Safuu kun yaa rabbii nu basii ani kan sidhamuu obbolleeti kee haa herumtuu egii ati isaa kee jalalaa keeti qosee Kana ittin qosii kun garuu si hin basuu waan ta'eef yeroon of qabii kan har'aa obbolleeti kee kan harmee tokko keessa bataan jalatee boruu immoo kan biraa akkaa barbadee sirraa jalataa kanaf ittii dhisii obbolleeti kee dhabuu irraa isaa ormaa dhabuu sif wayyaa kun dhamsaa kooti
Wanii kun na qunameraa Malif yoo jete Jalalee ko Hiriya shamaran barsise Alan jedhu Anaf hin bilbilu Isidhaf male sababa kanarati Wal dhamne jira eda ati Hiriya ko Kanan wal si barsise wajin jirta Jedhe dhisa ergan biyya Allaa kana dhufee na quname wan kun Rako Kenya ati golaa kesa futee nuf dubachudhaf bayee galatomii Oromia 24❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuufffff Malo gubadhi hiriya tii dhifama naa godhi malaa😭😭😭😭anfisi hin tani sifsa hin tani Mal godhu dhifama qofa naa godhi hiryaa tiya 🙏🙏🙏🙏😥😥😥😞❤️❤️
baayyee nama dhiibaa dhugaa maal jechudhaa yaa jaalalaa baraa kana fi nama bara kana safuu ijoo oromon safuu qabaa miti kuni baayyee Ulfataa kuns jiraa Eeddaa
Jalalali gara lameeni wan tahef affaan gubaa si sobuun isaa dirree jira wan taheef hin jarjariin obbleetti ko wan sif tahu natti hin fakkanee sumattu bekka itti yaddii me xiqoo dhiifamaa wan natti mulaten dubadhe
Lubbuu tee gadi qabi kan rabbii sif qoode kafaa jiraa obboletti tee jalate dhisee atti dhisii ofiraa kan isa male jirachu dandene amantaa tena qofa jalalii akka njtti jalane oso tane akka waaqni nuuf qoodatti nu dhufaa
Osoo anaa ta.ee naan dhisaa nama ana dhisee oboleeti koo jaalatu maal gochun qabaa kun ana qofaa mitii kan midhuu danda.uu oboleeti tiyyaas midhuu danda.aa
Anaa dhufuu game seena baye nama gadisisaa jalalii bara kana sila xabumaa ta.ee akamiti obboleyaan lama jalataa asotofirahi raabi haa qalchuu ilmaa nama hundaa
Maloo malumaa jalala baraa kenyaa kun? Senaani ishee kiyaan walii fakkata. Garuu kiyyaa kadhimaa koo turee. Osoo nikaa kiyya qabuu oboltee koo kan naratii dhaltee fudhuu💔. Jiruu kiyyaa dukananii hagugee. Oboletii koo lee dinaa natii tasise. Yaa Allah jaltamani sii qofaa. Alhamdulih waa hundaa kessattii.
Abshiir Lubbuuyee
Raadiyaa abdurahmaan
Malii ishin obboletii ketii akamitii siratii jalatii kun bayyee qanidha ya rabbii kana nu olchii
Abshiriiiii hayatiii rabbin kaa ofiii jalatuu sii haa kenuu
Uuuuuuuuffff waqayyyooooo nuuuu habararuuuu
Yarabii atii waa hidaa nufii lafisii namanii wolii jalaa garagalee kanaa argaa rabin kenaa nutii dalanaa rabin isinifii haa lafisuu
namoni akka kotii Oromia 24 jaallatanif. diqisiifaatan like naf godhaa.
Anatuu duraa lalee please like godha ijjoollee oromoo koo
Osoo anaa ta'ee obòleetii koof dhiseen caraa biraa barbadadhaa walaahii. Obooletii koos waanan jibuufis hiin qabuu. Isas akkaa soddaatii ilaaluu fii ofii itii butuu dhiseen akkaa isaan waal jabeefataan degaraa. Akkaa kootii obòleetii koo jechuun annaa jechuudhaa kanaaf isheef dhiseen ofii koo kaa rabbiin naaf hiree egadhaa
Hubachiisa,
Jaalachun duuratti hiikkaa jaalala beekun baarbachiisaadha ammaas nama jaalatu San caaliiftee jaalachu osoo hin taane maaliif akka jaalatu beeku qabda.
Yeero tokko tokkoo namnii heeddun hiikkaa jaalala hin beeku gaaru hiikkaa jaalala jeechun jaalqaba waan hundaatii.
Akkasuma namni heeddun qabenyaafii argaa suura ykn dheeriina fi Gaababiina ykn waan addaa addaa irraatti hunduu hin qabu jaalalii.
1 Ammas qama saadafa hin baarbachiisu.
2 Dhugaa dubbachufii ammas soba dhiisuu qabda.
Waan hin qabnee tokko jaalatamuf hin qaba jeechu hin baarbachiisu sababniis tuurii daafii dhugaan ifaa baaha.
Ammas ufiiyuu daagate guyyaa biiraa hin qabu jeechunii maalta.
Obsaafii kutana guddaa sii baarbachiisaa.
Kanatti ansuun obboleettii tiiyyaan obsaa godhadhu siin jeechun baarbada, inni obboleettii tee waajjiin haasahefi waan biiraa keessaa gaalu dhabuu daandaha. Ammas waan ufii biiraa hin jiirreefi sitti faakkachu daandaha. Hundaafuu obsii issaas goorsii rabbiin siif haa laafiisu siin jeechu baarbada. ✅✅✅👈
Gaalatoma issiin maartu💔✅
Abdi dhugaa jette Waan hundafu obsa barbachisa yada garii kenitef bayyee galatomi
Mee lakkosa telegiramii naa ergaa
@@misradiraamma1846 00251937386564
Kaanan mokkoorii
Shakalochee yeruuma kam cometi baressitu hojii ramadani fixani qoi ani garu ganamayu kasee ammayu hin xumuree me jajabadhuu nan jedhaa likedhaan🤣🤣🤗🤗😍
Rabbuman gargaarsifana gaa sanyi
Jabadhu bareedu too gafaa tokkoo nuf darbaa
@@geniitube2738 tolee jaaleewaan ko naf jiradhaa
@@zinapf6656 tolee lubbu
Jabadhu oboletitoo sibichmitii kaka ketii baedhaa watii huduu nii dabaa
Yaa rabbii atii kana nu baasi malii dubbiin akkanaa oma mitti koodee too jabadhuu waaqayyoo yaada kana siif haa sirressuu
Ani jechumaa Jalallaa jedhu yoon Dhagahee naa Arsaa Uufffff Yaa Dhirraa kan barumaa kami jalallaa Dhugaa beeku laata?? Ani Gaafi naati Ta'aa Yeroo hundumaa kan ijoolee Dhirraa ijaan Hatamuu Waada Galaa irrati immoo Dafii Diguu ani Baraa koo kesssati Dhirraa Jalaachu hin barbaadhu Sababba Dhirrti jedhee Adduunya jibbee gammaachiis ati Gakatomii Warraa jalataan jiraani fi jalaachu fi Hawwi Qabanii Waan tafii ofi Egaanoo akka Goodhatii fakkeenya fi obsaa ta'aaf
Namnii jaalate dhabdee akka kiiyyaa like naaf godha mee?😭😭
Dhiifamaa gaaru lakkofsii keessaan naaf hojjaachu diidee?? Akkam haa godhu??
Ni hojjetaam haadho ykn 0917695449 yaali
@@Oromia24 many things!
I will try now!!
Gamamee anii yadaa koo garaa telee giramatiin sifii dabarsee torbaniraa darabee garuu hujiraa nafii hin olchinre dhifamaa wojii
@@zamazaamtube3995 dhiifamaa maal akka jeechu baarbade naaf hin gaalle?
Ifaa naaf godhii?
@@Oromia24 maloo karaa telegram yadaa nurraa fudha 😭😭😭
Safu dhiira Bara kana amanuni rakisadha rabbi kan sif kenne hin dhabdu obsi❤️
Mee namnii akka koo onne kessan kessa dhiraa zabana Kanaa diletii gottan like godhaa wallah argaa dhiraa amma👎🙄🙄
Kkkkkkk Maalif dilete ati
@@fozefoze2494 dhugaatuu dhabamtee sanyii ofii😩🤦♀️🤦♀️
Anu delet miti remve godhera si gargara 💪💪
Eyeen garuu dhirra Bara kan amanuni hin ta.uu
Anis akkuma keti sanyii
Amale calisen dhagefadha ykn ishetu dura eruma ykn hama ini gafi jalala dhugati dhehesuti dhaggefadhu❤
Baga naga dhufte oromia 24 ♥️♥️❤️
Hawii
Safuu kun yaa rabbii nu basii ani kan sidhamuu obbolleeti kee haa herumtuu egii ati isaa kee jalalaa keeti qosee Kana ittin qosii kun garuu si hin basuu waan ta'eef yeroon of qabii kan har'aa obbolleeti kee kan harmee tokko keessa bataan jalatee boruu immoo kan biraa akkaa barbadee sirraa jalataa kanaf ittii dhisii obbolleeti kee dhabuu irraa isaa ormaa dhabuu sif wayyaa kun dhamsaa kooti
Ayii dhiraa zabana kani hirriya kenyaa nuraa fudhata Kani obbolettiti debi'aa yaa rabbi naga busii atii😔😔
Anilee yaddaa gamachis iraa kan adda tae hin qabuu hadhoo koo! Mucaa kanaa baay'ee jalatus kan bekuu qabduu inii dhugan naa jalataayi jetee samuu ke gafatee mucaa kun halbe qara lamaa akaa siti hin tanee!kanaa males obboletii hadhoo kee walin adda akaa si hin bafne kanaf yadda gamachis hunda isaa hojiraa olchii jabadhu hadho ko!
Wanii kun na qunameraa
Malif yoo jete Jalalee ko
Hiriya shamaran barsise
Alan jedhu Anaf hin bilbilu
Isidhaf male sababa kanarati
Wal dhamne jira eda ati Hiriya ko
Kanan wal si barsise wajin jirta
Jedhe dhisa ergan biyya Allaa kana dhufee na quname wan kun Rako
Kenya ati golaa kesa futee nuf dubachudhaf bayee galatomii
Oromia 24❤❤❤❤❤❤❤❤
Gammitii koo dafii dafii kotuu jechootaa nama bohaarssan yoo dandesse ittii nuuf dabalitii bayyeen sijaladha uufff sagaleen dhiraa hundaa mal qabaa osoo akka kee ta.ee!!!!❤❤❤
Yaaaa waqayyoo nuuu basii kunii moo bayyee nama dhibba waqayyoo qoftii haa ikkuu
Yaa rabii naa basii haboo kan dhisii sii hin fayaduu dhugaa
Baga nagaan nuuf dhuftan gammee
Uuuuuuff obboleettii keenya kun baayee ulfaatadha garuu carraan ati qabdu daandii takkadha innis iftoominaan dhugaa jirtu gaafachuu fi walitti himuudhan akka rabbi sin godhe ta,aan jedha galatoomaa
Gamee kenyaa wanii bayee muxanoo fudhacaa jiraa eduu galatoomii qomoo koo
Ani haa dhafuu Oromia 24
Welcome gammee thank you anii akkaa kooti duraa issaa gafadhuu yoo inni obboletii kee jalatee dhisii kodee bidenaa nama qubsuu elaa irratii bekaan jedhaa oromon
An Osoo Ta’e Jaalalli Humanaan Hin Ta’u Waliin Taeef Nin Dhisaa!! Jaalalleen koo baar anaaf osoo hin tanee sister koofi cinqamaa jira!!
Dhuuga jeetee lubbuu
As wr wb akkaamii faayaa, dhirii, kamiyuu, hin amanama, warraa shamar
Omg
Wonti akkanasi jiraa moo
Waaqayyoo siif haa lafisuu obboleetii koo
Amshirrii rabbii jiraa
Uuuuuuuuuffff yaa jaalala bara keenyaa abshir saanyii koo waan sin jedhu qabuu yoo dandesse garu osoo dhiste carraa birra yaalate baredaa jedha garu onnee
Jaalala akka barbadine ajajuu hin dandenyuu kan waaqayyoo siif qophesse jiraa obsaan egadhu
Welcome gammee kenyaa
Utuu obbolletin kee jalalee biraa hin qabduu tahee ati dhistee waliif isan dhisuu dandeesa garuu ergaa isheen jalalaa isa hin qabnee arifaate hin murteesin obsii jalalaa kee akkuma duraati kunuunufadhuu😍
Wel com oromia 24.
Maloo malumattu dhufaa jiraa obbolletti keeti himii dhugaa isaa akkekachisi maal jechudha uttu inni sii waliin jiruu dukka hasoftii tanaan isheen sammu hin qabdu sababa amma isaa waliin hasa'aa jirtuuf malee uttu isaa dhistee nama biraa hin bartaa kanaaf sammu kee ammansisi irraa fagadhu dhirii barra kana yoo atti itti siqxee akka waan adunyaa kanarra isaa malee dhirii hin jireetti ilaala kanaf sii malee jirachu hin danda'uu hin jedhinini yeroni bilbila sii bilbilus arrifate irra hin kasinii
Bagaa nagani nu debitaa gamee kenyaa😘😘💓💓
safudha yaa rabii safunii esaa badee oboletii koo waqayon furumatta sifii yaa latuu 😥
Bagaa nagaani dhufitee jabadhuu
Oboleti kenyaa Bidena Nama qubsuu Eele irati bekkuu jedha oromon enaa manmakuu jaalalen ke'ee kun osso dhuggan sii jalatee baredina oboleti keti siibirati hin farsuu turee Ani yani koo dhisi kan Rabbin sii Qodee eggadhu jedhaa ☝☝☝☝
Ashaama siiyiko, giilixidhaan oboleetiikegafadhu ijaalaata isaajedhiti yoishiin eyeen siijeete dhisiifii kkraabisiipodu idhabidu kknafu
Lakkofsa ke nuf ergii
Abboo jaalala jaalala nujetani mataa nujaajeesiinaadha nurra dhaabaa jaalalli dur hafte
Dhugaa dubbachuuf obolleeti kootu sareedhaa
Malee mucuu qofaa mitii
Uuuuuuufffff Malo gubadhi hiriya tii dhifama naa godhi malaa😭😭😭😭anfisi hin tani sifsa hin tani Mal godhu dhifama qofa naa godhi hiryaa tiya 🙏🙏🙏🙏😥😥😥😞❤️❤️
Kuni bayye nama dhiba oromia 24 bayye gallatomi itti nu fufi😍😍😍😍
Ufiiiiiiiiiii raabii sifii haa lafisuu oboletii koo bayee rakisaa dh 😭😭😭😭😭😭😭
Well come game keenyaa
Bagaa nagan dhuftee sanyii jabadhuu
baga.nagan.dhuften.gamee.kenya❤❤❤❤❤❤❤❤
Kuni mudannoo kooti maaloo *jaalalleen obboleettii koo hangafaa isheen wal nu barsiifte inni biyya jarmanii dhufe,obboleettiin koo narsiidha, ani ishee bira taa'een koolleejjii baradha ture, ji'a muraasa booda ishee dhiisee anaaf bilbiluu eegale, guyyaatti isheef msg 2 yoo barreesse anaaf kun dhan barreessa, dhumarra qaaman wal agarree iddoo bashannanaattii, suuraa sadeen keenya taanee yoo kaanu anaan na hammatee ishee harka qabatee ka'uu eegalee, obboleettiin koo hin shakkite,anis haalli isaa waan naaf hin galleef obboleettii kooti waan hundaa yaada koo itti hime isheenis akka shakkite natti himte, dhumarra isheen ifa baastee gaafannaan ni amane ,ani ishee nan jaaladha miira addaatiin qabaafi,garuu yoon itti hime na dheeffiti jedheen sodaadhe, yoon si dhiisemmoo karaan ishee ittiin argadhu hin qabu jedheen sodaadhe jedhee itti hime* nuti ega guyyaa saniitii bakka nu geenye hin gahin jenneen obboleettiin koo baay'ee isa jalattus yeroodhaaf miidhamte booda garuu wanta hunda daga haa dhufte kunoo amma isheen heerumte bultii godhatte, Anis Hiriyaa jaalalaa qaba, inni sun garuu dubartii meeqa jaalatee dhiisee akkasumaan joora
Kanaafuu siifis obbolettii keetifis him ta'u yaa obboleettii Koo hi gowwomin Ija kee banii laalii jireenya keessaan balleessuuf deema wanti akkana gonkummaa badaa dha ifaan ifatti itti himi , maatii kee keessaa hin seensisin nama akkanaa,
Isin lachuu wooli galanii isa dhisaa atis oboletii kee dhabuu manna isa dhabuu siif woyya
baayyee nama dhiibaa dhugaa maal jechudhaa yaa jaalalaa baraa kana fi nama bara kana safuu ijoo oromon safuu qabaa miti kuni baayyee Ulfataa kuns jiraa Eeddaa
Wel came oromiya 24💓💓💓
Gamachiis Sena jalala Atii nuf dhihesitun calaa gorsaa atii iratii kenituu dhugaa Kan ta,afii dhagefatota keti gorsaf ubanoo gudaa qabaa anii Sena jiriynas ta,e Kan jalala Kan ati nuf dhihestuu calatii gorsii Atii dhumarat keniituu yadaa mangodot yokan nama muxanoo guddaa qabuu eduu galatoom waqayoo bekumsat bekumsa dabalee dadabalee sifakenee Naga wajiin
Ani akka yadda kotiti dhisiin jedha malif yoo jete otu dhugumaan sii jalate jirate bareeda obbolletti keti sitti hin farsu kannafu inni otuma kara fuldurati wajinin jirachu barbadeyyu sif rako guddadha kannafu kan rabbi sif qode ofirka qaba ofi hin cinqin
Jalalali gara lameeni wan tahef affaan gubaa si sobuun isaa dirree jira wan taheef hin jarjariin obbleetti ko wan sif tahu natti hin fakkanee sumattu bekka itti yaddii me xiqoo dhiifamaa wan natti mulaten dubadhe
Ara Dhiisi Kaan Homaa Si Godhuu Ka'raa Bay'ee Waalin Hin Deemtan Yoo Jireenyii Koo Yaa Baddu Jeete Maalee
Jabadhu akkanumati itti fufaa 💖 💖 💖
Nu haa olchu rabbi adda sif haa bassu
Ergaa Ramadanii Eegale Qophii Kana dhagefachu Nan dhise. Sababa Musiqaf jedhetii.
Classical qofadhaam haadho
Anisii yadaa qabaa
Welcome oromia24😍😍😍
Abshiir Obboolewan koo womtii hunduu ni qajeeltii
Ottoo anaaa ta,ee dhimaa isati nan dhisa mal jechudha oboleti kiyyaa narati jalachun isaaa
Waqaa dhugaa keeti wan akkasii jiraa edaa🙆♀️🙆♀️
Kun jalalaa miti holol naman jeedha ana osoo tahe argaa isaa hin barbaduu obboleettin tiyas yoo maraattee malee maal jetettii jalaattii
👍👍👍👍
Dhaamsaa oboleetii tenaaf dhamuu kesaa atii egaa haanganaa shikitee Oslo itii dhiftee naati tolaa binesi guyaa yusee halkaan akeekachisee jetemii ree oromoo
Uuff jalaluma bara kana nama garamaa
Yaa Rabbi kuni safuudha
Akkamtiin isiin argaadha??
Waan jabatee kun
Lubbuu tee gadi qabi kan rabbii sif qoode kafaa jiraa obboletti tee jalate dhisee atti dhisii ofiraa kan isa male jirachu dandene amantaa tena qofa jalalii akka njtti jalane oso tane akka waaqni nuuf qoodatti nu dhufaa
Osoo anaa ta.ee naan dhisaa nama ana dhisee oboleeti koo jaalatu maal gochun qabaa kun ana qofaa mitii kan midhuu danda.uu oboleeti tiyyaas midhuu danda.aa
Namanii akka kiyyaa dhiraa jibiitaan dhugaa kan dawn godhee
Obboletii Koo namni kuni jirenyaa Kee gaara fundurtii SI hin demuu kaanaffu biraa haaffii
Obboolettii koo waqayyoo sii wajjiin haa tau irraa fagadhu kan waqayyoo siif ka,ee hin dhabduu bayyee dogogora qaba innii garu jirenyaa kee bor iraatii midha qaba ittii yadii
Welcome oromoa24
Bagaa nagaan dhuftee 😘
Anis akkuma gameen jedhee jireenyaa ke midhaa waan tahef murtoon samuu kedhaa
Gorsiitee laltee yodhisuudha batee Atii Dandii biraa bafaachuu dandeesaa Jalaatan furrii waajin jibaan dammaa wajiin jedhamaa mittiree jalaalii dhugaa Nama biraa namarattii jajjaa mittii kun anaf in fakatuu Atii murtoo mataakee fudhuu
Obboleettiko falli ati qabdu akka koottii dirqama dhiisuni qofa dha . yoo jaallattes nama jaalatan hunda faana bultoo dhaaabbatu mini carraa tahanis gargar bahuun jira kun immoo carraa osoo hn taane sababa sin jaallanef haadhoke sirratti ilaala ati onneesa keessa iddoo tokkoyyu hn qabdu kana dhugaansa akak haalli inni argisisutti . utuu dhuguma si jaallate onnee isa kamin obbokettike jallata . kanaaf osoo baayee hn miidhamin irraa fagaadhu boodas mana si kaahe durba biraa bira deemun Isa shakkii hn qabu waan sif iddoo hn qabnef
Sennaa bay'ee ulfatuudhaa.😥
Osson ishee taa'ee obboletii kootti inni namaa isheef hin taneen ittii himaa maalif isaa ganna sirumaayyuu hikkaan jaalala hin gaaleef waan taa'eef boruus kan birri birraa demuun issaa hin oluu kanafuu lachaan issaanitii waalii gaalanii ishaa dhisuu qabuu
Argaa isaa isaa dhisii kuni bultii namafii hin ta'uu 🤔
Welcome.gamee🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Ani yada sifi qabuu hiti himii yoo didee dhisii ani osoo na ta.ee ni feedhuu oboleetii koosi isasii ni fudhuu kuni wanii ni baranee
Uuuuuuffffffeeeee baay'ee ulfaata haadhokoo ani waanuman jedhun dhaabe dhugaa 😥dhaalota bara kana ta'u kootiin gaaddee
bayye.ulfata.ani.hoto.dhiste.waya.jedha.rabbi.furmata.isa.sifi.hakenu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
I don't love I hate love I don't even like to hear about love I'm just here to hear ur voice dhifama oromifa sirriti bareessuu hin beeku
Safuu yaa dhiraa bara kana🤗🤔
Obisii hangaa galtee ijaan argituttii ❤️❤️💙💙💚💚🧡🧡
Rabbiin sif haa qajeelchuu
Uuuuuffffffi yaa dhiraa baraa kanaa malumaa isiin umee rabbii ajibaa 😭😭😭
Nama gadisisa dhugaa
Dhugaa jetee gamee galatomi Qaali nama nuf jiradhu yaa oboleti tiyaa gafadhu baar 🤦🏻♀️🤦🏻♀️🤦🏻♀️🤦🏻♀️🙏🙏
Well come gamee keenyaa baga a nagaa nufi dhufatee
Anaa dhufuuu biroo
Bayye Nama gadisisa😭😭
Anaa dhufuu game seena baye nama gadisisaa jalalii bara kana sila xabumaa ta.ee akamiti obboleyaan lama jalataa asotofirahi raabi haa qalchuu ilmaa nama hundaa
yoyaa Gamme bagaa nagaayan dhufte
Kanii Sii jalatuu waqaayoo sifii qopheseraa dhisuu yaalii namaa kanaa
isiin Laachuu Dhisaa isiinf hin Tau u🥺😢💔
Argaa Kee jedhin sare wayitii
Dhugaa jetee oromia 24
Maliisiibasuu sanuumaa
Kun wann tuu qabuu mitii
dhuugaa baantaa ? ♥️ fuumaataa raabiin siiif haa goodhoo
uuuu murteessuu baay.ee ulfataa garuu hundaarraa obboleettiikee marisissii hiriyaa dhugaa itti himii
dubi hedu ulfatu nuutti yeroo bay 'ee nama tokko yeroo jalaanu humna oli amane jireenya keenyaf murtesina garuu dhirti tokko tokko akkasitti hin murtesan osooma sii jalaadhe du'ara jedhanu gama fi gamana ilalu kun akuma jirutti ta'e kanke imoo oboletti kee jalaata yoo itti fufte jireenya kee fi kan oboletti keti balesita wol dhabu dandesu kanf hariro isaa irra qabdu dhisuf murtes jalaala situ qabaf male kan isaa hin bektu itti yaddi murtes Adunya kana irra waan fenu kan argatu nama murasa kan rabii sii kene hin dhabdu abshiri
Uuuffff mucayo ambo ❤️❤️❤️
Baayee namati tola 👍💔