Hafiza ati bakkuma ke busii lalii me ati gurba jala demtu san ka nika irraa hin qabne inni sin barbardu jete duniyan pirakii sirati hojanan haga marate uf beyta mii isaa male jirachuu hin dandahu mame male jete hagasuma nama gubdii dubbiin Fatiyan dhuga qabdii abbaa ijollee isiti yoo irraa lolte irraa bareda gaafuma gadii bate ililiii tun miskina jete odesite waan qophefate kana qabda atile jazan tun boruu si debitii Hafiza atile dhira walin demu jirta waan si qunamu hin beytu fatuu ati fudhuma Bahar kana booda akka hayamne ilmo mashaa Allah hora jirta atu rabbiin akkuma gara keti si haa godhuu waan keyrii qabne sira haa qabu miskina tiyya ❤❤
Hafizaa inshaa Alhh Rabin bultii te Kesan sif ha debisuu Ati Nama Garii Fakate Malee bayee Baduu dhaa icic Ilmii Nama duranu hin Amanamuu Abshirr Fatuu tiyaa Atii Rabin Gargarsa sif ha tuu Amala Qabetii to😢😢😢
Ofira dhorki atis fatiyaa bareeduu tiya kan si caalu hin jiruu ishiin gadumaa ofiti ati ijoolee te gudifadhu bahariti hin debatin jari addaan sin basuufi
Walhi ati yaa hafizaa ati tanuma ajbatii aka obalesa kee fudhuu fetaa fatuu tiyaa abshiri fira dhisi wana kana ati jiruu keke ofadhuu habibati tiya ❤❤❤ati misikan rabbii si wajni jira ati garu hafizaa rabbiin zajaa kee sifi kafaluu ta
ua-cam.com/video/PGWuVigWTqg/v-deo.htmlsi=qZ6Iz1gf3BGVpcc5
Hafiza ati bakkuma ke busii lalii me ati gurba jala demtu san ka nika irraa hin qabne inni sin barbardu jete duniyan pirakii sirati hojanan haga marate uf beyta mii isaa male jirachuu hin dandahu mame male jete hagasuma nama gubdii dubbiin Fatiyan dhuga qabdii abbaa ijollee isiti yoo irraa lolte irraa bareda gaafuma gadii bate ililiii tun miskina jete odesite waan qophefate kana qabda atile jazan tun boruu si debitii Hafiza atile dhira walin demu jirta waan si qunamu hin beytu fatuu ati fudhuma Bahar kana booda akka hayamne ilmo mashaa Allah hora jirta atu rabbiin akkuma gara keti si haa godhuu waan keyrii qabne sira haa qabu miskina tiyya ❤❤
Mee Namin akaa koo hafzan arasitee like godhaa 👍🥰❤️😒
🤬 hinn qanifatuu sanuu sharyaa 4 fudhaa jetii tunii shexanii Hafizaa humaa fedhaa ilili qabduufi itallaa balagee manaa kee fidee isinuu balagee ufiraa fagesii lachu kabajaa qabduu dhugaa hafizaa dhifamaa sigafachu qabdii!?,🤬🤬🤬🤬
Ok dhugaa ketii
Ani nin ajesanyu oson bira jiradhe hafisa balagiti tana najisa
Dhuugaadhaa .nama jiibisìtii.😢😢😢
@@hgjhfhg3258 dhugaa keetii
Afan isi cabsii
Mame fusisi Hafizaa Yoo dhuguma nama garii tate 😢😢😢Baharifi Fatiyaa gidu hin galchin masanuke godhu Hafiza
Fatiyaakoo Hoomaa mitii yeroo Ammaa kanaa Namii sii harkaa nyaatee dhugee deebiitee diinaa siitii taatii rabbii Argaashee Hafizaan
Fati ko bulti keesati nama hin amanin 😢 Hafiza fi ililin sahiba woliti ijole Ganda tokko ti kanafu nu gidu dha dhabadhu jedhin hafizadhan!! 😢
Rabbii isiin haa lafisuu walayii baye.ee namaa dhibaa fatiyaa bareedu tiyaa rabbii sii fayisuu
Tuni dhugamaa ililii nagayani rafatee hafizatuu hirbaa kasee 💯💯💯💯malii gotii wanii isii hasofatii
Hafizaa rabbii mamee sitii hagalgachuu dhugumaa butii fatiyaa balesuu fetee butikee abaduu maratuu
Yaa Hafizaa. Rabinn bultii tekesan. Hadebisuu. Fatiyaa. Harkaa isiraa nyate. Shiraa. 😢😢 akana yade. Duranuu. Situu. AKANA GOdhuu. Jiraa badaa kijibduu. Milqanyaa 😢😢😢Fatii tiyaa rabii sibiraa jiraa Abshir 😢😢😢
Dansaadha. Continue more language jajjabaadha❤.
Abshir hafizan balage dha wly aruman isi jibe fatiya to❤❤😢😢
Ati waan namni biraa godhuuf bahar hinshakkin. Isatu duuba jira jette isa ofitti hin aarsin.
Inni hinfedhu jedhe siif kakate miti, waan ijolle fi namni bira waliin dhahu isatti hindeebisin.
Ati kana booda warri wa'ee isii natti dubbate natti akka hindhufne jedhi itti himi
Hafizaa inshaa Alhh Rabin bultii te Kesan sif ha debisuu Ati Nama Garii Fakate Malee bayee Baduu dhaa icic Ilmii Nama duranu hin Amanamuu Abshirr Fatuu tiyaa Atii Rabin Gargarsa sif ha tuu Amala Qabetii to😢😢😢
Sharimuxa dha hafiza kalibi😢😢😢😢😢
Hafizan bofa maraga Kesssati Balagee Intala
Fatihaa Kenyaa Sin Ofifuu Si Dhukubaa Hadhaakoo Abshir 😢😢
Hafizaa yoo ati fatiya irratii ililli fuusifte mammeenile sirrati haa fuudhu innsha Allaah rabbin silee haa diiguu😮
Bahaar Dhaamsaa kiyyaa kanaa naf dubisii
Duraan Jireenyaa kee ililin laqxee turtee ammaa ammoo hafiizaan kaatee Jireenyaa kee keessaa namaa baasii fatiyaan miskiinaa namnii hundii dhufeefaa maalif garaa ishii gubaan Jireenyaa keessaa namaa baasii jaartii akkaa fatiyaa hin argaatuu
Abshirii Rabii dhugaa tee basee silee haa fayisuu hinii yadinii
abshiri fatuu koo rabbi si waliin haa jiraatu warra sharrii sitti xaxu rabbi sirraa haa qabu
Hafizaani tuni nama garii fakkaati malee baduudha💔💔💔💔
Dhugaa keettii fatiyaa hafizaa watuu kessaa jiraa fatiyaa abshir ❤❤❤❤
Fatiyaa dhisii atii tufadhuutii❤ namni amma akkanuum
Ofira dhorki atis fatiyaa bareeduu tiya kan si caalu hin jiruu ishiin gadumaa ofiti ati ijoolee te gudifadhu bahariti hin debatin jari addaan sin basuufi
❤❤❤❤ maaliif manaa kee giidii duraa osoo sii hiin gafatiin haagiizaan rakkoo qabdii oso wan isiin goote beetuu
Wollhii rabbi jirukee sif hatumsuu malee nama sodachisa
Hafizan balagedha hayawana abshir fatuko
Anaaa
Hafizaa balage walahii namaa bultii namaa jidu senu tasatu badaa malumaa amrin akana saa oromoo amafatanan anii yotuba laluu jibetin jiraa hijab abo kafudhu fadhus hafudhu firaa jiradha baqqa ilmankesan qabadhatii firaa jiradha atifii kifayanis kaa isin dhise tabiraa kajelu firaa dhisaa walahii namaa isin dhise tabira filate jalaaa malfii ifdarartan baqaa akaa rabin isin jirachisetii jiratan onee dhaban sobatu namaa duda jalaa hafaa dhugan jirtu tanuma kalas baharifii jadid bodhe teysan rabin nuhagarsisu oboleyankiya kan dhalaa hudaa barnota isin hatatu dhirtii takaa banan firaa dhisaa ifrakitan dhukubara ifhibusina wahudara fayaa tesanif yadawa kunii dhamsa gamaa kotitii abshir jajabadha tabiraa jalaa kakute jalaa hinhirarina arkatan isins firaa heruma dhabdan itidisa ilmankeysan gudifadha dumate baqa maluma saa garan nugubate walhii 🤬🤬🤬
F ❤❤❤❤❤❤❤ hafizaan rako qabaadi dhuga itaala san ufira fagesi fatiya❤
😢😢😢😢😢 miskina fatiyee too ❤️💔👈 Rabbiin tumsaa siif haa bahuu haa obbolleetti tiyyaa fatuu miskina wollaahi bayee naa marartee 😢😢😢😢
Abshiir galbii rabbiin obsaa siif hakenhuu fatiyaa garii nama😘😘😘😘
Fatiyee too misikinaa too Amshir Afiizaa atii malii qoyii balagee initalatii atii Mali sii gotee fatiyanii kanii illilii namaa fatiyaa geesitaa oto fatiyee aragumaa illilii Hin feetuu faxiyenii illilii jedhanii sunii shamuxadhaa atii moo Afizaa ofii ilaalii saree 😢😢😢😢😢 Afiizaa buluguu atii ❤❤❤❤my f too😢😢
Abshirii Fatiyyaa dhugaa kettii ❤❤❤❤F❤❤B🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Hafizaan baayee balageedhaa wly Hafiza Argaakee gaadii garagaalii
Hafiizaa atii. Bulutii eegachaa.jirtaa..rabbii siifi hakafaluu 😢😢😢😢😢😢😢😢
Fatiyaa Obsii waa hundaa rabbii jirraa. Garuu mucatii San ofii irraa fagessii
Hafiza Bayee Baleesiitee dhugaa Sitani Aree Anii Akka kotii😢
Hafiizaa bultii keettin rabbiin sif haa deebisuu inshaa allaah
Subbaan Allaah Namittin Haafizaa jedhamittuu tuni taa.aa Ajibaattii eeeee Miisikkina wly
Fatuu tiyyaa rabbiin si Waaliin haa jiraattuu
FATilYA.... Qallii. Namitii
Ballge. Ufira. Fagesii
Usii. Jedhi. Hafiza. Balge
💯💯💯👍👍👍
Abshiri fatiyya rabini sifanatu 😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
Fatiyaa Rabbii fayyaa sii haa keenu qallii tiyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hafiza Attii balagee fatiyaa dhukubunani irraati dhiichisuti jirtaani Rabbii jazaa taa sii haa kafallee calamaqaa initallaa🤺🤺🤺
Hafizaa sharmuxixii afaan kee walii qabii ammaa gafaa duniyaa pirankii sirrattii hojatee
wan tatee imaa beytaa mii amma bodaa afaan kee walittii qabadhuu wahee intallaa sharmuxaa sanii akkaa hin kasnee amma bodaa fatiyee qalii abshiir atii rabbii gudaa qabdaa namnii rabiin qabuu hom hin tahuu. Fatiyee atii ofirraa fagesii intallaa ilillii banan san safaraa kee akkaa hin dhufnee fatiyee my king ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
wari komenti batesitan Malo iti yada baresa pilis bahar Jalacha oboleti Isa wan hin tanen hin arabsina baydhe gade komenti lale
Hishin dura kana yadu qabdikkaa qorichaa shitii
Abshir fatukoo rabbiinkee sii waaliin jiraa baareeduukoo❤❤❤❤❤❤❤❤
Hafiza saree uuuuff mamee dhisii hafiza nama balagee dha mamee dhisii
Garuu badii qabda hafizan hicii maali atii afur eyaamte jeechun😢😢😢😢😢❤❤❤❤
Fatiyaa tiyyaa qallii namaa hundaa akkaa keettii hin laliin.akkumaa bifaan addaa tanuu yadanis addaa ilmii namaa.kanaf Rabbii tokkichaa malee enyumaa yoo ta'ee hin amaninii. Hafizaa 💯 gutuu dubbii qabdii kan manaa fideerraa kan irraa loltuu mali???????har'aa moo ittuu sharihaa 4 eyamaa siin jetii kun gaafii maal qabaa ifaa jiraa kanaf garaa ilmaa namaa kutaa 12 qabaa hundaa isaa baruun baay'ee hulfataa Fatiyaa tiyyaa qallii Rabbii nitumaa maratuu tana siirraa haa fageessuu inshaallaa 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 Hafizaa attii dhisii boruu bultii dhabachuuf demtaa atii dubartii akkaa fatiyaattii Rabbii waan manaa kee fiduu hin bektuu gadii ta'ii
Abshirii fatiiyaa rabbii siitii deebiisii tanana. Sheexanaa ililili jedhaanii sana.haafiiza.rabbii jazaa siifii.hakaafaluu😢😢😢😢😢😢😢......malatuu siigalachee.afuuriimi.kudhaana..yoo.eeyemee.😢😢😢😢😢😢😢
Uufiiii abishirii damaa tiyaa fatiyaa misikinaa tiyaa 💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭
Hafiizaa maameen sirraati jaalatee naa haa agarsiisuuu inshaa allaah akkaa fatuu koo garaa gubdee kanaa❤😢😢
Jaabadhuu Waahii jiraa waallaayyii
obboolleetii baharii tunii jiruu isaa digufii fakkataa kanii ittalaa manaa fidee fatuu koo abshirii rabbii jiruu kee haa eguu
Ajaiba qabdii Hafizaan baalagee 😮😮😮😮 Abshiir bareduu too faatiyaa qalii nama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢❤❤❤❤❤
Uuuufff fatu miskinaa tiyyaa abshir akkaa ittii sii jaladhuu ❤❤❤❤
Hafiizaa bofaa margaa kesatii wly 😭😭😭
Haa dutuu duriyitin tun hafizaa sirii mitii malif futee manaa fatiyaa fidee badin ketii fatuu jabadhuu gobazii tiyaa❤❤❤
Hafizaan qushashaa watumatuu keysaa jiraa
Abshriii fatiyee too 😭😭😭
Hafizan bofaa afaa jalati jabesii ofira egii jabesii fatuu❤❤❤❤❤❤
Hafiza Rabii sirati ya fudhu ini shaa Allh
Alatii firaa fakkatee namaa nyaatii jedhaan sayyuunii amma masanuu tokkumaa😢😢😢😢
Jabaadhuu faatuu oduu namaaf bakkaa hin laatiin❤❤🎉
Rabinii sii haa fayisuu fatiyee tenyaa garuu hafizanii fayuu kee eguu dhadee kanaa ojataa Rabinii dhugaa tee haa basuu inshaa allaa hafizaa jazaa tunii sii dhaqadii Abshirii guyaa kee siraa fudhee argufii tenyaa
Hafizanaa sillaa Fatiyaa duraa dhabatee jachaa kana jachuu hin qaduu garuu Mallifaa Akaa Akana jatee Nafaa Galluu Didee
Haafizaa rabbiiin bultii tee haa diigguuuuuuu😢😢😢😢😢
Walhi ati yaa hafizaa ati tanuma ajbatii aka obalesa kee fudhuu fetaa fatuu tiyaa abshiri fira dhisi wana kana ati jiruu keke ofadhuu habibati tiya ❤❤❤ati misikan rabbii si wajni jira ati garu hafizaa rabbiin zajaa kee sifi kafaluu ta
Fatuu koo hundaa dandeetu koo abshiir afizaa sii ammo rabbiin jaza sii haa debisuu
Nama hin amanin sayyuu fii sammuu rabbumaatu namaaf laafisa jechuu hin dhageynee
intal hafiizaa jedhan tun wallaahi jazbaa wayiiti 😊xawalwaallee
Amshirii fatuu tiyaa rabini miqanyaa jiduu tesanii demtuu rabinii hadiguu amshirii fatuu❤❤🎉🎉😢😢😢
Hafizaan obbaleesa issii ni jaalatti ❤❤❤❤❤
Jaza itala tana rabii ta isi kesan rabii hadebisuf hafiza banan atilen hire ten kesan sif hadebisuu😢😢😢😢😢 isha allh😢😢😢
Fatiyee hafizaama sunuu bultii tee diguu barbadii hafizaa atii balagedhaa tishiii 😜😜😜😜😜😜😜
Fatihaa ani haafizaa irraa wanini argee kabaaja isni si qabdudha ati akkana itti iyaa obsuma si dubisite wallaahi haafiza nama addati obsaa qabdi fati haafizaa waan akkana hini shakkini jabbeesi isi rabbiin jidduu keessani haasida haa baasu ummaata comeeniti isni ammo ummaata namumaa araabasufu umame fakkaatani rabbiin sini haa qajalechu shari'aa kamtu namaa araabasu nama ajaja 😢😢😢
Obsii fattiyya hin darbaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hafizaa walhii rabbin sitii haa arguu saree tortortuu
Fatuyyee waanti akka sayyuu nama mitu hin jirtu obboletti abba mana kessani hin amanina sayyuf cinachi namaf hinlaftu jedha oro ❤
Haafiza namichakee ofii jaallatyu sanatti waliin heerumi atiif ilillii. tokkumaa hafizaa yaa fakkessituu tish baalagekana nagubdee😢😢😢😢😢 rabbi ishee hagubuu jketti waliin itti herumi hafiza klb
Hafizaa Aboo rabbiin nidandahaa maammeen sijibbee tabiraa hafuudhu 😂
Fattiyya tiyya abshirri sanyi koo rabbi namatti sheyxxan sani offirra faggessi haffizza ballagge atti 😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤❤ sittii hin arruu wolaayi fatiyaa
Abshiri fayyaa tun balagedhaa😢😢😢
Fatiyee abashiir ❤❤❤ hafizaan badii guddoo hojatee
Hafiizaa balagitii ergaa shariyanii 4 enyamtee abshii mameenisii 4 fuudhuu qabaa shafafitii balagee hafiizaa
Rabbi siiha eegu
Tishii hafiza wan gaarii dalagnen intala argaa ishee feene malif fidaa shara miti bakka feete haa dhabatuu abashir fatiyee ❤❤❤❤
Anshir fatiye ❤❤❤
Abshiir fatiyaa namaa sii yaduuf kan sittii yaduu adaan baftee dhugaa intalii tuun duraan garii faktii addaa isiin balgedhaa wolyyii jazaa issii rabbii haa kafluuluf dhiss
Hafiza ilmo rabbi abare qoshashiti
❤ASALAMU wabarakatuu wabarakatuuhuu warahmatullaahii 😢😢😢❤
Abshiir fatiyyaa qaalii namaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Intal Hafizaa Atii mamee nikaa siraa qabnee sanif hagam marataa jirtaa kijibduu ballaa tanaa balagee
❤❤❤❤❤❤ jabbadhu fatu
Tish hafiza sharmuxaa wayii😮😮😮😮😮😮
Amshiir fatuu koo❤❤❤❤❤❤
Fatuu koo Rabbiin hamtuu hunda sirraa haa qabu ❤dubartiin dhugaan siif falmitu Duniyaa tube qofa yaman sana keessaa isiin barbaree itti nayxeeti manarraa ariiti gobozii woyii natti tolti isiin❤❤❤❤
Rabbii siihaeegu😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Usii sharumuxaa waayii haafizaa ati hin iyin jetan sanu atu waasakaa haafizaa jazbaa ok
F❤❤❤❤❤❤ hafiaan rako qabaadi dhuga ilaala san ufira fagesi fatiya❤
😢😢😢❤❤❤❤❤❤
Hafizaa balagee walhii 😢😢😢😢😢
Fafii miskiina atii bar😢❤❤