Sa'ad Awwal- Wallicha-(Official Video)

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 4 лют 2025

КОМЕНТАРІ • 3,9 тис.

  • @awelumuhe
    @awelumuhe 5 місяців тому +265

    Anii ijollee walloo Heddun dinqisiifadha rorro kamiifiyyuu Hin Jilbiifatanuu ykn qabeenyii kamiiyu isaan hin jijjiruu onne sanif jireenyi isanii Biyyaa isanii qofafi ykn sabasanii qofaf I Love You Ijoollee Walloo😍😍😍

  • @rozaragasa9518
    @rozaragasa9518 5 місяців тому +59

    Walloo biyyaa goota 💪💪💪❤️❤️❤️❤️❤️baga milkoftee naman sirbi kuuni siniti tolee like godhaa

  • @Stoplying-k1w
    @Stoplying-k1w 5 місяців тому +43

    በእሳት🔥🔥🔥ለዘመናት የተፈተነው ወርቁ የወሎ እና የከረዩ ኦሮሞ ህዝቤን 🦁🦁🦁ሳይ የሚስማኝን መግለፆ እልችልም...ኩራትም💪🏾💪🏾💪🏾ሀዘንም ድብልቅልቅ ያለ ስሜት😢😢😢ወገን በርቱ ነፃ እንወጣለን❤️💚❤️🫶🏽🫶🏽🫶🏽

    • @rozazouba7538
      @rozazouba7538 5 місяців тому +1

      ❤❤❤🌳🌳🏰💪💪💪🔥🔥🔥

    • @rozazouba7538
      @rozazouba7538 5 місяців тому +1

      ❤❤❤🌳🌳🏰💪💪💪🔥🔥🔥

    • @DigitalEthiopia360
      @DigitalEthiopia360 5 місяців тому +1

      እንደኔው ነህ ❤

    • @KassuTamiru
      @KassuTamiru Місяць тому +1

      My blood

  • @FafiSeidmohammed
    @FafiSeidmohammed 5 місяців тому +55

    የባቲው አራዳ Sa'ad እንኳን ለዚህ አበቃህ የሰፈሬ ልጅ ምርጥ ስራ ነው ይነዝራል🥺 ቢየ አባኮ ስትል አልቻልኩም ወላሂ💔

    • @aduSport
      @aduSport 5 місяців тому +3

      እኔራሱ ፋፊ

    • @FafiSeidmohammed
      @FafiSeidmohammed 5 місяців тому +1

      @@aduSport ወላሂ አባቱ ትዝ አለኝ አላህ ይዘንለት🥺

    • @HusishaTips
      @HusishaTips 5 місяців тому +1

      Abbatu du'eeraa?

    • @Stoplying-k1w
      @Stoplying-k1w 5 місяців тому

      @@FafiSeidmohammedለምን እዘንሽ እባቱ ምን ሁኑ ?

    • @Stoplying-k1w
      @Stoplying-k1w 5 місяців тому +1

      የወሎ ኦሮሞ በእሳት የተፈተነ ወርቅ ህዝብ 🦁🦁🦁

  • @kedirKedir-d4k
    @kedirKedir-d4k 5 місяців тому +26

    ሰአድ አወል እኛ ሰምተናል ወደናል አድንቀናል ምርጥ ስራ ነው የሰራህው ይሄን ክላሽ ሲያይ የሚፈራውን ጎጠኛ ሁሉ እንዳሰማቸው እኛ ያደግንበት ነው

  • @boonsaaaliyyii
    @boonsaaaliyyii 5 місяців тому +12

    I' M from East oromia warra jaarsoo , I appreciate you my legend art jabaadhu sa'aad keenya hojii baredda yeroo isaa eggatte gadi baattee.❤

  • @iamoromofarist8344
    @iamoromofarist8344 5 місяців тому +45

    Walloo koo sif jachaa Oromummaf jachaa gootaa meqaa siti dhabnee 🥺Lubbuu koo fidaa hatatuu sif walloo koo osoo lubbuun jiruu kana orma hin tatuu yomu 😢wergamtoota kenya hundaf janataa firdoosin Lubbuu isan haa gamachisuu haqaa ofirraa shahidee tahan 🤲 😢akkaa salpaati asii hin genyee galatoomi Leencaa wallichaa koo🥰❤️‍🔥❤️‍🔥bilisomuf jiraa🕊️🕊️

    • @HassanHussain-bd9ny
      @HassanHussain-bd9ny 5 місяців тому

      Har’a waan tokko hubadheera akkasumas anaaf ifa ta’e.
      Warri sa'ad yaadatee hin beekne, kan maatii isaa takkaa hin yaadanne, kan haala isaa gaafatee hin beekne, kan gadi lakkisuuf gocha hin raawwanne. Har'a waa'een sa'aad nu caalaa isin hin galchu. Namni nu caalaa hiriyaa qabu hin jiru. Balaay Wakiliif deeggarsi hin jiru jedhanii yeroo isaan dubbatan argeen waan hedduun hubadhe.
      Gaafa rakkatte, gaafa rakkatte, gaafa guyyaan sitti dukkanaa'u, gaafa furmaata dhabde, gaafa milkaa'ina dhabde, garuu halkan dukkanaa'u, hiriyyoonni kee akka asheetaatti baay'atu. Kan sitti kolfaa ture milkaa'ina keetiif boochisuun isaa hin oolu. Milkaa'ina mataa isaa ijaaruuf sababa milkaa'ina keetiif, bu'aa milkaa'ina kee irraa argachuuf, siin jaallatamuuf.
      Hiriyaan koo immoo yeroo ati “ciminaan cimaa” itti agarsiiftu
      Ergasii si hordofu jarri akkana

  • @Fatuma-Abdu
    @Fatuma-Abdu 5 місяців тому +56

    Walloo jechun ?!!
    Kan dinaf hin bonyee
    Kan dinaf hin bitamne
    Kan dinaf hin jibbifane
    Kan dinaf harka hin lane
    Kan dinaf hin bonyee kan tokko yoo itti dhukkasan dhibba godhe ofira debbisu ani walloodha 💪💪💪💪💪

  • @TeeTee-jw1hu
    @TeeTee-jw1hu 5 місяців тому +7

    እስኪ አንሳው ሀገሬን ቃሉ የማንነታችን ተምሳሌት እንወዳቹሀለን ትግሉንም እንቀላቀላለን

  • @Oroedit
    @Oroedit 5 місяців тому +32

    i am from my country Nigeria
    i love you oromo music and oromo people❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @AgewKemant
      @AgewKemant 5 місяців тому

      🫶🏽🫶🏽🫶🏽

  • @AbdallaaDawud
    @AbdallaaDawud 5 місяців тому +223

    Namnii Na Duraa Dhufee hin jiruu Like naf Godhaa

  • @dinaoladugna9072
    @dinaoladugna9072 5 місяців тому +4

    Wooow walloo biyyaa fi dachee dhiira ilmaan abba gadaa
    Oromon hundii isiniin dhadata jabaadha oromiyyaan biyya
    Walloonis oromiyyaadha
    From qerroo AMBOO

  • @HangardhidhisaHangardhidhisa
    @HangardhidhisaHangardhidhisa 5 місяців тому +40

    Wayyoo jollee warqituu bayyee midhaguu hundinuu iraa tollaa ❤❤❤❤

  • @mohammedseid5905
    @mohammedseid5905 5 місяців тому +75

    Malii Oromoo koo Sirbi Akkas yeroofi sa'aatii isaa eegate bahe Gameessa akkasi abbaa sagalee kiilolee ufffffffffff baay'ee bareedaafi kan
    Nuf jiradhuu Mootii koo Anbasadar Ummata walloo Sa'ad Awwal....❤
    Nama aadaafi eenyuu ummataa Walloo akka mulatu fi beekamu onnee irra quuqamu umrii dheeraa Fayya waliin jabaa koo❤❤❤

  • @DiamondAfricanmusic
    @DiamondAfricanmusic 5 місяців тому +9

    I am from dire dawa sa,ad kenyaa nuf jiradhu goticha kenyaa ilmo walloo jaba ilmaan sabaa🥰🥰🥰🥰💪💪💪💪💪💪

  • @RagiRagi-v1n
    @RagiRagi-v1n 5 місяців тому +23

    Gota Walloo Umri nuf jiradhu Wagga 1000❤️❤️❤️

  • @AddisuTatek-s5t
    @AddisuTatek-s5t 5 місяців тому +40

    Walloo tiyyaa baga kan koo taate uumamte naaf jiraadha qaaliwwaan koo❤️💚❤️💪

  • @Hanicho_Oro
    @Hanicho_Oro 5 місяців тому

    Baasi gumaa 💪💪

  • @اول-ي1ن
    @اول-ي1ن 5 місяців тому +34

    Walahii dhugaa sukanii narran dach.eeofu jiradhuu wagga 1000 ❤❤❤😢😢

  • @Hedar.mahamad
    @Hedar.mahamad 5 місяців тому +9

    Ijolee jillee jajabduu sanii jabadhuu jabaa abatuu jabefataa🐅🐅🐅

  • @GsmNihad-l5u
    @GsmNihad-l5u 18 днів тому +1

    Wagaa 1000 nuf jiradhuu ❤❤❤

  • @alihasen5640
    @alihasen5640 5 місяців тому +46

    Welcome Lencichaa sabaa Sa'ad Awwal abba Walichaa❤️❤️❤️❤️

  • @HasanatA-nh5xn
    @HasanatA-nh5xn 5 місяців тому +17

    Uuuufffii kaa bagumaa rabii sii fayyisee hidhaa sanii si basee Akkanati sii arginee Rasasaa dhira. Walooko biyaa dhiraa moti dubaritin kilashiin iraa bareduu ❤❤❤❤❤❤❤

  • @UmerAmad-g4b
    @UmerAmad-g4b 4 місяці тому +5

    walloo koo goottan koo jabaadha❤

  • @Hawwiiadam1814
    @Hawwiiadam1814 5 місяців тому +20

    Baga nagaan dhuftee Abbaa walichaa ijollee korommii sunii waa'ee kilaashi ittiin himinii....Qicicoo gubbaan harxumma fursee gotoota dhugaa kaan dhugaan faarse goota koo tokkicha sagalee kilolee ❤❤❤

  • @Ibrahimdesta
    @Ibrahimdesta 5 місяців тому +19

    Irrim irrim goonee wow weellee baay'ee midhaagaa sirritti Eenyummaa Ummata Walloo Ibsuudha Boooooooooom😍😍😍😍😍😍😍

    • @liben298
      @liben298 5 місяців тому

      ❤❤❤ 🎉🎉🎉

  • @abdurehimgumataw6455
    @abdurehimgumataw6455 3 місяці тому +4

    እናመሰግናለን ውዱ ወንድማችን ሰአድ አወል ወሎየነት ምን ማለት እንደሆነ ገልጸህዋል ። እጅግ አድርገን እናከብርሀለን ።
    የጁ ፣ ቃሉ ፣ ራያ ፣ ከሚሴ ፣ ባቲ ፣ ወረባቦ ፣ ወረሂበኖ ፣ ወረቃሉ ፣ አምባሰል
    ወረ ወሎ !!!

  • @golisaroba
    @golisaroba 5 місяців тому +14

    Wolloo tiyya...... Jabaadhaa Yeroon Naannoo ta`an fagoo hin jiru!!!!! Raayyaa, Walloo Dasee hanga Kamiseetti Oromoo ta`uu ifa galaa!

  • @WALLOOBIYYAAKO
    @WALLOOBIYYAAKO 5 місяців тому +36

    mee namnii akka ko sirbichaa jaalatee❤❤❤

    • @AliOumer-nc5ui
      @AliOumer-nc5ui 5 місяців тому

      💪💪💪💪🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫💔💔💔💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💯❤️‍🩹

  • @AbduMohammed-f6b
    @AbduMohammed-f6b Місяць тому +1

    Wallee seenaa dhugaa irratti hojjatame
    Jaarraa gadaa kee daangaa keenya eengne wow ❤😍

  • @Kadijaamahamadi
    @Kadijaamahamadi 5 місяців тому +23

    Walhi bagumani walloo iraa dhaladhe walhi imimani qabachuu dadhabe❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MammeeOro-n8p
    @MammeeOro-n8p 5 місяців тому +25

    Sa.ad keenya goota koo🎉🎉❤

  • @HrLove-k1d
    @HrLove-k1d Місяць тому

    Wallookoo myking❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤oromoo

  • @Amiitube-p4o
    @Amiitube-p4o 5 місяців тому +13

    Jabaa Kenyaa Sa'ad Awel ❤❤♥️♥️
    Walloo koo Biyyaa Gotawwani♥️♥️💪💪💪💪

  • @ImranRaf-sk8jz
    @ImranRaf-sk8jz 5 місяців тому +14

    Ijoollee walloo yoomuu isin jaallanna❤
    Ummata diinan marfamee garuu aadaa fii Afaan ofii qabatee as gaye❤❤❤

  • @MIMI-g9z1b
    @MIMI-g9z1b Місяць тому

    Akkasii oromoo koo❤❤❤

  • @BisratBayisa
    @BisratBayisa 5 місяців тому +14

    Baga Rabbi jiraachisee asiin si gahe! Goota gaafa xiiqii sanyii warqituu fi Tsahaay💪😍

  • @MohamedAli-k9g2i
    @MohamedAli-k9g2i 5 місяців тому +15

    Akka Nu eega turre Olitti Fidde Umrii dheeradhu 🐅🐅🐅 Sa'ad my King 🎧✅️🐅🥰

  • @SáálahOroEthiopia
    @SáálahOroEthiopia 8 днів тому

    Mashallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ wallo koo NUUTII isiin biraa jirtaa JOLLEEN HARARGHE ISIIN JALLANNAA walloo🎉🎉🎉🎉🎉

  • @farhanguje2325
    @farhanguje2325 5 місяців тому +38

    Silaa Oromoon hundii akkaa ummata walloo kanaa tahee oromoon waggaa 100 gabarumaa jalaa hin turuu.
    Dhugaa rabbii lafaa fi biyyaa isanni namni hangana isanii jaalaatuu hin jiruu. Ani waanin jedhuu hin qabuu oromoo tahuu keessanti hedduun boona.ilmaan waarqituu ❤

    • @SarbooAhemd
      @SarbooAhemd 5 місяців тому +1

      Namni bobaa Dina jalatti guddate sodaa Du,a hin qabu lubbuu ofi kennudhaan wareegama barbaachisuu kaffalaa kanaafuu oromooni walloo arraba Dina jedduu waan jiruuf oromummaan isaan birati jabaa Hangama akka Dinni oromoo tahu keenya jibuu waan beekaniif akkasitti sodaa malee Laphee dhabee Dubbate lole lolchiisaa ❤Galatoomi Qaalii saba ❤

  • @saabontuuoro
    @saabontuuoro 5 місяців тому +11

    Bagaa waqayoo kaanan si gahee waqayoo garaabfulduuraas si ha eguu🎉🎉🎉🎉🎉 congratulations 🎉🎉🎉

  • @olkebawendimuofficial9213
    @olkebawendimuofficial9213 5 місяців тому +6

    This man is always on fire! Welcome dhiira Walloo! Much love dear brother! 🎉

  • @Æděm.12
    @Æděm.12 5 місяців тому +10

    Wallichaa Kenyaa Welcome 🎉❤❤

  • @MUBEMEDIA1
    @MUBEMEDIA1 5 місяців тому +18

    Nama jalqaba ta'u kotiin das naa jedhe jabadhu awuu

  • @YoutubYoutub-nq4bv
    @YoutubYoutub-nq4bv 4 місяці тому +4

    Walloo.. koo🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @UmarOroo
    @UmarOroo 5 місяців тому +9

    Waanin jedhee si ibsu hin qabu goota koo Abbaa wallichaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @SavMood-em9ne
    @SavMood-em9ne 5 місяців тому +10

    Gotichaa Sabaa bagaa jiratee lencaa Laamii 🥰❤️🐅

  • @MahammadHedar-hv3dw
    @MahammadHedar-hv3dw 5 місяців тому +5

    Jabadhu jaabaa sabaa oromoo
    Martii siifan jira lencaa walloo

  • @MameeAbdoo
    @MameeAbdoo 5 місяців тому +10

    Wallicha
    Sa'aad mataa dhiira
    Milkahii bro🎉❤🎉

  • @MUBEMEDIA1
    @MUBEMEDIA1 5 місяців тому +24

    vision entertainment jabadha one level head of production

  • @ዋሎየዋነኝከዉቦች
    @ዋሎየዋነኝከዉቦች 3 місяці тому +2

    ወልካም ቱ ሳአድ አዉዋል ብርቂየ የካም ልጆች ሊዩ ክብር አለኝ ለናተ የባቲዉ ቀላጤ 🎉❤

  • @faffiiTube01
    @faffiiTube01 5 місяців тому +14

    Kan Dhukka'uu Naatoo
    Kan Xiixuu Kilashii
    Baada jollee wallooo
    Addunyaan bilashii❤💚❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @LijAmee
    @LijAmee 5 місяців тому +11

    እንኳን ደና መጣሁ የኔ ጀግና ሺአመት ኑርልን ሀቢብ ❤❤

  • @Ahmed-j1l1p
    @Ahmed-j1l1p 5 місяців тому +5

    Sa 'ad Awal Leenca Walloo Kamisse Jabaadhu🎉🎉🎉🎉

    • @jsgsu2687
      @jsgsu2687 3 місяці тому

      Sa/ad Awal batee bar garuu waalloo tokumaa ❤

  • @waltejitola3337
    @waltejitola3337 5 місяців тому +15

    Woooooo saado mootii dhiira❤🎉🎉❤🎉❤❤🎉❤🎉🎉❤❤

  • @AliyiHasan-s8v
    @AliyiHasan-s8v 5 місяців тому +8

    Bagan WALLO tahe walahii❤❤

  • @AhmadEndiris
    @AhmadEndiris 5 місяців тому +3

    Abba wallicha goota kenyaa
    Jabadhuu sanyii

  • @walloodhalataadawweeban4174
    @walloodhalataadawweeban4174 5 місяців тому +10

    Wow sirba Yeroo isaa art Sa'ad Awal jabbaa Saba ilman oromtichaa walloon Lafaa raasaa wow wow Saudi Arabia irraa sii Dawwaataa jiraa sirba walloo goota oromo mataa ol warra qabe jiraadhaa🎉❤🦁💪

  • @Abdu-yr1wx
    @Abdu-yr1wx 5 місяців тому +7

    Sa,ad koo goticha qiiteee kuma rabbin umurii daareefi fayye gutuu seife hakanu ❤❤❤❤❤

  • @OsmanMerainehaden
    @OsmanMerainehaden Місяць тому

    Masha Allah sa,ad awal jiradhu waluman jiraa

  • @hawahusen8733
    @hawahusen8733 5 місяців тому +23

    Ee akkas walhii akkama kee namati tolaa abboo Gootichaa sanyii goota oromtichaa walloo sanyii warqituu darbii jiradhuu sa.ad awwal oromtichaa bareentoo❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @abdigena2045
    @abdigena2045 5 місяців тому +8

    Ijoollee ilmaan sabaa!
    Isin jaaladha!❤❤❤

  • @NuruuYassin
    @NuruuYassin Місяць тому

    Lencaa walloo jiraadhuu

  • @JgDg-bv1xz
    @JgDg-bv1xz 5 місяців тому +5

    Saada awala mucaa biyaa koo. Qalii oromo walloo batee jabadha itii fufiii. 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ibsasule96
    @ibsasule96 5 місяців тому +7

    let as go oromoo music kan milliyon naquu qabanaa....sead awal gotaaa❤❤❤

  • @cushticethiopia3133
    @cushticethiopia3133 5 місяців тому +5

    This powerful song makes me emotional. Cool song:)

  • @loubabaqali7676
    @loubabaqali7676 5 місяців тому +10

    Qali ilmaa waloo baatee. Jabadhu. itii fufii. Jabaaa ilmaa oromo hudaa. ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @temam_da
    @temam_da 5 місяців тому +35

    Boom boom💥 💥

  • @jarsojarso2864
    @jarsojarso2864 5 місяців тому +2

    Jabaa koo waan bareedaa hojjatte. Jiraadhu!!

  • @Kadijaamahamadi
    @Kadijaamahamadi 5 місяців тому +9

    Bagaa nagahani nufii dhufite lencaa kenyaa Akkatii sijalanu nufii jiradhu sa da kenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Kakiiorowalloo
    @Kakiiorowalloo 5 місяців тому +7

    Saaid awwala Sabaa koo gaaltomii
    Leencaa walichaa koo❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @alsenfikadu6878
    @alsenfikadu6878 Місяць тому

    Sa'ad Awal "Wallicha" 💥💯

  • @HasanMuhammmed-b6t
    @HasanMuhammmed-b6t 5 місяців тому +25

    Ayii lafa wallo tana goota meqa itti dhabne😢😢❤አገራችን ወሎ ደማችን ኦሮሞ ህዝባችኒም ነፁ🎉🎉

    • @rozazouba7538
      @rozazouba7538 5 місяців тому

      wallo gegina hzbi newe mertun be kindu yaqoye gegina liki ede wallga bertu ya qomca werari amara gbarun beluti oromo gegina newe ❤🎉

    • @HasanMuhammmed-b6t
      @HasanMuhammmed-b6t 5 місяців тому

      Darbi jiradhu dhugaa banta 🎉

    • @Zaharahasanwalloo
      @Zaharahasanwalloo 5 місяців тому

      Dhugaa jetee wallaah🥹🥹🥹​@@rozazouba7538

    • @MominaMomina-rp9cw
      @MominaMomina-rp9cw 3 місяці тому

      እራስሽን ችለሽ ተነገረ እኛ ወሎዮወወች ኦሮሞ አይደለንም በንግግርሽ አቅለሸለሸኝ

  • @Fozittinanyiyeewallowaliji
    @Fozittinanyiyeewallowaliji 5 місяців тому +7

    Wow goticha Walloo bayye bareda rabbi si ha eguu💪💪💪💪💪💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝

  • @dembalunuguse953
    @dembalunuguse953 Місяць тому

    ijoollee walloo.Sanbatee,Kamisee Caffaa,Baatee,Axaayee,Jiillee,Dawwee,Baay'ee sin jaalanna.Gootota keenya isin

  • @ademhassan-mx4gt
    @ademhassan-mx4gt 5 місяців тому +7

    sa.ad awali wana ofii sijalana jabadhu ❤❤❤ sifana jira abishira sa.ada kenye

  • @leyanbt5913
    @leyanbt5913 5 місяців тому +9

    Dhirii yaa dhalatuu jajjabeekoo, ormii qabsoo xumuree bilisoomee galee gabruumaa jalaa rafaa, ummataa waloo kan garumaaf gadii hin jene❤❤❤❤

    • @حوا-ض6ث
      @حوا-ض6ث 29 днів тому

      Kkkkkkkkk❤❤❤❤ dhuga kettii wallaahi

  • @MohmmedAll-z7b
    @MohmmedAll-z7b 5 місяців тому +2

    Kan amaan duraa iraa amaa akka haarawati gurmofnee akka qaabsonu nuti ijoolen waallo nu egaa kutaan oroomiya senaa riirmi hin nyaatu✊️✊️✊️✊️✊️

  • @moyibonjifar1592
    @moyibonjifar1592 5 місяців тому +18

    walloooooooooooooooooo wallichaaa balbala oromooo
    welcome!!!!

  • @M-eb4rn
    @M-eb4rn 5 місяців тому +22

    Oso sirba Amara ta'e qaata kuma Dhibba lamaf Sadi ta'e jabadha like jaalala sa'adif qabdan Arguun ammaga oromo to❤❤🎉🎉🎉🎉

    • @UmarWalloo11
      @UmarWalloo11 5 місяців тому

      Oromoon wan office hin betuu bar

  • @MuraadShasha
    @MuraadShasha Місяць тому

    Wow wow ijole warqitu

  • @HussenHasen-tg3yf
    @HussenHasen-tg3yf 5 місяців тому +4

    Gotaa Oromo kenyaa nuuf jiradhuu waggaa 1000 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @HamimedSaid-d4o
    @HamimedSaid-d4o 5 місяців тому +4

    Baga Nagahaan dhufte goota walloo sa,ad keenya❤

  • @MadinaMadinaibrahim
    @MadinaMadinaibrahim 5 місяців тому +2

    Nuu jirashuu wan hudafuu sa,ad kenyaa gotaa wayuu❤❤❤❤❤❤❤

  • @bonaumar535
    @bonaumar535 5 місяців тому +6

    Goota nama naaf jiraadhuu❤❤🎉

  • @SayidarabMahammad
    @SayidarabMahammad 5 місяців тому +5

    Ijollee wallooti lubbuu qaali isiniif kennina💪💪💪💪💪

  • @AdenIdris-nj9xu
    @AdenIdris-nj9xu 4 місяці тому +2

    Wallon lafaa rasaa dhugmaa walahii❤❤

  • @foziyaaarsiifoziyaaarsii6926
    @foziyaaarsiifoziyaaarsii6926 5 місяців тому +12

    Antu duraa like godhe

  • @Mametips
    @Mametips 5 місяців тому +5

    Walloo💙😍🤝sa'ad❤

  • @mohammedtola4036
    @mohammedtola4036 5 місяців тому +1

    Wow Wow leencaa sabaa jabadhuu kanaa olii sirraa eganaa ❤❤❤❤❤❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥👌

  • @ObsaaHasan-t7o
    @ObsaaHasan-t7o 5 місяців тому +10

    Kan Anaa dura dawwatee hin jiru❤❤❤❤❤ birraa gemmadi
    Barsiisa yaasoo kabbabaa
    Fi sa.ad Awwal galatoomi nuf jiraadha

  • @DjChicha
    @DjChicha 5 місяців тому +4

    Sa'ad kiyyaa baga nagan dhuftee.....
    Walloon sihuma qabdi jabaadhu ammas dalagaa hedduu sirraa eegnaa

  • @AaFa-q2x
    @AaFa-q2x 4 місяці тому +1

    Wallicha keenya ❤❤❤❤ Nuboonsitanii bar Wallo koo 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

  • @warku000
    @warku000 5 місяців тому +14

    Wara dhiiga issaniin nu tikse waloo ko❤❤❤

  • @HusenMuhe-ui8hu
    @HusenMuhe-ui8hu 5 місяців тому +5

    አንበሳው ❤🎉

  • @kedirtizazu4906
    @kedirtizazu4906 Місяць тому

    Qaaliikoooo

  • @sinboneesanyiihacaaluuhund8951
    @sinboneesanyiihacaaluuhund8951 5 місяців тому +7

    Baga milkooftee jabba saba ❤❤❤❤nuf jiraadhu 🥰🥰👌👌

  • @MldMld-hi9xs
    @MldMld-hi9xs 5 місяців тому +3

    Leencicha sanyii leenca nuuf jiraadhaa ilmaan walloo koo ❤❤💪💪💪

  • @BiftuuUsmaail
    @BiftuuUsmaail 5 місяців тому +2

    ijolle warqituu bayee isin jaladha walay jajabdu oromo 🙋♥️♥️♥️♥️

  • @foziyaaarsiifoziyaaarsii6926
    @foziyaaarsiifoziyaaarsii6926 5 місяців тому +9

    Love Walloo koo biyaa gotaa ❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

    • @asas9626
      @asas9626 5 місяців тому +1

      ❤❤❤❤❤