Haasaa Pr Lammaa Magarsaa Yaa'ii 9ffaa DhDUO irratti taasisan 09 01 2011

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 2 жов 2024

КОМЕНТАРІ • 216

  • @allaahkariimsharifii.raaya7893
    @allaahkariimsharifii.raaya7893 6 років тому

    mashaa Allaah umurike raabii nufii adheresuu gotaa kenyaa

  • @baleeverlastingtours9503
    @baleeverlastingtours9503 6 років тому +2

    May god safe you from evils eye and protect you from your enemies you will bring a change to all Ethiopia that’s what all of us need. We love you 🙏🙏

  • @ibrahimalemu3362
    @ibrahimalemu3362 2 роки тому

    Bakka jirtuti Ciminaanafi bilchinaan akka hojjachaa jirtu ifaaf ifatti naaf gala,garu dubbadhu

  • @maimonamaimona1000
    @maimonamaimona1000 6 років тому +14

    Lamaicho iji dina isin hin argin nu jirradha huddi keessanu

  • @ibrahimalemu3362
    @ibrahimalemu3362 2 роки тому

    Kabajamoo Obbo lammaa Magarsaa Haasa fi Ibsa atin gootu dhaga'uuf baayye nama hawwata

  • @kerayub2681
    @kerayub2681 4 роки тому

    Hinjifenon umete Oromof hateu.

  • @almazali2069
    @almazali2069 6 років тому +8

    Burqaa bekkumsaa cimaa waaqni siiffii yaa kenu kabajama obbo lamma margarsaa, yaadni hunduu Kan saba oromo biqilchuudha

    • @abdullamohamed3531
      @abdullamohamed3531 6 років тому +1

      raabii umurii dheeriinaa sfi akenuu-obolaamaa dofitoori laamaa

  • @asffhn9652
    @asffhn9652 6 років тому

    አቦ ለማ መገርሣ አዲ ልብ አዲሀይል
    ጀግናችን እዉነት ለደኩተር አብይና
    ለደመቀ መኮነን ለአቶ ገዱ ለአቶ
    አቦለማ እዉነት ህዝብ ኢትዩጲያ ከፈጣሪ
    የተሠጠን የበሀር ጥልቀቱ የመሬት ስፋቱን
    ክብርና መጎሥ የተላበሣችሁ የቁርጥ
    ቀን ጀግኖች አልማዝ እቁ ወርቅ
    ፍጡር ብዬ ብጠራችሁ ያሥብኛል
    እደዉ በጥቅሉ አለህ ይጠብቃችሁ
    ለህዝብ የቆማችሁ በፈጣር ሀይል
    ከናተጋ ይሁን ዲሉ የናተይሁን
    ኢትዩጲያንእና ህዝቦቿን ፈጣር አብዝቶ
    አብዝቶ የባርካት ዉዲዲዲዲዲዲ

  • @booniilataa8840
    @booniilataa8840 5 років тому

    Waaqayyoo gooftaan isiin fanaa tahu jaabadhaaaaaaaa

  • @najatismail7553
    @najatismail7553 6 років тому +1

    Lenca koo Lammakoo gottakoo nuuf jiradhu rabbi umrikee nuuf ha dheresu 💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖

  • @salamawitmarsha4168
    @salamawitmarsha4168 6 років тому

    Dh D U O ergaa lammaan dhufee dha kan innii hojii egaale

  • @bitkamp9215
    @bitkamp9215 6 років тому +4

    Oromummaan
    -Jalaaladha
    -Jireenyadha
    - Gamtaadha
    - Injifannoodha
    - Tokkumaadha
    - Nagaadha
    - Bareedinadha
    - Gottumaadha
    - Bekkumsadha
    - Kabjadha

  • @beleyougebriowt2792
    @beleyougebriowt2792 5 років тому +1

    Ato Lemma 21centry hero for making one bigger Ethiopia living Ethiopia as Ethiopian out of selfish individual trying to cut in pieces Tplf want to full fill her dreams greater Tigray doesn't car the rest Ethiopia

  • @birukgirma1198
    @birukgirma1198 6 років тому +1

    ክቡር ኦቦ ለማ መገርሳ ምርጥ ኢትዮጵያዊ ..... ኦሮምኛ ባልሰማም ኦቦ ለማ መገርሳ ሲያወሩ ግን ማዳመጥ ያረካኛል በቅርቡም በእርስዎ ፍቅር የተነሳ ምርጥ ኦሮምኛ ተናጋሪ እንደምሆን አልጠራጠርም. ... እረጅም እድሜ ከጤና ጋር ፈጣሪ ያድልዎት. .. ገለቶማ

  • @hamziyasani3628
    @hamziyasani3628 6 років тому

    wowowowo nufi jiradhaa Bilissuummaan baritee ifte akka adduu nufi jiradhaa Qommowwan ko

  • @siifusanyiijawarmohammed8929
    @siifusanyiijawarmohammed8929 5 років тому

    Umrii hargeessa,nu jiraadha

  • @dzakiyahalfi6178
    @dzakiyahalfi6178 6 років тому +6

    Galata onnerra made sif qabna obboo lammaa

  • @كوكبابيارو
    @كوكبابيارو 5 років тому

    🇪🇹💋🇪🇹💋🇪🇹💋💋💋💋🇪🇹💋💋💋💋💋💋

  • @lalistulalistu4216
    @lalistulalistu4216 4 роки тому

    Lammii keenyaa jabadha

  • @samabaghdad6599
    @samabaghdad6599 6 років тому +1

    Leeecaa gota oromoo 💪💪💪💪👍❤💓💔💕💖💗💞

  • @waliyatubewaliyatube190
    @waliyatubewaliyatube190 5 років тому

    nufu jiiradhu lamii koo

  • @ametuhussen3193
    @ametuhussen3193 4 роки тому

    Hacheho malgottu

  • @monerasisay7526
    @monerasisay7526 5 років тому

    Dhugaa siyadubisu.

  • @najeebaawal9413
    @najeebaawal9413 3 роки тому

    Lamaa aaba dhugaa sii

  • @gadissanegawo9344
    @gadissanegawo9344 6 років тому

    You're a great leader. Thank uou.

    • @zenozeno5522
      @zenozeno5522 5 років тому

      Lama waqayoo sif hadhabatuujiradhuu 10000990000000000000000000000000000000000

  • @jamilaabintiimuhammadaliyi8975
    @jamilaabintiimuhammadaliyi8975 6 років тому +1

    mashallah mashallah mashallah mashallah yaa raabbii ijoollee kenyaa kaan biiraa nuuf dhaabaadhuu

  • @ሚካኤልአባቴአተውጠብቀኝሚ

    ለማችን ምን ልበልህ ቃል የለኝም አንተን የምገልፅበት ፈጣሪ ይጠብቅህ

  • @kafalekissi8657
    @kafalekissi8657 6 років тому +13

    gootota keenya Dr Abiy ahimad, Dr Lammaa Magarsaa, Activist cimaa jowaar mohaamad, Baqqalaa Garbaa,.......waan isin qabnuuf boonna nuuf jiraadhaa

    • @kristiansilas8890
      @kristiansilas8890 3 роки тому

      pro tip: watch series at flixzone. Me and my gf have been using it for watching all kinds of movies recently.

    • @ethanmario6062
      @ethanmario6062 3 роки тому

      @Kristian Silas Yup, I have been watching on Flixzone for since november myself :D

  • @jamal5262
    @jamal5262 2 роки тому

    Odu haradha Ethiopian news

  • @kadijahuseenkadijaahuseen6042
    @kadijahuseenkadijaahuseen6042 6 років тому +3

    Dhugaa gammachun obboo lamma fulumaa irraa ifaa uuuff lencaa oromoo bagumaa oromo tatee gammachun kee kani sabaa oromoo hundaa haa ta'uu lancaa onnee gutuu

  • @gannattolasaa6094
    @gannattolasaa6094 6 років тому +2

    Lammaa ilma sabaa nuf bilii rabbii umrii dheeraa siif yaa laatu ♥️♥️🌷🌷🌹💪💪

  • @mariejose5293
    @mariejose5293 5 років тому +1

    Kabajama Lammaa magarsaa bay sejalana

  • @nasimahassan8057
    @nasimahassan8057 6 років тому +2

    Rabbi isiinira haajalatu ijaa hamma isiinira haqabuu

  • @nimonaa_Nemera
    @nimonaa_Nemera 6 років тому +1

    wow kana boodaa yaa lammii nuu jabadhaa!!!!!!kana boodaa sirnaa gadaa keenyaa Addunyattii agarsiisuuf jirraa.

  • @saboontitibale8035
    @saboontitibale8035 6 років тому +2

    D.r abeye, lamma I have big respect and love for you as my Oromo brothers may all of you guys lives long life. And you make us proud

  • @lalistuwallaga5050
    @lalistuwallaga5050 6 років тому +8

    Lenca sanyi lenca obbo lammaa &dr abiyy❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪👈👈👈👈

  • @caaltuufiraol.5603
    @caaltuufiraol.5603 6 років тому

    Lammaa kenyaa jechaani ittiin sii ibsuu hin qabu.Nama dhugaa quqqaamaa lammii ofiiti qabu kani akka ketii kana waqaayyoo nuf ha bayisuu.😍😍💘💘🙏🙏🙏🙏💪💪💪💪💪💪

  • @tonnymunyoki8315
    @tonnymunyoki8315 2 роки тому

    Lecaa.hatii.deesee

  • @umarabduqadir2753
    @umarabduqadir2753 6 років тому +2

    gootaa kanin ijaan arkee lamma magarsaati

  • @kaddijabintilislam1345
    @kaddijabintilislam1345 4 роки тому

    Nuf jiradhaayyu kenya umuri nuf dheradha ilove Dr lammaf dr abiyif jawwar hundumti kesanu ILove you gotota kenya

  • @danibultum4444
    @danibultum4444 5 років тому

    Kana prime ministeriin,,Abiyot fafee Dha oromoo bakka hinbu'u

  • @siifusanyiijawarmohammed8929
    @siifusanyiijawarmohammed8929 5 років тому

    Gootota,hayyoota M.m.Dr Abiyi fi M.N.O obbo lamma magarsa isiin ibsa ykn mabiraatii ummata oromoti ija diina isiin irra ha qabu

  • @seenaasefisa1438
    @seenaasefisa1438 6 років тому

    wooow jechaa keessatuu nama boonsa goototaa ijjoollee Abbaa gadaa nuuf jiradha

  • @arsiiasallaethiopia3323
    @arsiiasallaethiopia3323 6 років тому +5

    waaqayyoo nama lammii isaatif dhugaa dubatuu waaqayyoo isiini haa tasisuu jechaani isini jedhu hin qabu obbo lamma fi Dr Abiyi baay'ee isiini jalaanaa isaa dhugaa isiini jalaanaa sanyi oromo akkati namaf dubataa dhugaan bula jireenyaa garii isiinif hawiina waaga 27 kessati gadii jene bule haraa garuu ija banane jiraa jabaadha lammii kenyaa isaani biraa dhabane haa deemun waaqayyoo isiini haa ebisuu hamatun isiini hin argini dhugaa waaqa jechii naa hanqata waayoo lammii koo 😍😍😍😍😍😭😭😭😭👍👍👍👍👍👍👍👍💪💪💪💝💝💝💝💝👐👐👐galaata waaqayyoo ifti bane dukaana ijifane jiraa galata obbo lamma fi Dr Abiyi galaani haa gahuu Ameen Ameen Ameen

    • @liyunewselame7036
      @liyunewselame7036 6 років тому

      Ameeeeen biltu waqayo dhabe enyutu hin bukisu wan tahef ini saba kenyaf nuf kene waqumti isan ha tiksu dhuga ya waq simatu beka abako

    • @esmaelnure5501
      @esmaelnure5501 5 років тому

      leca ormo lama magars atli nufi jirdhu leckiya abqabso qaero ormo lamiye kiy lubu kiya

    • @zenozeno5522
      @zenozeno5522 5 років тому

      Watii naf hin galiintujira isnoo ormotatanii lamiinbiradhuste hakamiti nunhachuudandesii. 58

  • @danatezeta2379
    @danatezeta2379 5 років тому

    Laammaa nuuf jiradhu goota oromo 👍👍👍👏👏👏👏👏👍😍😍❤❤❤😍😍😍💯👈

  • @oromoonenation8258
    @oromoonenation8258 6 років тому

    TOP BIG JALATAMAAF KABAJAMAA OBBO LAMMAA MAGARISA,bayee bayee tokkoo galatom,garuu kan OROMIYA jeeqaa jiraan umata minilik safarota waan taanif,nuraa owii

  • @lalisemucaakakkuuti2905
    @lalisemucaakakkuuti2905 6 років тому +2

    Lencaa koo umuri kee nafii haadhiissuu waaqayyoo bayy'ee sijalana bayy'ee sikabanyaa qobakee dhaabbaati dina gidduu bilisuma nufii fidee sadarkaa kani geessee nufii jiraadhuu

  • @abdiirashiid586
    @abdiirashiid586 6 років тому +3

    Isiniin Boonna Mahandisa mahandisoota qabsoo oromoo!!

  • @serkelamdemisse1007
    @serkelamdemisse1007 6 років тому

    Umurii dheredhu si jallana lamma gota Kenya nufi jiradha😙😙😙🌷🌷🌷🌷👏👏👏👏👏👏🌼🌼🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻

  • @masiikiyyaa8953
    @masiikiyyaa8953 6 років тому

    Jalewan Kenyaa Sanyii Kormaa L & A

  • @kadirgoosaa7976
    @kadirgoosaa7976 6 років тому

    Kaabajaamoo DR Lammaa Magarsaa kaabajaamoo Dr ABBiYYi Ahmad Gaalataa Guudaa qaabuu uumataa oromo Birraa Rabin umuri kesan haderesu heeduu sin Jaalannaa

  • @RomaA-m7p
    @RomaA-m7p Рік тому

    ❤❤❤❤❤❤

  • @tegeneasefa1159
    @tegeneasefa1159 6 років тому

    baguma kan keenya taatan.deemsa hedduu deemne ammas nu hafa.Har'a garuu haala kanaan akkatti walitti qabamtanii yemmuu yaada akkasii isa soorrata sammuu ta'e kana uummattoota keenyaf dabarsitan maal jetti laata diinni?? yoona afaan kudhaniin hiiktee fincaan ofirra yaasaa jirti.

  • @hlfokawo217
    @hlfokawo217 6 років тому

    Nuuf jiraadhu Dr kabajaa lammaa magarsaa ilmaa oroomitticha ilmaa hàayyichaa nuuf jiraadhu 😍😍😍😍😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍👍👍😗😗😍😍🌷🌷🌷🌷⚘⚘⚘

  • @harmeetoosiinyaadee3592
    @harmeetoosiinyaadee3592 6 років тому

    Lammaa koo leencaa nuf jiradhuu waqqayyoo umurii kee nuf haa dheresuu bayyee sii jalanaa 👍👍👍👍👍👍👍👍👍😍😍😍😍😍😍

  • @ummuhafsaa8185
    @ummuhafsaa8185 6 років тому +1

    Lammaaaaaaa❤❤❤❤❤❤❤❤jecha si ibsu hin qabu Alahamdulillaaah galanni ka rabbii gootota kana nu badhaasee guyyaa ifaa kana nu agarsiiseeti

  • @kumaajebie8682
    @kumaajebie8682 6 років тому

    akkas malee ilma abbaa gadaa!!

  • @ramllaaambooramllaamboooro5321
    @ramllaaambooramllaamboooro5321 6 років тому

    Dhugaaa dhaaa wanti attii dubbatteee hundiii jabadhuu

  • @meyesme7573
    @meyesme7573 6 років тому

    ኦሮምኛ ምትችሉ ትንሽ እንኳን ተርጉሙልኝ ኧረ አሁንስ መረረኝ

  • @hirkobedada395
    @hirkobedada395 6 років тому

    DHugaaf kan qabsahuu dhugatuu moosisaa jabaadhaa lammikoo
    mootummaa oromoo jabaadhuu dookter atimee lammaakoo
    siinis hin dagannee mummee ministeraa dr.lammiikoo
    jabaadhu atis yaa abiiy mooti sii godhaannee nutoo
    hin shakkiin gonkumaa moo'amtuu ni injifatta malee
    nuyii si duuka jirraa har'allee boruullee

  • @emuyeeemuyee2261
    @emuyeeemuyee2261 6 років тому +1

    obo lemmaa megerisaa nuff jiraa dhaa kebejaa guudaa isinifii qebaa

    • @kumiddethiopian4191
      @kumiddethiopian4191 6 років тому

      Oromoon akka bilisomtu situ godhe obbo lamma fi Dr/habiy nuuf jiradhaa.garu qeroo tokkumaa haa qabanu jabadha😍

  • @liyunewselame7036
    @liyunewselame7036 6 років тому

    Oooooooooooooooooooooooooo yarab simatu beka abako obo lamaf dr abiyi atumti isan tiksi goftako ano yadan itin ibsu hin qabu waqayomti kesa nama ilalu waye kesan ha dubatu dhuga na dinqisisa waye kesan gafan yadu uuuuuuuuufffffff jiradha sanyiwan kooooooo

  • @hiwotedamisee5206
    @hiwotedamisee5206 5 років тому

    Jiraadha yaa sabakoo saba kesaani ta'un koo sirriti naa bonsee

  • @sarisaresare7255
    @sarisaresare7255 6 років тому

    dhiimaa tokkumaa hamtuun isiin hin argiinii Dr jalalaa lamaa keenaa baraa kee gamanee maataa olii qabaanee abdii horanee umurii nuu dheradhuu ijaa umaataa Oromo !💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝akkanatii Sii jalataa Oromonii

  • @kacechabera5916
    @kacechabera5916 6 років тому

    waaqayyoo irraa Kaabbaajjaa fii Uulfiinaa Arguudhuu Attii Nama Waaaayyoon kaabbajeedhee Uumuurii dheeraa fii Afiiyyaa siifii Akkaasuumas Dr kenyaa Waalii haa kenuu Waaqayyoon

  • @samabaghdad6599
    @samabaghdad6599 6 років тому

    Lama magarsan jiiiradha ija diinara sinhea egu ind kesanu jallatamtotakenya

  • @oromooromo9609
    @oromooromo9609 6 років тому

    የለመኮ እልማሰባ ኦሮምያን ሱመቀበ

  • @finfinenkanoromodh6750
    @finfinenkanoromodh6750 6 років тому

    Lamaa lamiii oromoo gotaa oromoo lencaakoo sijalnan 👏👏👏👏👏👏❤❤❤💚💚💚❤❤❤👍👍👍👍👍👍

  • @meseretwubishet4883
    @meseretwubishet4883 6 років тому

    Waaqayyo umurii dheraa isiinf yaa kenuu dhugaa jetee mirgaa nama hundaa eguun barbachisaadha

  • @ethiopianatbete9730
    @ethiopianatbete9730 6 років тому

    Obbo lamma ባይየኤ sin jalanna jabadha

  • @tewelde1204
    @tewelde1204 6 років тому

    enante hulet wendimamachoch yemitimeslu yetebarekachu ye Ethiopia lijoch....litasabidugn new
    Selamachu yibza be tselot kegonachu nen! ! !

  • @ketemagofie2797
    @ketemagofie2797 6 років тому

    ogummaan fi beekumsi siif kenname akka haphetti qabatee sifaana yaaturi.bulu!
    gorsamaa cimaa

  • @hfhffdgfgfhgdg6884
    @hfhffdgfgfhgdg6884 6 років тому

    Lencaa lencaa caluu obboo lammaa nuf jiradhuu

  • @tigistbest5198
    @tigistbest5198 6 років тому

    Jabadha oromoo ko waqyyoon sin hagrgaru isnjaladhii sabako oromoo

  • @yedengelleg234
    @yedengelleg234 6 років тому

    Lammi kenyaa nuf jiradhaa hundi kessan

  • @getuturunabiru8175
    @getuturunabiru8175 6 років тому

    Must oromia is Wanner's and many people in eastern Africa therefore Diamonds

  • @birhanebayisa7963
    @birhanebayisa7963 6 років тому

    Jiradhuu lama kenyaa gota kenyaa lenca kenyaa jechi nama hanqata siif uuufff nuuf jiradhuu umri dheeraadhu waqqayyoo ijaa hamara sii yaa qabuu

  • @razeeqajimayaarabbi.murada7329
    @razeeqajimayaarabbi.murada7329 6 років тому

    lammmi koo nuuf jiradhu mahandisi warraqsaa jabadha isiin wallin jirra

  • @sgashs4150
    @sgashs4150 5 років тому

    Leemyeeeee atiii kiliqiqi migbiyaa qadada yalinm.....

  • @saanhaailee4601
    @saanhaailee4601 6 років тому

    Lammaa urmi dheeradhuu nuu jiradhuu jabadhaa sabbontotaa oromoo

  • @fitomjan5613
    @fitomjan5613 6 років тому

    wwww akkana hayyoonii keenyaa Rabbiin hamtuu isinirraa haa qabuu inshallah Umurii isini haa dhereesuhu

  • @lelliseegaramulelliseegara2437
    @lelliseegaramulelliseegara2437 6 років тому +2

    Jiraadhu Leencaa keenyaa 💖

  • @ganamealiyyithankyoujesus9993
    @ganamealiyyithankyoujesus9993 6 років тому

    Jabadhuu lencaa keenya waqaayyoo sii wajjin jiraa

  • @saboontitibale8035
    @saboontitibale8035 6 років тому

    Ilimman abaa gada isiin keenya ta'uu keesanifi heedun isiinin boonna issin jaalana gootoowaan keenya ❤❤❤❤❤❤

  • @samabaghdad6599
    @samabaghdad6599 6 років тому

    Alhamdulila alhamdulila alhamdulila

  • @AdisuGodana
    @AdisuGodana День тому

    Waan harawa

  • @saboontitibale8035
    @saboontitibale8035 6 років тому +1

    D.r abey keenya maafi nujaala guuraachaae samoona kaan ? Ya d.r jaalala hin yaadiin waan maraa raabbii irraatti dhiisi hinyaadayyin okay siin boonna .

    • @ethiopianatbete9730
      @ethiopianatbete9730 6 років тому

      Qerron maqaa oromo xuresuf biyya balesse saame dubarti gudede, ajjese maaf hin gurrachofne

  • @dawitigalianowaqqayyoofhaa9971
    @dawitigalianowaqqayyoofhaa9971 6 років тому

    Wawoo Leencoo ilmaa Abbaa gaddaa D L M ameen nuuf jiradhuu baayee sii galatteefannaa Leencaa keenyaa nuu jabadhuu sii jalanaa waqqayyoon umurii dheerraa sii yaa kenuu jiradhuu D L Lammaan badhasaa Lammittii

    • @almaza2402
      @almaza2402 6 років тому +1

      Nufi jiradhu lami koo👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💟💓💜💝💞💘💛💚💗💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐

  • @badhatuuoromiyaa2423
    @badhatuuoromiyaa2423 6 років тому

    jajjabbadha ilmaan Abba Gaddaa😍😍😍😍

  • @unityispower8336
    @unityispower8336 6 років тому

    an du'ee ati naaf jiraachuun hawwa Kabajamaa koooooooooooo

  • @elshaadayyesuusko4831
    @elshaadayyesuusko4831 6 років тому

    Wowowo ijjidiina isiniraa haajaamu jaameeras umurii dheera isiniif hawina lamnan kenaa lamiiti

  • @hadhaamuradiihadhaamuradii8065
    @hadhaamuradiihadhaamuradii8065 6 років тому

    Rabii urumii sii ha dheresuu hamatuu siin hini arganini 👍👍

  • @shaasheetube9199
    @shaasheetube9199 6 років тому

    U are exactly hero's, God gifts you for as, never back down never give up!! you have to much does for as, and you saved Ethiopia today and forever, keep it up ur good work

    • @almaza2402
      @almaza2402 6 років тому +1

      Ieca koo💜💛💚💗💘💜💜💜💜💛💚❤💙👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷

  • @martatades6717
    @martatades6717 6 років тому

    Nuuf jiradhu gota kenyaa

  • @queenhangaatu9020
    @queenhangaatu9020 6 років тому

    ❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️👏👏👏👏 love you obbo kabbajamo Lamma Magarsa live long and God bless you✌️😍 Go Forward may Allah with you...

  • @7-Aniya
    @7-Aniya 6 років тому

    OPDO, You have done very well. Your next step should be justice for the wrongs that were done. Bring TPLF thieves and their accomplices to justice. Keep up the good job 👍

  • @kooketabdurahman2105
    @kooketabdurahman2105 6 років тому

    Daayrektara jaalalaa aduwwii keessan ijji haa jaamtu

  • @abarashabarash6004
    @abarashabarash6004 6 років тому

    uuuuuufffff waqayyoo sin haa tiksu uuummatako oromoo hunda kessan💋💋💋💋💋💋

  • @cellmarha8603
    @cellmarha8603 6 років тому

    Kanumaa irraa Afaan kee Dammaa yata'uu

  • @jamilaabintiimuhammadaliyi8975
    @jamilaabintiimuhammadaliyi8975 6 років тому

    gotootaa kenyaa ijaaraa nuuf hafaa diin isiin hiin argiin