Oduu Guyyaa sa'aatii

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 2 гру 2024

КОМЕНТАРІ • 435

  • @bezadinku9868
    @bezadinku9868 День тому +30

    Yaa rabii imimman ummataa kenyaa gahe jedhi,anaa gammachun naa bochise 😢,warrii haftansi karaa naga filadha too tokkumaa cimsaa oromiyaa nuf misomsaa❤🎉

  • @PaulaHelou
    @PaulaHelou День тому +84

    Namni akka gamachun boochisee😢lakii naf godha👍❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🥰

    • @Olix-xy6wp
      @Olix-xy6wp День тому +1

      Mee dura Rabbii dhugaa haagodhuu, ni ilaalla bullee jaarreen kana, Rabbii dhugaa haagodhuu.

    • @Makiyyaarsii
      @Makiyyaarsii День тому

      Akk anii itti gubdhe

    • @yabobayo5787
      @yabobayo5787 День тому

      Kuni dhugaa miti jarana
      Hin ilaaltanii mee

    • @BayisaaTolaa
      @BayisaaTolaa 22 години тому

      Waqaayyoon nagaa Yaa buusuu mee 💚💚

  • @CalnNega
    @CalnNega День тому +22

    ከዚህ የበለጠ ደስታ የለም። እግዚአብሔር ይመስገን።
    waaqayyof Galata!

  • @BurqaBati
    @BurqaBati День тому +10

    Baga galtan ummata keessanitti baga rakkina ummata keessanii hubattanii qalbii keessanitti deebitan dhugaa dubbachuuf hardha oromoon wal waraanuun cubbuudha malee qabsoommiti hardha oromoon yeroo ilaafii ilaameen Wal marihatee waan Isa hafu itti guuttatuudha kanaafuu baga kanaan isin gahe warra isinirraa bosonatti hafeefis hubannoofii qalbii isaanii kennee rabbiin isaan haa galchu rabbiin oromoo Annan okolee tokkoo nuuf haataasisu❤🎉

  • @BontuuAPP
    @BontuuAPP День тому +7

    Malooo mee dhugaadha nan jedhaa kaa uuufffeeee yesuus koo mee oromoo koo akkuma amantaa kesanitii sa galtuu jedhaa waqayoon galatefadha wa'ee Araraa kanaf waqayoo Amayu biyaa kenya nagaa nuf ha godhuu ❤❤❤❤❤❤❤

  • @SimbooLabbalta
    @SimbooLabbalta День тому +11

    Dinonii oromoo bo'icharaa jiruu nutii oromon gammaneraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @LomiNate
    @LomiNate День тому +6

    Yaa rabii 🙏bayee gamadee yaa oromo bagaa gamadanii🎉🎉🎉

  • @AhmedNuur-ht7kf
    @AhmedNuur-ht7kf День тому +4

    Baayyee gaariidha !!!
    Akkuma abbootii keenyaa, Uumaafii uumama waliin araara haa buufnuu.
    Olaantummaan seeraa, araara ,Galata rabbiif, ilma boojuu akka hangafaati , akkasumas sirna guddi fachaa oromoon eenyuu fuu dabarsee laatu.

  • @waqayooibsaakooti65
    @waqayooibsaakooti65 День тому +4

    Uuuuuuuuuuf galata waqayoo 😢
    Waara lubuun darbee waqayoo lubuu isaanif janata yaa keenu 🤲🏽😭😭😭😭🙏🙏🙏

  • @WesneA
    @WesneA День тому +3

    Yaa Waaqayyoo ati hundumaa dandessaa galani siiy haa ta'uu Ameen ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Chaltugedafa
    @Chaltugedafa День тому +5

    Uuuu waaqayyo sifi wanti dadhabame hin jiru galata ke yaa waaqayyo 😢😢🎉🎉🎉

  • @waaqijiragammadaa8819
    @waaqijiragammadaa8819 День тому +1

    He said, "Blessed are the peacemakers, for they will be called children of God" (Matthew 5:9)

  • @MohammedumarMohammedumar-d8o
    @MohammedumarMohammedumar-d8o День тому +6

    Araara Araara Ammaas Araara.humna woliif haatanuu!

  • @gadisejeleta597
    @gadisejeleta597 День тому +4

    Wow 🎉🎉bayee gamadaa mee🙏🙏🤲🤲

  • @MusabAhmadin
    @MusabAhmadin День тому +3

    Wow alhmdulillah🎉

  • @ayshahayshah4490
    @ayshahayshah4490 День тому +3

    Wow yaa rabbi ati hararamu umataa kanaa bilisuma godhii kaa mee😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @birukkefale9107
    @birukkefale9107 День тому +4

    Walii galteen kun keessumattuu Ummata Salaaletiif Boqonnaa hagana hin jedhamne dha. UUUUUUUFFFFFFFFFFFF Yaa ummata koo hirriba gaarii rafuuf jirtu. Waaqayyoon haa dhugoomsu.

  • @theyou9327
    @theyou9327 День тому +3

    Yaa waqayyoo waan hundaafu attii guyyaa qabaa anii dhugaa dubbachu vwaligltaa Kan yeroo dhagahetii imimmaan qsbqchuun dadhabee🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🇴🇲🇴🇲🇴🇲🇴🇲Irraa

    • @makiama9561
      @makiama9561 День тому +1

      Anillee biyyaa kana Jirraa ,🇴🇲

    • @theyou9327
      @theyou9327 День тому

      @makiama9561 ❤️❤️❤️❤️💋💋💋💔💔

    • @theyou9327
      @theyou9327 День тому +1

      @makiama9561 Oman nannoowwa Kam jirtaan qalii

    • @makiama9561
      @makiama9561 День тому

      @@theyou9327 Lakoofsa kee ergii keessan sii dubbisaa 🥰

  • @Radetlemi.qh6x
    @Radetlemi.qh6x День тому +3

    Oromoon yommiyyu gootaa oromoon abbaa biyaati oromoon bu.aa baayi heddu dabarsee jiraa oromoon nyaachisee obasuu malee homaa bekuu oromoon sennaa qaba oromoodhaaf jechaa qabu Araramuu kessannif baay.ee das na jedhee jiraa imaalli kessaan garaa fulduraa haa ta'uu wali galteedhaan bagaa dasi isin jedhee hundii kessaannuu like godhaa illaan oromoo essaaa jirtuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AsmareeFeyisa
    @AsmareeFeyisa День тому +4

    Dhuga nuf tasisii goofta ati Kessaa yoo jiratee malee hunduu duwwadha 😢😢😢😢

  • @TijeHilu
    @TijeHilu День тому +4

    Bagaa.gamaneee❤❤❤❤❤❤❤

  • @Fauzia-vl8yd
    @Fauzia-vl8yd День тому +3

    Mashallah tabarakallah 🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢alhamdulillah

  • @BURTKANGURMESA
    @BURTKANGURMESA День тому +2

    Uuuuffeee gamachuu koo ibsachun dadhabe Ootton mana maddamii jirachuu badhe sila iyeen ililchaa 😢😢😢❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @Balissaabdii
    @Balissaabdii День тому +3

    Jabadha jabadha jabadha ittii fuufaa yaa orromo iissin tokkoo issii ilmman abbaa tokkoti ilman hadhaa takkati ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AlemneshZeleke
    @AlemneshZeleke День тому +1

    Elelelelelelelelelelelelel yadoo kesaa banee goftaan Koo ha,ulfatuu eshoo eshooo❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹

  • @MasaratAlamuu
    @MasaratAlamuu День тому +1

    Namnii akka koo gammachuu dangaa hin qabannee gammadee jirtaa ??😢😢😢😢😢 hojiin waqayyoo guddadhaa isaaf maltuu dadhabammee tokkummaan kessa haa cimmuu dinnii addaan isiin faggessuu waqayyoo haa buqissuu immimmaan ummataa koo waqayyoon biraa gahee iiiillllliiii iillliillliiillliiill 😢😢😢😢❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @OppoA-fu8et
    @OppoA-fu8et День тому +2

    Waqayoofii galanii Haa bayatuuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AbduramaanAdam-wy9cr
    @AbduramaanAdam-wy9cr 8 годин тому

    Galatoomaa isin hayyoota dhugaan tahuun keessan har'a mirkaneessitanii jirtanii jabaadhaa!!!!

  • @خلفمرشد-و6خ
    @خلفمرشد-و6خ День тому +2

    Mashala baguma rabi woli gachee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abrasedeme3153
    @abrasedeme3153 День тому +1

    Yaa rabbii imimaa haramee fi abbaa keenyafi lalii dhugaa nuu godhii harara nuu busii ❤️❤️❤️❤️❤️❤️🤲🤲🤲

  • @RediyeHamid
    @RediyeHamid День тому +3

    Allahmdullilah rabbii kiyya glni sii haa gahu immimman haadha keenya nuf qorsi

  • @HileYadeta
    @HileYadeta 13 годин тому

    Kunoo Akkas Baga Uummata keenya Gammachiistan.Jabaadhaa Wal qabadhaa dinna of gidduudhaa nuuf baasa.
    Kabaja Guddaa nubiraa qabdu.❤❤❤❤❤❤❤

  • @Caltu-r5u
    @Caltu-r5u День тому +1

    Yaaa Waqayooo kooo atii dhugaa nuf godhii maloo yaa umaa kooo😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @ወንድልጅ
    @ወንድልጅ День тому

    I never been committed to this channel but today I feel happy and committed.

  • @AlemneshZeleke
    @AlemneshZeleke День тому +1

    Gamachun koo dangaa dhabee raa goofta koo ulfadhuu 😭😭😭😭 uffff nagan biya keyafii saba keyafii
    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
    Ano jechan dhabee ufffffff aka ra,tii gamadee hin bekuu

  • @WerkineshTesema
    @WerkineshTesema День тому

    Yaa rabbii galannii fi ulfinni sif haa ta'uu waaqayyoof wantii dadhabamee hin jiruu guyyaan kun dhufee arguu olittii wanti nama gammachisuu maaltuu jiraa? Maaloo oromoo Koo anii jechan ittiin ibsuun dhabee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AddisusisayTaddese
    @AddisusisayTaddese 16 годин тому

    Yomika oromiyan nagaadhan bulte nagaadhan kan ishen olte bultu isuma hawwan jira😢😢

  • @WerkeAlemu
    @WerkeAlemu 14 годин тому

    Dubisi fixiDursaa abbaa hojii kanaaf galanii haa ta'uu yesus hararaa nuf godheera maqaa waaqayyoo bara baraan haa eebifaamuu obbo sanyii dhugumaa sanyii dhiraati 💯%💯 ummaata keenyaa waan dhageesseef waaqayyoo kaadhaata kee sif Haa dhagaa'uu inni dubaadhuu dhageesifaadhuu jechooni ati dubaatuu akka bakaakaan lafaa baqaqsuuti lapeef samuu nama haa baaqaqsuu warra si Adaamsaaniti guyyaan haa dukaana'uu akkan sin arginee ijaa isaaniiti dukaanii haa ufifaamuu warri si hadheesaan dubini isaanii fudhaatama hin argaatini karaa hundumaan waaqayyoo si haa waajjin haa ta'uu gaalmaa gaa'ii milkaa'iii waaqayyoo abidaan si haa golguu harkii fi meeshaan sitti hagaamuu bishaan haa ta'uu umurii kee haa dheeratuu uuuuuuuuuufffffffffffff gamachuun koo daangaa darbee waaqayyoo fixaan nuf haa ba'uu👆🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🧎‍♀️🧎‍♀️🧎‍♀️🧎‍♀️🧎🧎🧎

  • @KooKeeti-b9d
    @KooKeeti-b9d День тому +2

    galatoma hayoni oromiya ❤❤❤

  • @ebbiseoromo3626
    @ebbiseoromo3626 День тому +2

    Ililililililili yaa Waaqayyoo ulfaadhuuu❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @habtamutesema1025
    @habtamutesema1025 День тому +2

    Bayyeen gammadee #Galatooma 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @senaadame6589
    @senaadame6589 День тому +1

    Nagaan biyyaa keenyaaafi waqqayyoo haa ebbifamuu❤❤❤❤❤❤❤

  • @Bigman-e8n
    @Bigman-e8n День тому +1

    ❤❤❤DHUGAA UUMMANNI KEENYA BOQOTAA LAATA?SIYAASAAF OSOO HIN TAANE DHUGAAN ARAARAMAATII UUMMATA OROMOO SIRNA NAATXANYAA FANNOOTIIN ETHIOPIATTI DEEBISUUF YAALU BALLEESSAA, GATII UMMATA KEENYA KAN MORMI FI HARKI IRRAA CITE UUMMATA WALLOO FI WALLAGAA BILISA BAASAA❤❤❤.GALATOOMAA

  • @TinsaeAdane
    @TinsaeAdane День тому +2

    Qe'en oromoo Kabaja ishe duratti debiite galanni keeti uumakoo❤❤❤❤

  • @SabiMuktar
    @SabiMuktar День тому +1

    Mashaallah rabbi jalaalan nuha jiaachisuu

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 День тому +1

    Waaqayyoo dhugaa nuf haa godhuu Ka a🤲🤲🤲🤲

  • @ziziEthiopia
    @ziziEthiopia День тому +1

    yaa waqayo maloo uuuf nagaa nuuf busii biya kenyaf ❤❤😢😢

  • @IbrooAhamad-d5t
    @IbrooAhamad-d5t Годину тому

    Bagaa gamadniidh siluu akaa duritii harkii xuritii 👋 hin hafuu alhamdulilala🎉

  • @Ber-o-u6w
    @Ber-o-u6w День тому

    Kun yaada baayyee gaariidha.Murtee guddaadha.Mootummaan keessoo isaa sirriitti qulqulleessuun namoota gahumsa siyaasaa qaban ofitti qabuun gara fuulduratti deemuu qaba.

  • @Kiya-rty
    @Kiya-rty День тому

    Wow amazing oromo unification ❤❤❤

  • @ErtuAir2
    @ErtuAir2 День тому +2

    Waaqayyo biyya keenyaaf nagaa habuusu ❤

  • @waaqijiragammadaa8819
    @waaqijiragammadaa8819 День тому

    Thanks to OBN that we have received excellent news (peace agreement signed between Obbo Shimelis Abdissa and Jel sanyi Nagaasa) from you!!

  • @kassahunoljirraalemu9892
    @kassahunoljirraalemu9892 День тому

    Jara keenyaa gammachuun kanaa iyyuu qalbii nadabarsuufii, mee haala waliigaltichaa addaan naaf baasaa.
    Waliigalteen kun kan taasifame akka WBO wali gala jaal Marrootin ajajamuutti moo WBO izii gudu-galeessaa Jaal Sanyii Nagaasaatin ajajamuuti?
    Naaf hin galleefani.
    Waan hundaafuu kana Jaal Sanyiifi jaalleen isaatiil naaf gahaa... 🎉🇪🇹❤️
    Ethiopia shall prosper, develop and sustain for ever more with unity, endevour and brotherhood of all its citizens!
    May Waaqaa Bless our country!!

    • @asmam-x4t
      @asmam-x4t День тому +1

      @@kassahunoljirraalemu9892 Eenyutu bakkaa isaa buufatee ofiif Galuu fedhee Galee malee wooraanatuu Galee seete moo Shira guddaatuu duuba jiraa

    • @asmam-x4t
      @asmam-x4t День тому +1

      @@kassahunoljirraalemu9892 kan Jaal sanyii ofii isaa galee warraa Haadhaa Hiyyeessaa boosisaa turtee Kan galaa jirtuu

    • @kassahunoljirraalemu9892
      @kassahunoljirraalemu9892 День тому

      @@asmam-x4t Mootummaan Jaal Sanyyin qofaa isaati moo waranasaa waliin kan jedhu ituu addaan hin baafatin waan walii galteerra gahe natti hinfakkaatu. Tapha siyyaasaa yoo ta'es bulee ilaalla.

    • @asmam-x4t
      @asmam-x4t День тому

      @kassahunoljirraalemu9892 jaal Sanyii Dursumaa Galee Beeki Ergaa woraanaa wal nyaachisee ofii isaatii Galuu Kutatee Fayidaaf Arganaanii woraanii innii Hooganuyyuu Hundii hin Galee kan Galee Hatootaa mandaraa keessatii haadha Hiyyeessa boosisaa turtee Kan galee malee warrii kaayyoo sirrii irraa jiruu waa,ee kanaa hin Beekanii inni Garuu qaata galee Amaa shiraatuu duuba jiraa midiyaa irratii walii galanii As baasanii Galtuuwan Akka isaa wajiin Anii isaa tokko faa Wajin dubachaa turee Ani kanaa hin Amanuu jenaaniin na jalaa dubachuu didee malee yaada maqaa wbo dhahanii Qaata galee innii

  • @NimonaGudeta-o1s
    @NimonaGudeta-o1s День тому +1

    Wooow ❤❤❤❤❤❤

  • @biliseesefu4770
    @biliseesefu4770 День тому +1

    Yaa Waaqayyo egaalaa isaa argiinee xumuuraa isaattii nuu safiisii😢😢😢 dhugaa gammaachuun naa boochisee haattii oromoo deesee guddiifaachuu barsiifaachuu dadhaabdee kun nagaa argaatii lataa

  • @KonjitFeyisa
    @KonjitFeyisa День тому +1

    Congratulations 🎉🎉

  • @Masaw-vo9tf
    @Masaw-vo9tf День тому +1

    Uuuuf galata kee yaaa waqayyoo umaa waaqaf lafaa Baga gamadan Baga gamenee oroon martinuu
    Tokkummaa tokkummaaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @abdulhakimmahammad3689
    @abdulhakimmahammad3689 14 годин тому

    Alhamdulillaah ❤❤❤❤

  • @ToliiAbebe-s3i
    @ToliiAbebe-s3i День тому +1

    Nagaan waa hundaa oli Ammayyuu Ni hafa jabaadhaa nagaa buusaa Waaqayyoo isin haa milkeessu❤❤❤

  • @samidebeli1307
    @samidebeli1307 День тому +1

    Bagaa Gamadaan umanii oroomoo martuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MahamedAdam-p7n
    @MahamedAdam-p7n День тому

    Alhamdu lillah yaa rabbi isaan irratti.gadi dhaabii nuuf tolchi❤

  • @Gadisatgr
    @Gadisatgr День тому

    Waaqayyo mee kan dhugaa Haa godhu!
    Kun kadhata uummata keenya maraati!!
    Garuu sobuudhaan, ammas goyyoomsaadhaan, Wal bituudhaan, shira xaxxaxuudhaan, taanaan Uummata kana burjaajessuu keessaniif kan isin gaafatu hin jiru yoo ta'eyyuu Waaqayyo inni uuummata kana akka qajeeltoodhaan hooggantaniif isin muude teessoo isaarra jira!!! Guyya guyyaadhaanis wanta isin gootan ni ilaala, ni madaala, firdii kennuufis dhiyoodha!!!

  • @AlemneshZeleke
    @AlemneshZeleke День тому +1

    Oooooooo 😭😭😭😭😭😭😭😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍 bayen gamadee

  • @AwolSeid-d9e
    @AwolSeid-d9e День тому +1

    Dhugaa naaf taasisi yaa rabbi

  • @GggedG
    @GggedG День тому +1

    Yaa waqqayyo dhugaa godhi❤❤❤❤😊😊😊😊

  • @FadilualiiFadilualii
    @FadilualiiFadilualii День тому +1

    Alhamdulillah kun waangariidha

  • @Kamal-j4n8x
    @Kamal-j4n8x День тому +1

    Yarabii dhugaa nuhuu goodhi

  • @ShimalisAbarraa-xf7ip
    @ShimalisAbarraa-xf7ip День тому +1

    Dhugaa Anaa Gamachuu gudaatuu nati dhagahamee oromoon tokkoo ta.uu kenyaa Yaa Waqayyoo tokkoo nuu tasisi

  • @MusabShemsu-g8m
    @MusabShemsu-g8m 20 годин тому

    Barnonni barsisaa jirru qulqullinni isaa hangami, Addunya wal nu qunnamsiisaa, dandeytiin barataa ilalamuu qaba.

  • @WaynishetGetachow-j7y
    @WaynishetGetachow-j7y День тому

    Yawaaqqayoo umata kenyaf naga nuf busii himiman hadholii Kenya yaa dhabattuu😢😢😢❤❤❤

  • @ObsaniObsani-r6e
    @ObsaniObsani-r6e День тому +1

    Uuuuuuffff waaaqayyoo galani keeti❤❤❤❤❤❤❤ Oromoo koo🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @BiliseGaroma
    @BiliseGaroma День тому +1

    Maal jennaagaa waaqakoo uuuuuuuuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @Galane26.19.1
    @Galane26.19.1 День тому +3

    Mee.waqayyoo.dhugaa.godhii.🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢

  • @Degefa-v6t
    @Degefa-v6t День тому

    That is essential for oromia region unity and winning of our enemies who are suffering our people's.eg Salale.

  • @mussaabdu3278
    @mussaabdu3278 День тому +1

    Oddu garri ulfadhaa oromo gammaddi i

  • @ShitayeDemena
    @ShitayeDemena День тому +1

    Dhuga moo yaa waqayoo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💪💪🙏🙏🙏

  • @Gechiwest
    @Gechiwest 19 годин тому +1

    Ishoo Baga araarmtan warri haftanis hattuuf qaawwaa hin baniinaa araara buusaatii hattuu gamanaa gamasii uummata dararaa turte seeraaf dhiiyeessa. ummataaf qabeenya isaa deebisiisaa. qabsoon oromoo bu'aan kan xummurame bara 2010n inni isa boodaa garagalchoon oromoo irratti qabsaa'ame, badiin guddaa dalagameera, dhaloonni hin dagatu, kana booda oromoon hojii fi barnoota qofa ta'uu qaba qabsoon isaa " Angoo fi ofii duroomuuf maqaa qabsoon Oromoo hin fixiinaa" Dargaggoonni gamaa fi gamana walitti dhukaastan maaliif akka ta'e, bu'aa inni fidu adda baafadha. Miira nama dhunfaan ummata fi biyya keessan hin darariinaa " Stop War"🚫

  • @Tarituruna-fn1xr
    @Tarituruna-fn1xr День тому +1

    Galnii waqayyof haa ta'uu

  • @kiyyaashawwaalij7046
    @kiyyaashawwaalij7046 16 годин тому

    Anii Amanuun dhadhabee kunii dhugadha moo yaa sabaa koo

  • @AbdushakurMuhammed-dg1of
    @AbdushakurMuhammed-dg1of День тому

    Rabbi Baga kana nu argisiise
    Galanni rabbiif haa ta'a.

  • @TesgaNiguse-l4k
    @TesgaNiguse-l4k День тому +1

    Wow ❤❤❤❤❤❤❤

  • @biliseetube2622
    @biliseetube2622 День тому +1

    Woowww bayyee gamadee galin waqayyoo haa ta,u

  • @NazifMohammedsaed
    @NazifMohammedsaed День тому

    Wwww congira🎉🎉🎉
    Galatooma OBN sagalee ummataa

  • @alijamel1186
    @alijamel1186 День тому +1

    Congratulatetions ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ShewayeGamachu
    @ShewayeGamachu День тому +1

    😢😢wow congratulation my oromo

  • @AbdinjiraaAbdinjiraa
    @AbdinjiraaAbdinjiraa День тому

    Muu yaa gaadhee sii tufadhee 😢😢😢😢

  • @xasanAli-h3q
    @xasanAli-h3q День тому +1

    Good job 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @sintiaabdeta8374
    @sintiaabdeta8374 День тому +1

    Congregation 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @MILLIONGHUNDE
    @MILLIONGHUNDE День тому +1

    Congratulations my peoples and more peace to my land🎉

  • @WayenishetSabaqa
    @WayenishetSabaqa День тому

    ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉 እግዚአብሔር ይመስገን

  • @ayelebedane2655
    @ayelebedane2655 День тому

    🎉🎉🎉🎉🎉 this is Great day for Oromo peoples

  • @tahirgemechu-dk3up
    @tahirgemechu-dk3up День тому

    Alaahamidulih rabbii galaani Kee guddaadha ✍️

  • @SamraaFa
    @SamraaFa День тому

    www bay'ee na gamachise😢❤❤❤❤🎉 tokumma jabaesa adara kesani 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @TameratAbdisa
    @TameratAbdisa День тому

    ለትልቁ የኦሮሞ ሕዝብ ድል ነው ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MommmggffGff
    @MommmggffGff 15 годин тому

    Yaa goftaakoo galtaa kee 🎉🎉🎉🎉❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @asmam-x4t
    @asmam-x4t День тому +1

    Waaqnii namaa hin salphisiin durayyuu Akkaa Atii Haadhaa Hiyyeessaa boosisaa turtee Bareeraa nutii

  • @NafyedZubeyr
    @NafyedZubeyr День тому

    Namanii gamchuu botana lakii tuqa😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤ alhamdulilha

  • @YadessaJiregna-j7c
    @YadessaJiregna-j7c День тому +1

    Dhugaa dubbaachuuf in jaal sanyii osoo hintaane jaal sareedha. Sababni isaa jaal gummaa goota basuu osoo hintaane jaal gummaa goota nyaatu dha Kanaafan jaal saree jedhee kan jechuun sareen gummaa nyaatii malee gummaa hin baaftu.

  • @gadaainspire
    @gadaainspire День тому +1

    Guyyaa duraatiif wbo ja'e shimeen😅

  • @Sitejimmaa
    @Sitejimmaa День тому

    😢Alhamdu'lillah dhugaa gamaden jirraa