Mallattoon baay'een isaani asitti gaaffirra jiran leenjii konkolaachisummaa Itoophiyaa keessa kan hin jirreedha. Karaarrattis mallattoon akkasi akka biyyaattuu hin jiran. Qormaanni kun kan biiyya kamiif qophaa'ee garuu? Not for Ethiopia.
Yaadni keessan baay'ee gariidha biyyootni akka araba fi united state argentinaan mallattoolee kana fayyadamu kun immoo dhaloonni keenya biyya alaa jiran rakkina afaanii waan qabaniif akka isaan akka salphaatti hubataniif kan qophaa'edha.seerafi dambii mallattoole isaanii PDF isiniif erguu nan dnda'a. galatoomaa
Baayyee miidhaga ijarraa hafi gurbaa. Qaxalee namaa
Thank you Dhaba My Friend
Baga nagaan dhuftee
Thank you
😮galatoomi gudda bro
Galatoomi nama jabaa;dhugaa dubbachuuf barumsa gudda irraa baraachaan jiraa. Itti fufii dhaloota baay'eef furmaata taata.
Thank you very much
😮
be free to ask me
Good work my brother 💯👏
Thanks 💯
Mallattoon baay'een isaani asitti gaaffirra jiran leenjii konkolaachisummaa Itoophiyaa keessa kan hin jirreedha. Karaarrattis mallattoon akkasi akka biyyaattuu hin jiran.
Qormaanni kun kan biiyya kamiif qophaa'ee garuu? Not for Ethiopia.
Yaadni keessan baay'ee gariidha biyyootni akka araba fi united state argentinaan mallattoolee kana fayyadamu kun immoo dhaloonni keenya biyya alaa jiran rakkina afaanii waan qabaniif akka isaan akka salphaatti hubataniif kan qophaa'edha.seerafi dambii mallattoole isaanii PDF isiniif erguu nan dnda'a. galatoomaa
Galootomi gudda bro
thankyou
Dokumantiidhan ala tasuma leenjiin hin kenamu mo akkami keesan na deebisi mee
Maal si Gargaru?
@@shelememosisa585 ulaagan leenji itti seenu maal fa'aa ibsa nuuf godhi mee
Galatoomi bro
Thank you