Sena akkana dhagun bayee nama dhinqaa garuu barumsaa gadaa iraa argadhee namma rakkata ofitii qabun jirenyaa boriif si fayyadaa waqayyo si ha ebisuuuu❤❤❤❤
Waaqayyo danda'aa dha kan sifa hin abomene hin jirus Waaqayyo ifatti si baaseera gooftaa Maccaa haa galtomuu dhugaanis jirenyis karaa iyesus ni jira maqaan sa kan eebbifamee hin ta'u amen ❤
Allhamdulilah wallah rabbiin kenyaa niimaa ni'iimaa caluu islamumaa nuuf kenee faruun kan rabbii ol ta'eetii😢😢
Eee walah uktii Allamdulilah ya Rabbii kenyaa🙏🙏🙏🙏
🎉🎉🎉🎉
Oàfim @@MunaAbdumalik
Isalama tahee kana gochaa akkana Mati koo irati Rawateesi ni jiraa😢 Rabini abba fedhee qalajelechaa garuu namotaa waan akana kana dalaganii rabii Adunya kana iraa isan haa dhabamasisuu
@@MunaAbdumalikani islaama ta'e budaa nama bayyen beeka
Q@@MunaAbdumalik
Alhamadulilaah Yaa Rabbi kaa kana hundarra bilisaa nuu gotee Akka sii gabaru qofa nuu ajajee Alhamadulilaah Alhamadulilaah Alhamadulilaah galani kee hin dhumuu yomis.
Alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah ala ni'matil isilam amanta isilama keessa hin jiruu alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah sumaa alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah kani umataa isilama gaarrii iraa naa gotee yaa rabbii galataa keeti alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah sumaa alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah alhamaduulillah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gamee nufii jiradhuu anii heduu sii kabajaa atii oso dandamee nufii badhafamuu qabdaa❤❤❤
Jabadhuu
2:42
Inanily wainalay rajiun almdulaha almdulaha almdulaha Rabin galani agawuu isilamuman kan kana nura qabi subanalhaa yarabi nusatarii dachin wa hedu qabdi
الحمد لله على نعمة الإسلام
Rabbi islaamummaa nu badhaase alhamdulillaah Yaa rabbi nurraa hin fudhatiin ni.imaa nu kennite kana
Seenaa Dhugaattii Garuu Dhugaa Ta'uu Namnii Hin Amanuu Namaa Sodaachisaa Iddoon Itti Dhaladheettii Qabatamaan Argee Jiraa Namoon Waaqayoon Amanachuu Akka Qaban Ergaa Guddaa Dabarsaa Dhugaaniis, Jireenyis, Karaaniis Anaa Jedhaa Sagaleen Waaqayoo Guddaa Galatoomii
Alahmdulillah Rabbii koo Islamummaa nuuf kenitee nagenyaafi gamachuu guyyaa hundaa nuf keenitee summaa Alahmdulillah. Subahaan Allah hojiin ilmaa nama kunni uuuuuu
Ijoolleen biyya ormaa jirru hangam amantii keenyatti jabaachuu akka qabnu kanarraa baruun ni danda'amaa galatooma warri obboleettii keessan kadhannaadhaan gargaartan❤❤❤❤
Maqaa goftaa yesuusn nano kenyaa jiraa maati guutuu bodaadha jedhu daiman in dhokisuu jabootaa horii faa nyaatuu in Ajessuu waaqaan Isa ha ifaatuu😢😢
الحمد لله رب العالمين ❤❤❤kan rabbii isalama na godhe wly
Subbaanni Allah
Gafii ketiif islama bira manuma qaluutuu demuu harama ykn dhorgadha abba fi Hati ilmo ofii maqa ofii itti tole mogafitif
Subhnalh alhmdulilh yaa rabii yaa alh kaa muslimaa naa gotee naa umtee😢😢😢😢😢😢
Maqaan waaqayyoo gimbii jabaadha namni qajeelaan isatti baqate in oola haleluyyaa iyesus gooftaadha baga harki waaqayyoo humna kana iaheerraa kaase🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻 iyesus gooftaadha
Subanallha yaa Rabbi Wanii Akanaa Nuraa qabii
Ameeeen waaqayyo galanani yaa tu'uu obbti koo bagaa waaqayyo si gagaree Iyyesusii gooftaa
Alhamdulilaa anni amantii koo islamumaa qabchuu koo ammas irraa debi'ee alhmdulilah jedhaa itti ansuudhan eyyen sennan akkan kun jirra
Sena akkana dhagun bayee nama dhinqaa garuu barumsaa gadaa iraa argadhee namma rakkata ofitii qabun jirenyaa boriif si fayyadaa waqayyo si ha ebisuuuu❤❤❤❤
Alhamdulilahii Alhamdulilahii yaa rabbii kiyya kaa muslima na gote
Subanallha yaa rabbi yaa Allah 😭 gojamee jedhani subanallha yaa rabbi nuu basii😢😢😢😢😢😢😢
Subahaan Allhaa 😢 Yaa Raabii 😢
😢😢😢😢😢 maqaan waqayyoo jinbii jabadhaa bagaa goftaan ishii furree bagaa waqayyoo ishii gargaree😢😢😢😢😢😢
Alhamdulila yaa Rabbi goofta islanuma nuuf keenite
Yaa Raabbii koo kan islaamumaa naffii keenittee Allhamdulillah 🤲🤲🤲🕋🕌❤
Subhaanalaa😢😢😢😢
Alhamdulilaah yaa Rabbii umama hundara qabii
Alhadulih nuti muslimoni rabbin kanara bilisa nu uume
Dhugaa seenaa ajaayibaa nama gaddisiisu fi barsiisudha galanni waaqayyoof haa ta'u😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Waaqayyo danda'aa dha kan sifa hin abomene hin jirus Waaqayyo ifatti si baaseera gooftaa Maccaa haa galtomuu dhugaanis jirenyis karaa iyesus ni jira maqaan sa kan eebbifamee hin ta'u amen ❤
Gaame sinis Waaqayyo jabinaa fi jaalala sif haa bayisu
Woow maqaan waaqayyo haa ulfaatu baay'ee nama aja'iba
Yaa rabbii allhmdulillh gabaramaan siqofaa yaa allh
Subanllaa 😢 yaa raabii koo ati nu bas oboleti koo.baga raabin sif ararame jiraa subanllaa😢kun qalu jedhama kara kenyati ni hasama ni jiruu 😢
dhugadha kara kenyasi baye jira bay,ee dhukubsati ijoleni hamadha kuni
Dhugadha bro Rabbiin sii yaa jabeessuu.kunni sirraadha.waarii soba jedhuu yoo jiraate isaanuu budaadha ❤❤❤
Maqaaa yesuusiin waan akkasii hin hojetuu ijollee waqqayyoo irrattii😭😭😭😭😭😭😭😭.
Yaa rabbii nuu basii😢😢😮😮
Subhaaaan Allah dhuga dubachufi hedu sena ulftafi barsumasa qabu Akasuma wani nama mudatu kesati obsaa qabachufi Amati ofti Aka cimani ira baradhe Galatomi 😭
Waaqayyoon Waan hundumaa dandda.a inni nuun haagarggaru Ameen
Yaa rabii alhamdulilaa kan islamumaa kana nuuf kenitee
Allahmadullah Allahmadullah 😢😢😢kani rabbi Muslim na tasisite😢
Baga waqaayyoo siiraa hiikee obboletti ❤
Subhaanallah Yaa rabbi ati nu eegi
Waaqayyoif wanti hin danda'aamne Hin jiruu Galatoomi
Galataa waqayyoon Bagaa iraan buqisee❤❤❤❤❤
waqayyoo isaa si gargaref galanii guddaan haa ta.uu🤲🙏😢😢😢😢
Baye nama gadisisa 😢😢ani gara koo dhugadha seni kuni jedhe nani fudhaa nano kenya namini akana ture obblootaa koo sati dhabe baluma buda kanati nuu jala duni 😭😭 anilee waqayyoo naa ochee male duni olee sabumaa buda kani naa nyate oga 5 geseni tati maqaa waqayyoo haa ebefamuu obboleeti bagaa goftaani waqayyoo Yesus Kristos hafuura hama kani gargari sii base ini Eleshaa dayidhaa waqayyoo huduma daa 😔😔🙏🙏🙏🙏
Waa'ee Qaalluu haasa'uu irraa osoo of qusattee gaariidha.
Dhugaakeeti qaalluun Kan bira budaan kanbiraa walkeessaa laaquun maaf barbaachise budaa rabbi lafarra ishee hasballeessu ijasee keessatti haburisu rabbi
Alhamaduulillah Alhamaduulillah yaa raabbii galanii keetii
Alhamdulillah yaa rabbii kan isilamuma bareedu tana nuf kennitee galani kee dachadha😢😢
Waaqayyoo hojii Afuraa hamaa Kibiriti Afuraaqulqullun haagubuu.
maaqa yesusin baga waaqayyoo sirraa gargari basee 😢😢
Yaa rabbi Alhamdulillaahi islaamummaa kan nuuf kennite
❤❤❤❤❤
Waaqayyo haa eebbifamu.
Alhamdulillah nima rabbin nubadhase wallaahii ❤❤❤❤❤❤❤amanta tenya tan muslima Alhamdulillah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Alhamdulilhii Alhamdulilhii Alhamdulilhii Galataa rabbi walhii bagaa Muslim tanee🔥🔥🔥
Dhugadha moo dhugaa miti jedhee amanunufuu narakise jiraa hundaafuu yaa rabbi galanikeeti
Baga Waaqayyoo sirra rukkutee 😢❤❤yesusif Galanni ha ta.u
Uff nan boqodhe dhugaa eebbifami!
Alh alaa ni'matul islam
Subbahaan allah yaa rabbii gudinii ketii
Auzubillah mina shayxxan nirrajiim 😢😢😢😢😢😢😢😢😢yaa allaha 😢😢😢😢😢😢😢😢
Bayeesusim maqaa goftaa yesusin bagaa waqaayyoo tii amanatee dhugaa sin dadahin ammayyuu
Waan jiruu kuniin nannoo keenyaatilee namooni akkasii guuttaani❤❤
Dhugaadhaa waanti akkaam inumaa jiraa waqa danadaadha
Waaqayoo waan hundumaa danda, aa, waan baayee namaa dhibuuda dubaa chufi
Seena tiyyaa takkaa hin argiine gammer dafii naaf dhoobi ❤
Allhamdulillah islamimman ni.imadha
Ammalee amantii keetii jabadhuu bagaa waqayyoo si gargaree 😭😭
Waqayoo kanaa jalaa namaa yaa bararuu
Aj'iba gaaru waaqayyoof wanti dadhabu hin jiru
Islaamummaan budaa balleessu warsa amantiin hin qabnetu seexana gabbaru gabbaraman dhugaa rabbi qofa
Gammachiis baayyee galatoomi jabaadhu itti fufi
jabadhu🎉🎉🎉🎉🎉
Wowo❤❤❤❤❤❤❤❤ ulfadhu Abba ko yesusa ❤❤❤❤❤
Alhamdulillaah Alhamdulillaah Alhamdulillaah Alhamdulillaah yaa allaah bagumaan islaama ta'e
Uuuhyii sena baye nama dinquu garu nama sodachisa dhagefachunu waqayo garu hunda danda'a 🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼
ameen waqaayyoof wanti dadhaabaamee hin jiruu
Subahaan Allah yaa rabbi
Yaa rabii nuubasii🥲
Isho bagaa waqqayyioo sii gargaree🎉🎉🎉
Anii waantan jedhuu hin qabu waaqayyoo goofttaa nu haa barraaru dhugaa baayy'ee hulffaata dha
Uuuuuufe iyesusi goftadha dhugaa bagaa waqqayo sii gargare oboleti koo Kiristosi wan dadhabe hin qabu😢seenaa moo dhugadha wan jirudha
Waaqayyoof galanni haa ta'uu
Waqayyoof galanii guddaan haa ta'u ammas hojiin hafuura hamma haa ifatamuu maqaa iyaasusiin nama nazireetichatin Ameen Ameen Ameen 🙏🙏🤲🤲🤲
Bagaa nagaa dhuftee gamee ❤
Afuurri xuraawan akka nu hin qabne waaqa Uumaa qofatu dhoorka,hammachiisan afuura hamaaf kennuu akka ta'e manni amantii cimsee barsiisa,namni afuura qulqulluun akka hin qajeelfamne gufuu duraati
.
Barumsaa dhabuuf fi badiyaa ti dhalachuun baayee Rakoo dhaa Dhugaa 😢😢😢😢Maatiin koo Seexaa Amachisaa jedhuu kanafa Nuu kenuu Yeroo ijoolummaa keenyaa jalabaa osoo mucaa Silaasee inni fudhatini seexaaf Nuu kenaa turaa 😢😢😢😢😢Galaata Waqqayyoof haa tahuu har'aa garuu Ana dabalatee obboleewwaa koo hunduu Amanata keenyaa ti jababee jiraa Ayyii Barumsaa dhabuu
Allhamdullillah yaa rabi galini keti musilimmaa naa gotee Allhamdullillah
Adaraa mashalaa jedhiii wan gariii yooo argiteee😢😢😢😢
Seenaa kunii dhugadha anuu namaa heddu bekka shamarani sababa kanaa manaa hafani
Subahana allaha Yaa Raabii
Sagalatuu waqayyoo kooo ulfadhuu umakooo🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🏼🙏🏼
Umna dhiiga olichaatin baga sirra diigame
Alhamdulila ana muslimmm😢😢😢😢
Uffffff baga waqqayyoo sii gargaree
Gamee koo sennaa dhugati biyaa harmee koo itti dhaltee duraba 8 oso hin herimini namni hin fudhuu didee arii basani dulomani dhumani cinaaa jaraa harmee koo oso isi dimaa hosftuu arganii harmi isi tokkoo cicitee dudee 😢😢😢😢 harmaa tokkoo Ijolee 11 gudiftee woraa sani hori namatuu qe. ee isnii biraa yoo taree yosuu duhaa 😢😢😢 yeroo tokkoo olaa kenna jartii takkaa jiraa halkkani yeroo isn binnesaa yabatee batuu umani woli qabee qulaa isii umataa itti yasani bodaa biyaa keenna hin badee 😢😢anni yeroo senaa kanaa dhagefadhuu laphee kiyya bayee naa soddataa dhagefadhee yaa rabii atti nurra qabi😢😢
😭😭
Ee baka baye jira nubira yu nijiru kara sani darbu baye sodadha😢
Muslimni ufumaa mogafataa malee manaa qaluu hin bekuu
Maal kun wan addatiree qee'e kenyaayuu turee maaqa yesusiin amaa garuu hundaa kenyaa amantaa protestant hordofaa jiraa❤❤
Ameen Ameen Ameen waaqayyo galani yaa ta'uu
Gamee dhifama wajin yeroo senaa mataduree badaa ta'ee binesaa suraa isaa hin fayadamin anii bayee sodadhaa bofaa senaa kanaa duraa dabarasitee suraa isa fayadamatee senaa osoo jaladhuu suraa bofaa aragee osoo hin dawatin darabee😢😢😢😢😢😢😢
Welhi anile bayen sodadha 😢
😢😢😢😢@@HayatKeml
Wanuma inni itin walfakatuni hojate kaa insi
Anii waantan jedhu hin qabu waaqayyoo goofttaan nu haa barraaru..baayy'ee hulfaata dhugaa
Anu bayyee sodadhaa😢
subahanalla yaa rabbi nuu barari😢😢