Adisu Kebede -Sillee Wayya-New Ethiopian Oromo Music 2022(Official Video)
Вставка
- Опубліковано 17 жов 2024
- Your #1 source for quality music & videos! SUBSCRIBE NOW! ❤️👆⬆👆⬆👆⬆👆⬆❤️
Like | Share | Subscribe: 👇
💻 Website: vision-ent.com
👥 FB: / visionentertainment2020
🌇 IG: / visionentertainment2020
👀 TikTok: / visionentertainment
📲 Subscribe: youtube.com/@v...
#EthiopianMusic #OromoMusic #Like #Comment #africanmusic #oromosong #Like #Comment #subscribe #trending #africa #afrobeat #neworomomusic #newethiopianmusic #neworomomusic2023 #neworomosong2021 #oromosong #ethiopiansong #oromomusic2022 #oromomusic2023 #neworomomusic2022 #Africa #Africatribe #Topten #Afrobeat #Africaunite #Breaking #Challenge #Tailent #Diyhow #tiktok #Music #playlist
©Vision Entertainment LLC. Unauthorized use, distribution and re upload of this content is strictly prohibited.
በእውነት ይህ የኦሮሞ ሕዝብ በተፈጥሮ በባህል የታደለ ኦሮሞነቴ ኩራቴ
Maatii naaf tahi
🥰🥰🥰🥰
Beteseb argegn
Baay'ee bareeda Oromoo koo🌳🍎🌳🖐🤗
Dhaggeefadhe dhaggefadhe quufuu dadhabe maal sirbi akkana namattii minyahu.❤❤❤🌷🌷🌷👏👏👏🙏🙏🙏
Wawawawo dhugaa waqqayyoo sii haa ebisuu sagalee bareedaa qabdaa dhugaa
እሰይ እንኳን ተወለዳችሁልን 🌳🌳🌾ዉቢቷ ለምለሚቷ ኦሮሚያ !
ua-cam.com/channels/FUbMesILLX4QT3t_WQhJUw.html
Akkasi kuno aadaa ofii ammayyeessanii muuziqaan dabaaluun!
Amazing piece of art!
Galatoomi
Matii naa tassifadhu
Ammizing Music Love Oromoo Iluu Abba Boraa🔥
Shame maaloo sabsciraib naaf godhi anis Nan godha
@@almaztube8930 Tolee
ua-cam.com/channels/FUbMesILLX4QT3t_WQhJUw.html
Wow 🥺 Beautiful muziqa esaa jirtuu iluu Like
maatii naaf ta'i waan ofii
For dect year's hidden Oromo, Oromiaa people's culture song 🎵 ❤💚 Many more to come!! Oromo North, Oromo, South, Oromo, East, Oromo, West, all together keep strong 💪 We expecting to see the beautiful you!!!
Sillee wayya eeee sillee wayyaa eeee
Wow hojii gaariidha baayyee nama gammachiisa
እየወጣ ነው አሁን የእሉ ዘፈን 👏👏👏👏👏👏👏👏👍
Iluu🌹♥️♥️♥️
Beddele🌹🌹🌹♥️
Buunnoo🌹🌹🌹♥️
Iluu 🌹♥️♥️♥️
Uuuuffffff akkaam namati tolaa oromookoo 😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Bunnoo IJOLLEE ILUU FI WAALLAGAA
Wow illuu koo qaxalee dhiraa
Waaw baayyee tola ❤💚❤
Artiin oromoo barana addunyaa raase ✌🙏
Maatii naaf tahi
ua-cam.com/channels/FUbMesILLX4QT3t_WQhJUw.html
bayyee baredda ijoollee oromoo koo!
You nailed it bro !!!! Wonderful. My home boy.... This is something that i have been waiting my whole life. Beddellee Kiyya. ILUU Home of heros and beautiful jungles. 100%❤️💚❤️
Please Maatii naaf tahi🥺🥺🥺
What a beautiful explanation! 🙏🙏
ua-cam.com/channels/FUbMesILLX4QT3t_WQhJUw.html
im from KENIYA 🙄🙄🙄 Dhugaa Rabbiti Hojii Ajaaibatiiii
The beauty and diversity of oromo music will definitely make people in the music industry to be more ambitious. Kudos to Vision Entertainment.
good jop
illukoo ❤❤❤🔥🔥🔥🔥
You tube v. Entr kan nan hordofa garuu walle kana harran arga. Wawwoo. Jabaadhu Addisuu 👏
Bareedaa dha.Sagaleen ishee immoo #kiiloolee dha.
YOU HELPED US TRAVEL ACROSS THE OROMIA FROM GIDAMI THROUGH BUNO BEDELLE TO BALE ROBE AND BACK.
THANK YOU!!!
🎵🎵🎵🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
ua-cam.com/channels/FUbMesILLX4QT3t_WQhJUw.html
Wow aja'ibaa. Baay'ee namatti tola. Akkaas Aaddaa ofii bifaa ammaya taa'een gaddi baasun, jabadhi gurba ujjii dansaa kana caala jabatte waan garii akkaa hojjatu abdi qabna
ሙዚቃ ለብዙ ነገር ማደግ መሰረት ነው በጣም ነዉ ደስስ የሚለው አንደኛ
ua-cam.com/channels/FUbMesILLX4QT3t_WQhJUw.html
I am from turky,but i don't know what you say, i love oromoo music 💔💔💥💥🙏
Aadaa Iluu kootii! I remember that when I was student I'm dancing like this 🥺♥️
Maatii naaf tahi
Buunnoo koo ijoolee biyyaa koo wow 😍😍😍😍😍
Amazing real cupture of western part of oromo's culture wow thanks vision
Mati naa tassifadhu
Sirba Aadaa bareedduudha. qumaara siyyaasaa of-keessaa hin qabu. hedduu namatti tola. Jabaadhu!
Maanni muuziqaan akkas nama maraachu! Jaalladheera.
Adde Baayyee Natti Toltee Nuuf Jabaadhu
Baayisee Gaariidha jabadhu dhugaa
Woooow aadaa iluu biyya koo baayyedha namati tola jabaadhu duratti💕
wwwww baga gammadde baga kana geesse tiruuko jabaadhu
My iluu abba borraa ❤💚❤❣
Woo Wooo Oromo King
Lijmaammee maaloo you tube koo sabsciraib naaf godhaa anis siniifn godha
Wow!! How can I explain this!! I love ❤️ it❤️ For the last time I watched it and enjoyed this dance in 1979 while in grade 4
እንዴት ብዬ ልግለፀው?!!!! እጅግ ወድጄዋለሁ:: ለመጨረሻ ጊዜ በ1971 ክረምት ዘፍኜዋለሁ
ውድድ❤️
ua-cam.com/channels/FUbMesILLX4QT3t_WQhJUw.html
Baayyee nama dhiba. Aadaan Oromoo kuni ammayyuu hintuqamiin jira. Artistootni baayyee jabaachuu qabdu. Iluu Abbaaboor baayyee bareedduu! Galatoomi Wabii.
Maal sirbii akkana namattii tolu.
Oromoo aadaan kummaatama hedduu bareeddu. 🦾🦾🦾👍👍👍✌✌✌❤❤❤🌷🌷🌷
Iluun Kana We love ya Oromo
Lencoo Fiqiruu hin danda'amne🥰
My Beautiful Brave Smart Kind Peaceful People Oromoo Koo May God Bless You More & Protect You From All Evil Eyes AmennnnnnnnnnAmennnnnnnnnnnnn
Amennnnnnnnnnnnn👏🏽👏🏽👏🏽♥️🌳♥️💪🏾💪🏾💪🏾
Maatii naaf tahi
Ameen❤
Beautiful doesn’t describe it enough stunning work ❤️✅❤️💯
ua-cam.com/channels/FUbMesILLX4QT3t_WQhJUw.html
Jabadhu jabaa dhiira,sanyii mootii
I love this music it’s amazing aaddaa offii😘😘😘
Baay'ee namatti tola! Aadaa nama boonsuudha jabaadhu!!!!
Addisu gara fulduraatti abdii sitti godhannera. Ijooleen iluu abbaa boor.
Woooow artiii keenya guddate jabaadha hedduu namati tola
Nuu jabaadhu aadaa keenya aadaa oromoo chimsi
Wallaggaa 100%
Baayyeen jaalladhe aadaa ko Awesome music i like more!
Wow Iluu koo best music.
Dhuguma silaallee Boontuudhuma sana wayya ture!
Wowo sillee wayya sirba hedduu Namatti toluudha Yaroo amma kana sirbi Lixa oromiyaa Godina Buunnoo Beddelle fi Iluu Abbaa booraan walqabate Gadi baha jiru hedduu Nama Gammachisaa aadaan akkan bareeduufi dache magariistu akkasiin Fayaamte jirtu Addunyaattii Gadi baftani argisiisuu keessaniif Artistoota keenya Guddaa Galatoomaa thank you I love you sillee wayya ❤❤❤❤❤
Kormako, nuu jabaadhu!
oromo culture woow🤩❤💚
Maatii naaf tahi
Namatii Tolaa daas jedhaa 🥰😍
Buunno gubba manni kee
Biyya Firrisa Wagga💞💞💞💞💞❤
Ijoolleen Illuu tun hin danda'amne dhiiroo barana😍 Just Wow!!💓
Its such a Beautiful song.and these dancers are really amazing that what they are contributing to the development of oromo music industry is great.they deserve appreciation❤❤
Please Maatii naaf tahi🥺🥺🥺
#Miidiyaa_Bokkuu (#Bokkuu_Media) Hayyuu Khiyya Waan Dinqisiifattullee Afaanuma Kheetiin(#AFAANOROMOO) Dinqisiifadhu, Galateeyfadhuus. #Qubeedhaan Fayyadami. Ani Afaan Warra Adii(#ENGLISH) Kanallee Qaceellottiin Dandaya, Garuu Jalqabarratti #AFAAN_OROMOOTU Naaf Dhufa.
This is why we love our culture. Amazing ♥️♥️♥️
💚😍💚
Maatii naaf tahi
ua-cam.com/channels/FUbMesILLX4QT3t_WQhJUw.html
3
Wow baayyee bayyee hojii baredadha jabaadhu Qaalii keenya🥰
Addee koo dawwadhe quufuun dadhabeem!
Naaf jiraadhuu aadaa uummata ofii teknoloojiin dabaaluun bareechuun dansaadha!
Galatoomi!
Best Iluu Abba Boraa song.🤍🌳💚
Wwwwwwwwwwwooooo dhugaa Eduu namaa bonsiituu wwwwwoooooo jedhee jabadhaa Akkumatii ittii fufaa
Hojii baay'ee ajaa'ibaa aadaa uummataa kan baroota dheeraafi kan ammaa wal simsiisuun ibsamedha. Akka baay'ee itti dadhabdan hojiin keessan ni ibsa. Jabaadhaa Kormeewwan sabaa.Galatoomaa!
Great and amazing cultural music! The best one I love it so much keep it up. Thank you.
Congratulations baga gamade Adekoo muca buno koooooo
Umataa qashtii kanaa moo💔💔
Ejjennaan qofuma koo
Kun hunduu gowwuma koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤waw baay'ee namatti tola
Wow baayy'ee bareedaa dhaa anii oromo ta'uu kotii yero hundumaan gamada.❤❤
Maatii naaf tahi
Wow jabaadhu leenca koo👍
Wwwwow sabona bayi namati
Tola jabadhu 🎶🎶😍💯
Translate to English
Hojii gaariidha baayyee namatti tola❤❤❤❤❤❤❤❤
Wonderful Oromo, Oromiaa culture song 🎵 ❤💚✅ Oromo ofdegeda biyaa kesenee degaa!! akaa siareguf shorore jedee henetanee⚠️
Wowwwwww oromo music congratulations 🎊🎶💐🎉❤️💯
Maatii naaf tahi
ua-cam.com/channels/FUbMesILLX4QT3t_WQhJUw.html
አሪፍ ነው
Wawuu jaabadhuu cimaa nama. Weeddu bareedadha
Bayee bareedatti hojeetamee thanks
My Bunno, really the song lyrics dancing beyond my expectation. he touches almost all cultural entities of the society living Bunno Bedelle and Ilu ababora.
Maatii naaf tahi
Akkasumaa.. /😎🥳vision visionumaa
WOW sirba aadaa orjinaala akkasitti sirbuun bayeessa💙!
maatii naaf ta'i waan ofii♥
Wayyoo!!! saba akkanaa kanarraa dhalachuu kootti baayyeen boona
Bayyee namatii tollaa😘❤👌👌
Wow amazing song 🎵 😍
Dansaadha. Continue more.......
Wow bayeee garidhaa jabadhu
Hojii bareedaa!🔥
whatttttttt A MUSIC. SUPER EXCITING !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Wow bayyee bareeda akkuma kanatti itti fufi
Addee sirba baayyee bareedduu aadaa keenya Buunnoo fi Iluu akkam namatti tola jabaadhu
Woooooow sirba bareeda ajaa'ibati
Original illubabor culture what amazing culture. Culturachin bizatu wowowow
maatii naaf ta'i waan ofii♥
Uffff adda biyya koo alati Beddellee jetu💗
maatii naaf ta'i waan ofii♥
What a wonderful music! Iluu Abbaa Booraakoo!
Oromooni kaabaf kibaa,inni dhiyaaf bahaa sabiskirabii tolchaa 💔💔💔💥💥🙏
Ojji bareddaa dhaa jabadhuu 👏👏👏👏😍😍😍
Maatii waliif haa taanu
Ufeeeeeeeee illukoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Sirba Afaan Oromoon sirbame
Osoo Afaan Oromoo Dandeessanii
Yeroo Ingiliffaaf Amaariffaan Koomentii barreessitan