AN FAARFANNAA BARREESE HIN BEEKU. FAAR MELESE ARGEWU/ BUDDUSSEE TUBE

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 6 лис 2024

КОМЕНТАРІ • 153

  • @yeroonkeeti4007
    @yeroonkeeti4007 3 місяці тому +3

    Gammee Malleen sirriima jira ati ofilaalimee!
    Akkamitti Eelii fi bara kakuu haaraa waliin madaalta bara keenya ikkoo namatu Waaqayyo waliin wal nu agarsiisa miti Yesuus hoolicha kakuu haaraatu dhufee luba kakuu haaraa nuuf ta'e!

    • @HawiZawude
      @HawiZawude 3 місяці тому

      Ebbifamii ❤❤❤

    • @badheehumneessaa
      @badheehumneessaa 3 місяці тому

      Dhugaa dubbaachuuf yoo ta'ee maallee namichaa kana godheef demee innis maal yoo jettaani hafuuraa warabbessaa ti kan qarqaraa waa butuu qarqaraa butte jedheen 😂😂😂

  • @LemiMulgeta
    @LemiMulgeta 3 місяці тому +8

    Gamme ko dhugaa interview aty kanaan duraa gochaa turtee hundaa isayyu dhaggeffachaa si hordofaan turee ha ta'uu iyyu malee interviewn ke kun dhugaa dubbachuuf natti in tollee akkataan haasa ke, namaa waamte kabajaa dhowwachun ke akka yaada kotti natti in tollee waan barbaade yoo ta'ee iyyu tokko garaa Media kettii situu waame waan ta'eef eggannoo gochuufituu sirra turee
    Kessumaa wa'ee addisuu wayimaa irratti wal biraa si qabuu koof asumaan addisuu dhiifamaan gaafadhaa jette turte wanti akkasi in barbachisuu addisuu in jallanna hundii kenyaa garuu tarii mucaan kunis bor dhugaa macafattii deebi'ee jijjiramuu danda'aa kanaaf hamilee isaaf wanta akkasi yadde utuu dubbatetta ta'ee bayye natti tolaa

  • @WinCell-b9i
    @WinCell-b9i 6 днів тому

    Malii ufii siresaa maleeni farfataadha barii kaani akaa malee yuu jiruu lecha dhiirati maleeni namaa jabadhaa gafii siirii gafanee dhifamaa

  • @LalistuuDammaqaa
    @LalistuuDammaqaa 29 днів тому

    Egaa ergaa Isa waqayyoo bira dhufetu sirri mitiyu nama gulalchisuu jechuudhamo mo gaafiin namichaa sirri miti kanaf nama quqamaa sabasaf qabu fudhani gara siyaasati ofuu malif barbaachisee akka isaf ifeti ykn akka hafuuri qulqquullun ajajjeeti farfataa male haboo view barbaacha nuti hin wacina farfaataa mallasee ati ayyanaa Isa sirra jiruti jabaadhu ❤❤ namni si'anaa haamillee nama busuf yaalaa silas

  • @Ebo4God
    @Ebo4God Місяць тому

    ❤❤irrumaa gashekaa ijoo Baga dhalate kun(Gammee)

  • @TsegayeTsege
    @TsegayeTsege Місяць тому

    Gammee waaqayyoo hubannaa siif Haa laatu.....

  • @AdugnaNagomsa
    @AdugnaNagomsa Місяць тому

    Malaseen Dogongoruu mala Garuu Nama dubbatee amansiisuu fi Bilchaatadha .Yaali atti isa rukkuchuuf kaate garuu si jala fashala'eera . Gafii dhieessi inni haa deebisu sirrii dubbatee dhiise kun kan Hordoftootatti .atuu Xobeedha Carraa argate malee .

  • @NegaKenea
    @NegaKenea Місяць тому

    Wayya waan ta'eef qulaa dhoksuuf uffataama utuu hin tanee uffata lubuumaatii bari addaf mitti

  • @WaqoOlkeba
    @WaqoOlkeba 3 місяці тому +2

    Dhiifama jechaa!, Namichi kun faarfannaa isaa faarfatuu hin arginine ani.sirba faarsaa jala dhokate malee.

  • @dinaoldeyas2514
    @dinaoldeyas2514 3 місяці тому +9

    Gammee, Aaf-gaaffi Mallase waliin goote irratti yaada ati kennite kanan hin degerren qaba. Innis, walaloo faarfannaa isaa dubbifte kun anaaf faarfannaa utuu hin ta’iin sirba isa jettedha. Sababni ani jibbeef immoo ati gochaa fi dubbii namicha dhaggeeffattoota kee biraan geesse akka isaan dhaggeeffatani isa madaalaniif malee, ofii keeti media irratti fiddee kabaja dhowwachuun atis, media kees akka dhaggeeffattoota kee biratti fudhatama dhabu godha. Kanaaf, keessummoota kee wajjiin yeroo Aaf-gaaffi gootu isaaniifis ta’ee dhaggeeffattoota keef eegganna godhi. Yaadaan keessummaa kee wajiin waliif galuu yoo baatte, kan isaas kabaji, innis kan kee akka kabajuuf. Dhaggeeffattootni kee immoo yaada keessan lamaaniif murtee kennu waan ta’eef.
    Dhiifama yaaduma kiyya siif qooduufi.
    Eebbifami!

    • @SannayitGonfa
      @SannayitGonfa 3 місяці тому

      Ebbifami nan areyyu dhaggeffadhu saniyyu Ani Jara lachu. Bayyen jaladha garuu walitti falmuu gammen malif itti falmayyu

    • @peacemantube378
      @peacemantube378 3 місяці тому +1

      Exactelly! Dhugaa dubbachuudhaaf kun qeeqa malee interview miti. Baay'ee dogoggore Gammeen!

    • @SannayitGonfa
      @SannayitGonfa 3 місяці тому

      @@peacemantube378 ebbifami hadhokoo ani bayye gadde nan cannaqamee dhageffachuf amilen dhabee farfannasa bayyen gammen garu hundasa qeqee

  • @IyouFey
    @IyouFey 2 місяці тому +1

    Gammee afgaaffiinkee kun ulaagaa miidiyaa waan guute miti. Addisuun nama; mallaseenis nama; maleekaan samiitii bu'e hin jiru. Akkaataan kennaa namaammoo garaagari. Mee Bultii Dhiinsaa nuuf dhiyeessimee. Innis dhukkee sirraa nuuf haa kaasuu.

    • @almazhika563
      @almazhika563 2 місяці тому

      Bultii Dhinsaa eessaa jirtaa ❤❤❤❤❤❤

  • @EbaTemesgen-v7z
    @EbaTemesgen-v7z 2 місяці тому

    Mallaseen faarfataa mitii sirbituu faarfannaa Jala dhokateedha.Gammee mataa dhiiraa jabaadhu ati.

  • @furiitube
    @furiitube 3 місяці тому +4

    yaa budduse namichi si buddeessee deemeem😅
    atis macaafa Qulqulluu fayyadamuu dhabuunkee si miidha.kanaaf qophaa;ii irra deebi'ii waami.mee macaafa Qulqulluu dubbisi si fayyadaatii

  • @ProphetElsayBushura
    @ProphetElsayBushura 2 місяці тому +1

    Dhugaa lafa jirtuu ka'ee malleeko malle king of king ati garu of sirreessi akkatti nama hin tuffatiin

  • @ElsaBirhanu
    @ElsaBirhanu 2 місяці тому +1

    Yaa faarfataa!!😂😂😂😂
    Eebbifami Gamme ammayyuu kanaa olitti wanti jiru hunduu saaxilamuu qaba. Maaf maqaan Waaqayyoo bara keenyatti salphata. Jabaadhu obboleessako gad haa ba'uu

  • @ararsafayisa3001
    @ararsafayisa3001 3 місяці тому +3

    Waa'ee macaafaa qulqulluu ofii hiikkachuu kana ofumaaf waan kaaseef waa jedhuu jedhiini. akkaan interview kanaa irraa hubadheetti malledhumatu akka ofii isatti hiikkatee deebi'ee immoo namatti dabarsuu yaala. please malle sin jaalladha yaadota gammeen siif kaasee hunda sirreessuuf yaali. waan baay'ee kaasee akkas akkas siin jechuu danda'a garuu akka kiristaana tokkotti dogogoraa keenyaa ittuu gabaatti baasna osoo hin taane isuma dubbattan irratti wal gorfanna. waanuma gammeen sitti himee sirreessi. kiristanni warra kiristoositti amannedha, kiristoos immo jaalala kanaaf wal jaallanna kanaafis wal gorfanna. plus namoonni yaada kennitaniis just funy duwwaan haala tahuun yaada hin kenninaa, dhugaadhuma isaa dubbadhaa dhaloota egereef haala barumsa tahuun.

  • @siloamtube3257
    @siloamtube3257 3 місяці тому +5

    Nama kana fiddee, gaafachuun kee natti toleera! Garuu wanti isin baastanii haasa'uu sodaattan inni faarfannaa dha, haa jedhu iyyuu male sirba siyaasaa ti! Sababa sabni Isira'el Yesusin hin fudhanneef yoo jiraate, Masiin yommuu dhufu Israelif mootummaa in fida jedhanii eegu waan turaniifi! Kaayyoon Yesus garuu mootummaa biyya lafaa osoo hin taane, mootummaa Abbaa isaatii, isa bara baraati! Quuqama qabaachuun waan gaarii dha. Garuu faarfannaa meeshaa gochuun immoo cubbuu dha. Sababni isaas faarfannaan Fuula waaqayyoo biratti waan guddaa dha! Yoon dogoggore dhiifama!

  • @GgffgggC
    @GgffgggC 3 місяці тому

    Yaani kee gaarri dha gaaruu gaamee keessani goosuu dhiifite maale ❤❤❤❤❤

  • @GalooKD
    @GalooKD 3 місяці тому

    Ayi mallee koo ati silaa ejjennoonkee sanuma kanaaf nati toltaam dhugaa qamadii dhiira 💚❤️❤️💚

  • @mulukendestaayana7380
    @mulukendestaayana7380 Місяць тому

    Lachuun keessanuu,ulfaadhaa. Waliin dubbii keessanirraa, hubannaa argadheera. Wanti walii nama galchus, wanti wal nama falmisiisus af-gaafficha keessa jira. Eeyyee,akkuma yaada laattonni irra hedduun jedhan, Gammachiis mirga bilisaan yaada ofii ibsachuu faarfatichaa dhiibuuf yaaleera. Ati sirriidhaa,ati sirrii mitiin,murtii daaw'attootaati malee,kan Gammachiis ta'uun irra hinturre. Kanarratti, faarfatichi obsaa namaa ta'uutu natti mul'ate. Faarfataan kun, mormiifi jeequmsa tokko malee yaadasaa ibsachuu qaba. Faarfannaan Mallaseemmoo, maqaa Waaqayyoo qaba malee,Waaqayyo Waaqayyo hin'urgaa'u. Kan inni faarfannaadha jedhu kun, aadaa qotee baasuuf garuu nimadaala; icciitii mootummaa Waaqayyoo ibsuuf garuu faarfannaa madaalu miti. Kansaa tokkoof tokko kalaqadha malee, akkanni jedhu,olii waan kennameef miti.

  • @Dase3Jesus
    @Dase3Jesus Місяць тому +1

    Maalodha Gammee maaf Madooshaa taataa? Malleen iko qaxaleedhaam!

  • @NegaKenea
    @NegaKenea Місяць тому

    Wayya waan ta'eef qulaa dhoksuuf uffataama utuu hin tanee uffata lubuumaatii bari

  • @GudetaTb-zi7tr
    @GudetaTb-zi7tr 3 місяці тому +1

    Gammeen yaadni isaa dhugaa dhiisee dhugaa Gita bira deemeraa!

  • @abrishe9470
    @abrishe9470 2 місяці тому

    Gammee jabaa nama jabaadhu waaqni si waliin haata’uu🙏

  • @Bireyotube5604
    @Bireyotube5604 2 місяці тому

    Farfannaa akkuma dhufeetii yoo farfatannii rakkoo hin qabu ofiin farfattuu osoo hin tanee sagalee olii dhaga,anii farfatu malee

  • @OroOro-gv8ll
    @OroOro-gv8ll 2 місяці тому

    Ani oromummaa koo hedduun jaaladha garuu wantii naaf galee tokko yoo jiraatee oromummaa koo osoo hin taanee dhiiga yesus kan na fayyisee kanaafuu otoo eenyumaa keenyaafi fayyina keenya walitti hirkisuu bannee waan wayyuu nattii fakkata,namni kun garuu waan macaafa beeku nattii hin fakkatu sababni isa kristiyaani macaafa irratti hunda'ee yoo dubbatee garii dha ati inni af-gaaffii goote amma kana wajjiin waal falmuun sirraa hin turee

  • @daandiijootee579
    @daandiijootee579 2 місяці тому

    Yaada isaa akka dhiyeessuuf dhiyessite taanan ittin falmuun ykn sirreeffadhu jechuun Kee sirrii miti. Qeeqa dhaggeeffattootaaf dhiisi.

  • @YosBeyisa-b9u
    @YosBeyisa-b9u Місяць тому

    Intervw gaafa nama waaman muuxannoo gaafatumoo kan ofii qooduu maali ijoolle Lamaan keessaniyyuu Wangeela Bu'ura hin godhattani yaada mataa keessaniin wal mormitu dhaloota Hin dogongosiisiinaa Yaada mataa keessaniin Wangeela sirrii Hubadhaa nus barsiisaa

  • @GetahunGeme-yo2gc
    @GetahunGeme-yo2gc 2 місяці тому

    Faarfannaakee faarfannaa Addisuu waliin wal bukkee qabuukootti Addisuu dhiifaman gaafadhamoo maal jette aabbee! Dhugaa rabbii Malleen goota akka si caalu beekaayyuu dhiise malee haasaan kee waan biraa nama yaadchisa.Jasbaa dhiiraa

  • @TsagayeWaktola
    @TsagayeWaktola 2 місяці тому +1

    Inniyyuu lubbu nuuf laate kan dhuka'uufii qabuyyuu isaaf

  • @YadeteAbdisa-cu5cp
    @YadeteAbdisa-cu5cp 3 місяці тому +1

    Hafuura bara dhumaatu isa yaabbatee jira maalo namoonni itti dhiyaattan gorsaa yoo isin dhaga'eef

  • @LeloWorku
    @LeloWorku 2 місяці тому

    Farfaanaa wanumaa sagalee qabaanif kan namnii baresseef farfaatuu kun sirrii mitii Farfaanaa tokkoo hafuraa waaqayyo goftaan gagegamuu qabaa😊😢

  • @AmanuelJemalAmoJemal
    @AmanuelJemalAmoJemal 3 місяці тому +2

    Gammeen af gaaffiinkee dadhabaadha,youtubef hin madaalu,fkn faarffannaa duriimoo faarffannaa si'anaatu faarffatamaa jira jettuuf church ofii keessatti waaqaeffattu qofa ilaaltee mediatti fidde ati.malee kan walii galaa miti Faarffannaan kamiyyuu kan duriis kan ammaas faarrffatamaa jira kalaas

  • @BikilaEliyas
    @BikilaEliyas 2 місяці тому

    Falmii turemoo Barumsa dabarsuudha kaayyoon qophiicha???? 😂😂😂😂kolfeeraa baay'ees na aarseera
    Faarsaa duriifi Faarsaa ammaa jechuun YESUS durii fi ammaa jechuudhakaa inni jedhe garuu na dinqeera❤
    Dubbii jajjabduudha

  • @ebisaworku3816
    @ebisaworku3816 3 місяці тому

    Ilaali utuun hin dubbatiin hin darbu Gammee namni kun tajaajila irraa baay'ee waan jiru natti fakkaata.Yesus beekumsa Biyya lafaan hin faarfatamu!

  • @jalelisumael7362
    @jalelisumael7362 2 місяці тому

    Lachuun keessaniyyuu jabina qabdu, Faallaa haasahaa waliin mariyachuu dandahuun keessan gaarii dha. garuu Context irraa yoo kaane akkaataa Malaseen ibsaa jiruu namoota hedduuf galuu malaa. haala ofii itti guddateen ibsaa jiraa, mallaseen ofitti amanuensis qabdu gaarii tahee Mentor qabaachh jabina kanaaf nama jaallattuu fi hubataa dha jettee yaaddu mentor godhadhu!
    Gammeen akkataa hubannaa nama biraa caalaa hubachuuf yaali!

  • @HawiZawude
    @HawiZawude 3 місяці тому

    Gaame atii Akkamitii yadaa Oromumaa waqayoo idaa dhigaa godhe nufii latefii waqayoon Akkamitii filachiistaa iraa guuda Atuu dogogoraa qabiidaa
    Malee Waqayoo siAebbisuu ebbifamii gafii Akkaa furguuge Siitiii darbatuus Wan siif galee Akkaa siif gaaletii hibsiitetaa
    Macafaa qulluqulu kesaa kesaa debii qo, aadhugame musen waan waaqayoraa dhaga'en waqayoon waqesaa sabaa safii enyuuma safii falmee sabasaa garbuuma jalabaree Aree biiyi lafaa Wan bareef dhukasaa yesusf yoo dhukafamee malif siin gubee in yuu lubuu nufii latee

  • @DebelaBirhanu-q2z
    @DebelaBirhanu-q2z 3 місяці тому

    Farfatoota jiraan keessa akka mallee malee hin jiruu dhugaa innii sabonadhaa malleen nama sirriidhaa

  • @yeroonkeeti4007
    @yeroonkeeti4007 3 місяці тому +1

    Gammeen sirrii hin jiru

  • @yosefofkela704
    @yosefofkela704 3 місяці тому

    Gamme Dhiifama guddaa siin jechaa gaafa interview nama gootu gaaffii qabdu qofa gaafadhuutii waan inni siif deebisummoo hordofi malee mormuu sin barbaachisu

  • @abrahambalcha7992
    @abrahambalcha7992 2 місяці тому +1

    Af-gaaffii Gaariidha.
    Mallasaan faarfachuurraa utuu Sirba Sirbee baay'ee irraa bareeda.
    Jireenyi isaa waliin makaa fi wal faalaa akka ta'e qabxiilee armaan gadii irraa tilmaamuun nama hin rakkisu
    1/ Faarfannaadha kan inni jedhee farfaatu dha. Faarfannaan faaruu hafuuraati. hafuura qulqulluun gaggeeffame jechoota ulfina dubbii waaqayyoo fi hafuuraa eeggatuun faarfatamu qaba. jechoonni isaa garuu sirbaaf mijatoodha.
    2/ Namuusa jireenya isaa. Waan lafa irraa fi waan foonii qofa leellisuu waan jaallatuuf nama hafuuraa utuu hin taane nama jireenya foonii qofa jiraatu qofa fakkaata. Bilchina hafuura hin qabu.
    3/ Waldaatti qabamee hin jiru. Jireenya waliin dha'aa waan jiraatu fakkaata.
    4/ Fakkiin isaa ykn physical isaa duuriyyee fakkaata. Dabbasaan isaa hattoota safara kaatangaa fakkaata.
    5/ faarfannaa hin barreessu, nama biraas akka gulaalaniif hin eeyyamsiisu. kun immoo ani beeka, hir'uu hin qabu, nama ga'aadha akka ofiin jechuuti. Ol of qabuun ykn of tuulummaan kufaatitti nama geessa.
    kanaaf namni kun utuu of ilaalee of baree, maal akka fakkaatu sagalee waaqayyoo keessatti utuu of ilaalee qalbii diddiirratee gaariidha.
    Gammee galatoom.

  • @GadesiKabade
    @GadesiKabade 2 місяці тому

    Malle koo gota amantisaf adaa isaf dhabbatu jabbadhu atti yesuus kirstoosis gafa biyya lafa irra dedebi,a ture qeqama arbsama turee dhalonni kenyaa ofif qulqulu of godhe sini imo cubbama dogogora si godha wanan garuu atti isaa hojjatuf isa si wame bekkun kee gahadha danta nama dhisi
    Game garuu sin jalladha namotaf gaffi yero dhiyessitu namusa gaffi egii nama kabaji midaa irraati nama salphisun gaari mitti dhifama gafadhu malase😢😢

  • @gamteessaaentertainment3565
    @gamteessaaentertainment3565 3 місяці тому

    Malasaa gurba jabduu ❤

  • @BulchaWaggu
    @BulchaWaggu 3 місяці тому +1

    Oramummake simatte hin fudhanne ,hin hubanne taanan yesuus kiristoosin akkamin hubattaa gamme akkaminis itti amanta

  • @GetahunGeme-yo2gc
    @GetahunGeme-yo2gc 2 місяці тому

    Dhiifama naaf godhaa malee ani af-gaaffii kanarraa dadhabbina gurbaa Gammachiis jedhamu kanaa fi cimina Far.Malleen arge.waan barbaaddan fidaa hamma kana nama salphisuuf yaaluun ofii salphoo ta'uudha.

  • @SannayitGonfa
    @SannayitGonfa 3 місяці тому +1

    Gamme ani sitti hareera 😢😢😢 dhuga naa arsite akkattan anii sii eguu otoo bekte nan arsitu turee

  • @Bireyotube5604
    @Bireyotube5604 2 місяці тому

    Gaafii akkamii namaa gaftaa gamee kun sirri miti

  • @AdugnaNagomsa
    @AdugnaNagomsa Місяць тому

    Maalidha si'a sagal siigale jechuun akka nama media tti under standard bayyee sii hafa Gamee itti Qophaa'i itti yaadi interview gochuu dura .

  • @siisiyaankootube5680
    @siisiyaankootube5680 2 місяці тому

    ammma kun afgaaffiidhaayii moo giddiidhuma karaa irraa jallisuuf deema

  • @dawitac5462
    @dawitac5462 2 місяці тому +1

    Ira dedebi,Ani yo dhagefatani faarfanani isa erga cima qaba

  • @giftyburka8606
    @giftyburka8606 3 місяці тому

    Gammachis Akkam , show kee Bayyee garidha sihirdofanas isa jalqaba nama kana dhiyyesukef ulfadhu homa hin jettu . Garuu hasa malase waliin goote irratti akkatankee hagas mara hin bareddu 1ffa . Addusu waliin wal bukke farfannake qabukof addisun dhifama gafadha jette akkas hin jedhamu . Hojii nama xixiqessa nama waliin hin hasa’an . Gurbich bekumsa bayyema sicala kanaf malee wanticha wal nama lolchusa . Dhufama gafachu qabda . Farfattan kun Bayyee wuqama saba isas qaba . Atis sanaf dubbi irra barbadda . Sicala gola oromo beeka waqayyoonis nama jallatudha . Ati gad ta’e dura wa’ee oromumma bar .isa wa’ee farfanna baresite ka’u qabda jettefimo utuma hin baressin laphe ofii kessa farfachuniyyu farfannan nama kana akka inni dhuguma waqayyoo bira kennamef ibsa . Malasan shamaddade farfacha jira miti . Jalattes jibbites beqa malasan farfatadha nama dandetti qabu nama waqayyoon sidatudhas .

  • @DiribaTamane
    @DiribaTamane 3 місяці тому

    Farfannaa isa dogogora jettu qofaa gafaachuun kee gaarii hin turre farfannaa nama eebbisisu qaba waan ta’eef

  • @GeorgeOne-l8w
    @GeorgeOne-l8w 2 місяці тому

    As someone involved in the gospel music industry, it troubles me to see the way certain individuals feel entitled to publicly critique others, particularly in such a disrespectful manner. It’s one thing to provide constructive feedback, but to do so in a way that undermines someone’s efforts, especially on a public platform, is not only unprofessional but also contrary to the ethics of journalism.
    At some point during the interview, it was suggested that the singer in question’s music was not gospel, but rather secular. Despite the singer politely addressing this criticism, the journalist failed to apologize or even acknowledge the singer’s perspective. Instead, the criticism continued, with a condescending insistence that he needed to correct himself. This behavior reflects an arrogance that is deeply unsettling, especially when it seems rooted in a belief that someone from a rural background is less knowledgeable or capable.
    Furthermore, comparing the singer to Adisu and implying that one is more worthy of respect than the other is both inappropriate and unbiblical. In God’s kingdom, we are all equal, and no one’s worth is determined by how long they’ve been in the industry or their background. The Bible teaches us that our reward is in heaven, not based on status here on earth.
    In conclusion, it’s important to remember that professional journalism requires respect, humility, and a willingness to listen. The prideful attitude displayed in this situation is not only frustrating but completely out of place in the context of gospel music and ministry.
    To Melese: Continue to sing and praise God in your language and with your culture. Your work is valuable, and you are serving God just as faithfully as anyone else.

  • @SamuelYadeta-k4l
    @SamuelYadeta-k4l 3 місяці тому

    An inni gulaalameera jedhan kun waaqayyotu dogoggora ergemooyi?❤❤❤❤

  • @alootolasa2835
    @alootolasa2835 3 місяці тому

    Gammee yaada dogogoraa qabda gaaffiinkees toora keessaa kan ba'edha.waan hundee hin qabne haasoofta namaafis hin galu haasaankee.Mallaseen beekumsa fi beekumsi isaa baay'ee ajab nama jechisiisa.ati garuu of ilaali dhuguma akka siif gale

  • @lamifikadu8363
    @lamifikadu8363 3 місяці тому +3

    Gammee ajaa'ibaam nama ajanda iraattii faarfannaa hin barressinee ani faarfataadha jedhu kana baga ungulaalte ❤❤
    Mallasee please faarfannaa barreessii

    • @peacemantube378
      @peacemantube378 3 місяці тому +1

      Hin dogoggoriin broo! Ga'een Gammee gulaaluu hin turre af-gaaffii gochuudha malee. Median seera qaba ture. Salphaatti gaheen gammee interview gochuudha malee gulaaluu miti!

  • @YoobsanBuraayyuu
    @YoobsanBuraayyuu 2 місяці тому

    Gammachis maal yaada namaa fudhadhu malee
    Sirreeffadhu kan jedhu baayyisteem

  • @AlmazFeenet
    @AlmazFeenet 3 місяці тому

    Atumtti inni gafatu jalqaba farfanna fi sirba adda bafadhu

  • @abrishe9470
    @abrishe9470 2 місяці тому

    Faarfataadha jechuudhaaf nama wangeelaan mormu;sirbituudha jechuufis nama aadaa sabichaa sirnaan hin beekne ani akka dhuunfaa kootti utuu borcuu dhiisee kenna isaa isa sirrii utuu barbaadatee👇👇👇👇

  • @singersamuelfayisaofficial4771
    @singersamuelfayisaofficial4771 3 місяці тому

    Mallaekoo ati itti fufii❤

  • @ashetufikiru5304
    @ashetufikiru5304 3 місяці тому +2

    Gammee bayyee si kabajaan turee yaadikee garuu bayyee dadhabaadha dhugaa "isan farsaa addisuu wajjin wal bira qabeef Addisuu dhiifaman gaafadha" inni ati jette xinnenyakee ibsa ykn farfaata mallasee irra dhimma bira qabda .deebi'ii ofi ilaalii gamme dadhabaadha yaadike, Deebi'ii mallasee dhiifama qafaadhu dhugaa.
    Gammee malumman kiristanummaa yoo SI galeeyyuu sin shakka afaan kana hin bartee fakkata malee eenyummasaa waan qabduu miti sin shakka, inniyyu SIf himeera nama afaan faranjii fi afaan bira irra warra dhufuunif hin galuu jedhee innu

    • @badheehumneessaa
      @badheehumneessaa 3 місяці тому +1

      Ani isa dhugaa osoon maalee ta'ee mee af-gaaffii sanan addaan kutaa baha sababnisaa namichaa oromummaaf kiristaanummaa Waal biraa qabee filaachisuu waajjii moo gaammee jechaa jirtaan kuni karoorii isa naf hin gallee jalqabumaa magaalatin guddaadhee moo maal jedhee akkumaa maalleen Nan shaaka faarsee namichaa kan Nan shaaka Ani gaaruu lamaan isani argees hin garuu farfannaa maallee moo farfachaa guddaadhee Har'as farfachaa jiraa isin ebbifaammaa

  • @AmanuelJemalAmoJemal
    @AmanuelJemalAmoJemal 3 місяці тому

    Akkaataan faarffannaa itti faarffatamus ta'e dhaloonni kun kan darbe wajjin 1 miti wantoota baay'eedhaan garagara ati kanuma durii qofa hin dhiphatin

  • @burtukan.hinsarmu
    @burtukan.hinsarmu 2 місяці тому

    Dhugaa dhifamaa gafadhu gammee gafiin kee sirrii mitii dhugaa yadiin kee namatii hin toluu

  • @WangeleBiranu-zk2ze
    @WangeleBiranu-zk2ze Місяць тому

    Maqaa yesusin 🫢

  • @daleeabdiisa5407
    @daleeabdiisa5407 3 місяці тому +1

    Dhugaa Gurbaan Kormee dha. Dabatara Farfannaa dhabuun isaa natti hin tollee. Farfannaa dhuma isaa UA-cam malee Dabataraa irraa Farfannaa hin qabu jechudha. Interview keessaan baayyee barsiisaa dha plus funny dha. Erga Gootee abbaa Mul'taa fi hundeessaa waldaa Buddeessee Farfaattootaa Muuxannoo qabnis fidii warraa Akka Addisuu, Phawuloos fi Damee Fiqaaduu fidii ple akkuma kana interview bareedaa qopheessii. Far.Damee Fiqaaduu (Tumbii koo) interview godhi. Sodaa QAWWEE HIN QABNU isaa Galaanaa Gaaroomsaa na yaadachiiftee. Honestly speaking, it really an interesting interview baayye bareedaadha.

  • @Gadisetube-j1p
    @Gadisetube-j1p 3 місяці тому +1

    Waal kaabajjuun gariidhaa

  • @FedasaSax
    @FedasaSax 3 місяці тому +1

    Amma dhumatti dubbisa.
    ⚖️👉dubbi Yesus kana aadaa,
    Afaan Konani dubadhe katabadha ❤Male male, gotta abbo ati malaseko dhuga,male ko good, bayyema nati toltem eebbifamii ammalee waaqani SI ha gar-garu,garu yaada tokko qofaa irruma jaalan bareefachuf nama wahe faarfana bekkuf was gaffachun gowwama nati fktu comment is dubbisuf kkf Tani gaaridha ! Garu dhiffama male❤, Game mucaan jaaladhu eebbifamii qimamiko Garu bayyema mormi adda wayyin sira arga ture, yaadolee ati gara dhumatti kastes wawo Garu bayyesa Media irratti oso tane dhuunfatin Wal gorfachu wayya dhiffama walaluma kanaan sin qeequ kof garu Akka nama Rabbiti itti nu FUFA wawo doggoggora qubee nu ofkacha....❤❤❤❤❤

  • @lalisabariso8132
    @lalisabariso8132 3 місяці тому

    Hanqina Hubannootu jira jedheen yaada!!!!

  • @NegaraNTadassa
    @NegaraNTadassa 2 місяці тому

    Namichi kun gaafiin isaa humnaan yaada koo fudhuu fakataa afaan biraa sirritti osoo dhagefatee gaaridha fkn.Farfatee oromoon kalatti dubbi beeka

  • @adamuhirpa1904
    @adamuhirpa1904 3 місяці тому

    Gamechis is disturbing 😐
    Melese is gives balanced idea 🥰

  • @TsagayeWaktola
    @TsagayeWaktola 2 місяці тому

    Gammeen Kun qoratamuu qaba oromoo miti

  • @henokoljira935
    @henokoljira935 3 місяці тому

    Gudidhayii namichi yaada kennuu malee yaada fudhachuu hin danda'u rakko qaba

  • @TesfayeAbdiikoo
    @TesfayeAbdiikoo 2 місяці тому

    Sorry dhugaa warra beeka beeka ofjeetan kan akka keessanitu waldaa balleesa jira. Dhugaa dubaachuf beekumsa biyyaa lafa beektu. Garuu isaa waaqas natu beeka hin jedhina. Mallee dhugaa qaba. Baayee sirrii jedhe. Wan beekun farfaate

  • @gadamiresa9481
    @gadamiresa9481 3 місяці тому +1

    Malleen mucaa ajaa'ibaati.

  • @yerosanguta7527
    @yerosanguta7527 2 місяці тому

    Kkkkkkk Wayyoo garaako hhh

  • @NegaKenea
    @NegaKenea Місяць тому

    Interve dha moo wachaa waal hin dhagefaatanii

  • @Sportsentertainmentfun
    @Sportsentertainmentfun 3 місяці тому

    odeeffannoo qabatamaa 100% Mallaseen nama suusii qabudha, inqama'a, inxuuxa. kanbiraas jira afaankootti haa hafu.

  • @mihiretumengesha872
    @mihiretumengesha872 3 місяці тому +1

    Siif galeera mitii😅
    Gammee ni dabbara Waaq

  • @gudinakebedeofficial1430
    @gudinakebedeofficial1430 3 місяці тому

    Gammeen yaadni kee sirrii natti hin fakkaatu gaffiin kees toora keessaa baha

  • @abditube5235
    @abditube5235 3 місяці тому

    Wow malle filannoo adda filatte

  • @JobDesissa
    @JobDesissa Місяць тому

    Madaali dhugaa macaafa qulquulluu ta'u qaba!!

  • @abdifayerao
    @abdifayerao 3 місяці тому

    Farafata malle ajiba dubbata confidence qaba❤ atile Abdi Ebbbifami

  • @NegaKenea
    @NegaKenea Місяць тому

    Melesen hamma kanaa walaaladha edaa

  • @zolentertainment1835
    @zolentertainment1835 3 місяці тому +1

    Facceedha naan jedhaakaa!

  • @fufalamessa4753
    @fufalamessa4753 2 місяці тому

    Gammeen iyyuu fatteedha jechuudharee?

  • @DubaiAli-d9d
    @DubaiAli-d9d 2 місяці тому

    Baayee nama gaddisiisa dhugaa, Gammee dogongora guddaa qabda, innis dogongoraadha, haa ta'uyyuu malee akkasitti Amileesaa cabsuu osoo hin taane Eeggannoo gochuufii qabda turte, nan gadde

  • @MaremiChimedesa
    @MaremiChimedesa 3 місяці тому

    Faarfanan malase baay'ee namati tolaa dogoggorteta game gaffin kee dogogora Waaqayyo siif haa dhisu waalaluma qabda

  • @siisiyaankootube5680
    @siisiyaankootube5680 2 місяці тому

    Mallassee araggawu kun baayyee na 'ajaa'iba dhugumatti sabboonaa nama amantii isaas oromummaa isaas jaallatu nama dhugaati ;namtittiin buddusseen jedhan karaa irraa jallisuuf maaliif maratti ?

  • @siisiyaankootube5680
    @siisiyaankootube5680 2 місяці тому

    Gammee namni jedhamtu kun maqaashee malee dhiigni ishee oromoo natti hin fakkatu

  • @yeroonkeeti4007
    @yeroonkeeti4007 3 місяці тому +1

    Gaaffiima gaafattuyyu bari dura ati gaazexeessaa ta'uu hin dandeessu

  • @AyaAyantu
    @AyaAyantu 3 місяці тому

    Walbira qabudhafu adisu dhifama gafadha jete dhuga baye gade akanatis anile wali cabsuni malifi tahe 😢farfata kuni garu siridha dogogora yoo tahe namni kamu ni dogogora dhuga ejonono ini qabu baye namati tola garu jechota ijoti fayadameni waqayoni waqaesun cubu miti biya lafayu umamafi gafa sirban jechota ijo barbadani sirbu miti iyesusifi moo jechota gagari bekani farfachun malifi qeqa tahe dhuga hika hisa fi jechota isa ini iti fayadame baye garidha farfatichi cinadha dhuga game xino dogogorte jirta ishi jechu kosi yoo dogogora siti tahe naofkalchi dhuga

    • @SannayitGonfa
      @SannayitGonfa 3 місяці тому

      @@AyaAyantu dhugaa anii farfatto kamiyyu nan jaladha addisus bayyen jaladha Wal biraa qabuu kof jedhen Mal walbiraa fokkisu isan lachuu yesusuman farsuu an amma intrawu kana naa arse nan dhabe kiristanni akkatti amilee wali cabsu hin qabu mallen wan addisudha gadi ta,e hin qabu cofidecidhan farsa dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @abdifeyissa1415
    @abdifeyissa1415 Місяць тому

    Gurbaattiin kuniis tashii wayiiti 😅😅😅 Farfannaan isaa ’Humnaan bulaa ’ jedhuu sun garuu eenyuudhaaf turee?? Ijoollee tikee 😊
    Gammee calliistee mic bantee Hooloota jalaa hin ka’iin, gidduun seenii dhaabsiisi gara ofii barbaadduutti isaan galchaata deemi. Malee isaan haasaa jalqabnaan caakkaa isaa dhiisaani ba’aan sanattii namaa geessu jarrii

  • @TsegayeTsege
    @TsegayeTsege Місяць тому

    Gammee situu hin hubanne natti fakkaata natti...

  • @MotiBekele-dc7kj
    @MotiBekele-dc7kj 3 місяці тому +1

    Mallee nu jalaa hin xuxxuqiinaa abbee

  • @BushaTemesgen
    @BushaTemesgen 3 місяці тому +1

    Waan inni dhifama gafachuu qabu? Waa,ee dubarti Sanaa ture

  • @DdG-bs6wu
    @DdG-bs6wu 3 місяці тому

    Ebbifamii gamee

  • @daleeabdiisa5407
    @daleeabdiisa5407 3 місяці тому +1

    Gaaffii ani sirraa jibbee dhiifama garuu Oromummaa kee moo Kiristanummaa kee isa jettedha? Utuun jiraatiin Kiristiaan taataa moo? Thank you Faar. Malleessee. Gurban Saboonaa dha.

  • @DebelaWagari-i8k
    @DebelaWagari-i8k Місяць тому

    Gazexessa maal taate qophayi, kadhadhu baayi maal kun😂😂😂

  • @DamiseOba
    @DamiseOba 2 місяці тому

    Kkkkkkkkkkkkkk isiniin lachanuu

  • @HawiZawude
    @HawiZawude 3 місяці тому

    Farifataa Kan gudiistee kanii enaa xiinesiituu in shemoftuu karaa kamiinyuu Atuu Kan maqaa yesusn fartuu tokodhaa samu ketuu xiiqodhaa malee bayee nama gadiisisaa asan kee