AFRAN* INTAL CAALTUU 1988 BEST OROMO MUSIC

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 8 лис 2024

КОМЕНТАРІ • 44

  • @salmanabdo1079
    @salmanabdo1079 Рік тому

    Afaan Oromo loqidni Harargee kun akka loqoda dogoggoraatin hin faalamne eegumsi godhamuufiu qaba
    It is purely genuine gramnar

  • @milkii4817
    @milkii4817 4 роки тому +4

    Yaa Qaanqee ifa aartii keenya kan gara baha Biiftuu har'as ifaan kee yaa Hangaatu...!

  • @amankedir7470
    @amankedir7470 2 роки тому +4

    Miira fagoo ifaa gaafa dukkanaa hojii qixa hin qabne Keessattu #AlmaazTafarraa #KaddiirSaid #AdaamHaaruun #HallooDaawwee.........Ifa urjii bara dukkanaa! Umrii dheeradhaa Almaaziif Rabbiin haa Araaramu!

  • @nabiyuhassan199
    @nabiyuhassan199 5 років тому +4

    Ohoo lubuu tiyyaa sinsinwtuu bakka takka oltee hin heduu fedha heduu galatomaa oromon martiinu horaa bulaa

  • @abadirahmed7089
    @abadirahmed7089 3 роки тому +1

    WOW! SIRBAAN YEROO DHEERAA DHABEEN NARRAA BUQQAAFTEE GALATOOMI!

  • @falmeekhiyyaa3400
    @falmeekhiyyaa3400 Рік тому +1

    Nice songs ever & ever...! 💚
    Walleen durumaa hedduu jaalladhu mara bakka takkatti, akkasitti,....👌Thanks Natoli 👏

  • @wonduyirga7408
    @wonduyirga7408 4 роки тому +1

    halloo fi almaz artii oromoo kessaattii mataa dureedha garuu osoo hin fayyadamin !garaa namaa nyatuu

  • @imaltuundeeme1574
    @imaltuundeeme1574 3 роки тому +1

    Umrii si haa dheereysu kun sirba qofa osoo hin tahin asoosama

  • @aadaakoo
    @aadaakoo Рік тому

    Guddoo galatoomaa onnee jaalalaaf coba dhiigaan katabdanii miira jalaalaa isa dhugaa agarsiiftanii dhalootni kana irraa waa barachuu qaba.

  • @DechasaDumesa
    @DechasaDumesa 11 місяців тому

    Bayyee garaa koo na nyaate

  • @dursajemal
    @dursajemal Місяць тому +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉❤❤❤❤❤

  • @kurroo4814
    @kurroo4814 4 роки тому

    natoli Osman murtii gutoo kanjedhuu saan heduun Hamuneeeee

  • @salmanabdo1079
    @salmanabdo1079 Рік тому

    Unique and genuinely grammatical Hararge accent should be preserved and protected from looming extinction

  • @orocoinmmasportschannel.6604
    @orocoinmmasportschannel.6604 2 роки тому

    Natoli/jemal osman/ you are very talented person and unique for oromo art. Good job kee it up bro.

  • @abdulazizjemal8162
    @abdulazizjemal8162 Рік тому

    Sirbii dur akkamitti ergaa dabarsaa ajaibaa!!!!

  • @guuleedibraahim1727
    @guuleedibraahim1727 Рік тому

    Kan beekhuf Gorsa guddadha

  • @afandiimuttaqii2894
    @afandiimuttaqii2894 2 роки тому +1

    Excellent. Fayyaa tahi Natoli.
    But one song is missed from your upload. "Murti guutuu koottu mirree"...

    • @NatoliOromusic
      @NatoliOromusic  2 роки тому

      Ee 1ir'u-cd irratti hammate hafe. Galatoomi Afandi

  • @kadirtub5585
    @kadirtub5585 2 роки тому

    bayee natii tallaa

  • @godinousman5799
    @godinousman5799 5 років тому +1

    natoli your the great man it,s very historical music old is gold

  • @chalayusuf8862
    @chalayusuf8862 Рік тому

    bara baraan nuf jiradhaa.

  • @harargemen6042
    @harargemen6042 4 роки тому

    Sirbaa anii jaladhuu tokko as kessa hin jiruu natoli usman

    • @NatoliOromusic
      @NatoliOromusic  4 роки тому

      Dhugaa keeti,Dhiichisa, DVD irratt soqamee hammaate

  • @KelifAbdullaOfficial2023
    @KelifAbdullaOfficial2023 5 років тому +1

    Sirba kana yeroon ani ojoollee hedduun dhaggeeyfadhe
    Sirba Hiikkaa fi erga guddaa qabuudha

  • @kadirtub5585
    @kadirtub5585 2 роки тому

    jolluman dhagefadhee

  • @harartube5836
    @harartube5836 4 роки тому

    Akass gaa sirbaa gafaan an dardaraa

    • @NatoliOromusic
      @NatoliOromusic  4 роки тому

      Yaadannoo bareedduu qabda

    • @harartube5836
      @harartube5836 4 роки тому

      Aboo mee na dhisii

    • @berdingejmail5913
      @berdingejmail5913 3 роки тому

      Anis akkasuma yeroon ani jollee yadano hiriyotan ko wajin enna qamnun yadadhe ah ah ah

  • @kurroo4814
    @kurroo4814 5 років тому

    murttii gutoo kotuu mirree kan jedhuu saan hoo

  • @abdiumar3844
    @abdiumar3844 2 роки тому

    NM