Hachalu Hundessa - Kuullee Koo

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 4 вер 2024
  • Ethiopian/Oromo Music - Kuullee koo by the legendary Hachalu Hundessa. Volume 3. 2021
    Lyrics: Lelisa Ediris, Hachalu Hundessa, Sinishaw Muleta
    Copyright © Hachalu Hundessa 2021
    Unauthorized use, distribution, and re-upload of this music video is strictly prohibited.

КОМЕНТАРІ • 1,5 тис.

  • @Rediademtube
    @Rediademtube 3 роки тому +531

    Akka bishaani osso dhebun eegnu nuf dhufe galatooma nammi haacaaluu jaalatu like ittii robsun nu agarsisa

    • @rawadarawada7786
      @rawadarawada7786 3 роки тому +6

      Kun UA-camn kaan maatii isati miti???

    • @metii5816
      @metii5816 3 роки тому +1

      @@rawadarawada7786 kan saati kuni

    • @kanjetkanjet4188
      @kanjetkanjet4188 3 роки тому

      Redi qali nama wara sirboota kanaa busee iddoo gara garanatti post godhuun dafii was jedhiin adara

    • @marriikk8942
      @marriikk8942 3 роки тому +2

      mee warraa Sirbaa issaa fudhee ittiin Daldalu Hangaa dandesan Ordofaa Galatoma

    • @fiqaduuoromoo3696
      @fiqaduuoromoo3696 3 роки тому

      @@rawadarawada7786 kan matitti

  • @yosephhabte8794
    @yosephhabte8794 11 місяців тому +22

    እኔ ኦሮሞ አደለሁም ግን ኦሮምኛ እና ሁሉንም የሀገሬ ብሄር ዘፈኖች እወዳለሁ ❤❤

  • @KINGCHALA
    @KINGCHALA 3 роки тому +209

    Mee sirboota Hacee youtubedhaanis 1ffaa haagoonu ilmaan oromoo💔

  • @user-ku3hf2fc4t
    @user-ku3hf2fc4t 3 роки тому +12

    ትርጉሙን ባቅ ብዬ ተመኘው የኔ ምስኪን ለፓለቲካ መጠቀሚያ አደረጉህ ልጆችህን በተኑ ያለ አባት አስቀሩ😭😭😭😭😭ጠላቶች ይበተኑ😭😭😭አንተንም ነፍስይማር😭😭😭😭😭ልቤን ያመኛል ስላተ ወንድሜ ስለ ብሄርህ አይመለከተኝም ኢትዮጵያዊ ወንድሜ ነህና😭😭😭😭😭😭😭😭😭ጠላቶችህን እግዚአብሔር ያጥፋቸው

  • @tiktokchallenge1806
    @tiktokchallenge1806 3 роки тому +159

    Namnni haccee jaalatan like naf godha haccee koo

    • @finiinaa_media
      @finiinaa_media 3 роки тому +2

      Kotuu matii naaf ta,ii

    • @eventhink3253
      @eventhink3253 3 роки тому +3

      Haaccee koo sabnii kee gubbattee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @eventhink3253
      @eventhink3253 3 роки тому +3

      Leencaa koo leencaa koo

    • @eventhink3253
      @eventhink3253 3 роки тому +2

      Haaccee qacalee koo leencaa koo

    • @eventhink3253
      @eventhink3253 3 роки тому +1

      Qaalliwwaan koo onnee

  • @shinigamedia6076
    @shinigamedia6076 3 роки тому +42

    Kuulleetoo (Walaloosaa ykn Lyrics)
    Yaadaaf Yaaddookeetii
    Halkan ciisa dhabeen
    Waanuma kee yaaduutti
    Maaf hirriba dhabaa
    Kee garaan akkamii
    Kankoo ammas didee
    Kunoo natti gamaa
    Maal naa wayya kuullekoo
    Egaa maalinni fallitoo
    Yayyaba Walaabuu madditee
    Ya taliila bishaan ganamaa
    Lixee daakee ba’uun dadhabee
    Danbalii yaadakeen rafama *2
    Ayyaana keef safuu
    Simboo kankeef safuu
    Meeqa jilbaan oofe
    Maal naa wayya kuullekoo
    Egaa maalinni fallitoo
    Oogdi jaalalakee
    Lixee inni tumamee
    Utuu hin ba’iin hafe
    Maal naa wayya kuullekoo
    Egaa maalinni fallitoo

    Sii giiftiin jaalala
    Sii giiftiin gootummaa
    Lubbuunko si feetu
    Giiftii warra imaluu
    Giiftii warra Qaallu
    Maaliif kankoo hin taatu
    Fakkii Amadee liiban
    Tokkicha Abbaa waaxoo
    Walirraa nu dhiiban
    Foon tokko naaf atooo
    Gowwummaan Aliimaa
    Karaa foddaa haa baatu
    Utuun an siif jiru
    Ormaaf soddaa hin taatu
    Heebanuuf maqdallaa
    Korabiidhan sadii
    An si fudheen gala
    Kot na wajjin badii *3

    Dasee erga sii taatee
    Magariituun biyyee
    Dirreetti wal ariitu
    Fardeenni maariyyee
    Keessaa qaxxaamurree
    dalantaan darbinaa
    Kamiseetti buune
    Sidaamee sirbinaa *2
    Bareedina keessan gootummaa ishee argee
    Yommuu koraaf baatuu
    Maal naa wayya….
    Goota sanyii goota gadameessa abbaakee
    Yaa sanyii warqituu
    Si daangaan jaalala si daangaan gootummaa
    Lubbuunkoo si feetu
    Giiftii warra yejjuu
    Giiftii warra baabb00
    Maaliif kankoo hin taatu
    Fakkii Amadee liiban
    Tokkicha Abbaa waaxoo
    Walirraa nu dhiiban
    Foon tokko naaf atooo
    Gowwummaan Aliimaa
    Karaa foddaa haa baatu
    Utuun an siif jiru
    Ormaaf soddaa hin taatu
    Heebanuuf maqdallaa
    Korabiidhan sadii
    An si fudheen gala
    Kot na wajjin badii *3
    Dasee erga sii taatee
    Magariituun biyyee
    Dirreetti wal ariitu
    Fardeenni maariyyee
    Keessaa qaxxaamurree
    dalantaan darbinaa
    Kamiseetti buune
    Sidaamee sirbinaa *2
    Qabii Qabiii Qabiika *3
    Achumaanimmoo Maatii naa ta'a

    • @tamiratchannel8585
      @tamiratchannel8585 2 роки тому +4

      Ariifidha garuu deessen dasee taate jedhi sirreessi

    • @ohho4
      @ohho4 2 роки тому

      Can you write the lyrics for the other's too? Galatiomi!!

    • @naolajr6738
      @naolajr6738 2 роки тому +3

      "Dasee erga sii taatee"osoo hin ta'iin
      Deesseetu dasee taatee jedha, galatoomi.🙏

    • @FedawakGB
      @FedawakGB Рік тому

      @@naolajr6738 Eeyyen "Deesseen Dasee taatee"

    • @mubarekkedir3340
      @mubarekkedir3340 Рік тому

      galatoomi qomoo

  • @raziqanazif3454
    @raziqanazif3454 3 роки тому +91

    Jalqabaa natuu ilalee linke naf xuqaa namnii hacee jakartanuu❤😭🖤❤❤

    • @mominashifarew7903
      @mominashifarew7903 3 роки тому +1

      hacee koo uuuuufffiiiii

    • @madinadubaidubai6416
      @madinadubaidubai6416 3 роки тому +2

      Malif siif tuqu lakki ittin hin nagadhin

    • @raziqanazif3454
      @raziqanazif3454 3 роки тому +1

      @@madinadubaidubai6416 tish gowaa you tube dhunfaa kotii iratiin gadii dhifadhee linke kadhadhee setee qinatam

    • @khaliltube6830
      @khaliltube6830 3 роки тому +1

      Galatoomi akkas wal cinaa dhaabbuuf ariifaachuun nama gammachiisa

    • @finiinaa_media
      @finiinaa_media 3 роки тому

      Sanyii kotuu Matii naaf ta,ii

  • @abduahmad3694
    @abduahmad3694 3 роки тому +37

    ''Giiftii Warra Himanoo, Giiftii Warra Qaalluu...
    Otoon an siif jiruu ormaaf soddaa hin taatu.”

  • @rahmaajamaal3926
    @rahmaajamaal3926 3 роки тому +48

    Hacee koo gubanee💔😭mee namnii akkaa ko amalee du'aa Hacalluu amanuu dadhabee😭😭😭😭💔😭💔😭💔💔💔💔😭💔😭😭💔😭💔😭💔😭💔😭💔😭Biyoon siti haa salpatuu

  • @Fa-nm6iq
    @Fa-nm6iq 2 роки тому +63

    ይሄን ሙዚቃ የማዳመጥ ሱስ ይዞኛል... ሀጫሉ የኦሮምኛ ሙዚቃ ልዑል 🙏

  • @tawakaltualalayi8985
    @tawakaltualalayi8985 3 роки тому +69

    Uuuuuuuuuf oromo me like godha namni akka kiya hace jalatani😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @avp-3
    @avp-3 2 місяці тому +24

    Who is here on june 2024

  • @lensadinkeneh5927
    @lensadinkeneh5927 3 роки тому +248

    U are a true legend, u will be always in our heart ,I know we won't get someone like u .u will be always remembered and will keep ur legacy .

    • @telilezerihun9888
      @telilezerihun9888 3 роки тому +6

      Yeah hero koo

    • @hawimagarsa8047
      @hawimagarsa8047 3 роки тому

      Q

    • @rajaahmed366
      @rajaahmed366 3 роки тому

      @@telilezerihun9888 ppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppp0ppppp00000000000000000000000000000000000000000

    • @telilezerihun9888
      @telilezerihun9888 3 роки тому +2

      @@rajaahmed366 🙄🙄

    • @hawwimosa2098
      @hawwimosa2098 3 роки тому +4

      Our legand 😭😭😭😭

  • @abher-
    @abher- Місяць тому +3

    በሌላው ማህበረሰብ ልብ ውስጥ ተወዳጅነት ካተረፉ ዘፈኞች ውስጥ ትመደባለህ የዘፈነ ሁሉ አርቲስት አይደለም ሀጫሉ በምትሰራበት ዘመን ተቀጠፍክ 😢ነፍስ ይማር😢

  • @mophlk5395
    @mophlk5395 3 роки тому +12

    Kan hattootni gadhiisan dhaggeeffachuu dideen obsaan eeggachaa jiraam baga nuuf fiddan.
    Haceekoo💔🥺

  • @user-mr7hx1ec6r
    @user-mr7hx1ec6r 3 роки тому +23

    አተ ለኛ ደረስክ እኛ ላንተ ባለመድረሳችን ሲፀፅተን ይኖራል አተ ግን ዘመን ማይሽሪህ ጀግና የጀግና ልጅ ነህ። ያንተን እድል። ነው ማንም አያገኘውም አጫ ኮ 🌳❤️

  • @akkashaakkasha4331
    @akkashaakkasha4331 3 роки тому +12

    Hacaalu Hundessa attin akkuma jira keetin boona turee du,aan keetilee nu boonsee leenca fakki namaa boola daadhin haa guutu 😭😭😭💔💔💔💔💔💘

  • @sofiahaacaalu6291
    @sofiahaacaalu6291 3 роки тому +31

    ሀጫሉ ሁንዴሳ ኖሮም ተፅዕኖ ፈጣሪ ነው!!💪ዛሬም ተሰውቶም ተፅዕኖ ፈጣሪ ነው!!👍።ሀጫሉ ሁንዴሣ አልሞተም👍💖።👉የሞተችዋ በብር የተገዛችዋ አረመኔ አይጥዋ ነች ሂሊናዋ ሁሌም ሰላም የላትም ሁሌም ትደበቃለች ገንዘብ የከፈሉዋት አረመኔዎችም ነፍሰ ገዳይ ብለው ይጠሩዋታል እንጂ ሌላ ጥሩ ስም አይሰጥዋትም ምክንያቱም በቃ ነፍሰ ገዳይ ነችና።

    • @abher-
      @abher- Місяць тому

      ነፍሰ ገዳይ ህይወቱ እስካለ ነፍሰ ገዳይ ይባላል ከሞተ በኋላ ደሞ የነፍሰ ገዳይ ልጅ ተብሎ ይጠራል የተቀበላቹሁት ብር ከዚ አያተርፋቹሁም😢

  • @simboshifera1721
    @simboshifera1721 3 роки тому +23

    Hacce koo 😭
    Goota koo
    Lecaa koo
    I love you 😭❤❤❤❤❤❤❤

  • @siinboonee
    @siinboonee 3 роки тому +5

    Hacee koo ati hin duune garuu si ajeesne see, an malee 🥰💪💪🙏

  • @sumayyaamar356
    @sumayyaamar356 3 роки тому +10

    Wolhahii woni sifii kadhuu rabii haqaa kee habasuuu inishaa alhaa 😭😭😭

  • @ricyanetelgtube7846
    @ricyanetelgtube7846 3 роки тому +57

    አጬ 😭😭😭😭ኦሮምኛ አልችልም ጉራጌ ነኝ አጫሉ ስወደው 😭😭😭😭አላህ ፀናቱ ይስጣቸው ለቤተሰቡ

    • @user-kp5pq4ho9o
      @user-kp5pq4ho9o 3 роки тому +1

      R አንድ እኩል ነን

    • @sumayajambo3180
      @sumayajambo3180 2 роки тому

      💔💔😭😭😭😭

    • @DW-wq2vn
      @DW-wq2vn 2 роки тому +4

      ወሊሶ እስከ ወልቂጤ ድረስ ኦሮም እና ጉራጌ ተጋብቶ ተዋልዶ ተዋዶ የሚኖር ህዝብ ነው የድሮ ጉራጌዎች ኦሮምኛም ሲዳምኛም ጐራጌኛም በደንብ ያቀላጥፉ ነበር አሁን ዘረኝነት ከፋፈለን እንጂ ኦሮም እና ጐራጌ አንድ ለይ ነው ያደገው ባህሉም ተመሳሳይ ነው

  • @efremamentie751
    @efremamentie751 3 роки тому +25

    አጫሉ ሁዴሣ መቼም ብሆኒ አኒ ራስህምነፍስ በአፀደ ገነት ያኑርልን

  • @fozewaliso9441
    @fozewaliso9441 3 роки тому +5

    Haacee kooo yoomuu jirtaa onnee sabaa oromoo keessati mana ijaratte. haacee
    gaafa xiqiii!, haacee onneen gaara caaluu!!@😭😭❤️❤️❤️❤️❤️

  • @smartor3313
    @smartor3313 3 роки тому +17

    Haccee ilmaa sabaaf ilmaa xiiqii
    Maali nuu wayya haccee koo 😢👈💔

  • @martamarta2804
    @martamarta2804 3 роки тому +4

    Hacee koo my king👑🤴❤️ Atii jirtaa yomiyuu leencaa kenyaa😭😭😭💔💔💔

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee556 3 роки тому +5

    Qaalli koo jirtaa yomu onnee oromoo keessaa jirtaa ❤😭gotaa koo!!

  • @buzehaccaluhundeessa7575
    @buzehaccaluhundeessa7575 3 роки тому +3

    Yadda fi yado ketin ani hirba dhabe hacce koo maluma nafi wayya🥺🥺😭😭😭🙏

  • @deyasdeme
    @deyasdeme 3 роки тому +9

    "Egaa!, miidhanii deemurra, Miidhamuutu caala!" Ati nuu, Oromoof jecha miidhamte!💘💔

  • @oabdnoabd3260
    @oabdnoabd3260 3 роки тому +6

    RIP Hacee koo Galatoomi iddoo jirtutti Leencaa Sanyii Leencaa Hundeessa Bonsaa💪💪💪🐅🐅🐅🐅❤💚❤✅

  • @Sk_sami2
    @Sk_sami2 6 місяців тому +8

    Still listening this music 😫😫🤌 2024

  • @etsevidalemma4786
    @etsevidalemma4786 3 роки тому +7

    ሀጩኮ ድምፅህን በሰማሁ ጊዜ ይበልጥ ትናፍቀኛለህ 💔💔💔💔💔

  • @sabontuushawaa2931
    @sabontuushawaa2931 3 роки тому +15

    Hacee ko ati jirtaa yomiyuu😭😭

  • @sebontuabdo6602
    @sebontuabdo6602 3 роки тому +37

    The pain of losing you unexpectedly will always be fresh Haacee koo 😭😭 remembering you in daily basis my hero, my legend mostly loved oromo son ♥️🌳♥️ GONE BUT NEVER GONNA BE FORGOTTEN 💔💔

  • @abdifata8232
    @abdifata8232 3 роки тому +11

    Yoomiyuu onnee Oromoo kessaa jirtaa #HachaaluHundessa

  • @tselotshafi2339
    @tselotshafi2339 2 роки тому +54

    This is just a pure treasure. ..idk how many times am listening to it. ..legend for real. ..history ,romance and music at the same time(who is homer ..who is Shakespeare )

  • @Sada-yf8ch6hb8x
    @Sada-yf8ch6hb8x 2 роки тому +6

    አጩ😭😭😭 ኦሮምኛ አልችልም አጫሉ ስወደዉ 😭😭😭😭 አላህ ፀናቱ ይስጣቸዉ ለቤተሰቡ

  • @WIN_Media
    @WIN_Media 3 роки тому +8

    Kuullee tiyya❤
    Yaadaafi yaaddoo keetiin
    Halkan ciisa dhabee
    Waanuma kee yaaduutti
    Maaf hirriba dhabaa
    Kee garaan akkamii,
    Kankoo ammas didee
    Kunoo natti gamaa
    Maal naaf wayya Kuullee koo
    Egaa maalinni falli koo (×2)
    Yayyaba walaabuu madditee
    Yaa taliila bishaan ganamaa
    Lixee daakee ba'uu dadhabe
    Danbalii yaada keen raafama. (×2)
    Ayyaana keef safuu
    Simboo kankeef safuu
    Meeqa jilbaan oofee
    Maal naaf wayya Kuullee koo
    Egaa maalinni falli koo
    Oogdii jaalala kee
    Lixee inni tumamee
    Utuu hin ba'in hafee
    Maal naaf wayya Kuullee koo
    Egaa maalinni falli koo
    Si giiftiin jaalaalaa
    Si giiftiin gootummaa
    Lubbuun koo si feetuu
    Maal naaf wayya Kuullee koo
    Egaa maalinni falli koo
    Giiftii warra Himanuu
    Giiftii warra qaalluu
    Maalif kankoo hin taatuu
    Maal naaf wayya Kuullee koo
    Egaa maalinni falli koo (×2)
    Fakkii Amadee Liiban
    tokkicha Abbaa Waaxoo
    Walirraa nu dhiiban
    foon tokko naaf atoo
    Gowwummaan Aliimaa
    karaa foddaa haa baatu
    Utuu an siif jiruu ormaaf
    soddaa hin taatuu
    Heebanoofi Maqdallaan
    Koraabiidhaan sadii
    An si fudheen galaa,
    Kot' na wajjiniin badii(×2)
    Deessee Dassee taate
    magariituu biyyee
    Dirree itti wal ariitu
    fardeenni Maariyyee
    Keessa qaxxaamurree
    Dalantaan darbinaa
    Kamiseetti buunee
    Sidaamee sirbinaa (×3)
    Qabii, qabii, qabiikaa
    Qabii, qabii, qabiikaa (×2)
    Bareedina keessan
    Gootummaashee argee
    Yommuu koraaf baatu
    Maal naaf wayya Kuullee koo
    Egaa maalinni falli koo
    Goota sanyii gootaa
    Gadameessa baatee
    Yaa sanyii Warqituu
    Maal naaf wayya Kuullee koo
    Egaa maalinni falli koo
    Si daangaan jaalaalaa
    Si daangaan gootummaa
    Lubbuukoo si feetuu
    Giiftii warra yejju
    Giiftii warra bamboo
    Maalif kankoo hin taatuu?
    Maal naaf wayya Kuullee koo
    Egaa maalinni falli koo
    Fakkii Amadee Liiban
    tokkicha Abbaa Waaxoo
    Walirraa nu dhiiban
    foon tokko naaf atoo
    Gowwummaan Aliimaa
    karaa foddaa haa baatu
    Utuu an siif jiruu ormaaf
    soddaa hin taatuu
    Heebanoofi Maqdallaan
    Koraabiidhaan sadii
    An si fudheen galaa,
    Kot' na wajjiniin badii(×2)
    Deessee Dassee taate
    magariituu biyyee
    Dirree itti wal ariitu
    fardeenni Maariyyee
    Keessa qaxxaamurree
    Dalantaan darbinaa
    Kamiseetti buunee
    Sidaamee sirbinaa (×3)
    Qabii, qabii, qabiikaa
    Qabii, qabii, qabiikaa (×2)

  • @user-et1qe4rn6x
    @user-et1qe4rn6x 3 роки тому +77

    ሀጩ በአንተ ሞት ልቤ ተሰበረ መቼ ነው የማምነው ተቃጠልኩልህ😭💔💔💔💔💔

    • @rozialemu4009
      @rozialemu4009 3 роки тому

      💔😭

    • @Amen2216
      @Amen2216 3 роки тому +1

      Ehhhhhh💔😭😭😭

    • @telilezerihun9888
      @telilezerihun9888 3 роки тому

      💔 let his voice be our strength

    • @hawidesta7792
      @hawidesta7792 3 роки тому

      Anchi bicha adelashi hulachin ye oromo lijochi eska ahun ke dingeti aliwetanim hazeni layi nan

    • @kali5447
      @kali5447 3 роки тому

      😭😭😭😭😭😭

  • @dharfiathyo6869
    @dharfiathyo6869 3 роки тому +3

    Ashanguti bossu hin fayyadamina jaraa Kenya Barefaama Qofaa otuu katabdani gaaridha❤️🤟

  • @mohammedamin6340
    @mohammedamin6340 3 роки тому +7

    Haceee koooo
    onnee keessa nu jirta Wallahi 💔💔

  • @mesifiqir5519
    @mesifiqir5519 3 роки тому +7

    wayyo haccee seenaa si dagatu waaqayyo lubbu kee haa maruu
    Uuuuuuuuuuuuffffff 😭😭😭😭😭

  • @ganalama6077
    @ganalama6077 3 роки тому +7

    haccee koo uufee gubadhe damaa koo malifi godhaaa 😭😭😭

  • @michugamachu5726
    @michugamachu5726 3 роки тому +9

    Gotta Koo you are never be forgotten you always be in our heart we love you we miss you Haccee koo 😭💔💔😭💔😭💔

  • @user-kx9he3is6b
    @user-kx9he3is6b 3 роки тому +3

    ሀጩ ኮ የኛ ጀግና ሁሌም በልባችን ነህ የዘመኔ ጀግና ነክ ለእኔ 😢Hacee lencaa koo yaa goota koo dhugaa kee rabbii siif haa basuu!!!

  • @queenofsheba8252
    @queenofsheba8252 2 роки тому +39

    I am amhara. But i like haacaluu music. He is a legendary guy. REST IN PEACE hacce

    • @Dj_leftii
      @Dj_leftii 2 роки тому +1

      😍😍

    • @bini9462
      @bini9462 2 роки тому

      አታሽቃብጥ

    • @elsagetachew548
      @elsagetachew548 2 роки тому +1

      Read what you just wrote again and again till you truly understand it

  • @kingcell1754
    @kingcell1754 3 роки тому +6

    Waqayyoon lubbukee mirgaa ergamtoota nuuf haa kawuu

  • @bontuuasfawu3787
    @bontuuasfawu3787 3 роки тому +1

    Gootaa keenyaa atii baraa baraan onee keenyaa irraa jiraataa haacee koo 😍😍😍

  • @HawwaaArsii4644
    @HawwaaArsii4644 3 роки тому +9

    obsii hin jirruu😭😭😭☝️

  • @diniyasa.lalisa8185
    @diniyasa.lalisa8185 7 днів тому +1

    ❤❤❤ Deep Historical song, this is not ordinary music, 😭 😭 😭
    Miss you 😘😘 my friend Hacheekoo 😹😹

  • @oromoofaarist9916
    @oromoofaarist9916 3 роки тому +17

    Yaa qalii kenyaa tatii hin dunee nutuu dee gotaa koo

    • @hafeezahalnaim5178
      @hafeezahalnaim5178 3 роки тому

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @princesssusu5528
    @princesssusu5528 3 роки тому +4

    yene wud Haceeeyeeeee♥hulem tinoraleh blebachin abet amelk hoye nebesun yemarelen

  • @sumayyaamar356
    @sumayyaamar356 3 роки тому +6

    Ayii hacee koo mali sifi taa gotaa koo 😭😭😭😭😭😭

  • @fenettube3523
    @fenettube3523 3 роки тому +2

    Haayii hangaa lubbuu koo duniyaa irraa jiruu gubachaa jiradhaa hacee😭😭😭bochaa malee furmataa dhabee

  • @hawwiitayyee
    @hawwiitayyee 3 роки тому +6

    Maaalooo uuuuuuufffff baaayyee eeega ture galatoma baayyee hacakoofi lik shire godha maaaloo lamikoo😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @obiyya3372
    @obiyya3372 3 роки тому +11

    አጀብ ወሎ
    የአምስቱ ቅኝት ሀገር 💚💛❤✌እስክክክክስስስድ
    ለዚህ ነው አማራና ኦሮሞ ሰርገኛ ጤፍ ነው የምንለው 💚✌

    • @Oromambo
      @Oromambo 3 роки тому +1

      Wello Oromo new.

    • @obiyya3372
      @obiyya3372 3 роки тому

      @@Oromambo ጅል
      አሰድቡን በወያኔ ህገ አራዊት ተቀጥቅጣችሁ ፈልታችሁ የኦሮሞን ክብርና ሞገስ አስደፈራችሁት
      ኦሮሞ ኢትዮጵያን ሰርቶአል በናተ በጀርባ ቅማል ዘረኞች ግን በወያኔ ታረደ በሸኔ ተንገላታ በሰው እይታ ዘቀጠ
      ለነገሩ አንተ ጁንታ ነህ ☺

    • @Oromambo
      @Oromambo 3 роки тому +1

      @@obiyya3372 wisha

    • @makyamakya6175
      @makyamakya6175 2 роки тому

      🗡⛏😡👹👹🗡👹⛏👹👈🤐😡👹⛏⛏🤫🗡😭

    • @makyamakya6175
      @makyamakya6175 2 роки тому

      ⛏👈🤫🤐🤫😡👹⛏👈

  • @ukashajemal9955
    @ukashajemal9955 3 роки тому +5

    Leenca gaafa xiiqi jirta yoomuu onnee keenya keessa😭😭

  • @boche.bekele
    @boche.bekele 2 роки тому +15

    Best Music I have never ever heard before......our legend is always in our heart forever!

  • @hawiadem1852
    @hawiadem1852 3 роки тому +4

    Gotaa kenyaa Nuti yaada keeti gubbacha Jira😭😭😭😭💔

  • @proha2861
    @proha2861 3 роки тому +8

    wow one of the most amazing oromo kamesie music that i ever listen, rest in peace hero

  • @meserettarich6915
    @meserettarich6915 3 роки тому +8

    Biyeen naa nyatuu qali namaa💔💔

  • @nonaa383
    @nonaa383 3 роки тому +2

    Nammni Akaa kiyyaa Haacaaluu 💔💔💔💔jaalatani Lakii ititi Rosaa mee

  • @mukhtyarahmad978
    @mukhtyarahmad978 3 роки тому +9

    Haacee ko Atii jirtaa😭😭😭😭🙏🙏🙏

  • @yeroosanintalaashawaa2407
    @yeroosanintalaashawaa2407 3 роки тому +3

    Haccee qalii keenyaa
    😭😭😭😭😭😭😭😭
    Mali gonuu ree

  • @shukiyabdulaa5452
    @shukiyabdulaa5452 3 роки тому +5

    Waiiy garako na gubatee yaa rabii akamin ta

  • @dameetamiiruuoffical403
    @dameetamiiruuoffical403 2 місяці тому +1

    atii waarqiidhaa
    waarqii dhabnee
    warqiin amoo dhabmeeraa
    attii duu,aa kee osson taanee
    saammuu dhaalootaa hadoochiitee deemtee
    essaa sii fiiduun daandaamaaree nagaan booqodhuu abbaa koo

  • @shamsirashid7853
    @shamsirashid7853 3 роки тому +14

    You break my heart I don’t know what to say😭😭😭

  • @leelloojiruu5020
    @leelloojiruu5020 3 роки тому +2

    Haacee 💔 Gootaa keenyaa qaalii ❣️🧡😭😭

  • @flowerpurple5298
    @flowerpurple5298 3 роки тому +25

    Rest In Peace our king 🤴 you will always be in our heart ❤️!! They broke us deep 😭💔

  • @hawwiiintalaashawaa3118
    @hawwiiintalaashawaa3118 3 роки тому +1

    Haaccee koo gotaa koo ani jechaa dhabee l Love you 💔💔😭😭😭😭😭😭

  • @obsinaansiraaj9928
    @obsinaansiraaj9928 3 роки тому +26

    Hace,you live in the hearts of millions eternally ❤💚❤

  • @seyfaddiinamaanamaanseyfad4685
    @seyfaddiinamaanamaanseyfad4685 3 роки тому +4

    Haacaaluu yaa ilma Hundeesse jirtaa yoommuu ❤onee ko keessaa

  • @rahmiosman2819
    @rahmiosman2819 3 роки тому +4

    Wallo koo jirtuu❤️

  • @musaboro5845
    @musaboro5845 3 роки тому +1

    Way goota ko silaa deemsi nama hundarraayyu hin ooluu osomaa sirba kana nubiraan geette gammachuu waliin qooddannee deemtee maal qaba 😢😢❤❤🙏

  • @ohho4
    @ohho4 Рік тому +4

    Haccu our beloved we miss you every day! And what a GIFT to Wollo and expressing Love to this beautiful people !! And a reminder to us all!!

  • @rabiyaaalii8637
    @rabiyaaalii8637 3 роки тому +2

    Hacee kooo uuffff gubanne maal nuuf wayya ❤😭😭😭😭😭

  • @amanueladmasu2985
    @amanueladmasu2985 3 роки тому +37

    WOWO SIMPLY AMAZING SONG 🤟😍😍😍😍REST IN PACE LEGEND 🏴🙏

  • @genoorotube4917
    @genoorotube4917 3 роки тому +1

    Oromo mee likee godhaa warrii haccen yommuu onnee umatta kessa jiraaa jettanuuu 😭😭❤❤❤❤✅💯

  • @abdizinadin8051
    @abdizinadin8051 3 роки тому +23

    HAACAALUU HUNDEESAA THE LEGEND 😭

  • @gday4404
    @gday4404 3 роки тому +1

    Nefisihin ymarew 💚❤💛

  • @tukeboru9927
    @tukeboru9927 3 роки тому +21

    Rip our legend we never ever forget you 😭😭😭 my condolences 💐 to his family and his kids

  • @ayanbetu2549
    @ayanbetu2549 3 роки тому +2

    አጫሉ፡ነብስ፡ይማር፡መቼም፡አረሳክም፡ትርጉሙም፡ባይገባኝ፡እወድለታለው፡ሙዚቃዎቹን፡በስራዎቹ፡እያሰብነው፡ይኖራል፡ለቤተሰቦችክ፡መፅናናትን፡እመኛለው፡ባለቤቱና፡ልጆቹን፡ፈጣሪ፡ይጠብቃቸው፡ያባታቸውን፡ስም፡የሚያስጠሩ፡ልጆች፡ሆነው፡እዲያድጉ፡እመኛለው፡ኪያ፡ምርጥ፡እናት፡ነሽ፡ምርጥ፡ሚስት፡ነሽ፡በርቺ፡ለልጆችሽ፡ስትይ፡ተደስተሽ፡ኑሪ፡እድሜ፡ጤና፡ይስጥሽ?????????

  • @madinatarboosh1120
    @madinatarboosh1120 3 роки тому +3

    Maal sii oromoo koo laykii fi sakirybi maliif hin yoo bayina kaa nuu caluu hin jiruu harkaa isiin hin dhukubu sakirybi fi laykile godhefi dinaa garaa gubaa

  • @sofiahaacaalu6291
    @sofiahaacaalu6291 3 роки тому +1

    Haacaalu hundesaa lubu dhaan jirraates biya raasaa du'es biya raasaa 💪💪💖💖.gota kenyaa haaceen hin dune👍.ka dutee👉 haatutni qarshi dhaan bitamte suni.

  • @user-iq4ny3yb5q
    @user-iq4ny3yb5q 3 роки тому +5

    አጩኮ ሁሌም በልባችን አለህ መቼም አንረሳክም እንወድሀለን

  • @seenaachala2522
    @seenaachala2522 3 роки тому

    Uuffff haacee koo kan akkaa kee essaa jiraa gotaa onnee sibilaa kan sagaleen kirollee yomuu senaan Siin dagatuu nutiis sii qabnaa of keessaa 😭😭😭😭💔💔💔

  • @soniyoutube7700
    @soniyoutube7700 3 роки тому +8

    Hulem be belenachen tenoralek jegna ❤😭

  • @beakalayele3433
    @beakalayele3433 2 роки тому +2

    ሃጬ የምንጊዜም ምርጡ ሙዚቀኛ እግዚአብሔር ነፍስህን ይማረው!

  • @amiko542
    @amiko542 3 роки тому +12

    goota koo, HAACCE
    YOU WILL NEVER FORGOTTEN OUR KING.

  • @ay6989
    @ay6989 2 роки тому +20

    I can't stop crying for you, my legend 😢

  • @nuurishaafachee7994
    @nuurishaafachee7994 3 роки тому +5

    Baga nagayan dhufte si'eegaan 𝒕𝒖𝒓𝒆

  • @biftujiradhuu3744
    @biftujiradhuu3744 3 роки тому +1

    Hachee koo senana sin dagatu yomu keessa kenyaa jurtaa♥️😭😭😭😭

  • @saeedabdullah6588
    @saeedabdullah6588 3 роки тому +3

    Who can do it better than him?!!
    I really don't feel like he died after listening to his songs. 💔💔
    We really lost a legend, a great one too 😢

  • @anwarseid3191
    @anwarseid3191 3 роки тому +2

    I do no understand oromo language but I love haacaalu songs more than this song wow wow. Welloye

  • @oromp212
    @oromp212 3 роки тому +18

    Our hero 💚❤🗝
    Haachalu is first world artist 💚❤🗝

  • @bayisabiri2450
    @bayisabiri2450 2 роки тому

    Gootni gaafa dhalate du'e jedhu mitiiree kanaaf ati goota waan taateef seenaan yoomuu sin dagatu. nagaan boqodhu😭😭😭😭😭

  • @heeranboruuofficial3323
    @heeranboruuofficial3323 3 роки тому +6

    Hacee Koo Jirta Onnee Keenya Keessa 💔😭

  • @ambotube8241
    @ambotube8241 3 роки тому +1

    Eenyuutu bakkaa jiru irraanfata laata! sirbaa hachaalu yeroo dhaggeeffatu akkaa koo!!!

  • @user-cr4rb1wc5k
    @user-cr4rb1wc5k 3 роки тому +6

    የኔ ወድም ነብስክን ባፀደ ገነት ያኑር ስራክ ሁሌም በልባችን ነው ለቤተሰቦችክ ብርታቱን ይስጣቸው ልጆችህ ለወግ ማረግ ይድረሱልክ

  • @user-dx6zo4xd9m
    @user-dx6zo4xd9m 3 роки тому

    Anii gafumaa dhugaa kee bayee faaya malee fayaa hin arigadhuu rabii dhigaa kee haa basuu inishaallaa 😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔