Fatiya ati siri jirtu walahi malif jenan yero hunda wahe jarti tana bahariti hasota ufuma jarsa alati basani hin iyani 4n ha gutate nagahan tau kalas😢😢
Kun dhala wahuma fala jira male bareedina kam qabatetti ishi dullachin ati immo bareedina bilashin deemta intal fatiya banan kana asid fuulatti neeyxe bira hin deemtu ajuza bifa ykn mallaqa hin qabne kana jala teesse afaan bana oolta ishi malaxa hadharow kana
Wl wr wb welcome abu hamza galtomi wara si komado ani Afarafa tudhafi qopii xumrte fatiye ayamni asumni mati nata umata fiqirii rabin walifi isani hadhisu aba hamza barana eba qaba egaa gote afaru gutadhu ka nawalin jabdha 😂😂❤❤❤
Wallaah fatiyaa silaa irraa deebitaan Aruzaa gootanif hedduu gammadaa Abu hamzaa ❤❤❤❤❤
Anatuu dura ilaalee warreen akka kiyya maatii kana jaalatan like godha❤❤❤
Fatiyaa gabuu fi inaafuun hin dandahamu.
Piraankii akka feeteti irraattii hojadhuu dhukkee irraa kaasi🎉🎉🎉
😂waanko atii ho maasanuu Hin dabalatu😂kiwu jechun Amma kaa yaa waanko atile Jaalalii jaarsa ketirra ____😂
😂😂😂😂
Hadhaa hamzaa fi tasilim qofaa malee argaa namaa birraa hin fenuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤nuf jiradhaa ❤❤❤❤❤❤
Waa'aleeykumasalam warahamatullahi wabarakatuu yaa Fatiyaa tiyaa ❤❤❤ yaa obbolesaa kiyaa Bahari ergaa Tasilimaa futee kantee boodaa hafalaa aji'baa tokko godhufii qabdaa Fatu to ❤️ woollahi yoo ini siif hin gonee anatuu hafalaa aji'baa siif godhuu jiraa. insha'Allah ❤❤❤❤ fatu to
❤❤yaa fatuyyee ramadannii dhufee dhisii soba abba mana Kee jabeffadhu dhisii
Taslimiirratti dhabbadhu ni gaaha bahra jarumaa horadhu akka gaariitiii❤❤❤❤❤ilmaan kee wajjiiin ❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂😂 mashaaa Allaaah Rabi walifi isnii hadhisuuu umaataa jallala jabadhaa f❤b❤T❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Walhi fatiya ati miskina❤❤❤
Wollaahi oso harawaati.fatiyaa .futee .dhallaa biraa dhise .Fatiyaa fi ililli .qofa❤❤
Fatiyee lubbuu....mashallaa.. 🎉🥰🥰🥰❤️❤️bahar Ani hanguma cidha keessan arguuf mudameen jira 👌👏👏👏👏Wollah yaa Ummata dubartii akka fatiyaa isiniif haa kennu hunda keessaniif 🤲🤲
Taslimimati siraa haa dhabatuu fatuu Bari kenyaa sii gayaa sadinumaa tanaa halani kununfadhuu❤❤
Hojii kee nyadhuu fatiyaa yoo waani fadhaa dubinii dimaa debitaa jetee fatiyani 😂😂😂😂😂I love you F❤B❤T❤❤❤❤❤❤
4ffa ijolee arasi fudhu qabada ijolee shashe fatiya sii eyate jirita❤
Shamarana arsi rakkasha miti
Lakkii Nuttii Rakasa Mittii kanni Jarsa Abba Berra 3 Herumnu😮
Fatyaa too bayee sii jaladhee odaa sii hordofuu egalee wagaa 2 calee bayee sii jaladhaa eshii❤❤❤❤❤❤
Mashaallah fatiyaa fi taslim fi bahra mashaallah 💕💕💕💕💕💕💕💕💕💔💕💕💕💕💕💕💔💔💕💕💔💔💔💔💔💕💔💔💔💕💕💔💔💕💔💔💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💔💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
Rabbiin woliin isin hatursisuu jalala baredaa kanaaan
Bahar aruzaa fatihaa godhefi
Please waliif isiin haa dhiisuu ❤
Mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa tabarakaalaa kkkkkkkkkkkkkk fatiyaa hojilaa ke nyadhu😂😂😂😂
Wallahii billahii tallahii warrii dawatotaa homa isini hin godhu.ilmaan teessan guddifaadha.ililiin walitti araramaa nagaan guddifaadha.
Silaa sooda keenyaa tatee maal qaba yaa Abu hamzaa keenya qaalii ❤❤❤❤❤Dirqama Arsii keeysaa fudhuu qabdaa kkkkk
Kadijaa mali arsin jarsa nama ni herumti sun jedhani waraj arsi ira
Fatiyaaa guyyaa arrosaa taslimii gotaan atillee guyyasaa arrosaa kee haromsisiii isiin lachuu bakkuma takka mushurraaaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kkkkk wawaw naa tate ammas prki godha taslim siin fedhu haa jetuni irti dalaga Walhi hedu isin jaladha f.b .t ❤❤❤
Maasha Allaah maati jalaalaa yoo isiin walii biraati arguu hedduu gammaadaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ B& F&T❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉fedhii malee kolfee fatuu hojii koo moo 😂😂😂😂😂😂
Dhugaa keetii bahar sikoomadoo fudhii baye.ee isiin jalalaa B❤❤❤❤❤❤❤❤f ❤❤❤❤❤T ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Fatu ati nama ebifamitudhaa hadho koo❤️❤️❤️❤️❤️❤️B&F❤️❤️❤️❤️❤️🎉🎉🎉🎉🎉🎉sini jaladhaa jabadhaa 🙏🙏🙏🙏💪
❤❤❤❤❤❤Fatiyaa bahar qofaa❤❤❤❤ 🚫taslimii wola illilii 🚫
Dhugaa se ee,rifadhee wolyii fatuu koo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Bahar morkaa Tasliimi fi fatiyyaatii. illiiliinis taa arfafaa sitti futtii shakkee sii tatee Bahaarii maburuk🎉🎉❤❤😂😂
Fatiya ati siri jirtu walahi malif jenan yero hunda wahe jarti tana bahariti hasota ufuma jarsa alati basani hin iyani 4n ha gutate nagahan tau kalas😢😢
Me dhuganu hafla wahii baredu taka fatu tenya godhi nuti argisisi bahar ❤❤❤❤
Hojii kee nyadhuu kaa fatiyaa too 💘 mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa
Maasha Allah 🎉🎉mabruuk Alfaa mabruuk horaa bulaa ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 ega gotani 4⃣ gutaa
Sadi irraa dhaabadhuu baaharoo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Mashaa allaah fatuu tiyya dhiisi firraa tasliim boodan 4faa oboleyti xayibaa rajab haafuudhu 🤣🤣 ykn dhalaan nagaya siif hin kanitu yaman keysati😆😄 ...atiis haarayan irra deebi'ee haa sifuudhu abshirii 😘
Kkkkkkkk ee baajani ethiopia hin dandayamuu😅😅😅😅😅
❤🎉🎉❤ mashaa Alhaa Tabbarakalaaa Umrii Nufii Dheradhuu Walili ❤ B ❤F
Mashaah Allaah fatiha tiyyaa 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Kkkkk Ani suma Tana Ajaa'ibaa jira Fatu Koo ❤ wallahi Ati ummata Amma jiru kana irraa Addaa warra nuu dura darbe ta'a akka Aisha kadijaa fa'aa keessati sii ramade Ani dubarti akka kee Amma Addunyaa Kanarra waan jirtu naati fakkaattu bareedu Koo ta'a rabbiin waan hundaan bareechee ❤ jiraadhu
Mashaa Allah ❤❤F❤T❤B❤❤🎉🎉🎉Bahar kootuu Asrii ❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Mashaa allah tabarakkalaa waliif isiin haa dhiisuu ammale walif jannee ayya bahara dhirri tun onnee meeqaa qabdii qooy mee😅😅😅😅😅😅
😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Onnee 4🤣
Kun dhala wahuma fala jira male bareedina kam qabatetti ishi dullachin ati immo bareedina bilashin deemta intal fatiya banan kana asid fuulatti neeyxe bira hin deemtu ajuza bifa ykn mallaqa hin qabne kana jala teesse afaan bana oolta ishi malaxa hadharow kana
Faatiyee naa kofaalichiiftee inuu daaimaati deebite waanii fuudhaa duubananii jeeteni 😅😅😅😅😅😅😅😅❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Kkkkkkkk maroo biratii isin ergaa jetaa ililii maroo biratii eragadhuu
Numa leca bo bahar kuni naf tahee jira istallii isaa wly
Frree sikomadoo arasiii kesa lee fudhuu qabaa😂😂😂😂😂❤❤❤❤
Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah rabbiin waliif isiin haa dhisuu ❤F❤B❤❤
Amaa mal iraa jirtanii mashalaa tasliim akaam tatee
❤❤❤❤❤❤Mashallalha Mashallalha tabarklha bayee isn jabadhaa
Hadhaa hamzaa fi tasilim male nadhoo biraa sihaa jibbisisuuu Amiin jedhaa naa agarsisaa dawatotaa b❤&❤f
Kkkkkkkk😂😂😂
😂😂😂
Amiiiiiiiiiiiiin
Amiiiiiiiiiin ❤😂
Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin kkkkkkkk
Congratulations fatiyaa Bahar tasilimaa 🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂kotuu sifii keninaa
Kan 4 ana godhadhu bahariye 😁😁😁
Nagaya bahara sira Hagutuu nutii wan fatihana ja.aa jete numa jennaa gaa 😂😂
4 arsii fusisii fatiyaa❤❤❤❤❤❤❤
Bahar afraafaa nafuudhii kaa. ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Rabbiin sirraa haagutu
Please takka tan bira itti idaif san bada kalas Bahar addabate ta,a matan isa has owu good fatiha
Uuuuufff matii jalaalaa wolyyii heduu siinn jaldhaa annaa olitii rabii issiin haa jaltuu❤❤❤
Dhugaa seehee rifaadhee fatuu tiyyaa qaali ❤❤😅
Baharri fii jarrsa kiyya takka dhuga rabbi fudhuma itti busse 😢😢😢akka itti garra naa gubbatta 😢😢😢😢
😮😮😮😂😂😂😂kkkkkk ani nin kolfe irra murii😂😂😂
😂😂😂😂😂😂
@@shamsham1309dhugaa rabii ani j koo anaa malee akka fudhu hin fedhuu😂
Akka itti Sabarnu fitihaa irra bardhu ga 🤣🤣🤣 Onneen dhibbaa sin dhahin ga ❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤
Sumaratti ha olchu wlh bahar kheyr
Waleeykumusalaam Warahmatullah wabarakatuh
Wl wr wb welcome abu hamza galtomi wara si komado ani Afarafa tudhafi qopii xumrte fatiye ayamni asumni mati nata umata fiqirii rabin walifi isani hadhisu aba hamza barana eba qaba egaa gote afaru gutadhu ka nawalin jabdha 😂😂❤❤❤
❤️❤️❤️
Wollaahi fatiyuma irra deebi'ii fuudhii
Ws wr wb ❤❤❤❤❤❤ qaliii garriii namaa❤❤❤❤
Isin waliin.arguu caala wantii na gammachisuu hin.jiruu.
Bahar ati ergaa iliilii futee ni uqaatee bahar
Fatiyaa naa kolfisisee😅😅❤❤❤❤❤
Mashaala fatiya qali
Wollhi Fatiyya Osoo Anni Sii Tee Jarsa Kiyyaa Ofuma jabefadhe Jirenya Garrii Jiracha Ilmani Tiyyaa Gudifadha Mallee Berraa Hin Lakofsisuu
Yoo fudha dhagesse ni xiqqattatayyuu jette fstiyan😂😂❤❤🎉🎉
Fatihadhaa aruzaa godhefii baharii ❤❤❤❤❤B FT❤❤❤
Bahaar erga sirkoof Mando feete anatu sitti heeruma 200,000 qopheessi
ijoleen shashee jirtuu 😂❤
Waliif isiin haa dhisuu dhugaa sehee rifadhee fatuu too barduu tiyaa❤❤❤❤❤F❤B❤T❤🎉🎉🎉😂😂😂😂😂
Fatihaa talisimii bodaa cidhaa godhuu Baharii
Mashaa allh mashaa allh ❤❤❤🎉🎉
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa ❤❤❤❤❤❤
Mashala B❤F❤I❤T❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Maashaallaah maashaallaah maashaallaah ❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashallha mashallha ❤❤❤T ❤❤❤F ❤❤❤❤B ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉cogirgirshni ❤❤❤❤❤❤
Wolahi fataa nuu gotani jabadhaa
Masha allh b❤❤❤f❤❤❤T❤❤❤
Bahar sif gaha warana hin gotu bera mata waliti hin qabni
maashaa ❤❤F❤❤❤B❤❤T❤❤🎉🎉🎉🎉
Hani jete hanagaa waani sikoo madoo futeetti galatoma F&B❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Kkkkkkkkk kkkkkkkkk 😂😂😂😂😂😂fatiyanii jaratii 1 fii. 4 tuu hedii kkkkkkkkk
Bahaar kabaja nuuf qaba dhugaa ama dhiifama siif godhe ama baqaa dura sittan aree
Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah 4arsii fudhii❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Walloo kotuu bahaar ❤❤
Haqaa qabdaa bahar asii acii magaan
Huji kee nyadhu fatiyee dhuga seye rifadhe ❤❤❤f❤❤t🎉🎉🎉b🎉🎉🎉🎉
😂😂namichii.daabboo.nyaachu.jaalata🍞😂😂
Wolhii Rabii wolifii isnii haa dhisuu❤❤❤❤B❤❤❤❤❤F❤❤❤❤
Wl Wr Wb jirraa jirrattuu
Fatty miskinaa bro
mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa love you too 🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Wolahii dhugasaahee mudhii naciitee 😂😂😂😂😂😂😂
Mashaa llah❤❤❤🎉🎉
😂😂😂😂😂😂😂 urmii Nufii dheradhaa ❤❤❤❤
Baalee 4ffaa fudhu qaba yokkan lola siitti banna bekii😅😅
Maash Allaah ❤️💚❤️Mashaa.Allah😘😘🥰🥰🥰💞💞💞Maash Allaah ❤️💚❤️❤️❤️👨❤️💋👨❤️👨❤️💋👨👨❤️💋👨❤️👨❤️💋👨❤️👨❤️💋👨❤️👨❤️💋👨❤️👨❤️💋👨❤️❤️🥰❤️🥰❤️❤️🥰❤️🥰❤️🥰🥰❤️