Daddaraaroo Marsaa 2ffaa Dorgommii Xumuraa

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 14 січ 2025

КОМЕНТАРІ • 33

  • @fromiKushSuman
    @fromiKushSuman 4 місяці тому +5

    Wowwwwwwooooo Artisti Liyu Gezu Beekktuu Muuziqaatti.
    Haala ishee itti muuziqaa itti ibstuu, 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏 👏

  • @kemaldekeba502
    @kemaldekeba502 3 місяці тому +2

    Jabaadhaa yaa Saba koo kanaan dura "Idols worra kaanii dhara'aa/Hawwaa turree!
    Waaqa galanni haa gayyuu🤲 nullee nama ofiin woli madaalee ofii woli daawatee,woli badhaasu taane kunoo❤🤲♥️🤝
    Galanni waaqa gurracha garaa garbaa tokkocha maqaa dhibbaa haa gayyu!!!🤝❤️

  • @TamireGabi
    @TamireGabi 3 місяці тому +1

    Abbaan murtii kabajaa Artisti Liyu Gezu Nii danddettii . Sayinsiin muuziqaa halaa kamiin ibsamuu akka qabuu sirritti itti mulistee jirti. Jiradhuu

  • @Mskara22-cm7rm
    @Mskara22-cm7rm 2 місяці тому

    ❤❤❤❤❤❤

  • @otube6841
    @otube6841 4 місяці тому +1

    Daddaraaroon bara kanaa kan bara darbeerra waa hedduu fooyyeffateera jedheen yaada! Ijoolleen badhaasa keessa galanis kanuma eegamu ture, kanaaf galatoomaa jenna! Warra waltajjii gaggeessu bira garuu hanqina guddaatu mul'ate; keessattuu sirna cufiinsaa irratti haalli isaan saganticha itti 'manage' godhan gaarii hin turre!

  • @ገዳቢሊሱማየዶክተርአብይአ

    የቦረና አክስንት ያላት ዳኛ መቀጠል አለባት ትችላለች እነ የሺ ደባላሸን አስታወስችኝ ደኝነቱ ጠንከር ከለ ውድድሩም እየከበደ ይሄዳል

  • @DhugaaOromo
    @DhugaaOromo 4 місяці тому +2

    Har'a sirriitti filataniittu. Surafel otoo moachuu baatee ani 2fa OBN hinilaalu ture. Galatoomaa!

  • @BiniOni-j3v
    @BiniOni-j3v 4 місяці тому

    sura ,korma guwadegnoche betam des belognal korechebachuwalew techelalachu ❤❤❤❤❤

  • @KebedeKasaye-j4v
    @KebedeKasaye-j4v 3 місяці тому

    This the best

  • @abdulliitube8887
    @abdulliitube8887 3 місяці тому

    Darajjee birhaanuu ❤❤❤❤❤❤❤

  • @NagaseBerhanu
    @NagaseBerhanu 4 місяці тому +1

    Kana duraa qophii keessan #download godhachuun ni danda'ama ture amma garuu hin jiru
    Maaliif tahe?
    ani tv hin qabu

  • @otube6841
    @otube6841 4 місяці тому +2

    Abbootiin Murtii yaada isaanii yeroo kennan afaan ogummaatiin hojii dhiyaate madaaluun hordoftootaafis ta'e dorgomtootaaf himuu qabu! Yaaduma dhaggeeffataan ogummaa kana keessa hin jirre tokko(layman comments) kennu danda'u isinirraa hin eegnu.
    Kan biraan abbootiin murtii hundi ulaagaa walfakkaataa (checklist) muuziqaan ittiin madaalamu of harkaa qabaachuu qabu jedheen yaada. Kenniinsa qabxiirratti garaagarummaan bal'aa ta'e kan mul'atuuf rakkoo hanqina ulaagaa walfakkaataa (common checklist) dhabuun dhufe natti fakkaata. Dhumarra dorgommicharratti murtii akka kennituuf kan affeeramte sunis muuziqaa kana irratti beekumsa waan qabdu fakkaatti..isiis ofitti dabaladhaan jedha

    • @fromkootube6163
      @fromkootube6163 3 місяці тому +1

      Sunis hin jedhamu maqaa yoo hin bekkine ta'ee immoo Artist jedhi obbolessoo.

  • @beekaadabalee1931
    @beekaadabalee1931 4 місяці тому

    Daddaraarroo hojii ajaa'ibaa hojjette ijoollee qaxalee baayyee nuuf gummachani

  • @ofiitaii8147
    @ofiitaii8147 3 місяці тому +1

    Namni akkaata galmee marsaa 3ffaa naaf hime oolma narraa qaba!!!

  • @tarikumelkamu-qs3wk
    @tarikumelkamu-qs3wk 4 місяці тому

    Wow sura ni dandessa bro kiyya ❤❤

  • @monettubeofficial4563
    @monettubeofficial4563 3 місяці тому

    Nannoo biraato irrati hin hirmatuu moo godinalee hundaa keessa demani malif jolee waliti guree hoo

  • @barisaabile1521
    @barisaabile1521 4 місяці тому

    OBN + BAANDII GAACHANA POOLISII OROMOYAA
    🙏🏿

  • @JazaKoo
    @JazaKoo 3 місяці тому

    OBN +Bandii Gachaan Oromiyaa+Artist Liyyuu Gezu Abbaa Murtii Kabajaa. waan Ajaa'ibaa nutti agarsiistan. Akka gorsaatti Artist Liyyuu Abbaa Murtii jalqabaa gochuu itti fufuu qabdi.
    Liyyuun,Beekumsa+Naamusa ogumichii barbaddu+ogummaa yeroo dheeraa+ Ofitti amanamummaa cimaa qabdi.
    Artisti keenyaa bakka guddatti sii egnaa.

  • @KilaMulugeta
    @KilaMulugeta 3 місяці тому

    adem atu dhugaa ati hindandettu😂

  • @Milkoo876
    @Milkoo876 4 місяці тому

    Wooow❤😊

  • @abbushitube2604
    @abbushitube2604 4 місяці тому

    Koromaan injifachuu qaba ture

  • @HasanJabu
    @HasanJabu 3 місяці тому

    Enyutu mo'atee gaaruu suuraafel faantaayee taa'uu qaba

  • @ermiasgunners3504
    @ermiasgunners3504 4 місяці тому

    Wow

  • @MimiiOromoo
    @MimiiOromoo 4 місяці тому

    Camera qulqulliina hin qabu maalif 😢

  • @gammachiisdarsuu1006
    @gammachiisdarsuu1006 4 місяці тому +1

    dhugumatti daddaraaroon baguma jiraate.

  • @kebedakaso8586
    @kebedakaso8586 4 місяці тому

    Qoshaashota isin warri abbaa murtii

  • @Habtamuoro1
    @Habtamuoro1 4 місяці тому

    Galoo fi kormaan sadarkaa osoo waljijjira ii baay'ee sirrii ture. Garuu maal godhu nama gaddisiistu!

  • @WorkuFikadu-y5m
    @WorkuFikadu-y5m 4 місяці тому

    DD01

  • @kebedakaso8586
    @kebedakaso8586 4 місяці тому +2

    Tokkoffaan darajjee ture

  • @WaltanaKusha
    @WaltanaKusha 4 місяці тому

    Abbotiin murtii akkaatan isiin ittii yaada kennitan bay'ee nama nuffisisaa.Kessumattuu Oromiyaa fi Adam dubbi kessaan its so boring the same comments for all competitors please adjest this boring style!!!

  • @WaltanaKusha
    @WaltanaKusha 4 місяці тому +1

    Abbotiin murtii akkaatan isiin ittii yaada kennitan bay'ee nama nuffisisaa.Kessumattuu Oromiyaa fi Adam dubbi kessaan its so boring the same comments for all competitors please adjest this boring style!!!