Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Harra anatu dura ilaale.namni qophii Gammachiis dhiyeessu kana irraa Akka koo waa baayyee barachaa jirtan mee comment kana like gochuun mirkaneessaa❤❤❤
Gallaatommii obolleettii senanii kee baayy'ee namaa ajjaibbaa . Dhuminni kee immoo ni baredda baggaa waqayyoo sii gargare.❤❤🎉🎉🎉
Amantii keeti jabaadhu qalbii jijjiradhu isa kalessa utuu hin bekin hojetef rabbi na dhisi jedhi waaqayo siif kenna Garuu adadaa keeti deebite hin dhihaatin jireenya kee balesiti ❤❤
Inashaa Rabbiin sif haa kenuu Rabbiin Cinqii kanaa kesaa si baseee amalee isumatuu jiraa sif haa kenuu wly dursa heduu ijii ko imiman lolasee boodee gamchuu dhagee raabiin ilmaa sif haa kenuu oboletii ko 😭❤❤❤❤
Waaqayyoo abbaa dhiifamatti waaqayyoo dhala siif haa kennu
Waaqayyoo sif haa kennu araara isaatin si haa ilaalu 😢😢😢😢
Inni Ge'eela Eebbiifamaa siif kenne Ijoollees Siif haa keennuu Waaqayyoo in dandaa'a kadhanna ketti Jabadhuu Amantii qabduun🙏🙏
Waqaa.sif.kadhadha.jabadhu.❤❤❤❤❤❤❤❤
ሰላም ላንተ ወንድሜ እንዴ ሙስና ቀረጥልን ታሪክና አመሰግናለን እጅግ አስተማሪ ነው እህታችን ደግሞ እግዚአብሔር አምላክ ፍሬ ይሰናቴ ከታገሡ ሁሉም ያልፋል ሁሉም በእግዚአብሔር ተስፋ ያረገ ሁሉም ነገር ያልፋል
Rabii ilmoo sifi haa kenuu amantaa qabduu jabadhuu rabii sifi kennaa abdi hin kutatinii garaa adadaa tee suni safuu safuu 😢😢😢😢
Waqayoo mucaamo siif haa kenu❤
Waqayyoo dhala siif haa kennu obboletti too
Baga waaqayyoo sii milkeessee daa'imaas siif haa kennuu🙏 dhiifamaa isaatiin sii haa yaadatuu obbooleettii kadhannaa jabeessii🥺🥺
Waqnii Abaa kenyaa Abraham fi saraaf Isiyaaqiin kennee ilmoo ebifamaa siif haa kennuu hadhoo koo😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqni Israel dhala siif haa kennu ❤❤❤
Waaqqayyoo sii haa keennuu
Baga rabbi isii milkeessee garuu sobnii bultii keessatti sirrii Miti guyyaa tokko dhugaan bahaa jaarsa ofii sobuu gaarii mit jaallatus haa jaallatuu jibbus dhugaa itti himuu turtee Akka durba hin taanee 😢
Har'aa anuma you tube seenuu dhuftaa🎉Wel come Gammee ana dhufuu🥰🥰👏
Rabbii Sifi Yaa Kenu
Waqayyoon bagaa si gargaree ammas sihaa gargaruu
Waaqayyoo isinif ha kenu dhala Garu akkamiti sobani durbuma qaba jedhu hin jiru tanan yo namichi wan kana hin beku ta'e Bor gafa dhagahe rakodha
Rabbii siif haa kennuu❤
Rabbii sif haa kennu ni qaba inni asumanu warra bulti dhabe takka tura jedhuf caarra dhala dhabu akka jiru hin daggatina😢😢
qoopiinkee Bayee Namaa tii Toola❤❤🎉🎉🎉
Rabbiin sii haa kennuu
❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Bayee baredudha hojinkee, garuu sennaa dhunfaa kenyaa sin ga'uu dandenyaa essan sin genyaa ifaa naa gudhii bro maloo addara
Waqayo sii haa kennu waqayo danda a obsi
Rabbi sifaa latuu❤❤❤❤❤
😢😢😢
Well Game jabadhuu hedduu nuu barsiisaa Seenaa atii nuufii dhiyyeessituu
Gammee ❤❤❤🎉🎉🎉 wow jabbaadhu
Waqyoo lakkuu lakkuu siif haa kenuu obbolletikoo
Waqayyoo arraraasaan sihaa yadatuuuu😢
RabiiniiSifakenuu.❤❤❤
Tokkofa lalulun amaa ka😂😂Nori gamee kenaa
🙂🤭😒🍒☕
Gamee.baga.nagan.dhuftee
Baga ngy dhuftee gamee ko❤❤❤❤❤
sifaa kenuu dhalaa atii gaaruu maa sobdee jarsaa kee akkaa duraa dhiraa betuu waqaayyoo kanaa sitii dalaanee
Ayiiiii😢😢😢
Welcome gamme
Abishirii qalii
❤❤❤❤❤❤😢
Weeli come gaamee
Nama dhibaa akkamiin durba jette amansisitree anafuu gaafidhaa??? sobashee gafaa baree maal jedhaan kaa maalimoo gotee amansister maaloo gameekoo😢😢😢😢😢😢😢😢😢Ana narsee cubamtuudhaa micayyoon kanaafuu garaa itti jabaate dhala dhabdee😢😢nama gadisisaa😢
Well come game
Bagaa nagayaan dhuftee ❤❤❤❤❤❤❤❤
Maal adaadan akkaana qadadaa okkotee haa taatu isheeni
Well come gamee
Rabbiin sihaa milkkeessu
Maati naaf ta,a hordoftota gaame🙏🙏🙏🙏
Lakkoofsa telegirama keti naaf ergi qophiin Kee bayyee bayyee namatti tola
❤❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢😢😢😢😢🥰🥰🥰
Afshiruma oboleti rabin siffi hakenu
Ini durimumaa esaa arigatee
Eebbifaami
🎉❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻😢😢😢❤❤
Galatoomi
Rabi sinif haa kenu garu jarsi ishee durbaa hin beku mo😂😂
Akkamitti durbummaa osoo hinqabaatin qaba jettii, inni immo akkamitti walale akka ishen qabdufi hin qabne 😮😮
Welcome Gamme kenya ❤
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🎉
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😂😂😂😂😂
❤❤❤❤😂😂😂😂😂
M
Dababo durbaf durba tawu inbeku ini kan ati sobd garu baga rabin similkese
maali jaarsi kee akkam hin beeku dubartii durbumma qabduuf hin qabne😳😳😳ati waggaa 4 dhiira biraa waliin jiraattee akkamitti sobdaan??????safuu
🎉🎉🎉
Laki kee mulisi kanafi
😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢😢 𝒘𝒂𝒒𝒂𝒚𝒚𝒐𝒐 𝒅𝒉𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒔𝒊𝒇𝒊 𝒚𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒖.𝒔𝒂𝒓𝒖𝒖 𝒌𝒐𝒐 𝒂𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂𝒂 𝒔𝒆𝒆𝒏𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆 𝒋𝒊𝒋𝒊𝒊𝒓𝒆𝒆 𝒅𝒉𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒔𝒊𝒇𝒊.𝒚𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒖𝒖 ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤.affshira.hin.millakofataa..rabitii.boii.bareshiiii
❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢
Uuuuuuuuu ❤😢😢
Harra anatu dura ilaale.namni qophii Gammachiis dhiyeessu kana irraa Akka koo waa baayyee barachaa jirtan mee comment kana like gochuun mirkaneessaa❤❤❤
Gallaatommii obolleettii senanii kee baayy'ee namaa ajjaibbaa . Dhuminni kee immoo ni baredda baggaa waqayyoo sii gargare.❤❤🎉🎉🎉
Amantii keeti jabaadhu qalbii jijjiradhu isa kalessa utuu hin bekin hojetef rabbi na dhisi jedhi waaqayo siif kenna
Garuu adadaa keeti deebite hin dhihaatin jireenya kee balesiti ❤❤
Inashaa Rabbiin sif haa kenuu Rabbiin Cinqii kanaa kesaa si baseee amalee isumatuu jiraa sif haa kenuu wly dursa heduu ijii ko imiman lolasee boodee gamchuu dhagee raabiin ilmaa sif haa kenuu oboletii ko 😭❤❤❤❤
Waaqayyoo abbaa dhiifamatti waaqayyoo dhala siif haa kennu
Waaqayyoo sif haa kennu araara isaatin si haa ilaalu 😢😢😢😢
Inni Ge'eela Eebbiifamaa siif kenne Ijoollees Siif haa keennuu Waaqayyoo in dandaa'a kadhanna ketti Jabadhuu Amantii qabduun🙏🙏
Waqaa.sif.kadhadha.jabadhu.❤❤❤❤❤❤❤❤
ሰላም ላንተ ወንድሜ እንዴ ሙስና ቀረጥልን ታሪክና አመሰግናለን እጅግ አስተማሪ ነው እህታችን ደግሞ እግዚአብሔር አምላክ ፍሬ ይሰናቴ ከታገሡ ሁሉም ያልፋል ሁሉም በእግዚአብሔር ተስፋ ያረገ ሁሉም ነገር ያልፋል
Rabii ilmoo sifi haa kenuu amantaa qabduu jabadhuu rabii sifi kennaa abdi hin kutatinii garaa adadaa tee suni safuu safuu 😢😢😢😢
Waqayoo mucaamo siif haa kenu❤
Waqayyoo dhala siif haa kennu obboletti too
Baga waaqayyoo sii milkeessee daa'imaas siif haa kennuu🙏 dhiifamaa isaatiin sii haa yaadatuu obbooleettii kadhannaa jabeessii🥺🥺
Waqnii Abaa kenyaa Abraham fi saraaf Isiyaaqiin kennee ilmoo ebifamaa siif haa kennuu hadhoo koo😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqni Israel dhala siif haa kennu ❤❤❤
Waaqqayyoo sii haa keennuu
Baga rabbi isii milkeessee garuu sobnii bultii keessatti sirrii Miti guyyaa tokko dhugaan bahaa jaarsa ofii sobuu gaarii mit jaallatus haa jaallatuu jibbus dhugaa itti himuu turtee Akka durba hin taanee 😢
Har'aa anuma you tube seenuu dhuftaa🎉
Wel come Gammee ana dhufuu🥰🥰👏
Rabbii Sifi Yaa Kenu
Waqayyoon bagaa si gargaree ammas sihaa gargaruu
Waaqayyoo isinif ha kenu dhala Garu akkamiti sobani durbuma qaba jedhu hin jiru tanan yo namichi wan kana hin beku ta'e Bor gafa dhagahe rakodha
Rabbii siif haa kennuu❤
Rabbii sif haa kennu ni qaba inni asumanu warra bulti dhabe takka tura jedhuf caarra dhala dhabu akka jiru hin daggatina😢😢
qoopiinkee Bayee Namaa tii Toola❤❤🎉🎉🎉
Rabbiin sii haa kennuu
❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Bayee baredudha hojinkee, garuu sennaa dhunfaa kenyaa sin ga'uu dandenyaa essan sin genyaa ifaa naa gudhii bro maloo addara
Waqayo sii haa kennu waqayo danda a obsi
Rabbi sifaa latuu❤❤❤❤❤
😢😢😢
Well Game jabadhuu hedduu nuu barsiisaa Seenaa atii nuufii dhiyyeessituu
Gammee ❤❤❤🎉🎉🎉 wow jabbaadhu
Waqyoo lakkuu lakkuu siif haa kenuu obbolletikoo
Waqayyoo arraraasaan sihaa yadatuuuu😢
RabiiniiSifakenuu.❤❤❤
Tokkofa lalulun amaa ka😂😂
Nori gamee kenaa