Hamdiya qashti ❤❤dhuga waqayo na mararte walali fi jalali waan baye nama gooti jalate nati fakatu gama kotin inafa jechun afura hamadha 😢kesatu nama wal jalatu gidu,adan basuf uuf ana na mararte waqayo goftan waliti isin ya debisu muca kesan ilale badi ofi bekani dhifama jechun bekumsa gudadha namni hundu guutu miti ni dogogra eefa darbe namaf gala hadho ko 😢
Rabbi sii haa laaffisu A'uzubillah minasheexaanirajiim yaa Allah maali kuni maal sirraa baranna kana booddee dhiirri akka ol jedhee sin ilaalle beeki salphina guddaa ati mucaa muslimaa waan taateef maali kan akkana si godhu sadi fi afuru fuudha ilmi muslimaa baayyee nama ajaa'iba
Seena jirenya bulti ka bekuf barumsa guddadha baga yadaafi yaddo of keessa bafte himte rabbi walitti isiin ha debisu hinafa bulti digu akka dandesu ama naf gale galatomi hadho ko
Ya obbolessa kiyya naamani kuni si cubisaa wajin jiradhu itti debiye baye Gara nama nyati dhuga rabbi rabbin wali isan ha debisu❤❤
😅😅😅
Jaalalli jedhan sun kana taanaan yaa rabbi nu baasi jiduuma galatti nuuf kenni.
Rabbiin wolitti isin haa deebisu .
Obboleettii tiyya rabbiin tazgabbii siif haa kennu
Yaa obboleessa yoo dhageette deeffadhu woliin jiraadhu
Waari tuni jeetani arabsitaanii qoyi mali tatee qaama gutuu qabdu isini kaani asii jaala demtani arbsitaani😢😢😊
Woraa hikka jalala hin beknee issi Arbsaa wolhii 😢😢😢
Dhugaa ketti
Dhugaa keeti
Dhugaa keeti wari jalala bekni nama arbsuu
Kan sheeyxanni funyoo itti kaahee harkisu bu'aan isaa adda baase kanas tahe sana rabbiin walitti isiin haadeebisu kan darbe irraa baradhu
Hamdiya qashti ❤❤dhuga waqayo na mararte walali fi jalali waan baye nama gooti jalate nati fakatu gama kotin inafa jechun afura hamadha 😢kesatu nama wal jalatu gidu,adan basuf uuf ana na mararte waqayo goftan waliti isin ya debisu muca kesan ilale badi ofi bekani dhifama jechun bekumsa gudadha namni hundu guutu miti ni dogogra eefa darbe namaf gala hadho ko 😢
Uuuuuuuuufffffffff ya rabbii Amallaa kiyaa qabdii ya rabbii nallee narraa lafaa kayihi😢😢😢😢 rabbiin waliti isini ha debisuu
Uuuff dhugaa anilee kanumaan rakachaa jiraa😢💔😥😥😭
Gurbaan manuma hidhaatii bahe.hinaaffan akkanaa tun gaarii miti dhugaa rabbii.
Nuu hundii keenaa ofi haa laluu mee waan kana irraa rabbiin nuu haa lafisuu
❤❤yes
Yaa raabbii hinnaffan danga darbite bulti gaari diydi subaahan allaah 😢😢😢😢😢obbolleti tena raabbiin qalbi te tasgabesse waan ufii jaalate bakka siif ha bussu yaa miskinaa Tiyya wly garraa nama nyati yokiin raabbiin isuma siif ha debisu 😢😢😢
Rab walti isn haa debisu wly isha Allah si debi
Jalali dhugaa lubbuyuu nama basistii wolhii uuuuffuuuuuuu nama jalatani dhabuu maratuu haa 😢😢😢😢😢
Rabbi sii haa laaffisu A'uzubillah minasheexaanirajiim yaa Allah maali kuni maal sirraa baranna kana booddee dhiirri akka ol jedhee sin ilaalle beeki salphina guddaa ati mucaa muslimaa waan taateef maali kan akkana si godhu sadi fi afuru fuudha ilmi muslimaa baayyee nama ajaa'iba
😊😊😊😊
Hinaafaa kan dhufuu jalalaa dangaa darbee irraatti 😢❤
Hinaafan gaarii mitti gaaruu waantii guddaan attii gaabuu keetii raabii siif haa debisuu
Rabbiin wolitiii isiiin haaa debisuu inshalhaa ❤❤❤❤❤❤
Anuu akati inafa dhuugaa amaa kino kophatayaa 😢😢😢😢😢❤❤❤❤
😂😂😂😂
abshir duu,aii godhuu😢😢
Qorichaa keeti😂😂😂😂
@@SINGITAAN🙄😑
Jalaalti waani nama goone hin qabdu inni guddaan waani dabarsiite irraa baraate hardhaaf qophaahu keeti abshiir RABBIIN woliiti isiini haa deebbiissu
Hedduu jallattii eee misikinaa wly rabbiin waalit issiin haa debissuu
Ayii jaalalaa waan namaa hiin goone hiin qabadu🥰🥰
Anuma yoom jalali dhuugaa naqaba lata 😢😢😢😢😢😢
Yero jalate
Kkkkk Haraqe dhugi😂😂😂 si qabaa
😂😂😂@@Maammeahmed12
@mohammedofficial9😂😂😂531
Dhugaa keeti Jalalii dhuga akanumaa namaa gotii ishallaah rabbiin walitii isiin haa debisuu 😢😢
8331 jaalaltii naqabee maliin godhaa
Yaa rabbii koo yaa abbaa mana mucaa tanaa deefaadhuu
Rabbiin wolit isin haa debisuu inshaallaah
Abshir guratii bareeduu too rabbiin haqa kee siif haa deebisuu
Ana haa nyaatu giiftiikoo😢😢 rabbi walitti isin haa deebisu
Kun hojii seexanaatti dhugaa waaqayyoo sirraa haa ifaatu garuu inni nama gaariidha .
Walitti isin haa deebisuu😢😢😢😢
Dhugaa jetee 😢😢
Tolee biyyeen nanyatee😂😂😂😂😂 mali inafaan amanaa bayyatuu😂😂😂🤭🤭🤪
😀😀😀
Hin jedhamu dhuga rabi anilen jaalale kiyati bayyen inafan ture wanan bayyee jaladhufi jedhe garuu gargar banee jira malee😢
Wlh jalaala miti maaratudha mana yaala dhaqi inafa miti rakko biiroo qabda
Dhugaa keti
Waaqayyo walitti isin haa deebisu ❤😂
Yaa subhanallah malii hinnafana akkan 😢
Ishoo baaga sii dhisee baqatee ni ajeftayuu
Yaa rabbii nuu basii atii
Innaaffan akkana sirrimiti😊
Uuuuuuuuf yaaa allaah abshir rabbii walitti isiin haa deebisuu
Wayyoooooooo gara nama nyata kana hunduma jalala akkana kan nama godhu❤❤❤❤
Yaa tammee 🎉🎉🎉 walitti isiin haa debisuu
Subhaanallaah Hinaafaan daanga darbee Boodeen isaa rakkinna fida
Wly Rabbi walitti isiin haa deebeisu
Raabii waaliti siin haa deebisuu😢😢
Baay'ee Nama Ajaa'ibsisa Rakkini Ishee Bira Jiraachuu Erga himte Yoo Dandeette Isaaf Jaalala isheen siif qabdu marataa ishee taasise walitti Deebi'a jireenya keessan bifa haarawa ijaaradha jedha
Bisimilahii shexanaa kunii hinafaa numaa jiraa kankee shexanaa dhugaa 😮
Ajabi'aa dhugaa bekumumaan namnii jireenyaa ofi jequu jiraa kin jalala miti cigitidhaa malee😂😂😂
15:19
Jabadhu hadhoo inaafa dhisii
Yetabatuu jalalaa dhugaa jachuun tanaa kunoo😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Subahana Allah yaa Rabbi inaaffa kana nurraa fuudhi mee😢😢😢😂😂😂😂😂
Yaa rabbii tunii fayaa mitii malii hinafanii dilii kuniii😊
Tuni dhugamaa inafaa miti maratuu dha malee😂😂😂😂 ee miskinaa wlh jehe babani kenya
😮😮😮waanii Ajibaa 🤦♀️🤦♀️garuuu hinafanii haganumaa muluu maliifii 😌😌😌
Dhugaatii imimaan qabachuun dadhabee namni Amtuu sin jechuu danda.a garuu namni jalaatee hin Maratuu Rabbii obsaa siif haa kenuu
Hedduu garaa namaa nyataa😢😢😢
Yaaboo tuni maraatudha waa fayyaa miti😮
Faayyaa Hin qabuuWalh
Miskina tiyya gara nama nyatti.rabbi walitti isin ha debisu 😢
rabbin walitii sin hadebisu Yaa rabbi walaahi gara nama nyaataa
dhugaa kunii mudanoo kodhaa 😢😢😢😢😢😢anii kunoo amaa sagantaa kanaa lalee isaa ararfatuu qabaa😢😢😢😢😢
Subhanallah Wallahi hinafaan akkana nama sodachisa 😮😢
Safuudhaa 😂😂😂😂 ka
Yoo bareeddaan rakkoo 😳😳😂
Hamadiya dhugaa dubachufi oso ijani sii araginii rediyo kesani sii dhagefata turee baraa 2002 bodaa baraa 2004 mucayo durubaa aragadhee jalaluma sagale tetii iraa hamadiya jedhee ittii mogasee 📻📻
Wayyoo nyaara kee Waaqayyoo obsaa siif haa kennuu 🙏🙏
Hangam turullee dhugaan namaa gaaf takka baha!!
Ummaa koo nan jedha jettii😂😂😂
ml yoo jedhen maratus yoo tate ka isati bar maqa itti bafachu hin danda,a 😮😮
Kkkkkkkkkkk
emiskinaa maal hinafan akanaa😢😢😢
Nama jalatani dhabuni hedu ulifata rabin sifi haa lafisuu fayya tee qurana ufi fayisi inishala
Ufiiiiiiiiiiii gara Nama gubata anile akana 😢 Garu dhiri jibbati fudhate
Masha ❤❤❤❤❤❤❤
Rabii wolitii isin haa debisu
Maali ati fayyaa hin turre moo mucaa miskina argattee itti taphachaa baate albeen abbaan qare abbaa qalee jedha oromoon
Hinafa danga dabarte rabbi nama ha basu
Maalii kun hundii hoojii seexanati waaqayyoo nama haa olchuu😢
😂😂😂😂😂 dhugaa jetee 😮😮😮
Dhisii jalala akkan ishii godhee
Yaa rabbi nuu didii
Yaa rabbi nu basi kaa inafa akkan kanar
Maali tuni yaa rabbii nu basii😢😢
Inaffan nama marachitii wallah bultis nama digdii an wan argee qabaa😢😢😢
Garaa namaa nyataa😢😢😢😢😢
Kkkk
Arigaa kee Aboo 😂😂fayaa qabuduu Atii rabii siyaa Qajelichuu 😂😂😂😂
Rabiin waliti isin ha debisu ❤❤
Rabbiin hinaafa nu keessa haa basu
Waayii hinaffaan booddeen isaa kana qaba 😆😆😆😆😆❤❤❤ee miskina wlhi abshiir🤣🤣🤣🤣💞💞
😢😢😢😢 uuuuuuuuuuffff subaahhanala tate
Ofumaa of gootee ama kana haasayaa jete hasoftaa 😂😅😮
Uuuuufff malii kun hundii mucaa sammun xuqamee siraa adda bahee dhugaa😢😢
hhhhhhhhh Relly
Wayiiii inafan bulti nama meqa dige kotin hangafe 😢😢
Abshiri obolleetti tiya jalaala dhuga wani taefi ni aragata garu wani darabe saniti hin debini obosi hinafani mana nama jala didi rabbi si hagargaruu
❤❤❤❤❤
Jaallachuun Akuma jirutti tahe kana hunda hinaafuun dogoggora😢😢😢
Intala qashttii rabbiin wolitti sin hadeebisu❤❤❤
Wayyo sihrii ykn matatiidha kan itti taphate😢😢😢
Itti qoollefen deema jette😂😂😂😂😂
Uuuufffeee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Uuuuffff Rabbii walitiii isiin.hadebiisuu
Subaahan Allah Nama dhibbaa dhugaa dubbin kuni
Ajaibaa 😢
Ofumaa ofii mitte kaaa
😢😢😢😢abshir qaalii ❤❤❤❤
Seena jirenya bulti ka bekuf barumsa guddadha baga yadaafi yaddo of keessa bafte himte rabbi walitti isiin ha debisu hinafa bulti digu akka dandesu ama naf gale galatomi hadho ko
Jasaanii walii loter😂😂
Subhaanallaah anilee akkaas hinaafa wlh yaa rabbii 😢😢😢😢
Of egadhuu atiis😂
Maalii ati kan akkasii inaftuu maratuudha dhugaa
😂😢😢wayoo ko yaa rabbi nu basii walhaa rekodha kuni
😢😢😢maloodha inafaan hagaas gahuu wayyoo
Miskina tiya waly😂😂😂😂❤❤❤❤😘😘😘😘🤔🤔🤔🤔