Abbaan akkasumatti dhugaa nun nu jaallatee - New oromo mezmur lyrics
Вставка
- Опубліковано 9 лис 2024
- Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa.
.........
🎤 Lyrics Oromoo Mezmur
------------
Abbaan akkasumatti dhugaa nun nu jaallatee
Ilma isa tokkichaa sanaa dabarsee inni nuuf laate
Namni isatti amanu martuu akkarratti hin murtoofne
Kuno isa kanadhahoo waadaa abbaan nuuf seenee
------------
Ilma isaa tokkicha hin marrarsifannee
Hunduma keenyaafis inni isa nuuf keenne
Godhee isa laate furii ilmaan namaa
Karaa isa nuuf kennee inni waan hundumaa
------------
Ilmi kuno iniin jaalladhu kuno isa kanadhaa
Hunduu isa dhaga'aa boqonaatu isadhaa
------------
Kan ilma Waaqayyoo amanatu martuu
Murtoon guyyaa dhumaa isa hin argu homtuu
Mucaa waan jedhameef dhaaltu mirga abbaatii
Kabajaan marfamee gala boqonnaatii
------------
Ilmi kuno iniin jaalladhu kuno isa kanadhaa
Hunduu isa dhaga'aa boqonaatu isadhaa
------------
Abbaan ilmaa isaatti garaa itti jabaatee
Ilma isa jaallata namti kan laatee
Jaalalli akka kanaa eenyufuu hin jiru
Gooftaa taanan malee sila eenyuu nun furuu
------------
Ilmi kuno iniin jaalladhu kuno isa kanadhaa
Hunduu isa dhaga'aa boqonaatu isadhaa
------------
Kan isatti amanu akka baduuf mitii
Badisa ilma namaaf murteesse isa irrattii
Abbaan kan nu beeku karaa ilmaa isaadhaa
Furmanni ilma namaa Iyyeesuus qofadhaa
------------
Ilmi kuno iniin jaalladhu kuno isa kanadhaa
Hunduu isa dhaga'aa boqonaatu isadhaa
------------
.........
#SUBSCRIBE #Beresa #Follow Our channel to get more Videos.
Welcome to Our UA-cam Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload the best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido in the best way to sing the song with the video.
Download Galatofi Barumsa Andriod Application from the Google Play store
play.google.co...
www.mediafire....
Download Walaloo Tawaahidoo
www.mediafire....
play.google.co...
Download Sirna Galatoo Afaan Oromoon
play.google.co...
www.mediafire....
Barruu Faarfannaa Afaaan Oromoo Orthodox Tawahidoo
www.mediafire....
play.google.co...
Download Faarsaa Cidhaa form Google play store
play.google.co...
www.mediafire....
Download faarfannaa Orthodox Tawahido Afaan Oromoo
play.google.co...
www.mediafire....
Download Galata Gooftaa with sound
play.google.co...
www.mediafire....
Download Easy ways to learn Afaan oromoo
play.google.co...
www.mediafire....
Common English Phrases
www.mediafire....
play.google.co...
Download Kitaaba gadaa afaan oromoo
play.google.co...
Download Kuusaa Walaloo yeroofi bakka garagaraatti
play.google.co...
www.mediafire....
App kanneen biroos argachuu yoo barbaadan
yoosaad.com/ot...
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
&& Join Our UA-cam channel MemberShip
&& / @roobaanuuf
&& / roobaanuuf
&& Visit SBOO
&& afanoromobatch...
&& afanoromobatch...
&& oroorthodox.wo...
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
Ammeen Ammeen Ammeen waqayoo isinii haa ebisuu❤❤❤❤
AMEEN waqaayyoo isin haa ebbisu sagaalee jireenyaa isin haa dhagessisu Ebbifamaa❤❤❤
Ameen Ameen Ameen Ameen 🙏 🙏🙏👏👏👏♥️♥️♥️👏♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Amen Amen Amen❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Amin (3)🙏🙏🙏