Qophii Yeroo Jaalalaa

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 23 сер 2024
  • #Qophii Yeroo Jaalalaa

КОМЕНТАРІ • 213

  • @sinanharme5784
    @sinanharme5784 Рік тому +11

    Loqodni isaanii kun akkam namati tola waqaa koo dhageeffadhee qufuu dadhabe waq Hora bulaa long life ❤️❤️❤️❤️

  • @urgokebe7331
    @urgokebe7331 Рік тому +3

    Rabbii umurii walin sin yaa dheresuu 🥰🥰🥰🥰🥰💖💖💖💖💖💖💖💯💯💯💯🤲

  • @metikumela1262
    @metikumela1262 Рік тому +3

    Barakana kan qomatii dhera malee kan yadaa dheraa qabu in jiruu waqayyo jalalaa kana isinif adabalu obolewwaanko🙏🙏🙏🙏🙏💔💔💔🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @MohammedTura-w2s
    @MohammedTura-w2s 16 днів тому

    Dhugaa rabbii fkn ollii aanaadha rabbiini wojjiini isiinii haa tursiisuu .dhugaa rabbii

  • @doroujulu2246
    @doroujulu2246 Рік тому +14

    I wish happy, Long life together

    • @habibaalhabiba9094
      @habibaalhabiba9094 Рік тому

      ቆይቶ ቁጥራቸው ቁጥራቸው ቅጣት ቆይቶ ቆይቶ ቆይቶ ቂጤሳ ቆቖቅቅቆቆቆቆኮቆቆቆ

  • @kadijaderrtube8259
    @kadijaderrtube8259 Рік тому +7

    ውድ ያማዳም ቅማሞች አላህ ያማታ እጀራ ይስጣችሁ አሚን በሉ

  • @sisaayygamachu1383
    @sisaayygamachu1383 Рік тому +4

    Wowwwww waqaayyoo waaliif issin yaa jirachiisuu umrii dheraa 💝💖💝💝💖💖💝🌹

  • @boruhalake6814
    @boruhalake6814 Рік тому +5

    Be bless good couple
    May Almighty engulfing your entire life and family

  • @SaddamGYusuf
    @SaddamGYusuf Рік тому +2

    Barraaqon saahiba kiyya wajjiin baranne University DDU kanaafuu baga gammadde naaf jedhaanii barraaqon nama jabaa bilchaataa dha dhugumatti baga maatii horatte naaf jedhaanii congratulation 🎉 barraaqoo muddaa

  • @sifumideksa1011
    @sifumideksa1011 Рік тому +1

    Wow jalaalti mo'atadhaa fkn bayye naf tatan durboche dhirochee irraa baradhaa horaa bulaa namati toltuu dhugaa

  • @fayinedenabo9744
    @fayinedenabo9744 Рік тому +4

    Horraa bullaa umrii wojjiin dheradhaa congratulations 👏💐

  • @oromoowalaabuu
    @oromoowalaabuu Рік тому +2

    What Blessed Family, God Bless Your Entire Life

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Рік тому +2

    Yooyyaa yaannis waliin deemsis Hafiizaa Beekumsii aswrwb duutis barnootaa Bilisummaa Elemoo Qilxuu Eegumsaafi

  • @egzihabermalkamnewu925
    @egzihabermalkamnewu925 Рік тому

    Waqayyo Bulto Keessan haa ebbisu hora bula bayyadha 🙏♥️😘💖👨‍👩‍👧

  • @Yemuu109
    @Yemuu109 Рік тому +1

    I like his confidence👌also he has sense of humour 😄 😀.

  • @rafimajama4279
    @rafimajama4279 Рік тому +1

    Wow jaalala dhugaa jechuu kanaa horaa bulaa qaqaliwwani

  • @yesuusgooftaa266
    @yesuusgooftaa266 Рік тому

    Waaqayyoo umurii dheeraa wol wojiin isin haa jiraachisuu!!!!!🙏🙏🙏🤲🤲🤲🥰🥰🥰❤❤

  • @amanuelmesfin8010
    @amanuelmesfin8010 Рік тому +1

    Baayyee namatti toltu.Umrii dheeraafi fayyaa isiniif haa kennu.Waaqni jaalala isaan isin haa eebbisu.

  • @safeenasafeena1087
    @safeenasafeena1087 Рік тому

    Mashaa allahaa Rabin umarii 1000 is nuu jiradha a oromoo koo woraa nuu bulaa

  • @medinaibraham2917
    @medinaibraham2917 Рік тому

    Hedduu namatti tolaa jabaadha bultii gaarii waaqin isaan haa godhuu

  • @mdamin9092
    @mdamin9092 Рік тому +3

    Maashaallaah ajaa,iba baayyee bareeda!

  • @habtamutesfayeduressa8233
    @habtamutesfayeduressa8233 Рік тому +1

    Horaa, bulaa deebanaa.

  • @saabirkadir5899
    @saabirkadir5899 Рік тому +4

    Yoyaa ammas yoyaa baga nagaan dhuftan woow ❤❤❤😘 Translate to English

  • @galmamiyo5531
    @galmamiyo5531 Рік тому +2

    eebbifamaa WAAQII isan eebbisu

  • @maatiijaalalaa2513
    @maatiijaalalaa2513 Рік тому +5

    Dream come true 👍

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii

    • @fatumawase
      @fatumawase Рік тому

      @@obseegorba ደምሪኚ

  • @fitalademe3296
    @fitalademe3296 Рік тому

    Wwwww dhugaa baay'ee namatti tola kun dubartoota bara kanaaf deebidha warra luka afur fedhan jechuu kooti

  • @gutemakasim3932
    @gutemakasim3932 Рік тому +1

    Maashaa,allaa rabbiin waliin haa bulchu

  • @safisatube7861
    @safisatube7861 3 місяці тому

    Mashaa Allah

  • @anafbedho
    @anafbedho Рік тому +2

    Horaa bulaa❤❤ Umrii Dheeradhaa🙏

  • @indirisssaidibraahim7157
    @indirisssaidibraahim7157 Рік тому

    Rabbiin adduuniyafi akiiratti gammaachuun siiha jiraachiisu

  • @ibrahimabdala9839
    @ibrahimabdala9839 Рік тому +1

    Masha Allah

  • @user-xw6wi5wb8p
    @user-xw6wi5wb8p Місяць тому

    Maalo bareeddu tana ufff ebbifami innis enyu qaba

  • @mesiitube5907
    @mesiitube5907 Рік тому +3

    Bayyee bayyee garidh jiranya garii

  • @tolesaejara3158
    @tolesaejara3158 Рік тому

    safuufi jaalalti qulqulluun boorana jirti, sanyi sadeenin walitti hora👨‍👩‍👦‍👦

  • @ebisagenjo9781
    @ebisagenjo9781 Рік тому

    yeroo an waggaa 1ffaa baradhu yeroo namni barcuma ykn teessoo irra namni si kaa'u nan yaadadha. bara 2009

  • @jamiilatube
    @jamiilatube Рік тому

    Masha Allah hojiin umurii dheradha

  • @bezuneshjimma7849
    @bezuneshjimma7849 Рік тому +2

    God bless your entire life 🙏

  • @YASINTUBE230
    @YASINTUBE230 Рік тому

    Sila namni akana bayate walahi horabula👏👏👏👏👏👏

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo

  • @tokmedia9724
    @tokmedia9724 Рік тому

    Leensaan intala cimttudha,fakkenyaa dubartoota balaxaxamuu barbadduuf taatee jirta, ilalchaa walaltoota hedduu jijjirtee, rabbii walitti siin haa jalattu

  • @fatiyagannaa2211
    @fatiyagannaa2211 Рік тому

    Jaba kena jabadhu gotta oromoo tica borana

  • @user-lu3wh1vi8t
    @user-lu3wh1vi8t Рік тому +3

    Masha allaah 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @user-si8kw4iq4h
    @user-si8kw4iq4h Рік тому

    Bare betam Arifnew

  • @dhj478
    @dhj478 Рік тому +4

    Blessed family ❤️

  • @kuniskenya299
    @kuniskenya299 Рік тому +3

    Mashaa allah

  • @ademabadir3677
    @ademabadir3677 Рік тому

    Akkuma hangafa tahan warri booranaa barnoota nuuf kennaa jiran- walqixxummaa ilma namaa ibsaa jiran!

  • @saeedlink8764
    @saeedlink8764 Рік тому +4

    Mashalla

  • @addooyyee874
    @addooyyee874 Рік тому +2

    Horaa Bula! umrii dheera waliin jiraadha❤

  • @obseobse563
    @obseobse563 Рік тому +2

    Horaa bulaa baay'adhaa ❤️❤️❤️❤️

  • @ahmedyassin5667
    @ahmedyassin5667 Рік тому +2

    Mashsa aallh mashaa llah

  • @burhanahmed1771
    @burhanahmed1771 Рік тому +2

    Lensa u are blessed ❤️❤️❤️❤️

  • @bilanharawa45
    @bilanharawa45 Рік тому

    Horaa bulaa, ilmaan horaa nagaan jiraadhaa haarrii filadhaa

  • @qaashtiisanyiioromoo9561
    @qaashtiisanyiioromoo9561 Рік тому

    Yaa hojii rabbii namaa ajaiibaa

  • @fadilujabal4722
    @fadilujabal4722 Рік тому

    Baayye namatti tola woliif jara hadhiisu

  • @Umaajamal
    @Umaajamal Рік тому +1

    hardha yeroo jalqabaaf obn dawwadhe barreduu boranaa galatefadha

  • @user-iw6go5yo9q
    @user-iw6go5yo9q 2 місяці тому

    Maashaala❤❤

  • @user-fq9ym2rp5x
    @user-fq9ym2rp5x 3 місяці тому

    Mashallh♥️♥️

  • @tayitutube891
    @tayitutube891 Рік тому

    Umurii dheeraa fayyaa gutuuu isinii haa kenuu Waqaayyoo

  • @obsininamilikidhatube9901
    @obsininamilikidhatube9901 Рік тому

    ماشاء الله تبارك الله

  • @YASINTUBE230
    @YASINTUBE230 Рік тому

    Wowowo

  • @rahimanegash630
    @rahimanegash630 Рік тому

    Obn hojii gaaridha mishirroo keenya umrii dheeraa

  • @ERGAR-Estido
    @ERGAR-Estido 10 місяців тому

    Wan.ajaiba.arkaa.jiraa.midian.kenaa baga.jiratan

  • @golichmolu8568
    @golichmolu8568 Рік тому

    Hora bulla debana❤

  • @warkidubai1005
    @warkidubai1005 Рік тому

    Bayyee nama garma dhuga rabbii

  • @bentislam1930
    @bentislam1930 Рік тому

    Horaa bula 🙏🏾🌺🌺🌺🌺🌺🌺❤❤❤❤

  • @samerajamaal9408
    @samerajamaal9408 Рік тому +4

    Congratulations 🎈👏🎈👏

  • @rahimanegash630
    @rahimanegash630 Рік тому

    Oromoo baraarurrattis hojjadha maaloo kijiba opdo dhiisaa waan gaarii hojjachurratti xiyyeeffadhaa

  • @naseemasaif1945
    @naseemasaif1945 Рік тому

    Namaa gababa bareduu hara argee

  • @seenaaoromiyaa9944
    @seenaaoromiyaa9944 Рік тому

    Horaa bulaa umurii dheraa wali wajii isiin haa jirachisuu waqayoo akkam namati tolaa asii irra waa hubanaa jedhe yaada loqodaa isaan afaan bora baay'ee nati tolee ni jaladha

  • @jamalali2267
    @jamalali2267 Рік тому +2

    Mashallah

  • @eshetutashometashome9604
    @eshetutashometashome9604 Рік тому

    Bayyee baredaa wajin umurii dheradhaa
    garuu mootumman akkumaa gafaa
    hadhaa isaa irraa qoraani batee yuniversitii irraa ebifamee manaa
    Badhasatani
    Innis wan hundaa danda.ee baratee
    Milka.ee manaa badhasuu qabuu jajabesuu qabuu

  • @sadamaliye5133
    @sadamaliye5133 Рік тому

    Hiriyyaa koo baayyeen siif gammade

  • @yusurahusen8510
    @yusurahusen8510 Рік тому +1

    Maashalaa tabarakalaa

  • @hiskelayana9378
    @hiskelayana9378 Рік тому

    wow addaam

  • @abdallaelemo4062
    @abdallaelemo4062 Рік тому

    Rabbiin waliin isin haa bulchu

  • @user-mc4ef3xh3m
    @user-mc4ef3xh3m Рік тому

    Maashaalaah.maashaalaah

  • @abdiikooyesu4698
    @abdiikooyesu4698 Рік тому +1

    We come nagaa dhufta ❤

  • @user-ys2ye1yo5o
    @user-ys2ye1yo5o 7 місяців тому

    baayee namati toltuu waaqayyoo bara keesaan dheresuu

  • @MancheAm
    @MancheAm Рік тому

    Woggaa 1000 nuf jiradha horra bulla

  • @galaneb2340
    @galaneb2340 Рік тому

    Wow Hora bayadha 💕💕💕💕💕

  • @asbnm5371
    @asbnm5371 Рік тому +4

    Masha Ă̈l̆̈l̆̈h̆̈ @❣️🤙👌

  • @SabirKadir-vz4uj
    @SabirKadir-vz4uj 8 місяців тому

    Long Life ❤❤🎉

  • @dinglameljeamalje6144
    @dinglameljeamalje6144 Рік тому

    Congregation

  • @oromtittiiarsii9036
    @oromtittiiarsii9036 Рік тому

    Jaartii guutuu abarraa fakkaatti mucattiin❤

  • @Mattwesttv
    @Mattwesttv Рік тому

    Ajaa'iba dhugaa🤭♥️🥰

  • @gutematesema
    @gutematesema Рік тому

    Na affeera maaloo Ani midhamaan qabaa

  • @seenaa87
    @seenaa87 Рік тому +4

    Horaa bulaa❤😍

    • @blentube3002
      @blentube3002 Рік тому

      seenu kotu mati naf tahime

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo

    • @blentube3002
      @blentube3002 Рік тому

      @@obseegorba ani mati keti bar

  • @danieldesalegn5386
    @danieldesalegn5386 Рік тому

    min ayinet asteway lib new yesetesh!!! liyu set nesh!!!

  • @riyadhbest8056
    @riyadhbest8056 Рік тому +1

    B&L ❤❤🌹🌹🙏🙏💪💪💔💔

  • @user-pf6lw6yk2i
    @user-pf6lw6yk2i 6 місяців тому

    Mash❤❤

  • @wallojilleem951
    @wallojilleem951 Рік тому

    Midiyaan keesaan gudadha mo??

  • @halemahmuktar4971
    @halemahmuktar4971 Рік тому

    rabiini.walini.isini.habuuchu

  • @xahiroromoboy7392
    @xahiroromoboy7392 Рік тому

    Jalalaa dhugaa jechuun kana hora bula

  • @user-lu3wh1vi8t
    @user-lu3wh1vi8t Рік тому +1

    Masha allaah

  • @dhebottudiinrabbbiiloveyou4365

    𝒀𝒂𝒂 𝑺𝒐𝒑𝒂𝒉𝒂𝒏 𝑨𝒍𝒍𝒂𝒉

  • @tabotefayera4588
    @tabotefayera4588 Рік тому

    Wow 👌 👏 😍 👍

  • @hassanhalake2721
    @hassanhalake2721 Рік тому +1

    Congratulations lensa

  • @firootube9512
    @firootube9512 Рік тому

    Mabruuk

  • @tarekegnhirpha2979
    @tarekegnhirpha2979 Рік тому

    moneeti bareedu baga jiraate

  • @asiligalma
    @asiligalma Рік тому +2

    Namatii tola walini oraabula debanaa ilimaa dhalaa

  • @obseeobsee515
    @obseeobsee515 Рік тому

    Wowww bagaa nagaan dhuftee moniiii

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo