Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Yaada Keessan Barreessu hin dagatiinaa
Welcome Again Michillee Family
Horaa Bulaa Deebanaa ❤
Nuuf jabaadha senaa kenyaa nuu barsiisaa,umurii nuuf dheradhaa
Welcome back ❤
Jiraa jirtuu Michille Midia🎉
dhugaa Rabbiin waanuma ajaa'iba isin irraa barataa jirraa hedduu galatooma
Bagaa nagayaan dhufttee ❤siinin boonnaa
Jabaadhu jabaa keenya
Jabaadhu bayy'ee galatoomi dhugaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yooyyaa ❤❤❤❤❤
Welcome
Wow Jiradhu
jabaadhaa
Jebadaa yaa Oromo!
❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhu jaal Koo qalli saba
Fayyaa taha
👀👂👨👩👦❤❤❤❤💯
Umrii dheeraa nuuf jiradhu
Waan ajaaibaati
Waldaya harargee bahaa keeysa nijirti
Dhugaadha
Oromoon tokko sirriidha. Garuu yaadan walii galee jiraachaa hin jiru. Gandaan, gosaan fi amantaan wal qoodee diinaaf of saaxilaa jira. Kanaaf tokkomaa jedhame. Yaada biraa yoo qabaatan nuuf ibsuu dandeessa.
Tokko turee of hin shakkinaa jechuu irra kan hafe maal jedhuree?
Baruumsaa garii sirraa fudhaachaa jirraa.
Nama jabaa hayyuu keenyaa nuuf jiraadhu hojiin ati hojjettu akka dammatti nutti mi'aa itti fufi nurra hin hafin adaraake
Madda kitaaba irraa argattan nuuf ibsaa itti isinii Haa dabaluu
Maaloo kitaabicha nan barbaada eessaa argadha
Jabaa bilisummaa sammuu qabu jabeessi
Aanaan wacaalee suni Godina Salaalee Finfinneerraa 78km qofa fagaata dhiifama waliin
Nuuf jiraadha..
Darbaa nuuf jiraadhaa
Walbummaa walbuu jechuu?Translate to somali
Kitaabota keessaan essaattii argaamaa
Biya oromo jamitu dhagese beyta ? Eritirya kesa biya oromo jame wamamiti jira magalan oromo jaame wamamitu tun zala anibasa fi sinafe jiduti arikamiti mee qoadhu
Baarentuu,saawwaa, Sambaleeta, Miil-xuwwee, Asiinmaruu, koran, Guuraa,
hayyee galatoomi
Galatomi hatu kenha
Waa'ee piramid misir irraa dubaadha
Tv irraatii siin arguu qabna oromoon hundii haa baru
Galatomi itimudiLecca namaa
Hojii bareeda hojjechaa jirtu galata qabdu!Garuu wanti naaf hin galiin get fi nut sanirratti haati manaa sun lafee awwalamee akkamiin walitti guurte nama taasiste ifa naaf hin taane
Seenaa tokko keessatti ilma nuhu,ii ilmaan sadi qaba ture isaan keessatti haam kaan jedhamu abbaa habashaati jedhama akkam wanti Kun dhugaadha????
Yaa obboleessa kiyya kan nu rakke illee kanuma. Nuti kan jechaa jirru ilmaan waaqni lafa irratti uume 4n sana dura omtuu hin uumamne isaan booda immoo ummata gurraachatu uumame , Warri Arabaa fi Jewush jedhaman kuni isaan Qaccee irraa boodaa ummata namaa ti, warri kuni uumaman kan jedhaman Kana'aan(canaan) lafa jedhamu keessatti ummanni rakkoo beelaatiif iddoo iddoo irraa wal itti dhufuun bara baayyeef jiraatee achii Iewsh uumame jedhama kuni dhugaa dha, isaan booddee warra Jacob, David, irraan immoo kaa akkuma beekkamu Ismaahel fi Isaaq Abraham irraa haadha isaanii Saaraa fi Hager irraa dhalachuun ilmaan Ismaahel Araba kan Isaaq immoo warra Israa'el ykn jewush jedhaman kan kunis Dhugaa yoo jenne seenaan kunis irraan boodaa ummata gurraachaa kan Osiris, Isis, Net, Naphyt uumamuu sanii boodaa ta'uu kan ittiin beeknu seenaa Isis kan Maariyam taasisan, Kan Osiris fi Isis dhalan Horus jedhamu immoo Isaaq ykn jesus jedhaniin Osiris immoo afuura Qulqulluu jechuun Isiraa'el uumanii sanyii ilmaan biyya lafaa taasisan, Gara warra Habashaatti yoo deebinu seenuma kana kan Parsian, Roomaan, Giriikonni fi Mosomotaamiyaan Hyksos, fi Hayitit kan booda immoo keessaa Araboonni gosa naannoo Kibba Arabiyaa laga Ephiraaxes fi Tigiris jiraachuun uumaman keessaa Habashiit bakka jedhamtu naannoo yaman ammaa keessaa bakka tokkotti Oman, kibba Arabiyaa fi kkf irraa gosoonni arabaa kan Qatabaa, Maa'iin, Hadarmawut, jedhaman ummata oromoo oromummaan of beeku kan 'Saba' ofiin jedhamutti dabalamanii corroqsan isa booda baballina amantiin wal qabatee gosti oromoo saba jedhamu kan amma saabiyaan jechaa jiran suni gara solomon waliin karaa A/e Biliqqis gabaas Aasoobaa dubartii jedhamtuu deemuun isiraa'el maqaa dhahachuun dhufe, saniin oromoon dhiibbaa hedduun yaman keessaa bade, Galaana Diimaan gamana bakka amma Ertiraa jedhan kan duraan Maqaan isaa Geeraraa jedhamu keessa oromoota jiraatan Giriikonni fi Roomaanonni akkasumas Araboonni maqaa Aagaaziyaan jedhuun of waaman oromoota Geertiraa ammaa bakka Yaa'ii( yeha) jedhamutti bara 500-250BC itti lola irratti adeemsisaa turuun 150bc irratti oromoon gosa Daamotaa jedhamu cabuun Giriikonni iddoo sana to'atan isa booda afaan Giriik naannoo sanatti afaan amantii ortodoksii fi Yihuudi ta'e hojjachaa turuu irraa afaan giriik kunii fi afaan oromoo akkasumas aarabaa wal makuun afaan Giizii bara 125AD hanga gahutti uumamaa dhufuun jaarraa 3ffaa irratti afaan dubbii ta'uu irra kutee afaan mana sagadaa ta'e kana booda Namni Farmanaaxes jedhamu addunyaa irra deemee amantii barsiisaa kan ture ergamtoota Giriik kan siiriyaa turan dabarsuun jaarraa 4ffaa keessa amantii ortodoksii amantii mootii Ezaanaa jedhamuu gochuun muude, achi booda warra Giizii dubbata kuni Tigree ta'an isaan booda immoo amaarinyaan 1063 ADtti waarraa Zaaguween ykn Mararaan uumamaa dhufee jaarraa 15ffaa keesse afaanGiizii bakka bu'uun tabotaaf tajaajile, warri afaan kana uuman oromoota akka Ijoo Xinnoo booda immoo Taklamaaram Xinnoo kan ta'e faa turan kanaan kuni lameen Habbashaa ofiin jette. Viidiyoo kiyya hunda isaa ilaali. kuni seenaa dhugaa ti, oromoon seenaa isaatuu jalaa awwaalame.
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaada Keessan Barreessu hin dagatiinaa
Welcome Again Michillee Family
Horaa Bulaa Deebanaa ❤
Nuuf jabaadha senaa kenyaa nuu barsiisaa,umurii nuuf dheradhaa
Welcome back ❤
Jiraa jirtuu Michille Midia🎉
dhugaa Rabbiin waanuma ajaa'iba isin irraa barataa jirraa hedduu galatooma
Bagaa nagayaan dhufttee ❤siinin boonnaa
Jabaadhu jabaa keenya
Jabaadhu bayy'ee galatoomi dhugaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yooyyaa ❤❤❤❤❤
Welcome
Wow Jiradhu
jabaadhaa
Jebadaa yaa Oromo!
❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhu jaal Koo qalli saba
Fayyaa taha
👀👂👨👩👦❤❤❤❤💯
Umrii dheeraa nuuf jiradhu
Waan ajaaibaati
Waldaya harargee bahaa keeysa nijirti
Dhugaadha
Oromoon tokko sirriidha. Garuu yaadan walii galee jiraachaa hin jiru. Gandaan, gosaan fi amantaan wal qoodee diinaaf of saaxilaa jira. Kanaaf tokkomaa jedhame. Yaada biraa yoo qabaatan nuuf ibsuu dandeessa.
Tokko turee of hin shakkinaa jechuu irra kan hafe maal jedhuree?
Baruumsaa garii sirraa fudhaachaa jirraa.
Nama jabaa hayyuu keenyaa nuuf jiraadhu hojiin ati hojjettu akka dammatti nutti mi'aa itti fufi nurra hin hafin adaraake
Madda kitaaba irraa argattan nuuf ibsaa itti isinii Haa dabaluu
Maaloo kitaabicha nan barbaada eessaa argadha
Jabaa bilisummaa sammuu qabu jabeessi
Aanaan wacaalee suni Godina Salaalee Finfinneerraa 78km qofa fagaata dhiifama waliin
Nuuf jiraadha..
Darbaa nuuf jiraadhaa
Walbummaa walbuu jechuu?
Translate to somali
Kitaabota keessaan essaattii argaamaa
Biya oromo jamitu dhagese beyta ? Eritirya kesa biya oromo jame wamamiti jira magalan oromo jaame wamamitu tun zala anibasa fi sinafe jiduti arikamiti mee qoadhu
Baarentuu,saawwaa, Sambaleeta, Miil-xuwwee, Asiinmaruu, koran, Guuraa,
hayyee galatoomi
Galatomi hatu kenha
Waa'ee piramid misir irraa dubaadha
Tv irraatii siin arguu qabna oromoon hundii haa baru
Galatomi itimudi
Lecca namaa
Hojii bareeda hojjechaa jirtu galata qabdu!
Garuu wanti naaf hin galiin get fi nut sanirratti haati manaa sun lafee awwalamee akkamiin walitti guurte nama taasiste ifa naaf hin taane