatoomaa! Uumaan fayyaa fi umurii isiniif haa kennu!
Jebadaa oromokoo jebadaa lenchotee keenaa jebadaa jejebotaa keenaa jebadaa geletomee ❤💚💯
Ulfaadhaa🙏🙏🙏
Jabaadhaa!