Nama jabaa Yeroo gabaabaa keessattii jabbiinna isaa kan agarsiisee.Jabaadhuu ilma Abbaa Gadaa fi Haadha Siinqee. AYYAANTUU KEENYAA.Waggaa dhibba lalliisii
Album kee kun hedduu yaadaan nama fudhaanii deemuum galatoomi! Hojii gaariif qalbii namoota bitu danda'udha ! Walumagalatti Ciminni walaloo, yeedaloof qindoominni music hedduu ajaa'ibsiisadha!
ገበየው ቢሞት ተተካ ባልቻ መድፍ አገላባጭ ብቻ ለብቻ ማለት ይሄ ነው 👏👏👏 ቋንቋውን ባልችልም ልክ እንደ ሃጬ ዜማው እና አዛዜምክ ደስ ይላል እናመሰግናለን
በትክክል 100%
Correct ❤
✅✅✅👌👌👌
🥰🥰🥰✍️
Wow,, why am i crying😢😢, this dude will continue the legacy of haceeko❤
Guyyaa guutuu dhaggeeffachuun koo natti argamaa hin jiru! Sitti Obsina nuuf jiraadhu hojii ajaa'ibaati ❤❤
Nama jabaa Yeroo gabaabaa keessattii jabbiinna isaa kan agarsiisee.Jabaadhuu ilma Abbaa Gadaa fi Haadha Siinqee. AYYAANTUU KEENYAA.Waggaa dhibba lalliisii
Yaannikee nahubee naaf gameeraa
Fagaachuun kee garaan koo dadhabeera
mala malii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa Haceen yaddadhee ama dhageefadhuu imimaan naa qaba 😢😢😢thanksssss Andu❤ we love you
Sirboota haacaalutti aansee sirbi na booji'e sirboota kana 🥰🥰🥰🥰🥺
Gitim, zema ena arrangement yeserutn ewikina mestetih bravo 👏
Andualem Gosa I Don't have a word to express your ability
Just wow
Albama kee odoon addaan hin kutiin dhageefadhe. Baayye baayye ittii dhimitee. Sadarka Arti Oromo Ol guddiiste. Jabaadhu!!!!!!!!!!!!!!!!
እሺ የኔ ምን ይሉታል ቋንቋው ሳይገባኝ ልቤ የሚንሰፈሰፈው
ደግመ አጫሉ 💰
I have never seen a gifted singer like you
before. Your songs hit differently.
ወይኔ ሃጫሉ ምን ያህል ለእኛ ውድ መሆንህን ቢየቁት ኖሮ እኮ.......😭😭😭😭😭😭😭
Sirbi kun waan yaadannok Haacaaluuf sirbame natti fakkaata🖤
I love this song, this is just awesome 👏 ❤️🌹
Oh oh oh oh oh oh like like ilman oromo hunduu ♥️🙏
Dirqamnee har'a fagaannus wal irraa
Fageenya yaadanotti ni jijjira..
Hin jedhu hin jirtuu atii meetii ?
Sin argaa onneen koo ❤️qe'ee keeti 🥹
Jaalala keen araada ani, kanin hawwus argaa kee....🔥
Aartiin oromoo inuma cimte dhugaa Rabbii!
Gurbaa finiina kana jabeessi Oromoo
Oh sagalee ajaa'ibaatiin sirbame yaanni keen
Keep it my brother ❤❤❤❤❤❤❤
Baayyee jaaladheera sirba kana.Thank you Andualem ❤
Wlhum betam arifi new kewta gemro eysemawe new betam betam des yelal ❤❤❤❤
My favorite music from this amazing album
Oromoo koo jabaadhu 100 millions viewers ❤❤❤❤❤❤❤❤💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯
Haala qindoominaa isaa nan Ajaa'ibsifadhee!Adu koo nuf galatoomi jabaa koo❤
Allaattiin Oromiyaa tani samiirra mammartu jaala du'e malee yaada du'e hin nyaattu...💔🖤💔🖤💔🙏
Andualem keenyaa baguma Oromoo taate.Qaxalee Sabni Oromoo guddaa si jaallata.Jabaadhu!
Komatii jalqabba
❤❤❤ like godhi godhadhu
Anuudualam dhugaa nidandeesaa
Gotta sabba gurbatii garii wahii🎉❤
Malli nama dhiba dhugaa
Jiraadhu umrii dheeraa mucaa!!.
yoo andualem jetaa like itti robsaa
ማላ ማሊ ናፍ ናፍ ❤❤❤🎉🎉🎉
Wow brand new melody and style with very strong message. Galatomi.
What I can say is just WOW!!!
Anii waanunaa jedhuu hin qabuu wly siirtii namatii toollaa ❤❤❤❤❤❤
Mee namni gammade, gammachuu manakootti haa facaasu❤❤ anduu🎉🎉
Cimina Lalisaa Endris Walaloo kana keessattin arge❤ Good Job Anduu
'dirqamne fagaanuus haar'a wal irraa fageenya yaadannooti ni jijirraa.... ❤❤ hin jedhuu hin jirtu ati meeti? Siin argaa, onneen koo qe'e keetii 😊🥹❤❤❤
🙌 perfect 🙌💯💯
Abeeeeeet dandeentiii umrii dheeradhu qaxaaleekoo ❤❤❤❤❤❤
Jaba keenyaa fakkeenyaa hace jabadhuu gammeessa nama❤❤❤milkaa'ii koodee
Yanike
Maal malli mee habibti wooow
Thanks andu
Super Star cool music
Congratulations Andualem Gosa 🎉❤
Aanduu koo👌👌👌
Andu ko wow now❤
bayyee bareda namati tola jabadhu gottaa kenya 💪💪💪👌👌👌👌👌lencaa kenyaa
Aanduu koo 🎉🎉🎉🎉🎉
Ani yaannikee tokkoffa ❤❤❤
Wow Andu baga nagaan dhuftee❤
Summaan yaddaa😢❤
Anduu ❤
Anduu keenya kam akka filannu hin qabnu wawawaw what a talent
Nuuf jiraadhu waaqayyoo si haa eegu
Yoyya andu koo🎉🎉🎉
I lik yanike
It's Awesome Andu smart
Wow bro ATTII ADAM BRO❤❤
❤❤❤❤❤ yaa gotaa kenyaa galatomii wowoo
Andualem ❤
Nuf jiradhuu
Good job🔥🎶😍
yooyyaa baga nagaan dhufte
Woow amazing ❤❤❤❤❤
Ati Sadarkaa Muuziqaa Oromoo Olkaasteetta
Wow ❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
Bom Bom❤❤❤❤
Amazing 😍
Wonderful Music.
Ajiibbi qalii keenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤ anduu koo heduuu sii jalanaa
Jabadhu amalee jabadhuu qalii ilmaa Abaa gaada 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Haceen natii fakkata 😭🥰
Congratulations ❤❤❤❤
Sirbii atti anduu dhugaatti hin dandeessa
Andu nama jabaa baga milkoofte ❤
❤❤❤🎉🎉🎉
Qaaliikoo Jechan Dhaba siif Qeerrantii Ilmaa fayyaa ta'i kamunuma Caala Sagaleenkee qara siif yaa bahu!!!!
Yooyyaa yooyyaa
What it’s Amazing songs
BEST 👌
🎉Congratulations Qaalii keenya🎉
wow Ani Yaanni kee naaf gammera HACE ko
Itti fufi...jabaadhu
jabaadha ati dhugaa
Welcome 🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤jabaa kenyaa amazing
Yooyaa
Album kee kun hedduu yaadaan nama fudhaanii deemuum galatoomi!
Hojii gaariif qalbii namoota bitu danda'udha !
Walumagalatti Ciminni walaloo, yeedaloof qindoominni music hedduu ajaa'ibsiisadha!
Amazing🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤ baguma keenya taate andu
Wooww anduu koo❤❤
Jabakenya jajabesaa❤❤❤
❤🔥🔥🔥🔥🔥 amazing
Maalaa maali
❤❤❤ anduko nuf bulii jabaako
jabaa oromoo ilamaa sabaa 💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Andu jabbaa kenya❤
Sirba bareedadha jabaadhu
Hoji bayye bareda hojate andualem.
Wowowo👏👏👏👏👏