Bara Sana Maqaan Yesus hin barbaachisne utuu hin taane, dhaloota yeroo Sana amanantu Maqaa Yesus jechuu hin beekan turan. Sababni isaas humni barates ta'e, faayidaa Macaafa qulqulluu dubbisuu kan amaleeffatan hin turre. Maqaa Yesus fayyadamnee kadhachuu kan barre erga dubbisneeti.
Galo show 💕💕💕💕💕
Muchaa 💕💕💕💕
Gobasii💞💞💞💞
Chimma💕💕💕💕
Amasi 💕💕💕💕💕
itti fufii💕💕💕💕
💕💕💕💕💕💕💕💕
IGaloo hojiin kee baay'ee namaatti Tolaa gafii baay'ee deebii dhabee nuuf deebi'aa jiraa
Namoota gafaa aferuu bakkaa dhaloota isaanni senaa isaani mudannoo isaani waan namaa bashansisuu ittii nuuf dabalii
Waaqaayoo bara fi jireenyaa keessan haa Eebbisuu Eebbifama maqaa yesusin
Jabaddaa kana chala Qaxaleewan hojatoota wangeela waa bayyen irraa baradee
Waaqayyoo si haa Eebbisuu faarfataa jaaladhu arguu kootiif.
Galoo hojii gaariitti jirta nu jiraadhu. Namoota seenaa qaban akkasii waamtee haasoofsisuu keef eebbifamii
Ebbifami darbii demmii ❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👈
Bara Sana Maqaan Yesus hin barbaachisne utuu hin taane, dhaloota yeroo Sana amanantu Maqaa Yesus jechuu hin beekan turan. Sababni isaas humni barates ta'e, faayidaa Macaafa qulqulluu dubbisuu kan amaleeffatan hin turre. Maqaa Yesus fayyadamnee kadhachuu kan barre erga dubbisneeti.
Ebfamaa ebifamaa ebfamaa
Goboziko