Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Instructorin harmee ayyuus mucattiis jaalatanii Turan! What a generation❤❤❤
Inistiraaktar jechaa kessan bayye natti toleraa jechaa bilchataa dubbattu jabadhaa itti fufa
Wel come nuuni jaajabeesaa ofiiyee hin taa'inaa❤❤❤🎉🎉🎉😂😂
Maaloo diraamaan kun guddina afaan oromootiif bu'aa guddaa buusaa jira garuu isa ነጥብ jedhu akkuma nirutti jijjiiruun tuqaa jechuu irra qabxii jechuun osoo sirraa'ee
Ejjennoo instructor jaalladheera. Jabaadhaa
The issue of sexual harassment needs to be addressed for both male and female students. What a generation!
Professor is the best. Furmaata Aarsaa Jaalalaa
Sirrii dha❤❤
Torbee tiyaa gatani har'aa moo hirkoo itti dabaltanii lesh sabaya 🙄🙄Isaa har'aa wayaa malee moo inni torbee hin bareduu dhifamaa barechaa hoojedhaa akka duraniti ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Egasimmo camera man gatani dhufu😂😂😂
bakkaa Hirkoon fii tiyaan hin jiree tii hin baaredaan
Dhugaa keti hin baredaan hirkok male
Yaa Gamta ammuma hojii si madaalu argatte.turtii yeroo dheeraatii booda😂😂yaa gurbaa mixmixxa
❤❤❤❤❤❤❤hirkoo essa deemuu 😂gamtaa 😂😂😂😂😂adiin guraachaa jettam
What a generation ni jira bakka jiru wanti akkasi dhugaa❤❤❤
Baayyee nama boonsa itti fufaa❤❤❤❤❤❤❤
Anaan suusii nattii taatan dhugaa❤❤❤❤❤
Wow baay'ee namaati tolaa jabaa dha ❤❤❤❤
1) Vitz qabatee ani konkolaataan import godha jedhe2) Dhumarratti maqaa taatotaa guutuun hin barroofne. Baayee isin jaallanna jabaadhaa
Hirikooni fi tiyyaani maalifi keessa Hafani jarri keessa dhabamnaani Imminyaau oo
Morally nama eegi abba hundii isaaniyyu ni minyaawu...ilaalcha kee sirreeffadhu
🎉🎉❤❤❤ Jabadha iti fufa
❤❤❤❤❤❤❤❤Eergaa guuddaa qaba comedy chii dhugaa
Wow wow wow Hirkoo Welcome to 35 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤️ ❤️ ❤ ❤
Woooow Amazing ❤❤❤❤❤❤
Hojii bareedaadha jabaadhaa..
Hedduu namatti tola dhugaa. Jabaadhaa
❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂 wwwwwwww baga nagadha dhuftani ijoolee jalala
hardha osoon hin laliiin akanuumati naa dabare hirkoon waan dhabameef
Obboleessa hirkoo jira rakko qabu 😊
Icc...ilaalcha keessan sirrafadha ...maal isaanitu si dabbare amma....hirko hirko hin jedhiin Hirkoo qofaa isaa hojjetaa diraama kana
Woww welcome 🎉❤❤❤❤❤❤❤
Wawo das jetanii dhugaa ❤❤❤❤
Continue more jajjabaadha.Wan saba keessa jiru irraattii xiyyeefadha
Ergaa guddaa qaba jajjabaadha ijoolle keenya
Garuu diraman keessaan gaariidhaa hirkoof tiyyatuu dhabamee maalee
Ana dhufuu❤🎉
Dhuga ijolee tana jajbesaa
Wwwwoooww 🥰❤️💓💖😂😂jabadha
nuuf jiraadhaa baayyee namatti toltu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Hirkoo essaa maaloo🎉🎉🎉😂😂😂❤❤❤❤❤ hundaa kessaan jaladha
Qaalii oromotaa hirkoo keenyaas osuma biyyaa ala kana kaastuu Baga deemte SI gamadeera
Ashamaa harkaa funee bagaa ngy dhuftaan ❤❤❤
Wowowow❤❤❤ FFFFF😂😂😂
What a generation?😂😂😂😂❤❤❤
Warri draamaa hirkoo jaalattaan like godhaa
Professor nattii toluu🙏❤
hirkoon madda kolfaaf gamachuti 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Jabadhaa bareda garuu hirkoon dhabamuun baay'ee natti hin tolle
Obsaan itu hin nyaatin nyaatamte ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Hawidhanaa egaa jiraa garuu silaa guya dhiyo dhiyotii nuf gadhiftani nutii tolaa yokan daqiqaa nuf dhersitani nutii tolaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ eessa geeysitan HIRKOO PLEASE 🙏 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow jabaadhaa jaaraa keenyaa!!❤❤❤
Jabaadhaa baayyee gaariidha ❤ anafaa suusii natti taatan torbee torbeen
Hojii Koo keessa seenaa jirta Gamta waayee lukkuu... 😂😂😂😂
"Ijoollee waliin walitti dabalamaa deemaa" na dhibe dubbichi
What a generation 👌👍
Roobaan akkam hirkoo fakkaata 😁🥰
Obboleessa isadha bar
Namoonni Kaayyoo hin qabne jaalalaatuu unverist yeroo gahaan jaalalaan maaratuu
😂😂😂😂 didaa 😂😂🤣 in didaam.
Jabbadhaa❤❤❤
Jabaadha mogoleen keessan haa jabaatu
What generation robba😮😂😂❤❤🎉
What a Generation!
"What a generation "!
Inistrecter your fun is amazing
Come back hirkoo 😢😢
Wayyoo Gamtaa Bulguu tatee barakee fixxare ammati
What a generation 😂 Asingeenye salphaati 😂😃😂
❤❤❤❤❤ best
❤❤❤ I love Hirkoo
Hirkoo🎉🎉🎉🎉
Waani ta'een ofii godha jedhe robban.😂Hyiii gamta malo dhisi hirko 😂 😂Robban malif hirko fakkata obboolleesa moo
dhiraa ga kanafidha jaalalli kan qabef😂😂😂😂
anaa dhufuu
Yaadni ani qabu jecha keessoo keessoo jedhurratti innis jecha kallattumaan ዉስጥ ለዉስጥ jedhurraa fudhatamedha hinta'u da'oo da'oo, gola gola, toora dhokataa, sarara miliqaa jedhama malee keessa keessa hibjedhamu amooriffadha
Top hirkoo❤❤❤❤❤
way bada jaalala❤❤❤❤
Eebbifamaa Eebbifamaa, 👏🎉❤❤🎉😂😂😢36😂❤🎉
Gamataan gantuu taate
Wowww hir'ako❤❤❤❤❤❤
Aboo dubii tanattuu barnotaa na mursisee arraa waee korraa gessan akkaa dhunfaa kiyyattii
Well come guy's 💝best movie oroking❤
Wayyoo gaamataa hojii kee nyadhuu
Good job ❤❤❤
Obbolesaa waqoo❤❤
I like this Instructor
Jabaadhu ❤❤❤❤ 🎉🎉🎉🎉
Maatii naaf ta'aa please 😢oromoo koo😢😢😢😢
What's a generation 😅😅😅
kiyyaa fi hirrkoon essaatti badan
hhh of ilaalee😂😂😂😂😂
Instructor ❤❤❤❤❤
Wow jabadha baye namati tolaa
Yeah hirkoo Tiyyaa❤❤❤
Wwwwwww wow nama tola ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
sadaffaa 😍😍😍
Welcome hirko🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂
Instructioniin hayyuudha ❤❤
Inisti, inistii, inistiye, inistu😀😀
Well come funnydhan oromo
Robaan falaa fidee😂😂😂❤❤
Wow will come ❤❤❤❤❤❤
Wanti Kun sirritti Jira ammallee sirritti barsiifanuu qaba😢What A generation! Or waxxee Generation😂😂😂😂
Wow hirkoo come ❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabbadha namatii tola
Jabbadha❤❤❤❤❤❤🎉
Instructorin harmee ayyuus mucattiis jaalatanii Turan! What a generation❤❤❤
Inistiraaktar jechaa kessan bayye natti toleraa jechaa bilchataa dubbattu jabadhaa itti fufa
Wel come nuuni jaajabeesaa ofiiyee hin taa'inaa❤❤❤🎉🎉🎉😂😂
Maaloo diraamaan kun guddina afaan oromootiif bu'aa guddaa buusaa jira garuu isa ነጥብ jedhu akkuma nirutti jijjiiruun tuqaa jechuu irra qabxii jechuun osoo sirraa'ee
Ejjennoo instructor jaalladheera. Jabaadhaa
The issue of sexual harassment needs to be addressed for both male and female students. What a generation!
Professor is the best. Furmaata Aarsaa Jaalalaa
Sirrii dha❤❤
Torbee tiyaa gatani har'aa moo hirkoo itti dabaltanii lesh sabaya 🙄🙄Isaa har'aa wayaa malee moo inni torbee hin bareduu dhifamaa barechaa hoojedhaa akka duraniti ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Egasimmo camera man gatani dhufu😂😂😂
bakkaa Hirkoon fii tiyaan hin jiree tii hin baaredaan
Dhugaa keti hin baredaan hirkok male
Yaa Gamta ammuma hojii si madaalu argatte.turtii yeroo dheeraatii booda😂😂yaa gurbaa mixmixxa
❤❤❤❤❤❤❤hirkoo essa deemuu 😂gamtaa 😂😂😂😂😂adiin guraachaa jettam
What a generation ni jira bakka jiru wanti akkasi dhugaa❤❤❤
Baayyee nama boonsa itti fufaa❤❤❤❤❤❤❤
Anaan suusii nattii taatan dhugaa❤❤❤❤❤
Wow baay'ee namaati tolaa jabaa dha ❤❤❤❤
1) Vitz qabatee ani konkolaataan import godha jedhe
2) Dhumarratti maqaa taatotaa guutuun hin barroofne.
Baayee isin jaallanna jabaadhaa
Hirikooni fi tiyyaani maalifi keessa Hafani jarri keessa dhabamnaani Imminyaau oo
Morally nama eegi abba hundii isaaniyyu ni minyaawu...ilaalcha kee sirreeffadhu
🎉🎉❤❤❤ Jabadha iti fufa
❤❤❤❤❤❤❤❤Eergaa guuddaa qaba comedy chii dhugaa
Wow wow wow Hirkoo Welcome to 35 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤️ ❤️ ❤ ❤
Woooow Amazing ❤❤❤❤❤❤
Hojii bareedaadha jabaadhaa..
Hedduu namatti tola dhugaa. Jabaadhaa
❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂 wwwwwwww baga nagadha dhuftani ijoolee jalala
hardha osoon hin laliiin akanuumati naa dabare hirkoon waan dhabameef
Obboleessa hirkoo jira rakko qabu 😊
Icc...ilaalcha keessan sirrafadha ...maal isaanitu si dabbare amma....hirko hirko hin jedhiin Hirkoo qofaa isaa hojjetaa diraama kana
Woww welcome 🎉❤❤❤❤❤❤❤
Wawo das jetanii dhugaa ❤❤❤❤
Continue more jajjabaadha.
Wan saba keessa jiru irraattii xiyyeefadha
Ergaa guddaa qaba jajjabaadha ijoolle keenya
Garuu diraman keessaan gaariidhaa hirkoof tiyyatuu dhabamee maalee
Ana dhufuu❤🎉
Dhuga ijolee tana jajbesaa
Wwwwoooww 🥰❤️💓💖😂😂jabadha
nuuf jiraadhaa baayyee namatti toltu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Hirkoo essaa maaloo🎉🎉🎉😂😂😂❤❤❤❤❤ hundaa kessaan jaladha
Qaalii oromotaa hirkoo keenyaas osuma biyyaa ala kana kaastuu Baga deemte SI gamadeera
Ashamaa harkaa funee bagaa ngy dhuftaan ❤❤❤
Wowowow❤❤❤ FFFFF😂😂😂
What a generation?😂😂😂😂❤❤❤
Warri draamaa hirkoo jaalattaan like godhaa
Professor nattii toluu🙏❤
hirkoon madda kolfaaf gamachuti 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Jabadhaa bareda garuu hirkoon dhabamuun baay'ee natti hin tolle
Obsaan itu hin nyaatin nyaatamte ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Hawidhanaa egaa jiraa garuu silaa guya dhiyo dhiyotii nuf gadhiftani nutii tolaa yokan daqiqaa nuf dhersitani nutii tolaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ eessa geeysitan HIRKOO PLEASE 🙏 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow jabaadhaa jaaraa keenyaa!!❤❤❤
Jabaadhaa baayyee gaariidha ❤ anafaa suusii natti taatan torbee torbeen
Hojii Koo keessa seenaa jirta Gamta waayee lukkuu... 😂😂😂😂
"Ijoollee waliin walitti dabalamaa deemaa" na dhibe dubbichi
What a generation 👌👍
Roobaan akkam hirkoo fakkaata 😁🥰
Obboleessa isadha bar
Namoonni Kaayyoo hin qabne jaalalaatuu unverist yeroo gahaan jaalalaan maaratuu
😂😂😂😂 didaa 😂😂🤣 in didaam.
Jabbadhaa❤❤❤
Jabaadha mogoleen keessan haa jabaatu
What generation robba😮😂😂❤❤🎉
What a Generation!
"What a generation "!
Inistrecter your fun is amazing
Come back hirkoo 😢😢
Wayyoo Gamtaa Bulguu tatee barakee fixxare ammati
What a generation 😂 Asingeenye salphaati 😂😃😂
❤❤❤❤❤ best
❤❤❤ I love Hirkoo
Hirkoo🎉🎉🎉🎉
Waani ta'een ofii godha jedhe robban.😂
Hyiii gamta malo dhisi hirko 😂 😂
Robban malif hirko fakkata obboolleesa moo
dhiraa ga kanafidha jaalalli kan qabef😂😂😂😂
anaa dhufuu
Yaadni ani qabu jecha keessoo keessoo jedhurratti innis jecha kallattumaan ዉስጥ ለዉስጥ jedhurraa fudhatamedha hinta'u da'oo da'oo, gola gola, toora dhokataa, sarara miliqaa jedhama malee keessa keessa hibjedhamu amooriffadha
Top hirkoo
❤❤❤❤❤